Размер видео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показать панель управления
Автовоспроизведение
Автоповтор
Hin sobinaa!!Shira hin xaxinaa!!Mootummaa keessatti gandummaa hin faarsinaa!!Isinoo shanee fi maaloo jettanii waladamsuu bartanii yoom alagaa of irraa dhowwuu bartan??Faannoon uummata ajjeesuu jalqabuun har'amoo??Moo yerooma hunda ibsa kennaa, uummata gowwoomsaa ooltu??Ani waa tokkon jedha, Aangoo kana waaqayyo gaafa isinitti kenne ittiin uummatakoo tiksaa jedheeti male ittiin olola keessan oofaa jedhee miti, ittiin daldala keessan dsldalaa jedhee miti, ittiin uummata nagaa waa hin beekne walnyaachisaa jedhee miti!! Kanaaf waaqayyo inni aangoo kana isinitti kenne lafa irrattin waaqa irrattis isinitti faraduudhaaf yeroon isaa dhiyaateera! Uummata kanaaf kan falmu yoo hin jiraanneyyuu abbbaan iaaa tokkichi inni dhiiga isaa dabarasee saba kanaaf dhangalaase faraduudhaaf jira!!
You tube
Hin sobinaa!!
Shira hin xaxinaa!!
Mootummaa keessatti gandummaa hin faarsinaa!!
Isinoo shanee fi maaloo jettanii waladamsuu bartanii yoom alagaa of irraa dhowwuu bartan??
Faannoon uummata ajjeesuu jalqabuun har'amoo??
Moo yerooma hunda ibsa kennaa, uummata gowwoomsaa ooltu??
Ani waa tokkon jedha, Aangoo kana waaqayyo gaafa isinitti kenne ittiin uummatakoo tiksaa jedheeti male ittiin olola keessan oofaa jedhee miti, ittiin daldala keessan dsldalaa jedhee miti, ittiin uummata nagaa waa hin beekne walnyaachisaa jedhee miti!! Kanaaf waaqayyo inni aangoo kana isinitti kenne lafa irrattin waaqa irrattis isinitti faraduudhaaf yeroon isaa dhiyaateera! Uummata kanaaf kan falmu yoo hin jiraanneyyuu abbbaan iaaa tokkichi inni dhiiga isaa dabarasee saba kanaaf dhangalaase faraduudhaaf jira!!
You tube