Размер видео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показать панель управления
Автовоспроизведение
Автоповтор
❤❤❤❤❤❤ warroo sijaalaanna
Jabaadhaa summii hamtuutu nu keessaa baatee jirtii.
Shakashakaa! Finfinneetti deeggarsi isiniif taasifamu hanga jeettii waraanaatti isin deeggarra
Jabadhuu WBO Abdi saba
Maroo mari saba ati lencaadha mortuun utumaa mortuu hortuun imo hortii jedhaa oromon nama fayiidaaf harkaa hin laane gotaa onnee burussa kan adunyaan bekudhaa ati yomu sidukaa jira ummani oromos waqayyos jabadhuu gotakko
Kana caalaa turuun Oromoon gidiraa waan dadhabeef diigamuu danda'a. Inni keessaa bilchaatpaadha
😊😊😊😊
Iffi qooluma dhiisaa beeytoota Oromoo offiitii dabalaa Goota gudiisa mallee hin nyaatiina Angoofii hin boolooliina garaa baladhaa ykn Oromoon issiin tufuu biira geese beekaa. Iffiifi ja'ii nadhuugii siifiin dawwaa qaba ja'ee dhadhaan 😢😢😢
Ok
Gootni isaa kanadha
❤❤🎉🎉
❤❤❤
Jaal Marroo gaafin qaba.WBOn dhaabate erga Leccoon fan ittii dabbalamani egalee akkuma Ameebaati dhaaba dhallu malee biiliisuumma dhalluti hin jirtu maliifi?Ibsaa Daggaa Goota iraa egali gaddaa kee kana keessaasi Jaal Moo"ii, Intala Borana goota magalaa seente hujjii boonsaa hojjaacha turtee fi kkf.... heedutuu nyaadhamee shiira asi keeysa jiirunGaraa waliif ballaachu dhaban Jaal shanyii, Jaal shuuruubbee fan rooro himacha turani. Bu'aan wan sanii Jaal shanyii faa waraana guuda kanaan akka diinati harka kanachiifitee Oromoolee salphiifte Beeytoota Oromo kan biiyyaa allaa hirmaachisa hin jirtu furmaan mali?Jaal Marroo?
Achumatti buna guuraa. Shawaan abbaa qabdi. Kan quncisaa turtan sin gaha.
utuu abbaa qabattee maaliif ilmaan nafxanyaa harka galtii uutu hin aasayin dura waan dubbachuuf jeetu itti yaadii dubbadhu malee akka bishaan tuubboo keessaa darbuutti of keessa hin dabarsini marroon gandaaf qabsa'a jira miti
Ati silayuu Nafxanya Amara dha kanafuu Oromoo qoqodha ilaamme ati gatti qubaatu Amara tateefu waaldiiggummsaa Uummata keenyaa barbadha kaanf Akkas dubataa iilmmaa Nafxanya guyyaan kee gesetii 👎👎
@IsiyakIfa-z8l Tubboo guddaan eenyu ta'eetu? Qabsoon Marroo bar qotee bulaa Shawaa akka silmii xuuxee, hojjattoota meeqa daggalatti guuree qarshii miliyoonaan kanfalchiisee, namoota meeqa iddoo isaaniirraa buqqisee kadhataa taasise. Biyya isaatti namni qabamee qarshii kanfalee jiraa? Buqqahee magaalatti galee jiraa? Garee inni dursu mitii madda galii isaa Shawaa kan ta'e. Gaaf takka as bahee uummanne Shawaa dararamaa jira jedhee dubbatee jiraa? Sanyiis haa ta'u eenyu kana haa godhu martuu hattoota. Marroon oogganaa waraana kanaati maaf kana gootu jedhee dhaabuu hin danda'u turee. Amma maaf galan jedhanii dallanuun hin barbaachisu. Uummanni dadhabee jira. Kan barbaadu achumatti yaa waliin jiraatu. Shawaan immoo faayidaa takka qabsoo kana irraa wanti inni argate waan hin jirreef nagaa barbaada.
@@qalenjinakero5529 Dadhabina kee argisiisaa jirta.Namni ilaalcha kee doomaa kana hin deeggarre marti nafxanyaadha mitii? Nafxanyaa miti bar rakkoo hagan hin jedhamne uummata kanarratti kan qaqqabsiise. Ammas quuqamiinsa uummataa osoo hin ta'in Impaayerri warra Wallaggaa galma gahuu dhabuu isaati kan si'aarsaa jiru.
Dhugaketii galatomii hubatukoo ❤❤❤❤
❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤ warroo sijaalaanna
Jabaadhaa summii hamtuutu nu keessaa baatee jirtii.
Shakashakaa! Finfinneetti deeggarsi isiniif taasifamu hanga jeettii waraanaatti isin deeggarra
Jabadhuu WBO Abdi saba
Maroo mari saba ati lencaadha mortuun utumaa mortuu hortuun imo hortii jedhaa oromon nama fayiidaaf harkaa hin laane gotaa onnee burussa kan adunyaan bekudhaa ati yomu sidukaa jira ummani oromos waqayyos jabadhuu gotakko
Kana caalaa turuun Oromoon gidiraa waan dadhabeef diigamuu danda'a. Inni keessaa bilchaatpaadha
😊😊😊😊
Iffi qooluma dhiisaa beeytoota Oromoo offiitii dabalaa Goota gudiisa mallee hin nyaatiina Angoofii hin boolooliina garaa baladhaa ykn Oromoon issiin tufuu biira geese beekaa. Iffiifi ja'ii nadhuugii siifiin dawwaa qaba ja'ee dhadhaan 😢😢😢
Ok
Gootni isaa kanadha
❤❤🎉🎉
❤❤❤
Jaal Marroo gaafin qaba.
WBOn dhaabate erga Leccoon fan ittii dabbalamani egalee akkuma Ameebaati dhaaba dhallu malee biiliisuumma dhalluti hin jirtu maliifi?
Ibsaa Daggaa Goota iraa egali gaddaa kee kana keessaasi Jaal Moo"ii, Intala Borana goota magalaa seente hujjii boonsaa hojjaacha turtee fi kkf.... heedutuu nyaadhamee shiira asi keeysa jiirun
Garaa waliif ballaachu dhaban Jaal shanyii, Jaal shuuruubbee fan rooro himacha turani. Bu'aan wan sanii Jaal shanyii faa waraana guuda kanaan akka diinati harka kanachiifitee Oromoolee salphiifte
Beeytoota Oromo kan biiyyaa allaa hirmaachisa hin jirtu furmaan mali?
Jaal Marroo?