New Best Art" Faaxee Anniyyaa || - Weeyrara Jaalalaa|| New oromo Ethiophia Music 2022.
HTML-код
- Опубликовано: 31 окт 2024
- Art Faaxee Anniyyaa new 2022 today.
#Weeyrara_Jaalala #neworomomusic #faaxee_anniyyaa
like share subscribe for more videos thank you
• New Best Art" Faaxee A...
WARNING-!
OF EEGGANNOO.!
HUBACHIISA _ sirba kana fuutanii RUclips birraa irratti baasuun dhoorakaa, seera ®Copyright tiin daangawaa waan taheef , isinirratti cufsiisuun danda'amaa ta'ee jira.?
Fuutanii Facebook, tiktok, Instagram RUclips fii soctial media garaa garaa irratti baasuun
Arti oromoo kuffisuu ta'a waan taheef
share subscribe like godhuun Oromoo fii Artii oromoo haa guddifnuun dhaamsa keenya..?
Horaa bulaa deebanaà
Osoo sumaaf dhiisanii muziqaa faaxee teenya
Sirbaa Aja'ibaatti jabadhuu faxee tenyaa oromoo mee share goodhaa
Thanks alot Yassin keenya
Baga jiraate obbolleetti tenyaa
Wel come jabduu tenyaa bagumaa nagayaan nuu dhuftee maloo ijoolee oromoo like ittii robsaa sabscirabi godhunii haa gudifnuu jabduu ofii abbatuu jabefataa artii kenyaa haa gudifanuu faxee tenyaa hedduu bareedaa sirraa gamanee jiraa jabadhuu jabduu ittalaas
Yaa baredduu akka iliillii barraa yaa Mii.ooftuu akka dammaa yaa warrqqii too qashxxii tiya Artsti tenya kabajamtu fi jaltammttuu nama Faaxee Anniyyaa intala abba gada jajjabbee too baga nuf jirate Oromoo mee yoo malaqaale walif kenu dadhabne hanga wan buu.aa hin qabne shoshal maedia gubadhaa afaan banaa oltuu Artstistoota wbo forces jajabeyssaa💊💊💟🌳🌳🇧🇫🇧🇫
My
M
Hojii bareedaadha faaxee teenyaa nuuf jabaadhu ammas
Faxee utuu tenyaa tahuu batee inafa dhumnee dhugaa 💯💯💯💯👌
Jabadhuu saboontuu oromoo ♥️ umrii nufii dheradhuu 💯💯💯💯💯💯💯♥️
Faanuu ....
Weerara jaalalaa siitu nurratti labsee bar😁
Hojii ajaa'ibaati 👏👏👏👏👏
Sanyii ko maloo matii ko naf ta'i an matii keti
2:50 2:58 @@tufaaguraaraa
Ana hoo jalalaa na qabe gurbayoo tokko irraa sirba barreeda 🥰🥰🥰💔💔💔💔kan dhageefadhe to maaltu maala
😮😮😮😮
jabaadhu jabduu oromoo tan gadaamessi humbannaa oromiyaaf gumaache gootittii jaalala karaa hundaanuu eenyuutu siin qixxaata 🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤❤❤
Faxee Sagalee Ulullee kee dhageefaatamee hin qufamuu jabadhuu jabduu tenyaa ❤️❤️❤️❤️
Sirba Baay'ee bareeduu dhugaa jabaadhu Baay'een sii dinqiisifadhaa Jabduu teenya
Muziqa ajaiba facaxee tenya jabadhu dhuga vedio ajaibati
Ammas musiqa hareya video ajaiba sirra eyna itti dabali
Welcome jabduu teenya baga nagayaan dhufte
Shayii moti jabadhu
Hayyee tate ga me jabadhuu bayyee namatii tollaa summa wanii tatef jechaan lallee
Umattaa jalalaa Hararage
Wow sagale ajaiba qabda faxee tenya ❤️❤️❤️
Wan gaarii gootee nus si deggaruun Dirqamaa keenya hundaatii Atiif garuu dhaamsii ko jabaadhu garaa Fuladuraattis kanaa caalaa akka hojjattuu Abdii sirra qabna
Namni akka Faaxee Anniyyaa kanatti walaloo fi yedaloo sirrii qabu mee ♥ faxee atti hedduu takkan siif qudhe atti Nama wan jedhu fi waan jedhuuf addaan basee namati himuu dhugaa jabadhu jabdu tenya takkitti Anniyyaa
Heddu nama tolaa jabbadhu qalii oromoo
Artist Faxee aniyaa sabontuu sanyii Alii biiraa bagaa sagallee tee qaweyasa sabaaa kee gamachiifee alagaa barageysiitu tanan bagaa nuf dhufutee welcome sabontu sanyii bakar waree❣❣❣❣❤🛑✅✅✅❣🍒❤✅✅✅✅❤
Welcome sanyii jabaadhauu Bagaa nagyaan.dufte itii fufii
Wow Faaxe Aanniya sabbontu jabduu hintala oromo baay’een sidinqiisiifadha !!!
Hujii gaggari dhageettif argaa nubiraan gahaa turte jabaadhu qaali teenya baay’een sijaalladha .
Waaaw hojii bereedduudha, Akkana Wallistootni keenya, waan ofiirratti abbaa tahuu qabdan, jabaadhu Faaxee teenya sabboontuu sabaa.
Duga jalatani miti sirna nafxena kana kan jibitu ofii sani arusi qalani harme arusi murani harka arusi murani hare arusi hatani arusin araj jedhuu daba hamana gehu jabadhaa wara aniya 👏
Wawuuu...kiyaa...kenyaa❤❤
Oromoo koo maatii naaf tahaa😍🙏
Sanyii an sif matii naf ta'i atiis matii
baayyee namatti tola jabaadhu faaxee
❤❤❤❤❤ jaabduu dubartii qomokoo sabbontittii italaa oromoo
Qabsoosooftun akka kee nuuf haa jiraattu
Faaxeen faayaa
Guyyaan guuza hojiidha Wawrwb Ethiojibuutii to yaada mo'ataan qaama miiraatii Eegumsaafi Beekumsi Dr
Qashtii intaala Jalalaa hedduu midhagadha I like you so much very nice work ♥
Wooow Well COME faaxiyee baga nagayaan nuuf dhufte hedduu bareeda hojiin kee walaloo yadalooo music video camera ittii hin hafne warri hojii kana keessa qooda qabdan hundi galatooma oromoo share godhaa adduunya waliin gaha
Dheebuu duummeessaa gzx Masaraa eegiif gumaadha jechama dubarttoonnii Qalbiinis waraanaaf gurruma wawrwb Ogeeyyiin
Nuujabaadha inshaalaah nibilisomna
Jabduu teenya artist oromoo faaxee aniyyaa ❤❤❤
Ilove you jalatamtuu too faxxishaa😢❤❤❤❤ onnee tee keessati naa dhooysii😅😂 imss you🎉
Jabduu dubatii yoo jan si walhii faxee❤❤❤
Jabadhu hintalla abaa gadaa
Oro tiyyaa jabeessii namaatti tolaa
Faaxee baay'ee na boonsita akka artiistoota shamarratti walaloo fi yeedaloo ofii kee hojjechuu keetiif .karaa kamiin si argachuu danda'a anillee gara artiitti dhufuuf hawwiikoo isa guddatti.....
Aduwalem 1 dena wan dhara dardaru waqa aboo dafi gaa walawaltu walin afrika yes 👏🙏😯
Hojii boonsaa hojaate Jabaadhu Qaalii to
Faaxe anniyyaa thanks wlshy qaali
Hojii gaarii nuuf jiraadhu ❤
Jabadhuu jaduu oromoo garuu hin badin kaa
Dhuga sagalee baredduu qabdaa jabadhu
❤❤❤❤❤❤❤
Artist tenyaa kabajamtuu yaa qaalii tenyaa nuttii si yannee bara mal tattee nuduraa nura turtee bar ❤❤❤...
Baayyee bareeda jabduu teenya!
The best and best music faxee jabaadhu
Thrilling melody; rumbustious choreography!
Waoow waoow sirba kana heddun jalaadha akka ati video irratti hojjatu hamilee Koo gudda ture kanafu aniis atiis baga gammanne ...
Congratulations my sist
Jabduu koo
The Good Artist Faaxee Anniyyaa keep
Welcome baga nagayaan dhuftan
Akka malee sieegaa turre
Sirba Bareedaa nuu baaste Faaxee teenya galatoomi
Wow Art Faaxee Anniyyaa Baga Weeyrara jaalalaatiin gama Ummata keetii dhufte. Welcome!
Abooo kan sirraa bareedu sirbaa qabsooti malee ....
Gaariidha.
Dhaggeeffadheen quufu daadhaabe dhugaa Yeedaloo Walaloo Ajaa'ibati.
Jabaadhu Artistii Oromoo Jabduu Hojiin Kankee Hundinuu Oromoodhaaf Qaaliidha.
Nuuf Jiraadhu Ammallee Waan Baayyee Hojjachuu Akka Dandeessuufii Hojjataa Jirtutti Quba siqabna Jabaadhu sii waliin jirraa!
Baay, ee barreedaa Dha
jabachuun nurratti jiraata artistii dhabaa jirra amma
Atii gootitti teenya faaxe nooru
weerara jaalala naratti labsite
( you declared war of love on me )
❤❤❤ best oromo love Song .!!
Naa duraa lalee
Faaxee hedduun si jaalladha❤❤❤❤❤❤
Bareduu koo
Waaaw faxish tenyaa jabadhuu
Wwwooooo faxxee Aniyaa and meskii nugusee wwwoo
Mucayyoo abboo baga nagayan dhuftee yooyya
Sirba kana Dhugaa Baayye tokkon Jaalladha
Best oromoo song. Thank you Faaxee Anniyyaa.
Wow faxee qalii oromo
Baga nafjiraatee abshir
Maatii naaf tahi sanyii
congratuiation faaxee ijaasabaajiraadhu
Jabaadhu si wajjiin jiraa
Alaabaa Adaa Bilisummaa ufaadhuu!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!
Barduuu koooo🥰🥰🥰🥰
This is amazing faxeee jabadhuuu
wwwwwe jabadhuu jabduu saba
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ akkami Nagy badeek maaljitak
Ati haadha oromoot jabaadhu
Jabbadha faxée tenyaa❤❤❤
Mee oromo youtube koo naa laalaa
Jabaadhu sirbaa siin boona
Jabduu teenya weerara jaalalaa Aniis waraanamaaen ture Aniis akkuma kee💔💯
Bayyee baredaadha sii Jaladhu bareduuko❤❤🟢🟢❤❤
It's nice Shaggooyyee
I'm from somaliland i love Oromo
Sorry way Somiland ? The Somali is one nation yuo now thank yuo
@@hamedsuleman8137❤❤
@@hamedsuleman8137❤❤❤❤❤❤
Nothing your love
We love Somalia people Oromo & Somali are brother
Dhugumatti hojii ajaa'ibaati
Galatoomi jabduu teenya. 🙏
Jabadhuu qashxii🥰🥰🥰🥰
faxee aniyaa yommiyuu jalalltamtuudhaa
Wooow Amazing one Faxee big respect
Faaxee Qashtii! Oromtittii teenya sanyii Prof Maammad Hassan
Arti jabduu Nuf jiradhuu
Faaxe aniyya jaabadhu jabduu sabaa