Abi Ahmed: Ati salphina ummata Oromoo guddaati!!! Namni akka keetii kan gatii salphaa, wallaala, fakkeessaa fi seenaa quuqama ta'e maqaa ummata Oromoo kabajamaatiin daldaaluun isaa nama gaddisiisa, nama qaanessa. Yeroo baayyee dhiyootti seenaa taatu. Sun seenaa gurraacha akka kan biraati!!!

Dhugarat hojadhaa
Yooyaa gootoota Oromo 💞💯🌹🌹🌹🌹🌹
hattoota hatoota akka keessanii wajjiin shubbisaga wkkaamsituu ummata
Abiy Ahmed nama gad-aantummaa qabuu fi mootii torbaffaa ta'uu isaatiin addunyaa irratti yeroo dabarsudha. Jechi "D.R.Y" (ዱርየ ) jedhu yoo ibse hiikni isaa kanuma. Yaa saba koo furmaanni harka keessan jira. Yoo dabareedhaan deemtan yeroo hunda waan harka keessanitti galte fudhattanii boru osoo hin taane har'a ka'uu qabdu.
Wal ajjessuu irra gartuun murasni rakkoo gidduu isaanitti umameen galuun Gaarriidha, Garuu maal godha humni Guddan hoo lagatti hafee hoo, ammas oromoo addaan qoodun duris ammas tahaa Jira ,kun dhabachuu qaba.
❤❤❤
Afuuftuu
ilkaan 48