Giddu galli guddisa daa'immanii Abdii Boruu Oromiyaa Malkaa Noonnootti ijaarame eebbifame

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 13 дек 2024
  • Guddina biyyaa mirkaneessuuf hojiin namoomarratti xiyyeeffate murteessaadha jedhan,Ministirri muummee Dr. Abiyyi Ahimad.
    Pirezidaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa, Obbo Shimallis Abdiisaa giddu galli ijaarame giddu gala dhalootni keessatti guddatudha jedhan.
    Giddu galli guddisa daa'immanii Abdii Borii Oromiyaa magaalaa Shaggar kutaa magaalaa Malkaa Noonnootti ijaarame eebbifame.

Комментарии • 1