HIR KOO - KUTAA 46FFAA

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 19 окт 2024

Комментарии • 818

  • @SADORATUBE
    @SADORATUBE 5 месяцев назад +140

    Dirama hirkoo kan akka koo egdani kan ilaaltanifi isiin boohaarsu na agarsiisaamee👍👍👍👍👍👍👍

  • @سقايا
    @سقايا 5 месяцев назад +20

    Kolfa nu fixaani hirkoobayee nadhibda ijjoollee oromoo cima itti fufaa sii jallana♥️♥️♥️♥️♥️🌹🌹🌹🌹🌹👍

  • @FikaduBoche
    @FikaduBoche 5 месяцев назад +76

    Namnii dirama hirkoo kanaa gugutidhan egdaan like godha

  • @munalove8571
    @munalove8571 5 месяцев назад +92

    ❤❤❤namni saganta hirkoo kana jallattan like nagodha❤❤

  • @wabigirma
    @wabigirma 5 месяцев назад +20

    Wayyoo hojii keessan biyya hambaa ta,en isiin dawwacha utuun jiru algaarran kufe dhugaa madaamin koos natti kofaalte jennani itti himee hojii keessan

  • @baqqaluugaddisaa
    @baqqaluugaddisaa 5 месяцев назад +60

    Haraa tokkoffan anaa like naf godhaa❤❤

  • @techsador
    @techsador 5 месяцев назад +31

    kan onneen isaa waan gaarii dalaguu kan jaalatuufi nama qarqaaruudhaan beekamtu, eenyutu na eda'a?🙏🙏🙏🙏🙏🙏🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹

  • @gammachuuraggaaa7811
    @gammachuuraggaaa7811 5 месяцев назад +2

    oduudhuma hirkoo kanan dhabeem haasattiin daftee eessa dhuftiifii mee jecha hirko waan isin kolfisiisu barreessamee

  • @GalgaloSara-yp2hl
    @GalgaloSara-yp2hl 5 месяцев назад +5

    Jabaadhu hirkoo koo. Garuu waaqa hin iraanfatin diiramaa gula. Dhiifamaa na godhillee!!!!!!!!!!!

  • @MubaMubarik
    @MubaMubarik 5 месяцев назад +25

    Namoonni Hirkoo ilaaluuf jecha ETV ilaalu jalqabdan commenti kana like godha data sassabacha jirra

  • @MohammedaminHussein-tz6eq
    @MohammedaminHussein-tz6eq 5 месяцев назад

    Hirkoo koo baayyeen sitti booharaa jira garuu filmii keessaan bakka duraa irraa osoo itti fuftanii natti tola! dhiifama yoo isin rakkiseef! isin jaalanna itti nuuf fufaa qaxaleewwan sabaa👌

  • @caaltuuesheetuu5763
    @caaltuuesheetuu5763 4 месяца назад

    😘😘😘😘😘😁😁😁😁😁
    Dhugumatti diraamaa qofa miti warri hirkoo kun
    Galatoomaa jiraadha malee

  • @Starcall4783
    @Starcall4783 5 месяцев назад +1

    Wow Hirkoo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @SoresaSuraa
    @SoresaSuraa Месяц назад

    Namni Akako dirama Hirko jalatanu Laikii xiqaa

  • @MesgabuTufa
    @MesgabuTufa 5 месяцев назад +4

    Kaka'umsa Gamtaan hojiif qabu kana❤

    • @HawwiBeyene
      @HawwiBeyene 5 месяцев назад

      Kan naa garametuu isaa

  • @shaafiimomaanuur
    @shaafiimomaanuur 5 месяцев назад +3

    Hirko tiyaa oromoo ta.uukkeetiif heedu siinboona heedu siijaalanale nuufi jiraadhu akkuma kanatii ittii nufufi nuufi jiraadhu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @AnasArafaat-fn5mn
    @AnasArafaat-fn5mn 4 месяца назад

    Wly osoon kolfuun booye 😢😂😂😂😂😂
    Hedduu takka das ja'a diraamichi
    Jabadhaa itti fufaa.....

  • @Kaayyoof2000
    @Kaayyoof2000 5 месяцев назад +2

    Animee Amma ammatti hojii hojjaataan keessaa hojiin kun hojii addatti. Hojii akkasii ittii fufaa. We love such type of great Art. Artiin keessaan Kun Saba guddaa Saba Oromoo ni madaala.

  • @najrannajran-mg8vo
    @najrannajran-mg8vo 5 месяцев назад +1

    Ani diraama kanaf torbiin hanga gahuf nincinqama❤❤❤❤❤bayyen jalladha wow❤❤

  • @ashrafmajali7422
    @ashrafmajali7422 4 месяца назад +1

    ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @tamirusirnesa
    @tamirusirnesa 5 месяцев назад +1

    ❤❤❤❤

  • @tayetuasefa8191
    @tayetuasefa8191 5 месяцев назад +17

    Tokofadha layiki nati robisa😂

  • @tigist9342
    @tigist9342 5 месяцев назад

    😂😂😂wowwwww jabbadha bayyee namati tola dhugaa ❤❤❤

  • @KaWare-wb7oj
    @KaWare-wb7oj 5 месяцев назад

    Baayyee namatti tola jabaadhaa dhugaa torbeen eegnee isiniin bashannanna

  • @ብሬአለክስ
    @ብሬአለክስ 4 месяца назад

    Waaqoo maloo computera baanaka ofumaa biroo teesuu fakkataa kanafuu desktop baana.
    Jabaadha jabaadha

  • @Inshalhaa
    @Inshalhaa 5 месяцев назад +2

    Namni akka kolfii imaaman😢😢 isiin busee like godhame😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @AbdiOromiya-n8j
    @AbdiOromiya-n8j 5 месяцев назад +1

    Welcome hirkoo kolfan nuu fixan dhiraman kessan bayye nuti tolee jiraa iti nuu fufaa🎉❤❤❤

  • @TsiyaKumaa
    @TsiyaKumaa 5 месяцев назад +1

    Wow Baay,ee itii bohaaree nuuf jiradhaa ❤

  • @alemneshsadesa
    @alemneshsadesa 5 месяцев назад

    😂😂😂😂😂😂😂 olii hin eyyamamne what a generation nuf jiraadhaa Qaliiwwan keenya ♥️♥️♥️♥️

  • @waqayootikisekotianihomahi9215
    @waqayootikisekotianihomahi9215 5 месяцев назад

    Dhugadha waqayotu si jirachese ebifama hundumiti kesanu🎉❤

  • @UaeUae-os8eg
    @UaeUae-os8eg 5 месяцев назад

    Dhugaa waqayoo hojiin keessaanii baayee namatii tolaa itt fufaa🎉🎉🎉🎉

  • @KaamilKaadiromadaa
    @KaamilKaadiromadaa 5 месяцев назад +6

    Aka ita Namati tolu dhuga❤❤😂😂❤❤❤

  • @RisaalaaEntertainment
    @RisaalaaEntertainment 5 месяцев назад

    Inistuu/Inisti niwallaaltan moo hirko?

  • @ChaaltuWekene
    @ChaaltuWekene 4 месяца назад

    Ijoo maaloo garaa Naadhubbee Itoon Ilaaluu mucaan Arbaa naa jalaa kuutee Hirkoofi Gaamtaan hojiikeessan nyaadha warrii Akkaa koota, an Like godhamee😂😂😂😂😂

  • @arbagugutube1928
    @arbagugutube1928 5 месяцев назад

    Diramaan hirkoo kunii heduu namaa boharsa ❤❤ diramaa afaan oromoo hunduma like gochuun jajabesaa

  • @BishaqeeFiqiru
    @BishaqeeFiqiru 5 месяцев назад

    Wayoo gamtaa fi hirkoo hojiin kessan wanumaa halaa ittii jiruu fakata jabadhaa ❤

  • @Wardatube235
    @Wardatube235 5 месяцев назад +1

    Ayii irkoo fii gamta 😂😂😂😂😂hojii kessan nyadhaa😂😂😂

  • @fanunegash9833
    @fanunegash9833 5 месяцев назад

    ❤❤❤❤hojii keessan ijolee kana gooftan isin haa ebbisuu

  • @biraneefiqireewarquu7835
    @biraneefiqireewarquu7835 5 месяцев назад

    Wow bayyee namatii toltuu jabadhaa 😂❤❤

  • @Hhgh-m9z
    @Hhgh-m9z 5 месяцев назад

    Kkkkkkk❤❤❤❤❤ jabaadhaa kolfaan nu fixxanii 😂😂😂😂

  • @MriyamaTahir
    @MriyamaTahir 5 месяцев назад

    Warrooni diramaa hirkoo nif fidaan bayee galatomaa ittin bohaara jira❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @HhHh-ke5dd
    @HhHh-ke5dd 5 месяцев назад

    Qalliwwankoo jabadhaa baayy'een isiin jallaadhaa sanyiikoo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤♻️💕💕💕💕💕💕

  • @ADAMMOHAMMED-uf3fv
    @ADAMMOHAMMED-uf3fv 4 месяца назад

    Jabadhaa bayyee namattii tolaa dhalotaa gudissaa

  • @bikilasegni
    @bikilasegni 5 месяцев назад

    Baay'ee namatti tola jabaadhaa hirkoo koo❤❤❤❤

  • @obsee-kf2nn2uo4h
    @obsee-kf2nn2uo4h 5 месяцев назад +2

    Hirkon keesaa isaa kaan bekuu rabbi qofaa jedhee dhugaadhaa keesaa namaa kaan bekuu rabbii qofaa😢😂😂😂😂😂😂😂😂

  • @Maam63768
    @Maam63768 5 месяцев назад +2

    Waan Ethiopia keessa jirtu akkaan ibsitani Galatooma ❤❤❤❤

  • @Lidiya134
    @Lidiya134 5 месяцев назад

    Woyyo baay'eema naati toltum isiin❤❤❤❤❤

  • @DawitHika
    @DawitHika 5 месяцев назад +1

    Kkkkkkk naan kolfeem dhugaa

  • @fenetdheresa3910
    @fenetdheresa3910 5 месяцев назад

    😂😂😂diiraamaa kana laluf torbee tokichi dafee naf dhumuu didee😘😘😘

  • @Fahamii-hy2cz
    @Fahamii-hy2cz 5 месяцев назад

    😂😂😂😂😂😂😂 hojii kesan nyadhaa dhugaa rabbii koflan du'ee

  • @bikilewaktole867
    @bikilewaktole867 5 месяцев назад

    hundumaa keessaan Bayyeen JAALADHA Garuu Instractor fi waaqoo yoo Diraamaan kan keessaa hin jiree yoomuu hin Bareeduu

  • @AbdiiGeerraa
    @AbdiiGeerraa 5 месяцев назад

    Aiiyaa Irkoo dhuga bayee toko Namati tola 😂❤Muca isaa durani Diramaa Amasilloo kesa hojata ture shuba iti dabala Adara 😢❤

  • @hawwiiintalaatawayidootube9335
    @hawwiiintalaatawayidootube9335 5 месяцев назад

    Hojummaa keessan nyadhaa kolfaan nuu fixan jabadhaa gaariidhaa

  • @Rexromeo95
    @Rexromeo95 5 месяцев назад +2

    abo nura turru jira me wari ture jira jatan like❤

  • @FIRONasiree.
    @FIRONasiree. 4 месяца назад +1

    Namni tiyyaa jalatuu like

  • @BonaGanale-mp3jg
    @BonaGanale-mp3jg 5 месяцев назад +1

    "Reefuu du'aa tarraffaan"....😂 I can't

  • @Seenaamucaawallagga
    @Seenaamucaawallagga 4 месяца назад

    Ajaibam Garuu Artiin keesaan baayee Namaati tolaa❤😂

  • @GediyonRaga
    @GediyonRaga 5 месяцев назад +1

    Atis like godhiif darbi❤

  • @ZERITUZELEKE-DESALEGNE-bt4cy
    @ZERITUZELEKE-DESALEGNE-bt4cy 5 месяцев назад

    Ijoollee meeqaaf F Kenne wayii hirkoo❤❤❤❤❤❤

  • @alemayehujenbare4502
    @alemayehujenbare4502 5 месяцев назад

    Iyyeen kolfe😅
    Dhugaa kun waan dinqiidha nuuf jiraadhaa

  • @Abebech-d1b
    @Abebech-d1b 5 месяцев назад

    Wayyoo gamtaa gudinutii fidee kaa❤😂😂😂😂😂

  • @miserms4091
    @miserms4091 5 месяцев назад

    Ija budaa ira afaa
    Jabaadhaa sanyiikoo ❤

  • @AbdisaHinsene
    @AbdisaHinsene 5 месяцев назад

    woow....... dhaloota isaatii kaasee fayyaa turee

  • @Hamzaa97
    @Hamzaa97 5 месяцев назад

    Namoonni akka kiyyaatti diraama hir-ko jaallattan 👍👍👍👍 tuquun nutti agarsiisa

  • @NafidFeyisa
    @NafidFeyisa 5 месяцев назад

    maalinni inni kun namatti hin tolu , wanti fireen homa keessatti hin argamu dhuga dubbachuuf ..kanaafuu baayyee laafaa jirtu waan taéef hojii gaarin nutti as bahuutu isiinirra jiraata .akka fooyyessitan abdiin qaba

  • @AbbdallaaAammee
    @AbbdallaaAammee 4 месяца назад +1

    Mali hirko badeee.😢😢😢😢😢😢

  • @Inshalhaa
    @Inshalhaa 5 месяцев назад

    Galatomiii ijoolle jalalaa kolfaan mucuq nuu gotaan nuuf kafalaamu qabaa😂😂😂😂😂

  • @oftahitube837
    @oftahitube837 5 месяцев назад

    Nuuf jiraadhu ijoollee keenya ❤

  • @fatemaafatemaa9123
    @fatemaafatemaa9123 5 месяцев назад +1

    Hirko bayee sii jaladhaa❤❤

  • @BurtuKaan-e5l
    @BurtuKaan-e5l 5 месяцев назад

    Maaloo torbe keessati lama godhaa🥹🥰
    Akkam namatti toltu😂❤

  • @HanamulatuDhaba
    @HanamulatuDhaba 5 месяцев назад

    Uffeeeee maatii kanaa eessa dhaqeen kolfaagaa😂😂🥰🥰

  • @utubaatube9766
    @utubaatube9766 5 месяцев назад

    Kkkkkkkkkkkk baayyee naa kofaalchisee jabadha

  • @alamuddiinmahammad4076
    @alamuddiinmahammad4076 4 месяца назад

    Malaatu isin gale dhuga😅😅😅😅😅😅😅 hujii teessan

  • @SufiyaanMahammad-bc1qj
    @SufiyaanMahammad-bc1qj 5 месяцев назад

    Hir koo kiyya bayyen si jaalladhaa jabadhuu ✅

  • @milkesagebeyo
    @milkesagebeyo 5 месяцев назад +1

    oooo yaa ummata qashitti baay,ee nu booharsaa jirtu

  • @ejaraadugna574
    @ejaraadugna574 5 месяцев назад

    Baay,ee gaaridha jabaadhaa👏👏👏😂😂

  • @AminaFfg
    @AminaFfg 5 месяцев назад +2

    Hirkoo malan godhaa maloo gara naa dhukubee😂😂😂😂

  • @AnesaDaba-xp2pn
    @AnesaDaba-xp2pn 5 месяцев назад

    Qaaxalee ijolee nuuf jiradha 😂😂😂😂😂🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉gamtaa akkuuma hirkoo 😂😂😂😂

  • @morkaliki2416
    @morkaliki2416 5 месяцев назад

    Wayyoo garaa koo akka har'a kolfee hin beekkk😂😂😂😂😂😂😂

  • @AbdallaaDawud
    @AbdallaaDawud 5 месяцев назад

    Namnii Akaaa Kiyatii Dirama Irkoo Kana Hordoftan Jirtuu Eyee jedhaa Baresaa

  • @kooabdinjiramegersa1131
    @kooabdinjiramegersa1131 5 месяцев назад

    Wayooo wayyooo kolfaa due ayii hirkofi gamtaaa😂😂😂😂😂😂😂

  • @Littileorogyrl-rm9uo
    @Littileorogyrl-rm9uo 5 месяцев назад

    Olii hin heyamamne ergaa guddaa qaba jabadhaa 😂😂😂❤❤❤

  • @dheeranejash6400
    @dheeranejash6400 5 месяцев назад

    Yes dhuga kan keysa Nama Rabbi tu beeka ❤❤❤❤

  • @GedionAdisu
    @GedionAdisu 5 месяцев назад +1

    Nan kolfe dhugaa

  • @AbushBirhsnu
    @AbushBirhsnu 5 месяцев назад

    Wwwaww bayyee namatti tola jabadha%%%%%%

  • @Wakshumakena-hq8wm
    @Wakshumakena-hq8wm 5 месяцев назад

    Jabaadhaa ammayyuu adaraa,itti haa fufu.❤❤❤❤

  • @SutumeTesema
    @SutumeTesema 4 месяца назад

    Nuuf jiraadha isiin jallaanna❤❤❤

  • @awwolnagash
    @awwolnagash 5 месяцев назад

    Dhugaa rabbi diraman kun barnoota bayye of kessa qaba

  • @AdinaanYusuf-vv5cn
    @AdinaanYusuf-vv5cn 5 месяцев назад +1

    Jechaa hir ko dhugumaa balchaa saffoo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @TahirGobe-ml7sr
    @TahirGobe-ml7sr 5 месяцев назад

    Hirkoo what a generation 😂😂 wawu baayyee namatti toltuu

  • @AkramBultum
    @AkramBultum 5 месяцев назад +1

    hirkoo yoomuu hawwiin eegna osoo hin dhumu ta'ee

  • @ahmedusman6248
    @ahmedusman6248 4 месяца назад

    Elaa bodaa diramma bareda hirko

  • @mulugetamiresa2167
    @mulugetamiresa2167 5 месяцев назад

    Namni diraamaa hir_koo kana akka koo daqiiqaf eegdani ilaaltani like naaf godhaamee❤❤

  • @WakoSaro
    @WakoSaro 5 месяцев назад

    Hirkoo kho Umriin kheessan haa Dagaagu🙏

  • @MuslimMohammed-g9l
    @MuslimMohammed-g9l 5 месяцев назад +34

    Welcome hir-ko

    • @fuadnuro
      @fuadnuro 5 месяцев назад +3

      Hin taane hara .

    • @WabisaMangistu
      @WabisaMangistu 5 месяцев назад

      ❤❤❤❤❤❤

  • @YusufOro-j3h
    @YusufOro-j3h 5 месяцев назад

    Umrii dheertu siif haa laatu. ❤❤❤❤❤❤

  • @faarffannaaafaanoromoo908
    @faarffannaaafaanoromoo908 5 месяцев назад

    Torbee Keessattii lama nuuf godhaamee🥰🥰😁

  • @Obsaaabdallaa12
    @Obsaaabdallaa12 5 месяцев назад +1

    Jajjabaadha yaada bareeda irra jirtaani qaaliwwan oro to

  • @LesamAmhed
    @LesamAmhed 5 месяцев назад

    Hedduu hedduu si jallanna,Hirkoo nuuf jiraadhu darbii.

  • @Hawwiikediir
    @Hawwiikediir 5 месяцев назад

    😅😅😅😅 jabadha baay'ee namati tola