Maashaa aallah Ibsu please qalbi obse prankin hin werersinin obsen heddu gara lafetti dha wolyi ani dhuguman boye😢 hundaafu rabbi woliin isin haa tursiisu❤ Ibsu &Obse long life together ❤❤🌹🍭🙌
Wl wr wb Mashalla Mashalla Mashalla Mashalla Mashalla umata jalala jabdha miskn obse baredu ko jabdhu jabdu tena 🥰 amala qabetii ko qali love you 😍 😘 💖 ❤
Pirank dhiyootana isiin irrati hojattee kaa ala hin bahini tokko hin argine hedduu na argite achirratti akka waan isiin abba mana taateeti itti dubbattii
We will continue fighting until Independents of oromo Land Including our port city of red sea zalila and Indian Ocean port city of Lamu we are the W.B.O family.
MaashaaAllaah Taabrkallaah Obasen Amma ufata Seeraani Ufata jiratti Allahamadullillahi Mee Worrii Ufannani Isii Isiniti tollee
Ijoollee tanatu jaalala na barsiise dhuugaa Rabbi waliif isin haa dhuusu ❤️❤️namni akka kiyyatti isaan jaallatu like godhi👍
Kkkkkkkk ufitii guraa jirtuu
Ummata jaalalaa💋💋
Akn iitii iisn jaladhuu dhugaa Rabbii mee namnii akkaa ko Like godhaa❤❤❤i&o❤❤
Pls Sister maatii naaf tahi numaatu wal guddisaa galatoomi
Ee kunoo akkanatti nu buhaarsaa rabbiin umrii isin haa dheeressuu karaa diraamaatiinillee nuuf dhufaa ❤❤❤
Maashaa aallah Ibsu please qalbi obse prankin hin werersinin obsen heddu gara lafetti dha wolyi ani dhuguman boye😢 hundaafu rabbi woliin isin haa tursiisu❤ Ibsu &Obse long life together ❤❤🌹🍭🙌
Masha Allha masha Allha lakii godhaa mee namni akaa kiyatii ibsufii obsee jalatan
Nyaanii kabajaa qabaa rabbiii sodadhaa nyaataa raatii qoosiinaa.subanaallah
Afaan si muriin galatoomi
Wayyoo habiibii koo maalii akkana goota obseen garaa na marartee isiniin jaalladha❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Waayyoo.jaarti..suuni..gaara.naa.nyaate.maaloo..haadhaa.teessanii..nyaata.keennaafii.adara
Mashallha wly prank keessan heddu das jadhaa garuu obsee akkantii hin rifachisiin
Obasee ruhii tiyaa rabini ilmoo sii haa kenuu lakulaku ishaallaa❤❤❤❤
Wly aka itii natii tolataan garuu hin arsin ibsu obsee qashtii❤❤❤❤
Qaliwwani koo wolinii isinii haa tursisuu ♥️♥️🥰🥰🥰♥️👈
❤masha ❤Allaha❤ Bayee ❤namatii ❤Totuu dhugaa anii rabbif jechan siin jaladha dhugaa rabbii anii maqan kiya J
Abo rabbi sodaadha akkamitii ni'maa Rabbii Irraattii akkas godhata aboo guyyaa qiyyamaa akka Gaafatamtu beeki
Wly onne issi akka itti si jalattu masha allha ❤
Wl wr wb Mashalla Mashalla Mashalla Mashalla Mashalla umata jalala jabdha miskn obse baredu ko jabdhu jabdu tena 🥰 amala qabetii ko qali love you 😍 😘 💖 ❤
haraam aleykum ergamaan rabbi SAW takkaa Nyaata eybassanii hinbekanii Piraanki iyya jettani waan'argitan Dalagdan of egadhaa👍
Walay Rabin siin dhisuu ibsuu
Maashaa Allah wlhii rabbiin jiru duniyaa fii Akiraa wlin isni ha jirchusuu inshaa Allah
Mashallah mattii jalaala waliif isiin ha dhisuu obse heddu miskina wallah
Walayyi obsen garaa naa yatee imimani ijaa naa maree🥺🥺🥺❤❤❤😘😘😘
Maashaallaa maashaallaa maashaallaa❤❤❤❤❤ Adaaba qabeetii fi obsaa qabeetii intaala oromoo🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤
Masha Allah ijarraa hafaa maattii jaalalaa
Prank tana dhisaa diraama harayyaa nuf gadhii ani hedduu diraama khessanitu naa tola walay ❤❤❤❤❤
Ibsuu wallahi obseen garaa nama nyatii pirank Akana hin godhiin pelese
Kkkkkkkkk hamma obsee namnii nyataa hojjetuu hin jiruu
Ee miskinaa wlh obsee😂😂 issiniin jaladha my family ❤
Anaa cinqu obsii koo bareedduu koo waan ofi ♥️ Abbo ibsa mucattii kana narra hin Aarsiin wollahi 😢
Pirank dhiyootana isiin irrati hojattee kaa ala hin bahini tokko hin argine hedduu na argite achirratti akka waan isiin abba mana taateeti itti dubbattii
Subahaan allaha pranki akkana gaari miti namni wan nyatu qabne meeqatu jira obboleyyan rabbin sodaadha
Ibsuu hojii kee pirankii dhan dugdaa waal kutiina uuffii 😢😢😢😂 ❤❤❤❤
Walay kofalta nuufixan qashtotaa kiyaa ❤❤❤
Wly ana siin jae አልሃምዱሊላህ ji nama akka isi hin arkattu namni waan qabu hin beekuu nimaa rabbi firratti hin irraanfatini ayata rabbi yaadadhu wallhii
Mashaa Allhaa 💕 💕 💕 💕 💕 💕 💕 💕 💕 💕 💕 💕 💕 💕 💕 💕 💕 💕 💕
Ibsu..obse LOVE..LOVE..LOVE..LOVE❤❤❤❤💋💋💋💘💘💘
Pls maatii naaf tahi bro numaatu wal guddisaa galatoomi
Ibsuu hojii kee nyaadhuu 😎😎😛😛
Mashallaah Mashallaah Mashallaah Mashallaah Mashallaah
0se❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤uuuffii yaa rabbii yaa Allah
Mashaa allah matii jalallaa ❤❤❤🎉🎉🎉
Uuu wallahii dubartii nyaata isiin dalayduu bareeda miti jechuu irra ati bareeddu miti jechuunittu irra calaa 😅😅😅 miskiina tiyyaa obsiyye 😂😂🤓🤓😢
Dhugaadha walahii Nama arsitii nyanii kee hamadha jachuu irra nama cacabsuu wayaadha namati dhagayaamtu uleen 😢
❤❤❤❤❤Ijaa hafaa dhugaa bayee namatii totuu
Mashaa allaah mashaa allaah mashaa allaah mashaa allaah mashaa allaah wanumaa jartii tee tateef akkasii jetaa meeqaa kamtuu jiraa balaa moyaan
Kotuu matii nafa tih qalii ❤
Aoo akkana wolgodhuun gaariimiti Wly
Silaa hojjatuu qabdanii taa shintibetii huccuu dhiyxuu suun ennuu?
Leesh afaan Wal hin keessani🙄😍
We will continue fighting until Independents of oromo Land Including our port city of red sea zalila and Indian Ocean port city of Lamu we are the W.B.O family.
daladuu is anii Dubai sanii agaritanii😢😢😢😢misikinaa
Ibsuu Dilliin miciyoo tanaa siin dhiifttuu
Abboo hedduu namatti toltu dhugaa
Maaloo..jaarti..xaartu..saannii..nyaataa..keennaafii..adara.maaloo😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Yaa jerana mali tatani 😊
Diraama nuf dalaga 🙏👌
Mashaa allaah mashaa allaah jalaa hin fixing kaa
Mashaal Allah Tabarkalah wlh hedu tokko namat toltan❤❤🎉
Mashalhaa tabrkaal akkanii itti jara kana jaladhuu ❤❤❤❤❤
As wr wb mashala tabarakallah jabadha 😘😍👍❤
Maashaallah Maashaallah Maashaallah Maashaallah Maashaallah Maashaallah rabbiin waliif isiin haa dhisuu ❤ ♥
Wa'alleeykumsalaam worahmatullahi wobaraakatuuhu Obsiyeen miskinaa🥲❤ wly Mashaa Allah gobazidhaa Abshirrii
Kkkkkkkkk namaa tatanii ❤❤❤❤❤❤❤
Dhugumaa Obsaa qabdii dhugaa Rabbii bareduu koo 💞💞💞💞😢
Bila aleyka nyanii obsii baye miawa ❤️💯
Mashalaa mashalaa tabrklaa
Garaa hangaa fedhee siih basuu nyadhuu caliisii 😂😂😂😂
An imimmaan qabachuun dadhabee😢😢😢 obsee koo❤❤
Hojii keessan😂😂😂❤❤❤
Mashaallhaa ❤️ ❤️ ❤️ ❤️ ❤️ ❤️
Obisee tiyyaa lubbuu hedduu issiin jaladhaa rabbiin waaliin issiin haa tirisisuu
Miskiinaa wolhi ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
ibsaa ujii kee 🤣🤣 Garu mash Alhaa jabadhaa❤💚❤️
Hyi obsee miskina tiyaa❤❤❤
Woyyoo obse miskinaa dhugaa😂😂😢 itti kenini dhorkadhuu
Mashalaa rabin wolhii isin hadhisuu❤❤❤
Misikinaa obsee😂😂😂
Mashaa,allahaa,habiibtii,tiiyaa,abafeteraa,hojatubeytii,nyataa,buna,yorodafiistu,hedutaka,dasnajatii,obsen,setaa,bunaitii,dafiisan,beytii,nyatalee,hedu,dalagubeytii,yaro,hundaa,akanumatii,sataradhu,foxaa,tee,ok,❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤💗💖💗💗💖💖💗💗💗💖💖💗👌👌👌👌👌👌👌👍👍👍👍👍👍👍
Kkkk video keessan na tole😂😂
Habibti obsee❤❤❤❤❤❤❤wly obsa jabesi qabii qalbi qabeti nama❤❤❤
Maaloo ishee isin bodee sanaf nyaata kennafii adara ufffffffff garaa na dhukkubee ishee sana ilaalee kennafi maaloo😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Ibsu obse jaartin xartu tun haadha teessani teechisa nyaataaf 😢
Hadha ofi dalasisani ofi tahani nyatani akamiti 6adani 🙄
Masha Allah masha Allah ilmoo sin ha kenuu❤❤❤❤❤
Way obsee miskiina wly haadha manaa gaarii jechuun tan akkanaati
Miskiin maa akkas goota😢😂😂 Ibsa
Mashaa allaah wlh ibsa gara jabaata ka akkana gotee
Nyataa jalaa fudhii maal tetaa mii ka'ee aniis jartii koo akkaanati bochisaa waallahii gafaa tokkoo inshaa allaah 😂😂😂😂😂
Ibsuu maa akkana gottaa miskiin obsee garaa na chattee dhugaa rabbii
Garuu niimaa rabiii 😢😢 egadhaa maloo
Subahan allah nyatarati hin qosina😢
Afan wol ka aka
Uuuuf Obsee bayy'ee na marartee dhugaa Rabbii 🥺
Mashaa allaa❤❤
miskina tiyaa obse ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤😂😂😂😂😂 miskinaa Koo obsee
Oso Ana ta'ee ijjaa isaatii naqa Wallahii obisaa isatuu hin qabu ani
Obsee tiyya ❤lubbuu baayyen si jaaladha
Maashaa.Ahhll Maashaa.Ahhll tabarakalaa ❤❤❤😂😂
Ibsa hojii kee nyadhuu oson pirkii ta'u bekku obse walin immiman naa qabe dhigaa.🥲
Wayii obsee miskiin to ❤❤❤😢
Mashaallah ❤❤
Wayii Piranki 😂😂😂 Obse Miskinaa Thiyaa 😢😢
Mashaa alhaa bay,ee namatii toltaan i&O ❤❤❤❤❤
Kotuu matii nafa tih qalii ❤
Ibsu baga ngyan dhufte obse sirti prank gotaa
Yeroo isiin dhuftaan ani nigammada Ibsu fi Obsen
Uuuuuuuuffffffff misikinaa tiyaa obsee 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢