Baga gammaddan omn wayii mahamed seid gabaasuuf

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 7 ноя 2024

Комментарии • 326

  • @raadiyasiraajoo7092
    @raadiyasiraajoo7092 5 лет назад

    Naaf jiraadhaa Abdussee uuuuuuuuf Finyee fii Namtichati Saatalaayitin haasofosifte Abtaamu doqaaltota mee Eessa dhaqxu amma ree. Warri kalee Caalaa bultumeetif mormaa ture Eessa jirttu kootaa Kijibdoota gantuuwwan akka Caalaa bultumee uuuuuuuuu Alhamdulillaah

  • @jamellajimma2144
    @jamellajimma2144 5 лет назад

    Alhmdulillah dhiga obboleessa kenyaa ifa batte.of qulquluu godhee ormiyaa keessa sirbaa gara bideena dhiga lamii ofii batte xiqo isseelee hin salfattu calla Bultumee hiriya gatuu nyattuu bota mamadi sayid dhaqe dhaqii attiissi saerree

  • @raadiyasiraajoo7092
    @raadiyasiraajoo7092 5 лет назад

    Mohaamad sa'id rabiin Jaannataan isa haa badhaasu. Alhamdulillaah Summa Alhamdulillaah Akka waan naaf galteeti Mohaamad sa'id dhiiyinni kee ifa bahuun qeerro Jaannata is haa Taasisu rabbi biqilaa koo 😭😭😭😭😭

  • @abdiikooyesusii4550
    @abdiikooyesusii4550 5 лет назад

    Haadhoo koo jiraa abbaan firdii dhugaaf akkasii hin ariini haadhaasi qabdaa tasigabii makes rabbii jiraa hundumaafi maloo hadhaa kee hin jedhii !!🙏

  • @iftuuhirphoo3582
    @iftuuhirphoo3582 5 лет назад

    Bagaa rabbiin dhugaa mucaa misikiina baasee dr Abduse ati dhugaaf dhabbata yeroo hundaa ani jimmaale miti shawaale miti garuu akka mucaa sunii itti bakka 19 Warraname na gubba dhugaa

  • @adelhalafiyaashetuniisaud9332
    @adelhalafiyaashetuniisaud9332 5 лет назад

    Walahii gama kotii nigamada malee dhugana muca sani yoobayee xiqomalee cala jedhee garana nahindhukubuu baga bayee dhigana isa ilami hiyesa nidua aratisitina nijiaratana dhowadhaa walahii

  • @hayaalj9029
    @hayaalj9029 5 лет назад

    Dhugadhaa jabadhuu dhugana hin qalati male hin dhukatuu Allahmadulilah bagaa Rabbiin isin qabe binesa kanini wara Rabbiin hin sodanee

  • @geftegg8074
    @geftegg8074 5 лет назад

    Abduse koo baga wojjumanuu gammane ijole shawa calisa argaa kessan warra safuf addaa hin bekne callan gantudh yommu inni dura maallaqaaf sirbe ijooleen jiima qabsaa callaratti nutis isiin biraa jiraa anii arsiidha ok jiima biyya gotatii biyya hayyu bekama qabdudha jiima garaa lafeyyidha jabbadha isiin bira jira ijooleen shawa🐕🐕🐕🐕🐕🐕🐕🐕🐕🐕🐕👎👎👎👎👎👆👆👆👆

  • @binttiisilamarsiiihadabba8316
    @binttiisilamarsiiihadabba8316 5 лет назад +2

    Dhugaa hin qalatii malee hin cittuu bagaa rabbii dhigaa obboleessa keenaa bassee rabbii janatulfirdofisi nuu Haa dheereessuu inshaalla

    • @rhmatmohammad3431
      @rhmatmohammad3431 5 лет назад

      Baga dhugaan obbolessa keenyaa ifa baheef Rabbi jannataan isa haa qananiisu

  • @moneraabdeen7213
    @moneraabdeen7213 3 года назад

    Alhamdulillah 💞💞💞☝️☝️☝️☝️☝️☝️🌷🌷🌷🌷🌷🌷i love you Dr abduse

  • @omomaer7074
    @omomaer7074 5 лет назад

    Ayiiiiiiiiiiiiiii rabbiin isiini haalafisu halafisuu wollaahii guyyaa qiyyam waani dubatanifi baresaniragafatamna yaaobboolewaan koo addara rabbiinobbolesakenyafi jeenatulfirdosiinhaakenufi inshaaallaah 😭😭

  • @habibahabiba399
    @habibahabiba399 5 лет назад

    Dubariti hin arbsin hadha tetii egaa dhuga bahee rabi baga dhuga isa base atii obsii eshi

  • @fadfyifasdyfasdy2030
    @fadfyifasdyfasdy2030 5 лет назад

    Abdus bayyee tokko wotii atii dubatuu huduu natii tolaa dhugaa malee atii sobaa hin betuu dhuganii sii hin miliqinii ilmii dhugaa sii haa dhalatuu you Tube yeroo laluu hudaa kessaa vidou ketuu natii tolaa bayyee galatomii wanii dhugaa dubatufii 💞💞💞😘😘😘😘😘

  • @سميرهعبدالرحمن-ظ1ق

    Alhamdulilah dhugaan ni qallatti malee hin cittu jedhama mitii re Muhammad Sa'id rabbi jennatti firdoosin haa qananiisu

  • @zenakjabal3678
    @zenakjabal3678 5 лет назад

    Akkam Abdusee jajabadhu Rabiin Uwaalin Jirraa Nutii Dhugaa Barbanaa Abshir Dhugan Ifaa bah👍👍👍👍👍❤️

  • @gygg7297
    @gygg7297 5 лет назад

    Bagaa dhugaan batee Alhamdulillah Obbolleessaa keenyaas muhamedd sa'iid rabbiin isaafi haa araramuu qubsumaa isaan cafee janatul firdowsiin haa tasisuu inshaa Allaah Amiiin 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲😭😭😭😭😭😭☝️☝️☝️ &&obbolesa koo atis dhifamaa wojiin wallaahi hasayaa keessaa abaafi hadhaa nama hin arabsiin kamaa badii qabuu addaa basii dhukee Iraa kasii

  • @laghd4482
    @laghd4482 5 лет назад +1

    Rabbiin dhugaa isaa baga basee wallahi abduusee dhisi nama hin Arabsin dhugaan obbolesa Kenya ba,era

    • @fatimahussien9518
      @fatimahussien9518 5 лет назад

      alhamdulilah bagaa rabbii dhugaa basee ......... alhamdulilah

  • @sabbontuuarsiirobee4715
    @sabbontuuarsiirobee4715 5 лет назад

    Allhamdulilah allhamdulilah baga gamadeenii yaa ilmaanii oromoo jabadhaa qaqqalliwan rabbin haqa isih haa basuu inshaallah yaa rabbi

  • @h24luunchaa31
    @h24luunchaa31 5 лет назад

    Obbolesoo namaa hin jeqinii gaaruu. Calaan mahamadi sadi harkkaa kesaa qabaa ammaa itti guyyaa gaafi deebi irrati iyatuu bekkaa.

  • @agaroobiyakoobh7889
    @agaroobiyakoobh7889 5 лет назад

    Abduse warii live irraa dabarasitanuu dhirinis dhallanis malif akanaa arabaa dheraatuu hunduu rabuman arakkaa jiraa malif madaa nuqooree nutii kafatuu hundii keessanuu dhugatii Mamee dhaf dubatuu moo arabba qoofafii Addara Abduse koo mee natimii afaniin tanaa dhisaa yoo dhugaa ta'ee moo duwayii godhafimee mameedhaa walyii rabiin janatal firoodosin habadhasuu jeedhatii Adaraa ruhiin isaa ara agalafatuu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @radiyaaarsiirr5238
    @radiyaaarsiirr5238 5 лет назад

    Abdusee jabadhuu sagaleen nuu tahiii nama hin sodatin rabbii malee

  • @iftuutolera4019
    @iftuutolera4019 4 года назад

    Ilmako mee ati samuu kee duba deebii ilalii mali ijolee mucan akana

  • @mohaswrwbhuhasan7072
    @mohaswrwbhuhasan7072 5 лет назад

    As wr wb Hu nagadha jabadhu

  • @cheltukader9501
    @cheltukader9501 5 лет назад

    Yaa Allaah bagumaa dhugaa ni mucaa kana ifaa bayee dhiigani namaa bade baduu walhi Alhamdulillah ani amaa fayya arigadhe walhi wagga 2 muluu ijaa ko dura na bane amaa galin ka rabbi ti Arsii dhaa walhi Abba fedhee ha ta.uu dhugaa irrati du.aa😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @mme6951
    @mme6951 5 лет назад +2

    Alhamdulillah Yaa Raabbii kaan dhuugaan ifaa ba'ee abshiiri abduuse kaan dhuugaa jaalaatuu siin jiibbuu

  • @birqesbtuujimma7104
    @birqesbtuujimma7104 5 лет назад

    Dr Abdusee gotaa kenyaa nufii jiradhuu Atii Nama dhugafii dhabatuudha bagumaa kenyaa tatee wolhii Sabonaa jimmaa koo ❤❤❤💝💝💝💝💓💓💓💓❤❤❤❤❤❤❤❤❤💋💋💋💋💋💋💋👈👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍

  • @ssabotuoromoo2064
    @ssabotuoromoo2064 5 лет назад

    Jabadha guma obolesaa kesanii basadha rabbi wajiii

  • @foziijimaa2080
    @foziijimaa2080 5 лет назад

    Yero Akkanamo nati toltam dhugarra hin debin💪💪😍

  • @omanibra3135
    @omanibra3135 5 лет назад

    Mashaalaa.mashaala .Alhamdulillah..Alhamdulillahi..kan.rabin.nuu.gamachaisee

  • @makiimakki6459
    @makiimakki6459 2 года назад

    Baga..dhugan..kenyaa.batee.Alhmdulilla galata rabbi

  • @aminamohammedwake726
    @aminamohammedwake726 5 лет назад

    Baghaa Rabbiin Dhugaa Basee Alhmduulilayii Alhmduulilayii Suma Alhmduulilayii muhmmad sidee heduu Garaa na nyatee 😭😭😭😭😭😭

  • @oromiyyaabiyyaatosinjaldha6582
    @oromiyyaabiyyaatosinjaldha6582 5 лет назад

    abduse anshiri dhugaani hin badu inshaa allah caalani yoo hin du .u male garani kena hin fayuu gongumaa wali ni jirachuu hin dandenu

  • @kadiiyoutube1312
    @kadiiyoutube1312 5 лет назад

    Allaah yirahamaw Wadimachinan 😭😭 laaa batasabochuu Allaah sabar yisxachew yamall walahii kan Ajesse Hajefamuu kan harka kute hakutamu Calaa bultume jazbaa wayiii Dhajesaa isalee jazbota wayiii kan obbolesa ofiii Ajessanii Rabuman isan habalesuu jiboch

    • @bekelederessa4679
      @bekelederessa4679 5 лет назад

      😅😅😅😅😅😅😉😉😉Afaani kee hin Banani Diqallani Sii

  • @wanofii9462
    @wanofii9462 5 лет назад

    Kolkolee wadhaa diqalaan sii sharmuxaa iraa bu'ii calaa bultumee raa waruumaa livii warabuu kanaa sinaa fixuu calaan gadii sii galabaxaa dhiqaa kotee calaa hiin gechuu atii argumaa kesaan naa jibisisee salamii

  • @leliistuuoromoo4423
    @leliistuuoromoo4423 5 лет назад

    Caalaa shawaa bakaa hin bu.uu ishii

  • @sifaansanyiitaddee4361
    @sifaansanyiitaddee4361 5 лет назад

    Baga gamadan dhugaa batee bayee gamanee jabadhu abdusee rabbiin jenataa ha kanufii👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏👏💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪

  • @tgiistguurrmeesaa9601
    @tgiistguurrmeesaa9601 5 лет назад

    Baga wajiin gamaanee

  • @zalikaaibraahim9635
    @zalikaaibraahim9635 4 года назад

    Sababin maali

  • @khalidalbbeireki723
    @khalidalbbeireki723 5 лет назад

    Amiin bagaa wajjin gamane caalaa bultume akeka oromuma himatami diqalan kun itti mudi abduse sii wajjin jira

  • @workechernati3860
    @workechernati3860 4 года назад

    Caalaa bultumee❤️❤️❤️🌺🌺🌺🌹🌹🌹🌹

  • @makiimakki6459
    @makiimakki6459 2 года назад

    Sanyii...nama.jabadhaa

  • @leliistuuoromoo4423
    @leliistuuoromoo4423 5 лет назад

    Of kabajii warrii shawaa shawa jetuu oduu wayii

  • @tigestilove9041
    @tigestilove9041 5 лет назад

    Bagaa dhugaan mulatee Dhigaa calaamo Rabbi dhagalasee nuhaa dhagesisu

  • @saypthoye9850
    @saypthoye9850 5 лет назад

    Ati dhugumati dhiram

  • @kamilaahmed9990
    @kamilaahmed9990 5 лет назад

    Jiradhuu Abadusee akasitii ittii himii

  • @sabisabi5102
    @sabisabi5102 5 лет назад

    Abdusdabhaganadama

  • @yasaraibaarsilijifive5338
    @yasaraibaarsilijifive5338 5 лет назад

    baguma dhugana saidi mulate😭😭😭hin turutimale ima bati wana sifi dhamu abaduse ko yo wana gari dubatu nama hin arabasi dhisii sifi hin tahu harale fi borulefi sifi tahu kesatu haadha😭👈

  • @wirtuuseenaa1603
    @wirtuuseenaa1603 5 лет назад

    Baggaa dhugaan iffaa bahee abduse kenyaa woww agaa dhugaan ke iffaa bahee sanyii

  • @iiliilliishawaa7201
    @iiliilliishawaa7201 4 года назад

    maaltu argaamee soobduu waayii kullloooooooo

  • @Fatimafatima-zw7hd
    @Fatimafatima-zw7hd 5 лет назад

    Uuuufe hadhooko rabbin bagaa dhugasaa base almdulihi

  • @sifaansifaan9813
    @sifaansifaan9813 5 лет назад

    Abdusee hadha hisani hin arabsiin ijolumaa calaraa dubatan araabsi male hadha hisani hin narbsin hatii muskina

  • @sabontusadajimmasabontusad3482
    @sabontusadajimmasabontusad3482 5 лет назад

    bagadhalattee abduse wollahii

  • @farihaabintisilami3551
    @farihaabintisilami3551 5 лет назад

    uuuuuufi Allahmdulillaah raabiin jannataan isa haa gamaachisu obboolesa kenaa garaan nu gabbaate dhugaa yaa raabii jajjaabaadha

  • @ነጃትሙሀመድ0565
    @ነጃትሙሀመድ0565 5 лет назад

    🤩🤩🤩🤩🤩🤩🤩

  • @abokoo5628
    @abokoo5628 2 года назад

    Caallaa buultomee💚💚💚💖💖💔💖💪💪💪💪💪👃👃

  • @chadyabourjeily6102
    @chadyabourjeily6102 5 лет назад +1

    Anaa dhuufu baga nagaan dhuuftee abduse

  • @tgiistguurrmeesaa9601
    @tgiistguurrmeesaa9601 5 лет назад

    Akkam

  • @hayathayat7767
    @hayathayat7767 5 лет назад +2

    dhugaa ketii isaa biyaa galtee nuratii cafartii hin bafanaa gumaa kenyaa biyatii nuu haa debisuu nagaan qofaa hin hafutii guman isaa

  • @allahauuakbaarzaharjiimmaa524
    @allahauuakbaarzaharjiimmaa524 5 лет назад

    Aakasii.iitihmii.dhiiraajimmaa.koo

  • @tgiistguurrmeesaa9601
    @tgiistguurrmeesaa9601 5 лет назад

    Sirrabareedaa

  • @ነጃትሙሀመድ0565
    @ነጃትሙሀመድ0565 5 лет назад

    Wwwwwwww Mashalaa

  • @dk7648
    @dk7648 5 лет назад +2

    Nama hin arbsin atti garuu caalaa bagaa waqayyoo isaa saxilee raabi gumaa isaa haa basuu
    Madoshaa tahuu keenyaa Akaamin bartee balagee

  • @simbirtuintalabedele3390
    @simbirtuintalabedele3390 5 лет назад +2

    Wallahi baga Rabbin karaa dhugaa irra sidemsise

  • @asteertammiru9081
    @asteertammiru9081 5 лет назад +2

    Bagaa gumaan isaan badinii caalaan of ittii goree maqaa Astistotaa fi maqaa shaw nyatee rabii isaa haa nyaatuu Annii duras Calaa hin farsinee Akkaa nama tokkotti bay'ee ittii gaddaa Afaanin falmachaa Harkaan lubbuu baasaa mal hiknii isaa yaa oromoo koo falmatotaa kanuu namaa shakkisiisaa kunii kan Akkana ilmaa oromoo irraa hin umaminii

  • @didiuser245
    @didiuser245 5 лет назад +1

    Qoshee milaa caalaa dhiqii tortora wayii

    • @geftegg8074
      @geftegg8074 5 лет назад

      Sharmuxa usii jedhii calaan lukka maal dhiqaaf hin fanifnaa

  • @burtukangutama1323
    @burtukangutama1323 5 лет назад +1

    Qoyii sumaa bichatuu jiraa kaa namanii 👏👏👏👏👏

  • @diireebadhaasoo7070
    @diireebadhaasoo7070 5 лет назад

    Baga Gammanne Alahamdulillaah

  • @oromitiiintaallaaamboocell5715
    @oromitiiintaallaaamboocell5715 5 лет назад +1

    Abdusee Hunmaataa shaawaa siinii Hunmaataa jimaatii baakaa hin qaabnuu Saarotaa jimmaa ilmaa shaarmuxaa ganaa caallaanii muxee kee saalaa shaarmuxaa

  • @rabiihasan1420
    @rabiihasan1420 5 лет назад

    Digalaa sihii kijibaa

  • @tgiistguurrmeesaa9601
    @tgiistguurrmeesaa9601 5 лет назад

    Jalalaa.nuqabsiistee

  • @tayibaabdulkader6495
    @tayibaabdulkader6495 5 лет назад

    Alhamdulillah baga walumanu baga genne dhuugaa barabana yoomile

  • @obseeobsii5682
    @obseeobsii5682 5 лет назад

    Mal abbaa keet namaa arabsitaa in bekatuu caalaa bultumee akka leenca ta,ae horii wa,ii atii

    • @sameerasameera1883
      @sameerasameera1883 5 лет назад

      ibsaa xaafaa sii goota caala saree atillee keessa jirita kafira

    • @geftegg8074
      @geftegg8074 5 лет назад +1

      Eeee Siif goota kaa gantun inni dura maallaqaaf qabsaa fakkate ima fanisa nule anii jimale mitii shawadha ok

  • @mariammm3336
    @mariammm3336 5 лет назад

    Alhamdulliillaah bagaa dhugaan mohammadi bayee

  • @giinchiishawalixaadestakeb1436
    @giinchiishawalixaadestakeb1436 5 лет назад +1

    caallaa buultomee❤❤❤❤❤👈🌿🌿🌿🌿🌿🌺🌺🌺🌺🌺

  • @zwynazwyna6773
    @zwynazwyna6773 5 лет назад

    Ijolleni shawwaa uuuuss jedhaa dhugaa osso argutani caalaa iraa hin dhabatinnaaa

  • @tgiistguurrmeesaa9601
    @tgiistguurrmeesaa9601 5 лет назад

    Goneeraa

  • @aishamama3083
    @aishamama3083 5 лет назад

    kan isiin Arabsaa turtaan jawwarii garuu kan dhugaa keessan basee Arsii dha Abba jawwarii fa,aa ishii garuu isiin nama rakko qabu qofaa gafadha midiyaa jetuu tishii

  • @xayibabintiisilami
    @xayibabintiisilami 5 лет назад

    Dhigaa ilmaa musilimaa fi dhigaa oromoo rabbi haa basuu inshaallah 😢😢😢😭😭😭

  • @leliistuuoromoo4423
    @leliistuuoromoo4423 5 лет назад

    Dhugaa ni qal.ati malee hincituu jedhaa oromoo bagaa dhugaa hin badii

  • @khalidalbbeireki723
    @khalidalbbeireki723 5 лет назад

    Ajechan muhammad sa'id irratti ademsifame sun naratile yalame jedhe hin odesu caalaan akka wan kessa hin jire

  • @sayiihacaaluuoromo428
    @sayiihacaaluuoromo428 5 лет назад +1

    Alhamdulillah yaa Rabbii koo 😍😍😍

  • @iftuutolera4019
    @iftuutolera4019 4 года назад

    Ijolee muca kana ma qalqalee ajeesufi yarbbi qalbi iti biti

  • @miscokolitimisco5954
    @miscokolitimisco5954 5 лет назад

    Caalaan saree dhugaa rabbi ijjoolleen jimmaa gumaa muhamad baasuu qabdu

  • @oromiyabiyako8976
    @oromiyabiyako8976 5 лет назад

    Inshaa allaaah yaa.allaah iti arramii Muhammad ni

  • @rashidaabadir810
    @rashidaabadir810 5 лет назад

    Bagaawalingammanee Dr Abdusee wallahibayyegaraa nanyateedutimucaasana

  • @zalikaaibraahim9635
    @zalikaaibraahim9635 4 года назад

    As wr wb sanyii obsii

  • @tigestilove9041
    @tigestilove9041 5 лет назад

    Abdusee Akkam nama arabsuu barteebo atii duroo nagaadha

  • @rabiihasan1420
    @rabiihasan1420 5 лет назад

    Uuuuss saree atii yoo feetee atee hayabamatuu saree

  • @AliHassan-bj9ym
    @AliHassan-bj9ym 5 лет назад +1

    Alahamdulillah Alahamdulillah baga woluman gamanee rabbi dhiga Isa basee

    • @lplmohj5710
      @lplmohj5710 5 лет назад

      Allhaamduulliillaay kaan Raabiin ifaa Baasee

    • @lplmohj5710
      @lplmohj5710 5 лет назад

      Callaan Buultuumee Gaaltuudhaa Dhiigaa llama oromoo dhugee caaliise

  • @radiyaaarsiirr5238
    @radiyaaarsiirr5238 5 лет назад

    Dhugaa ketii walahii jabadhuu dhugaa dubatanii yoo duu'un rakkoo hin qabuu jabadhuu sagaleen nuu tahiii gara nuu gubatee garuu mucaa mummada sanilee hin bekkuu garuu dhugatuu gara naa gubee 😢😢😢😢😭😭😭😭

  • @baaccuulove2906
    @baaccuulove2906 5 лет назад +2

    Uuuuuuffffffff waqayyo baga Dhugaa Obbolessa keenyaa Mohamed sadi muladhate😭😭
    Abdusee dhuqqee Wahii natuu keerraa ijjate😠😠😠😠😡😡😡
    Tish tortora Afaan woska 🤑🤑🤑🤑🤑

  • @jimaailoveyoujimaakatamaye6616
    @jimaailoveyoujimaakatamaye6616 5 лет назад +1

    Dhugaa jetee bagumaa dhagenee dhisaa amaa magudoo arsiitif galanii haa gahuu osoo jarii basisisu batee bahatuu jiruu turee ........?

  • @mariammm3336
    @mariammm3336 5 лет назад

    Calaa binesaa Alaa

  • @soebabiya482
    @soebabiya482 5 лет назад

    Dhugarabinii..hidhusukuu..yomiyu

  • @saliaabaajihad2435
    @saliaabaajihad2435 5 лет назад

    Aaammiiin aammiiin waalumanbaaga gaamanee dhugaan ni qaalati maale hin ciituu

  • @waanofii8649
    @waanofii8649 5 лет назад

    Oduu bichaa betaa

  • @madinamadina7551
    @madinamadina7551 2 года назад

    Hatii ta namaa hundatii hadhaa hin arafsini kaa

  • @muneeramumeera8805
    @muneeramumeera8805 5 лет назад +6

    Abdusee araba dhisi
    Ergaa garii dabaarsii

  • @miscokolitimisco5954
    @miscokolitimisco5954 5 лет назад

    Caalaattiin harka dhiigaatiin oromiyaa keessa jiraattii kunbor immoo obboleessa shee birriitti gurguratti

  • @fariyaabintiislam4172
    @fariyaabintiislam4172 5 лет назад +1

    Allahmdulillah baga walin gamane