Размер видео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показать панель управления
Автовоспроизведение
Автоповтор
wow ayyaanni waaqayyoo siif ha baay'atu! hundee ati dhugaa nama jabaadha! fuula duratti kanaa caalaa waan gaarii sirraa eegna jabaadhu eebbifamii!!!
baayyee ittiin ebbifamne kanuma caalaa itti fufi
Wow!!😍😍 i have no words😯😯 God bless you more Hundeeko🥰
Faarfannaa ajaa'ibaati. Blessed more!
Dhaggeffadhee quufuun dadhabee dhugaa bara itti dhaloonii waliin dhahee goota biyya lafaaf harkaa dhahu keessa #hundeen immo gootni yesuus jechuun dhufee mogolee jara dhahe wow baga milkofte jabduu koo itti fufi...... ammayyu hojiin kee ha bareedu❤
Eenyudha Gootni?Yesuusdha inni!!What a beautiful song! May God bless the singers!!
Ameen! God bless you too
Dhugaadha Faarsa Yeroosaaf iddoosaatti Dhamdhama minya'aa Qabuudha! Hundeekoo waanin jedhu yoo jiraate Waaqayyoo ammallee daddabalee surraaf ayyaana isaa siif haa baayyisuu sichuu waan baayyee sirra eegna!❤️❤️❤️❤️❤️YESUUSIIN OL GOOTNIS TAHEE MOOTIIN KAMIYYUI HIN JIRU ⚠
Wow!! What a song! The lyrics hits different.. the music the video... ohh amzing!!
thanks a lot bro, God bless you
Ayyaanni gooftaa keenya Yesus Kristos ammayyuu siif haa baayyatu jaallatamaa Hundee💖
wawitti quufeera ayyaanomaakoo ammas eebbifami
misgee koo nama jabaa
Wow Amazing Hundee Qaxalee Mucaa, Barri kee hafees Nuuf haa eebbifamu Haadhoko dhugaa Faarffannaa Waaqeffannaaf Waaqayyootti lafee namaa dhiyeessudha Maalooka Ayyaanni fi Ogummaan kun sirratti haa ragu Ammas Eebbifami dhugaa❤❤❤
Ameen Naa jiraadhu
Faarfannaa kan erga gadhiifamee si'a shan irraa deebi'ee dhaggeefadheera garuu quufuu hin dandeenye.faarfannaa hin quufamnedha. Jalqaba hanga xumuraatti guddummaa kiristoos faarsa. Waan macaafa qulqulluu dubbisaa jirtu sitti fakkaata. Hunde waaqayyoo isa ayyaana kana sirra kaheef galanni haa ta'u.Eebbifami!
Jabaadhu Jabaa Ilmaa !!!
'GOOTNI YESUUS' faarfannaa ajaa'ibaati! ammallee gootichi si haa eebbisu! jaabaadhu!
Haleluuyyaa...❤
Ayyaanni sif baayateraa hundekoo😍
Nashishaa thanks a lot...stay blessed
Hundee koo waqayyoo guddaa siin haa ebbisu ergaa sirrii dha Gooni Yesuusi
Fuulduratti waan caalu akka hojjettu abdiin qaba. Blessings
Hundee mucaa qaalii my God bless you more and more
Eebbifamaa, ulfaadhaa! YESUUS ammallee ol ol haa jedhu
wow , walaloo in jibbituu , eebbifami Obbole
❤❤❤❤❤❤❤Ameeeeen Ameeeeen ❤❤❤❤❤
waqayyoo ayyanaasa sif haa baayisuu hundee
"GOOTNI YESUUS!" Hundee Ayyaanni isaa siif haa baay'atu qaxalee.
Kaayyoo nama jaalalaa Ameen siif illee haa baay'atu nama Guddaa ko, Ulfaadhu
Eenyu gootni❤
Wow hundekoo ebbiffamii bay’ee namatii tola
Ebbifama ayyani farfanna kanuma calaa sif hadabalamu maqaa yesusin❤❤❤
Eebbifami Hundee❤
Ebbifamaa waaqayyoo Ayyaana kana sirrattii haa hambisuu
❤
Hundeeko! Yesuusiin ol gootni biraan hin jiru!
What a luscious song🥰🥰🥰 Waaqayyoof Galatni haa ta'u Hundee koo
Abboo Aakka Ajaa'ibaati Eebbifami
Wow! Gootni yesuus
Wow!Amazing 🙌 ❤❤❤❤❤Blessed song by Blessed man!!
Wow ❤
Great job❤❤❤Keep going, brother
Woooooow Amazing Ebbiffamii 🙏🙏
Ayyaanni waaqayyo siif ha baayyatu hundekoo
Wow hundisha waaqayyoo kanuma calatii siha eebbiissu ❤❤❤❤
Hubannaa gaarii
Ebiffami❤❤❤❤
Hundeekoo😊😊 woow AmazingEebbifami!
Eebbifami HundeeKo💕
Hundekoo; Waaqayyoo si haa eebbisuu!
Gootni Yesuusi🔥Eebbifami Hunde
Wwwww qaxalee mucaa
gootni yesuus🥰 haalelluyyaa!
Eebbifami HundumaAmazing song
Amazing
hundisha. ayyaanni siif haa baayyatu
Wowww ❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Jabaadhuu jabaa wayii
Eebbifami
Ifawok blessed ma bro
Hundee #GBUEebbifami❤️❤️
Eebbifami Hunda ..🎉🎉🎉
Hundeekoo eebbifami…❤❤❤
Eebbifamaa mucaa❤❤
Albuudota si keessaatti deebina ammammoo Qayyoo ko your ma blessing
Amazing song🙏🙏
wow Amazing Hunde
Amazing ❤
Ebbifama ebbifama ebbifama ebbifama 🤲 ♥️ ❤️ 😍
Eebbifamaako❤❤❤
Blessed ♥️♥️♥️
Eebbifamii🥰🙏
Ammmeni
Wooow Hundee ❤❤❤❤❤
Wow amazing ❤❤❤
Ebbifamtetta Hunde koo!
Anuu beeka gootan faarsu
Woooooww
WOW😯
Best song
❤❤❤❤❤❤❤❤ Hunde❤❤❤❤❤
gootni yesus
Nice ❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤
❤❤🥰🥰🥰🥰
W 6:58
#GOOTNI_YESUUS_FULL_LYRICSEenyudha gootni?*2Isa ajjeesu moo?Isa lubbuusaa kenneecubbamaa fayyisuEenyudha gootni?*2Yaa jarana mee natti himaa!Isa ajjeesu moo?Isa lubbuu isaa kenneeFayyise ilmaan namaa(Anuu beeka*2 gootan faarsu)*2Goota lubbuu isaa kenneeOfii isaa wareegeCubbamaa fayyisu************************************************************************************************************************Qaayinii jalqabee ganamtu akkasiLubbuu haadhoo isaatii biliq kan godheInni takkaa hin yaanne akka isa joorsuGootummaan wal faarsa gamaaf gamasiiLubbuu walii baasa jagnooma godheeMirga #UUMAA sarbee mirga ajjeesuuBara darbaa dabarsa achii dhuftuKan cubbuun ciriqii qabdee huuteCubbamaa lubbuu isaatiif wixxifatuKan lammiif qajeelchuuf jecha teessooBoodee qaratee horfee albeen wal ciraaDhiiga walii isaa otuu dhibaafatuu(Amma dubbiin galagaleetu..........EeyyeeGooti isa kana inni jabaan jabanaaEenyu ture kan ati akeektu?Goota jechuun kunoo isa kana...)*2(Eenyudha gootni?#YESUUSidha inni:-Ba'aa cubbuu kiyya isa baate saniMirga jiraachuu isa naa laachise inniEenyudha gootni?#YESUUSI malee:-Kan ofii of wareegee fala naaf faleDhiiga ofii isaa baatee achii ol naaf gale!)*2************************************************************************************************************************************(Goota jechuun kana elan beekeIsa diina isaatiif lubbuu laatuMalee maalsaat gootan lubbuu baasuHoolaa araaraa ta'ee gidduu galeCubbuu biyya lafaa ofirra tuuleeCubbaamaaf fuula Abbaa eeyyemsiisu)*2(#YESUUS ilma Waaqaati maqaan isaaCubbamootaaf hulaa isa baneCubbuu hundumaaf qoricha dhiigni isaaGoota isa karaa isaa luba baane)*2(Eenyuree Gootni?#YESUUSidha inni:-Ba'aa cubbuu kiyya isa baate saniMirga jiraachuu isa naa laachise inniEenyudha gootni?#YESUUSI malee:-Kan ofii of wareegee fala naaf faleDhiiga ofii isaa baatee achii ol naaf gale!)*2***************************************************************************************************************************************(YESUUS*3Gootni YESUUSGootni YESUUSGootni YESUUS kooHoo.....)*2(Eenyudha gootni?#YESUUSidha inni:-Ba'aa cubbuu kiyya isa baate saniMirga jiraachuu isa naa laachise inniEenyudha gootni?#YESUUSI malee:-Kan ofii of wareegee fala naaf faleDhiiga ofii isaa baatee achii ol naaf gale!)*2
🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
🙏🙏🙏🥺🤲🤲👏🦋🦋❣️❣️
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
enyudha gonni?????????????????????????????????????????????????????????????? yesusi male
❤❤❤
❤❤
❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤
wow ayyaanni waaqayyoo siif ha baay'atu! hundee ati dhugaa nama jabaadha! fuula duratti kanaa caalaa waan gaarii sirraa eegna jabaadhu eebbifamii!!!
baayyee ittiin ebbifamne kanuma caalaa itti fufi
Wow!!😍😍 i have no words😯😯 God bless you more Hundeeko🥰
Faarfannaa ajaa'ibaati. Blessed more!
Dhaggeffadhee quufuun dadhabee dhugaa bara itti dhaloonii waliin dhahee goota biyya lafaaf harkaa dhahu keessa #hundeen immo gootni yesuus jechuun dhufee mogolee jara dhahe wow baga milkofte jabduu koo itti fufi...... ammayyu hojiin kee ha bareedu❤
Eenyudha Gootni?
Yesuusdha inni!!
What a beautiful song! May God bless the singers!!
Ameen! God bless you too
Dhugaadha Faarsa Yeroosaaf iddoosaatti Dhamdhama minya'aa Qabuudha! Hundeekoo waanin jedhu yoo jiraate Waaqayyoo ammallee daddabalee surraaf ayyaana isaa siif haa baayyisuu sichuu waan baayyee sirra eegna!❤️❤️❤️❤️❤️
YESUUSIIN OL GOOTNIS TAHEE MOOTIIN KAMIYYUI HIN JIRU ⚠
Wow!! What a song! The lyrics hits different.. the music the video... ohh amzing!!
thanks a lot bro, God bless you
Ayyaanni gooftaa keenya Yesus Kristos ammayyuu siif haa baayyatu jaallatamaa Hundee💖
waw
itti quufeera ayyaanomaakoo ammas eebbifami
misgee koo nama jabaa
Wow Amazing Hundee Qaxalee Mucaa, Barri kee hafees Nuuf haa eebbifamu Haadhoko dhugaa Faarffannaa Waaqeffannaaf Waaqayyootti lafee namaa dhiyeessudha Maalooka Ayyaanni fi Ogummaan kun sirratti haa ragu Ammas Eebbifami dhugaa❤❤❤
Ameen Naa jiraadhu
Faarfannaa kan erga gadhiifamee si'a shan irraa deebi'ee dhaggeefadheera garuu quufuu hin dandeenye.
faarfannaa hin quufamnedha.
Jalqaba hanga xumuraatti guddummaa kiristoos faarsa.
Waan macaafa qulqulluu dubbisaa jirtu sitti fakkaata.
Hunde waaqayyoo isa ayyaana kana sirra kaheef galanni haa ta'u.
Eebbifami!
Jabaadhu Jabaa Ilmaa !!!
'GOOTNI YESUUS' faarfannaa ajaa'ibaati! ammallee gootichi si haa eebbisu! jaabaadhu!
Haleluuyyaa...❤
Ayyaanni sif baayateraa hundekoo😍
Nashishaa thanks a lot...stay blessed
Hundee koo waqayyoo guddaa siin haa ebbisu ergaa sirrii dha
Gooni Yesuusi
Fuulduratti waan caalu akka hojjettu abdiin qaba. Blessings
Hundee mucaa qaalii my God bless you more and more
Eebbifamaa, ulfaadhaa! YESUUS ammallee ol ol haa jedhu
wow , walaloo in jibbituu , eebbifami Obbole
❤❤❤❤❤❤❤Ameeeeen Ameeeeen ❤❤❤❤❤
waqayyoo ayyanaasa sif haa baayisuu hundee
"GOOTNI YESUUS!" Hundee Ayyaanni isaa siif haa baay'atu qaxalee.
Kaayyoo nama jaalalaa Ameen siif illee haa baay'atu nama Guddaa ko, Ulfaadhu
Eenyu gootni❤
Wow hundekoo ebbiffamii bay’ee namatii tola
Ebbifama ayyani farfanna kanuma calaa sif hadabalamu maqaa yesusin❤❤❤
Eebbifami Hundee❤
Ebbifamaa waaqayyoo Ayyaana kana sirrattii haa hambisuu
❤
Hundeeko! Yesuusiin ol gootni biraan hin jiru!
What a luscious song🥰🥰🥰 Waaqayyoof Galatni haa ta'u Hundee koo
❤
Abboo Aakka Ajaa'ibaati Eebbifami
Wow! Gootni yesuus
Wow!Amazing 🙌 ❤❤❤❤❤
Blessed song by Blessed man!!
Wow ❤
Great job❤❤❤
Keep going, brother
Woooooow Amazing Ebbiffamii 🙏🙏
Ayyaanni waaqayyo siif ha baayyatu hundekoo
Wow hundisha waaqayyoo kanuma calatii siha eebbiissu ❤❤❤❤
Hubannaa gaarii
Ebiffami❤❤❤❤
Hundeekoo😊😊 woow Amazing
Eebbifami!
Eebbifami HundeeKo💕
Hundekoo; Waaqayyoo si haa eebbisuu!
Gootni Yesuusi🔥
Eebbifami Hunde
Wwwww qaxalee mucaa
gootni yesuus🥰 haalelluyyaa!
Eebbifami Hunduma
Amazing song
Amazing
hundisha. ayyaanni siif haa baayyatu
Wowww ❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
Jabaadhuu jabaa wayii
Eebbifami
Ifawok blessed ma bro
Hundee #GBU
Eebbifami❤️❤️
Eebbifami Hunda ..🎉🎉🎉
Hundeekoo eebbifami…❤❤❤
Eebbifamaa mucaa❤❤
Albuudota si keessaatti deebina ammammoo Qayyoo ko your ma blessing
Amazing song🙏🙏
wow Amazing Hunde
Amazing ❤
Ebbifama ebbifama ebbifama ebbifama 🤲 ♥️ ❤️ 😍
Eebbifamaako❤❤❤
Blessed ♥️♥️♥️
Eebbifamii🥰🙏
Ammmeni
Wooow Hundee ❤❤❤❤❤
Wow amazing ❤❤❤
Ebbifamtetta Hunde koo!
Anuu beeka gootan faarsu
Woooooww
WOW😯
Best song
❤❤❤❤❤❤❤❤ Hunde❤❤❤❤❤
gootni yesus
Nice ❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤
❤❤🥰🥰🥰🥰
W 6:58
#GOOTNI_YESUUS_FULL_LYRICS
Eenyudha gootni?*2
Isa ajjeesu moo?
Isa lubbuusaa kennee
cubbamaa fayyisu
Eenyudha gootni?*2
Yaa jarana mee natti himaa!
Isa ajjeesu moo?
Isa lubbuu isaa kennee
Fayyise ilmaan namaa
(Anuu beeka*2 gootan faarsu)*2
Goota lubbuu isaa kennee
Ofii isaa wareege
Cubbamaa fayyisu
****************************************
****************************************
****************************************
Qaayinii jalqabee ganamtu akkasi
Lubbuu haadhoo isaatii biliq kan godhe
Inni takkaa hin yaanne akka isa joorsu
Gootummaan wal faarsa gamaaf gamasii
Lubbuu walii baasa jagnooma godhee
Mirga #UUMAA sarbee mirga ajjeesuu
Bara darbaa dabarsa achii dhuftu
Kan cubbuun ciriqii qabdee huute
Cubbamaa lubbuu isaatiif wixxifatu
Kan lammiif qajeelchuuf jecha teessoo
Boodee qaratee horfee albeen wal ciraa
Dhiiga walii isaa otuu dhibaafatuu
(Amma dubbiin galagaleetu
..........Eeyyee
Gooti isa kana inni jabaan jabanaa
Eenyu ture kan ati akeektu?
Goota jechuun kunoo isa kana...)*2
(Eenyudha gootni?
#YESUUSidha inni:-
Ba'aa cubbuu kiyya isa baate sani
Mirga jiraachuu isa naa laachise inni
Eenyudha gootni?
#YESUUSI malee:-
Kan ofii of wareegee fala naaf fale
Dhiiga ofii isaa baatee achii ol naaf gale!)*2
********************************************
********************************************
********************************************
(Goota jechuun kana elan beeke
Isa diina isaatiif lubbuu laatu
Malee maalsaat gootan lubbuu baasu
Hoolaa araaraa ta'ee gidduu gale
Cubbuu biyya lafaa ofirra tuulee
Cubbaamaaf fuula Abbaa eeyyemsiisu)*2
(#YESUUS ilma Waaqaati maqaan isaa
Cubbamootaaf hulaa isa bane
Cubbuu hundumaaf qoricha dhiigni isaa
Goota isa karaa isaa luba baane)*2
(Eenyuree Gootni?
#YESUUSidha inni:-
Ba'aa cubbuu kiyya isa baate sani
Mirga jiraachuu isa naa laachise inni
Eenyudha gootni?
#YESUUSI malee:-
Kan ofii of wareegee fala naaf fale
Dhiiga ofii isaa baatee achii ol naaf gale!)*2
*********************************************
*********************************************
*********************************************
(YESUUS*3
Gootni YESUUS
Gootni YESUUS
Gootni YESUUS koo
Hoo.....)*2