Warri appii gaafattan achuma keessa gara gadii app download jedhu tuqii buufadhu. Garuu riyoo gaaffii kana osoo hin deebisin bira akka hin kunne yoo ani recharge hin godhin maallaqa ni baasa moo hin baasu. Kan INP nama galaafate sunis yeroo duraa recharge gochuu qabda kunis hanga recharge godhanitti yoo maallaqa dalage ni baasa moo hin baasu. Ammas erga maallaqa dalagee booda osoo hin baasin maallaquma achirra jiruun galmaawun ni danda'amaa? Tole yoo app kun cufame itti gaafatamummaa namni fudhatu jiraa? Hadaraa karaa kamiinuu tahu osoo hin turre naa deebisi
Baye galatomi wallay billa barnota ke kessati takka soba tiqqa tokko arke hin beku kan sobdu sin jedhe haa du'u nama huma gallefi ani bayyen si hordofa takka soba hin garre bayyen si galtofadha naf jiradhu❤👈
VIP??? For example my task is 10, taskii jelqabaaf 500br galchee taskii San xumuruuf balance kee gahaa miti yoo naan jedhe hoo? Ammas lammaffaa galcha jechuudhaa dafii gadi fageenyaan ibsi
Warri appii gaafattan achuma keessa gara gadii app download jedhu tuqii buufadhu. Garuu riyoo gaaffii kana osoo hin deebisin bira akka hin kunne yoo ani recharge hin godhin maallaqa ni baasa moo hin baasu. Kan INP nama galaafate sunis yeroo duraa recharge gochuu qabda kunis hanga recharge godhanitti yoo maallaqa dalage ni baasa moo hin baasu. Ammas erga maallaqa dalagee booda osoo hin baasin maallaquma achirra jiruun galmaawun ni danda'amaa? Tole yoo app kun cufame itti gaafatamummaa namni fudhatu jiraa? Hadaraa karaa kamiinuu tahu osoo hin turre naa deebisi
Dhugaa worota akkasi hin soba sina jedhu dhugaa rabbii micanyotadha obbolesa hin dhagayii wollayi jabadhu🎉🎉❤❤
As wr wb jabaadhu akkamiin seenna waan gaarii
Lakkofsa bilbilbil naa ergaa
Akata appicha itti buufatan nuf himi riyo heddu galatoomi my bro❤
BBH jedhi bufadhuu
Dhiifama riyoo gaafii kana qofa niudeebiso?
Please yero nutii himtuu baka xuqamu qabu San dubisaa nutii himmii bro
Transaction ID akkkamitti arganna
Screenshoot Isa Kam kasna please irra debi i mee🙏🙏🙏
Galatoomii an ragaan sif bahaa dhugaa rabbii shout godheen sii ergaa hojii keetiif jabadhuu
Maaliif Nadidare Eega Naadalagee Nadide
Waw piro❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉
Seensisuu dideera maaliif refresh nagodhi jedha godhe nadide namni akka kiyya isin dide like goda deebi nuu haa kennu
Siimi laman silki takafi Account takarati dalagu hin Dan damu
Ani dhuga Hassawa kee keessati Walahii Kijjiiba tokko hin arkane jabadhu
Akkami jituu bagaha jiratani
Dhugaa dubbachuuf atti nama dhugaa dha jabadhu
As wr wbtuuu
❤
9:09 9:11
10:02
Mee app clipclaps telegirama kertirra naakaai
Hin soobduu itti fayyadaman arra eagle kunoo oson Birr hin galchiin 80 Birr hojjadhee
innillee akkasumaa jedhe bar maf hin hubannee kan irra calaa sif dabalanuu yotii birri galchitedha Osoo hin galchin birri saddet sif hisabuu kiyyalle akkuma kee sanii
Garuu infinite powerin garaagaruma hin qabuu of egadhaa
Kodi lakkoofsa itoophiya male hin banu
Baye galatomi wallay billa barnota ke kessati takka soba tiqqa tokko arke hin beku kan sobdu sin jedhe haa du'u nama huma gallefi ani bayyen si hordofa takka soba hin garre bayyen si galtofadha naf jiradhu❤👈
Mashaa allaah ❤️🥰😍
Qar 500akkamiti tasking fudhanee achiraa jiruu
Aswrwb jirtaa riyo ani kan jedhu guyyaa kam kam birrii galchuufi dandeessa guyyaa hojii qofa moo sanbattanis ni dandahama deposit gochuun
Birrii osoo hin galchin task hojjadhe san bafachuu danda'a??????
Na seenu didee pls
Please naaf himi kaa real name tu dogongore ❤
Dhuga keti wly anu Ragan sif baha
Galltomi ❤❤❤
Warri Accounti hin qabne hoo kan Ethiopia hin danda,am warri biyya hin jireef
Jabadhu❤❤❤❤❤
Abbo lakofsa teelegiraami nuuf kaayi male leenkichi nagalshu dide😢
AS WR WBGalatoomi Accuntno Jaraa irrattii akkammitti galchina birri Videos Nuuf dabali
Jabaadhuu video biraa keesaa deemi nuuf hojjadhuu
Linkiin isaa hoo
Account saudi hin ta'uu moo?
Riyoo gizen vido shan hojadhee boodaa No data nan jedhee malif?
App mataa isaanii hin qabanii bro ❤
Oso hin hubatin calliste hin afufin VIP warraa dhabbatiichaattii makamuuf Jalqaba Qarshi 2000 kaffaluu qabdaa atii garuu 500 jettee odesitaa afuuftuu
Oddeefannoo akkanaa yoo keniitu obboleesa koo advisor akka him tain of beeksisi please sababni isaas short term waan taeef
Please bilbila kee na baressi
As wr wb Namanii mobayilii baankii hin qabanee shekii biffaa kaamin qarshii ergaaf ammmalee bankiin oromia hin ta'u mee naaf deebisii guudoo gaaltoom fayya argadhuu
As wr akamini ergu fade nya
as wr wb obbolesa dhugarabbii rabbii jedhita nafii banii me jazadha rabbii biradha argatah hojia hin qabu wollayi
App akkasitti buufanna?
Linkichi nadide an mee asjala nuuf kaa'i
Atu hin amanamtuu maliif yoo Nan jettee namonni baay'een mallaqaa hedduu nyaatame jira waan ta'e akkuma si kanatti dhugaa itti fakkeessan waan nyaatanif
baayyee gaariidha galatoomi akka inni maallaqa argamsiisu mirkaneeffadheera garuu gaaffiin ani qabu 1ffaa ViP keessa galuuf maallaqa ol galii gootu booda baafachuun ni danda`amaa? 2ffaa osoo qarshii ol hin galchin maallaqa vidio shanitin itti fufuun ni danda`amaa guyyaa 4 jedha waan ta`eeef 3ffaa VIP1 keessa galuuf qr 2000 galii goochuu gaafata qarshii kana yero yeroon kaffalani xumuruun hin da`amuu? ibsa gabaabaa itti nuu kennii
As.wr.wb.riyoo gaafiin.duraa dhibba shaniin yon galmaahi guyyatti birrii meqa naaf hisaabaa gaafiin lammaffaan yo maalqaan galmaahuu baadhe akkanumati fayyadame ho guyati meqa hisaaba gafiin3ffaan yon namaaf envaait godhe hotaaskiin naa ni kannama gaafii nama hundaatii nuuf debis riyoo
Shuf nagalchi mashaallh
❤❤❤dhugaadha wly
Aswrwb akkam jirtaa ngh akkam mee maqaa apilishiikeshin nu erga ka
Riyo waan nafin galletu jira naf debisime Kunis dura birri jararrati gutamu male kanan ofi kiyya jara bira argadhe sana fudhachun danda.u jechudha
Galmofotetaa moo yoo hangi atii bastuufi ammii isaan baasuu dandaan wal maddaluuu qabaa
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤waw nufe jiradhu
iinkii isaa Naaf Ergimee
link sanan dhabe maalo na gargari qaali keenya
As Wr Wb Jabadhu Jzk mashaa alah jabadhu
Yoon lakkoofsa biraatinn banadhee jedhehoo Appii kanin mubaayl baankingii ittiin banadhe kanin tahiniin Akkam mee rihoo
As wr wb annii kodii duraa maqaa kiyyanin qabadhee akkamitti jijjiradhaa.gara lakkofsattii.dhifamaa.nattii.himmi.❤❤❤❤❤piliiis.jijjiramuu.danda.aa
Maqaan sirefadhaa jedheeni Na dide maqaan na sirachuu
As.wr.wb akkaam asirratti waan naf hin galiintu jira kan akkaa appii gemmee suno akkamiin ittii fayyadamna mee
As wr wb riyo kiyya galatoomi garuu dhibba jaha jette nuti dhibba jaha waan garre akkamitti argachuu dandeenya dhibba jaha guyyaati
@@abdulazizbadruu akkuma isatti birri kuma kudha shan kaffaludhakaa
Qarshii 500 hin qabu Vip1 2000 irra jalqabaa mitti
😂😂😂😂666 maqaa yesusin haafurii kun ha digamii
Biyya keessa male hin hojjetu bro
dhugaa akka ta'e siargeen jira Appii hiinqabuu
App Isaa yeroo Yeroo link bantee galmooftu download app Kan jedhu tuqi buufadhu
As wr wb akkamii riyoo malqni yoo mifi yoom
Withdraw ta.aa
Akkamitti bakka lakkoofsaa jijjiirra?
Vidiyoo kalesaa dalagee turee hardha garu haga sa,tii kanaa naa dhufnee
Wa WR WB hin kakatin yo natii fakatu maqaa rabitin soban hin kakatu dhugumaa tu mala anilee gadi buseeraa lakaya jiraa galatomii
Video qofaan dalage.naf hin kaffalamu ?
Riyo dhugaadha garuu an lakk.bilb.accounti bankitin hin banne.rakko qabaa?
Riyo Apin sunii kamii kan fayaadamuu jirtuu
Yoo maqaan dogongore akkamitti sirresa maqa dogongore akkawonti sirri galche maqaa dogongore galche
1.Kuni carraa gaariidha yoo kaffaltii Yeroo takkaatiin waggaa guutuu nuuf kafala ta'e .
2. Yoo ji'arraa nu kafalchiisa tahe garuu baayyee rakkisaadha.
Gaafiin qaba riyoo koo
Biyya alatti ni hojjataa ?
Dhabbatni kun ethiopia kessaatti erga eegale waggaa meeqa?
Yaa riyoo keenya waan hubannoo isaa qabduufin si gaafadhee osoo naaf hin deebifne hin darbin hadaraa
😂😂😂😂😂😂 ol butii ol butii ee bada hiyyeessa hin nyaadhamini ofitii si deebisee si nyaatee baduufii
Camppaniin kun GTM isa ummata saamee bade wajjiin walfakkaata riyo kiyya mee waa'ee kana addaan nuuf baasi .
Videon naaf tuqamuu didde birri 40 dabruu dide
Abshir riyokoo sin amana anii wollahii hasumakerra anis obbolettinkos wollahimmo sin hasauu barbanna nadebisuu didde malee kalaa whatsabbii
Riyoo Ani midyaa kanarraa nama akka keetii amanu hin qabuu bar
Yeroo Takkaa Malee Video Namaf hin hojjatu Nadidee
Siriti adda basi nuti himi bro kiyya
Please lakofsa kee barbda 😢
Qrshii ittin galman bankii galchanii
Birri osoo ittin galchine
Birri 8 kan siif kaffalu gara account baasu hin dandau
Aswrwb naga leenca namaa dhugaa keetii mee lakkofsa kee naaf ergi
Aswrwb dhugaa keetii ATI dhiiraa namatti
Maaloo obboleessaa koo lakkofsa kee naaf ergi
Aboo liinkiin meettiree kan tapha kanaa
An maaliif nadideree
Dhugaa namatii tolaa amaa naaf galee jiraa riyoo kiyaa gangaam ruturaa waani kun dalagaa nuf baftee
Kanagaliin dafii naadebosii video 5 nan booda namaaf hin fiduu nadidee galatoomii
Yiyyoo shaffii nama dhugaa dubbatuudhaa garuu dhabbatiichaa ittii amaanataa?
Dhiyyenyaa kanaa waanii Alice biyyaa gootee argitee jirataa jedheen yaadaa namootaa baay'ee bochisaa jirtii kanaafii atii dhabbatiichaa ni amaanataa tannanii rakkoon hin jiruu ni seenaa sitii amannaa wanii taheef
Amaa siriti nuuf gala jiraa
An hodoftoota keeti
Akkamitti isanin wal qunna malaqa 500 galche
Dhugaa jettan habiibii
rikoo gafinkoo nu maaalif jaraa kaffallaree ? Ergaa kaffallemmoo birrumaa Kenya debisani nukennarumoo akkamii nadebisimee fayidaa kaffaltin sun qabulle nu ibsii fkn yoo 500 kaffalle hagaam nuf kennuu jechun tenyee tenyee kaffallafimoo akkamii?
Birr basun m.pessan hin tahu mo kan ethiopia duwadha riyo
Rihoo Adaraa Haraamaafi Ribaa Qofa Hin Ta'inimmoo
Odon kafalee namaf hin kafalanuu riyoo video 10 qofaa naf kenami kalee ardhaa 5n naaf kenani 40 jetasn sun skamitii
Aswrwb ❤
VIP??? For example my task is 10, taskii jelqabaaf 500br galchee taskii San xumuruuf balance kee gahaa miti yoo naan jedhe hoo? Ammas lammaffaa galcha jechuudhaa dafii gadi fageenyaan ibsi
Dhugaa kee jabadhuu si duukkaa jiraa
Ani sumaan Amana dhugaa waaqaa
Akkam 600 arganaa guyyatti
Appichi gadi buhuu dideem