YOSEF OFKALA : DHAGAA IFU
HTML-код
- Опубликовано: 24 янв 2025
- #Oboromedia #oromogospelsong #faarfannaa_afaan_oromoo
SINGER #YOSEF_OFKALA
TOPIC #DHAGAA_IFU🔆
Music: #Abinet_Gebeyo(Aby_studio)
Masenqo #Dagsew Saxophone #Zarihun_Belete
Feat #Eba_waqgari Camera&Editing #Abrish
Color #Beka_samuel(bag_studio)
Director #Abrish
#Olit_film production
Nabi-Graphics:Creative
waan daawattaniif hedduu galatoomaa
Dubaroota warra shubbisan sana yoo dhiistanihoo
Faarfannaan kee hundumti isaa waa'ee jireenya isa aduu garasiiti. Baay'ee namatti tola. Waaqayyo inni ulfinaan guutuu ija kee waan aduu gadii irraa kaaseera!
Ayyaanni Kiristoos Gooftaa keenyaa ammallee siif haa baay'atu.
Waa'ee sochii irratti immoo , ulfina Abbaa koo Yesusiif taanaan akka barbaaddetti shubbisi!
❤❤❤❤❤
Josy hedduun si jaalladha adaraa jaalala Gooftaanan si kadhadha, shubbisa mana daadhii keessumaa baaftee hin fayyadamiin. Ergaakee damma kana haguuga.
Warra utaalee shubbisee miira isaa bahee galgalli isaanii daaraa ta'es yaadadhu.
Jabadhu saa ebisuu
yoseef dhugumaan warri comment hamaa fi sammuutti si bu'uuf jedhanii barreessan tokko tokko jiru! haata'uyyuu malee ati isa aduu garasii faarsite; waa'ee gonfoo isa borii nu yaadachiiste; Gatiin kee jireenya barabaraa siif haata'u! akka sitti toletti shubbisii faarsi !!!! '' Yesuus ilma waaqayyoon iyyuu namni ilma muka sooftichaa jette'oo !" ,maaltu si dhibe? Guddaa eebbifami...............
Eebbifami Josy koo
Heedduunfaarsaakee jaalladha .Eebbifami
Ergaansaallee bareedaadha, garuu sirbichi keessa bahaadha!
sii gale taanaan qullayyu yoo faarsite homaa miti
Waaqayyoo Aayyaa isa siif baceessu
Gooftaan ogummasa kanumaan cala siif ha bayyiisu ebbiifamii
Eebbifamii ❤❤❤
Firii kaaku
Wooow ebifami dhugaa baayee bareedadha
God bless you❤❤❤
Namatti tola
Ebbifami
Baay'ee namatti tola eebbifami
Waaqayyoo si haa eebbiisuu farfannan kee abdii namaati hooraa
Faarfannichi gaariidha garuu sirba godhani warra taatotaa
waaqayyo si haa eebbisu
Ebifaamii
Wow excellent
Wwwwww❤❤❤❤❤❤❤
Ammmmmeeen AmmmmmmeenAmmmeen Ammeen ebbifamaa 🙏🙏🙏🙏
Amen Amen 🙏🙏
Ebbifami
Waqaayoo sinnitti haa Araaramuu
Amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen amen ❤️ 🙏 🙌 👏
Ebbifami❤❤❤
Ameen ameen ameen
Adaraa ergaa bareedaa kana ragadaan utuu busheessuu baattanii
Ameen ❤
Faarfanna ❤❤❤
Eebiifamii
EEBBIFAMII
Ameen Ameen Ameen Ebbifmaa
Amenamen🎉🎉❤❤❤❤
Amen amen❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Uuuuuuufffffffff Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen
🎉🎉🎉
❤❤❤❤❤
🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
Yerusalemin qaba
P80😊😅😅😅H.
Bareeda garu maali shubbisni faaruu afuura keessati fayyadamu moo? Director hin dhabdee obbolessakoo
Kakuudhan
𝑼𝒖𝒖𝒇𝒆𝒆
Eebbifami
❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤