Размер видео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показать панель управления
Автовоспроизведение
Автоповтор
Wallee hedduu jaaladhu
qophii dhangaa 1996✔️ilaale..wayi yaadannoo ijoollummaa🤔
Welistuun kun garuu essaa fi mal irraa jirtii lata namni beekuu yoo jiratee mee nati hima
Diraamaa eelaa hojjattee ture duri.
yeroooooon !!!!!. araddaaa baalee na yadachiste baalee bareeduu oromiyaa wow best oromo old music ❤️
atii yomiyyuu qalbii keenya ijoolummaan sii dhaggeeffannee waan ta'eef hin irraaffatamtu
Gaaddisaa eessuma jirta maaloo mucayyoo gudii gootee badde mee? 😢😢😢
Sirriibii kun hirriyoota ko na yaadachisee.Ergaan dhaga'e turee jiraa.Garuu harawaa nati fakkaata.💖💖💖💖💖💖💖💖💖
Diraama Abba Lataa irratti Kan hojjette isheedha Embabet Tolasaa
ay yeroon akkam akkas fiiga jarana. waggaa 15 darbe ergan sirba kana raadiyoon dhagahee, garuu akkan waan kaleessa dhagaheetti gurra koo keessa jira
Wayyyooo sirba duriii dur xiqqoo taaeen dhageefadhaayyuuuu uuuufff
wwwwwwwwww baay.ee namatii tolaa baareduu sanyiii tiyyaa koode too jaabadhuu
Welistuun run lubbun jirtii malif midiyaa irraa badee
uuuuuuuuuuuuffffffff akam akan jedhuu hin bekuu garuu galatomaa bayen jaladhaa
sirba Oromoo durii yoon dhagayu immimmaan koo qabachuu hin dandau
Hi
Wallaggittiin kunShawiffa akkamitti sirbite garuu sirriitti?🎉😮😊
Akkam namatti tola sirbich! yaadannoo yeroon kutaa 7 baradhu "Doo'ii sirbaa" irratti.....
Ayyyy zezeeeee
yaa lammii koo jabbadhu yoo Rabbi jedhee bilisumaa keenya
Dubre biyya tiyya 😍😍👏🦁🦁❤️❤️
Memory
OOO nan yaadadha gaafan kutaa 8ffaa Bishooftuutti baradhu...
i love her hair ...typical shawaa ....she is so beautiful ❤
Kiyaa C Hordofa I think she’s Wallaggaa but don’t how she fit so well into Shawaa
Oromo first and yes all Oromo women's are beautiful :) Naaggaayaa :)
😢❤❤
i like you and you songs👏👏👏🌷✅☑🌹💟💗☑
so amazing
Garuu malif midiyara badde
Hin badne jirti bar. OBN kessaa dirama hojjettii
@@zedwelega1380 dhugaa gaaf baay'een search godhee dhabe
Sirba garaa nama nyaatudha.
Emabet ye higerh lejih
ሚጭዬ ሰለሌ የሀገር ልጅ