Uuuuuuuu😭😭😭😭😭😭😭😭 Faarfannaa olitti kun quufuun dadhabee dhugaa Waaqayyoo jechaa hin qabu an. Waaqayyoo gooftaan bara keessaan haa eebbisuu nama Waaqayyoo.
uuuffeee waaqayyoo bara keessan haa ebbisu faarfaannaa dhageeffatamee hin qufamneedha waaqayyoo aararaa isa nuuf haa bayy'isu 😭🥺 Yeroosan kun yeroo aararaaf gara waaqayyootti bo'anidha
Uuuufffeee😭😭😭 Ameeeeeen ameeeeeeen
Motee koo waqayyoo baraa kee haa ebisuu qaxalee nama waqayyoo nuf jiradhuuuuuu ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
.
.
.
In deebinaa, In deebina
Nu deebisi qalbii keenya
Biyya dhaale hojiin hammeenyaa
Nu iolchi yaa uumaa keenyaa🙏🙏
.
.
.
Dhiifama dhiifamaa🙏
Gooftaa dhiifamaa🙏
.
.
.
Eebbifami Mootummaa🥰
Mote koo waaqayyoo gooftaan ayyaana kana caalu siif haa dabalu 🙏🙏🙏🙏🙏🙏😭uuuuffeeeekaa dhiifama
Ameen Waaqayyo maaloo garaa nuuf laafikaa!! [Guddaa Eebbifami far. Mirreessaa]
Waaqayyo baraaf jireenya kee haa eebbisu.
Gurra keenya duudeef waaqayyo nuuf haa banu.
May God bless you for spiritually, mentally and economically.
Nuuf Deebisi qlbii keenyaa
Biyya dhalee hojiin hammenyaa
Nu olchii yaa umaa keenyaa.
Ameen Eebbifaami Brother I Love you so much!
Waaqayyo ayyana siif haa bayyisu dhugaa ergaa guddadha waaqayyo araaraa nuuf haa bayyisu 😭
Bara dhaloota harkaa qalbiin badetti qalbiin nuuf haa deebi'u jechuun hubannaa addaati, abbaan kennaa ulfina isaa haa fudhatu jechaa siin ammoo ayyaana isaa dachaa siif haa arjoomuun hawwii koofi kadhata kooti. Jabaadhu Mootii keenya
Jabaa kiyya gara iddoo itti fayyinuutti waan nu akeekteef eeybifami 🙏
Inni nu haa fayyisu😭😭😭😭😭
Uuuuuufii motiko ebbifami ayyani Waaqayyo issinif yaa bayatu uuuuuuuuufeeee
Farfattaa Motummaa nama guyyaa qaliif waaqayyoo si keewateedha jabbadhu
🙏
Waaqayyo Garalaafessadha! Iyyaa fi wawwaannaa dhaloota kanaa in arga, in dhaga'as.
Eebbifami Mootummaa!
Waqayyoo iyaa keefi wawanaa kee haa dhaguu obbolessa koo ebbifamii 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭garaa dhugaa garaa sirtii nuu debisii
Uuuuuuuffffeee ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ammeen ayyaanii waqaayyoo guddaa mana kee irraati dachaa haa bayyaatuu 😭😭😭😭😭 farfafana kana akkati bo'e dhagefadha turee dhugaadha waqaayyoo! 😭😭
Uuuuuffffffeeeeeee dhugaadha waaqayyo barakee haa ebbisuu😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
Uuuuuuuu😭😭😭😭😭😭😭😭
Faarfannaa olitti kun quufuun dadhabee dhugaa Waaqayyoo jechaa hin qabu an.
Waaqayyoo gooftaan bara keessaan haa eebbisuu nama Waaqayyoo.
Waaqayyo si haa eebbisu mootii hafii jiraadhu
Faarsaa Sabni bara hedduu eega ture sabaaf faarfatee dhugaa mootisha jabaadhu baayyee bareeda dacha eebbifami
Waaqayyo si haa eebbisu!
Jiraadhu!
Kadhannaa kee nuuf haa dhaga'u!
Jechaa Hin qabuu barii kee haa ebifamuu Motumaa koo 🙏🙏🙏
Waaqayyo kana caalaa hubanaa isaa siif haa bayyisu, faarfannaa sirriitti yeroo keessa jiru ibsudha.eebbiffami Mootii ko!
Jabaakoo nuuf jiraadhu umurii dheertu
uuuffeee waaqayyoo bara keessan haa ebbisu faarfaannaa dhageeffatamee hin qufamneedha
waaqayyoo aararaa isa nuuf haa bayy'isu
😭🥺
Yeroosan kun yeroo aararaaf gara waaqayyootti bo'anidha
Ameeen ameeen Ameen ebifama dacha ebifama 🤲🤲🤲🤲📖📖📖📖💓
Obboloota Jaalatamoo Jabaadha. Isiin haa eebbisuu Yeesuus.
Uufffffeeee ammeeeen Ammeeeen maloo abbaa koo dhifamaa dhifamaa 😭😭🙏
Waaqayyo isin yaa eebbisu! Daddabalee isin yaa eebbosu!
Gooftaan barakee hafe hunda haa eebbisu!!! Gooftaan nu haa deebisu ijaasaanis nu haa mil'atu.
Waqaayoo siin haa ebbisuu 🥰🥰
Waqayyon siyaa ebbisuu ebifamii
Woow! May God bless you Moti for this what amazing song😍😍😍
Ameeeeen ameeeeen ameeeeen ebifamii dachaa 🙏
AMMEN AMMEN AMMEN WAAQAYYO BARAFI JIRENYAA KEE YAA EBISUU EBIFAMI DACHANII
Waaqayyoo garaa nuuuf haa laafu yoo fedhasaa ta'ee!
Uuuuufffeee Amen Amen Amen
Ebbiifamaa ebbiifamaa🙏🙏 🥰♥️
Guddaa isaa eebbifami nama waaqayyoo
Mootiiko, guddaan sijaalladha! Eebbifami
jaalladheera:God bless u
Dhifaama Dhifaama abbaa Dhifaama uuuuffffeee ebbifaama😭😭😭🤗
Ebbifama ammeeen ❤❤
Uuuuuuuuuiffff maalookaa waaqayyoo koo😭😭😭😭😭😭
Wawuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuu eebbifamii Motishaa
Uuuffeee dhifamaa gooftaa koo😭😭👏👏
Dhiifamaa yesuuskoo😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Eebbifamii Mo'ee koo
Garaa nuuf laafi abbaa koo😭😭😭😭
Ameeen ameeeen ebifami maca kakuu
ዘመንህ ብርክ ይበልልኝ ሞቲየኮ
Ameeeeen Ameeeeen Eebbifama
waaqayyo si haa eebbisu
Galatoomi Mootiikoo🤝🙏🙏🙏🙏
Ameeen eebbifamaa🙏
Ameen ayyanomi uuffey😢🙏
Wow ❤ ebbifamaa
Nu debisii yesuskoo🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Amen Eebifamaa waqayyoo siin haa ebisuu ❤🙏🙏!
Ameeeen waaqayyoo!!!
Eebbifami Mooti!
AMEEN AMEEEN Eebbifamaa maqaa yesusin
Eebbifamakoo namaa guddaa ammayyuu ayyanomii❤🙏
Ameen ameen Ameen
Eebbifamii mootiikoo
Ebifamaa nuuf jiraadha.
Eebbifami eebbifamaako.
Nuu deebisii waqayyoo, hin deebina Luq. 13:1.
Ameen nuu deebise
Yeroo dhiyootti faarsaa badhaadhaadha araaraanii jedhu qabannee dhufaa jirra
Mootii keenyaa!!
Uuuuffeeee mootii koo akkasuma lapheen kee ha boqootu..
naaf eebbifami Mootishaa
Eebbifamaa Eebbifamaa Eebbifamaa
thank you M. koo
Eebbifamaa!
Ergaa ajaa'ibaadha
Eebbifamii
Ameen eebbifami guddaa 🥰🙏
God bless u mootummaa!
JABAA NAMAA!!!!!!
Amazing Song.. God bless you abundantly
Ebifamii😘🥰
Ameeeen Ameeeen 😭😭😭😭
God belise you
Ameeeen
Ameeeen ameeeen ameeen 😥❣🙏
amen amen amen 😢❤️🙏
Uuuufffeeee
Wwwwwww
😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Woow! May God bless you Moti for this what amazing song😍😍😍
Eebbifamii
Eebbifami mootiikoo
Eebifami!!!
Eebbifamaa!