Tokkicha Barbaaduuf // Faaruu Haaraa Dhaloota Gooftaa - EOTC // Faarfattoota Miidiyaa Sootiriyaatiin
HTML-код
- Опубликовано: 9 фев 2025
- Faaruu Haaraa Dhaloota Gooftaa Faarfattoota Miidiyaa Sootiriyaatiin.
Laftiif Samiin kan hin daangessine
Gadaamessa Dubrootti murtaa'ee argine
Sagaltamii saglan ergamoota dhiisee
Tokkicha barbaaduuf dallaa Loonii ciise
Yaada ykn gaaffii sagantaalee Miidiyichaa irratti qabdaniif karaa lakkoofsota bilbilaa +251982084408 / +251982085508 irratti nuuf bilbiluu dandeessu.
Maatii Miidiyaa Sootiriyaa ta'uun tajaajiloota Miidiyichaa akka argattaniif liinkiiwwan armaan gadii akka fayyadamtan jaalalaan isin affeerra.
RUclips: / @soteriamedia21
Telegram: t.me/Soteriamedia
Facebook: / soteriamedia21
#eotc #church #Lallaba #Ortodoksii #መስቀል #Orthodox #faaruuortodoksii #faaruu #mezmur #sibket #ethiopianorthodoxtewahedochurch #spritual #coomingsoon #Tajaajila #salvation #tewahed#ደመራ #kadhannaa #eotc #Sagaleedhugaa #orthodoxtewahdo #amen #ameen #Damaraa #masqala #eotc_mk #eotcmk #oriental