Subahanallaha ☝️🤲 Rabin si ha qajelichuu Wly saido mucan kunii badii hin qabu dhisi gafa Ayuunu dhufte salafata😢 Uuuuuuffff😭 miyo sumayumatu fudhe aka isi hin dubane qariicha iti gotee😢 Wabii misikina ko Rabin dhuga ke sif ha Basu inshallah ☝️🤲😭💝wly anii sumaya fi Umar shake jiraa nii bite
Rabbi sii bira haa jiratuu abishirii qalii kaa nama ajesuu rabbi nama mitti ka offitti himii jedhinni kuni namichii mataa gubba osoo hin tane keessa mattatu malaxa'ee jiraa amma baqaa dhuga rabbi anii gaffa inni intaala taana itti senuu jibbe sa'idoo 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Ani kana jedhu dutti yoo dhufen ilmo kee caala waani atti jalattu ni Jira obllessaa kee harkaa hin nyattin dhala tokkof jette boda ni gabitta kanaf Kuni m misikin waan jiru sitti ibasa Jira mitti
Kijiba keessan dadhabne deema abiy ati himadhaa maal goota yoo nu haasofta amma oduunfa kanuma odeessita namni nama ajjeesuu edu video waraabaa qawween qabatee subhaanahu kijiba daangaa darbe ba'ayyootaa tofumaa dhoksita
Warii akakoo Wabii jalatani laki xuqaa achumani matii na taa ❤❤❤❤
😱😱😱😱Maali waansaa Wayyoo Wabii dhabuu keenyarra Ayyuu dhuma sana dhabuu nuuf wayya
Maaltuu kanaa sii dubbiisee waqayyoo ishiis yaa mulliisuu hin jettuu maal waan akkanaa asoftaa lamaan isanuu waqayyoo waalitii yaa mullisuu yoo jettee maalii waranyaa
Kunii dhugadhaa❤❤❤❤
Dhugaketii😂😂😂😂 wabii malituu gacheee
❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Glm
Ayyuun kanumaa keetti tolee
Yaa seyidoo nittii saree gantuu kanaf jetee harkaa kee hin balleessin ykn hin xuressiin hadhaa kabajamtuu fi jalatamuu akkasumas ijoolee qabdaa demii galii boruu garaa siin nyaataa tessee shenoftaa.wabiyyee qallii namaa Rabbii dhugaa kee Haa basuu yeroo dhiyoottii🤲🤲🤲🤲🤲🤲asumaan Rabbii siihaa eguu ba'aaf gala kee 🙏🙏🙏🙏
sah wollaahi kana dubbin dhugaan jirtus kana
Matii naf ta, ii assuman sanyii
Eyyeeni waan atti jetuu kuni hunduu Anaa mudatee beekaa ammaaayyuu kana kessaa jiraa waan isaayyuu wolaleee Rabbii keessaa nuu haa baasuu waan tokkoyyuu hin Jiruu raabbiin akka dandaaemeen kessaan nuu baasuu jedhii dhimaa kutuni walii naatii fakatee
Dhugaa keeti hiriyaa kiyya bira gammachuuf dhaqeen miila koorra rasaasan dha'amee beeka garuu jaala ba'e hardha sadarkaa isaa olii irran jira akkasuma atis obsi keessa baata dhugaatu sibaasa .
wabikoo wani.obbolesekee sejedhe osos.dhagese kuni.hunda serati engahwu turee atile balesa qabda wabeko gafa saragile argamu enqabdu turee garu amale waqqayyoni.sefana jiraa eshi sefani kadhana waqqayyoni gufu senara sehabsu ati gara lafata kanafi seti taphatu kan bode garake gabesu qabda eshi obbolesako dhuga waqqayyo yero silalu obbolesako nati fakata ❤❤❤❤❤ sefani kadhadha waqqayyoni dhega isateni sehmarsu wabekoo garako nanyate dhuga
Naamiitii saaree gaanaa taanaa jeetaanii luubii walii basiinaa waanii aduunyaa tanaaratii itin seenooftaanii boruulee fuulee raabiitii itii gafataamtuu tooybaadhaa isiin laachuu muusliim namiitii sheexaanaa taanaa argaanii isii haabaadu
Wabii ati dhabamuu hin qabduu xilaanni kee haa dhabamuu. Wallaahi ati Alaaba Jaalalaati wabii dhugaa baay'een si dinqisiifadha.!
Sa'iido rabbii sodadhu tokkoffa rabbii waldhabdaa lafaa iireenya kee baleesitta kanafu atti nama matti qabu tatee wan akkana yaadu siraa hin egamu muca miskkina kana balesuf yaada rabbiittii toybadhu shiyxaani akka jidu kessaan hin bune rabbii sii haa tiysuu kadhu du'a'ii rahmaani kee ☝️☝️☝️🤲
Ahhhii wobbi koo bayyen gadde rabbin harkka kes hin xuresin arrka namatins Wan toko siran hin gahin inshaa❤❤ rabbin si birra haa jirratu🤲🤲🤲🤲🤲 wly wain kee lolaa darggi San nati fakkate Barra motuman looltuwan dhisse zinbabuwe🇿🇼 senee Sanin wol fakkata kaan dhumma kaan galaa kaan du.aa kaan dhukkubsataa fhigni dhangalaha turre San uffff😢😢😢😢😢😢
Obbollessa kiyaa qalii wani demaruu kun jelqabaraa hanagaa ammaatii waan nama jibisisuu dhugaa Rabbii waa marafuu Rabbii sii haa eguu😢
Anii gurbamaa Umar jedhamuufi sumayaan shakee isanumaatu ukkamsee .
Wabiyye rabbi sihaa tiksu abshir sayido wanni akkana sirra hin barbaachisu ati hiryaasatimi akkam itti waan akkana yaadda ati
Rabbii sii agasise silee jala si basuu garuu ama ESA getanii❤❤
Ati dhugumaa Alabaa Jaalalati harkaa hin laatin.Haamtuun sin argin Goota JAALALA
Subahanallaha ☝️🤲 Rabin si ha qajelichuu Wly saido mucan kunii badii hin qabu dhisi gafa Ayuunu dhufte salafata😢 Uuuuuuffff😭 miyo sumayumatu fudhe aka isi hin dubane qariicha iti gotee😢 Wabii misikina ko Rabin dhuga ke sif ha Basu inshallah ☝️🤲😭💝wly anii sumaya fi Umar shake jiraa nii bite
Sa.idoo iraa hin dulani ummura biraa rakinaa guddutu jiraa wabi maloo sa.ido biraa dhabadha
Rabii si ya basuu qalii namaa absirii rabii jiraa htii malii gotee maloo diftefii jirtoo sifii imo rabii sifii ya falmuu kaa 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Rabbi sibiraa haa jiraatu bakka deemtu hundattu rabbi dhugaa namaa hundaa haa baasuu Abshir
Rabbi sii bira haa jiratuu abishirii qalii kaa nama ajesuu rabbi nama mitti ka offitti himii jedhinni kuni namichii mataa gubba osoo hin tane keessa mattatu malaxa'ee jiraa amma baqaa dhuga rabbi anii gaffa inni intaala taana itti senuu jibbe sa'idoo 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Namichii Sa'iid jedhan kuun haadha manaasaa cubbiseera wallahii dhirrii qalbii dubartii cabsee yoomuu hara galfii hin qabu
Wayyoo rabii hedduu nama mararaa ofiraa lalatii waraba rabii sii haa egu dubbinii kara dubaraa dhufee hin dhabatuu sila ❤❤❤❤😢😢😢
Dhalaf jatanii wal hin ajesinaa ijollee tetif jirachuu hin Barbaduu
Rabumatuu sii jiraa ishalaa abshirii 😢😢😢😢😢😢😢😢
biyyaa bayyii lubbu kiyyaa rabbii sif jiraa
Dubii kunii hundii hin jiruu osoo guyaa sumii dhudee Sanaa achumaa dutee ayyunii Mali qaba😊😊😊😊
Shirri kun rabbi naaf haa dhiisu malee kan sumayyati. Sihrii itti godhan ta'uu danda'a. Ykn nama itti bittee ukkaamsite ykn lubbuu ishee iyyuu rabbi haa eegu.
durasa wan hudda rabbin sudadhu kan si egu rabbi
abshirr 😢
Abshiir wobii rabbiin jiraa dhugaan yomuu lafa hin badu wolhii obolessaa qalii hin yadiin
Abshiir homa tatu
Maqaa yesusiiin 😢😢
Waqaayoo sihaa egee hadhooko
Yaa diiraama keessan amma bushayuu heeda osoo Ayuun achiin badee tokko faa warrii Ayuu Saidoo seeraa jala olchaan atilee imaa shakkamta hunduu soba
Yaa Allaah maluumatuu dhaalatee nitiin kunis waan badeef mulateehindubatuuu Ayii rabbiin kan hojii isii hin kenaaf dhugaa😢😢
Kasara kana hundaan namni sayidoo geessee sii wobii/mubarki. Shiraa itti xaxanii obbolleessaa keessaati taphaatani sayidoo Abshiri 🥲🥲
Abshiri qalii keenyaa wabii ajjeesuu dhaqanii du.un jiraa hin soodatiin atii atii nama jabadhaa waaqayyoo dhugaa kee siif basaa🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Dhugaa waqaa mucaan kuni akkatti na mararuu obboolesa kiyyaa natti fakkata ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉 waqaayoo abban dhugaa dhugaa kee sif yaa baasuu wabiyee koo qulqulluu oromaatichaa koo
Abshir wabii dhugaa rabbii haa basuu inshallah ☝️☝️☝️ayuun ofii fete mana bate malii waan dirqiin basanii hin fakkatu umma tiyyaa dubisaa jetee bilbilaa fudhatee batee saidon ofii gadii dhise enyuu komata saidon😢😢
Wobii koo anani rabbii Jira abshiri qalii koo rabbii SI bira haa jiratuu🎉🎉🎉
Namnii binneessaa obbolessaa koo garaanuu garaa koòtii ituu jettuu namaa cininnaa jedhanii
Rabbiin dhugaa kee Haa basu 😢😢😢😢❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Yaa saidoo micayoon tunii duraraa katee hagaa Amaati hiriyotaa ketifii hadhaa namaa tetifi ijolee ketinii Addaa sii bafitee bodee jirenyaa ketifuu sii sodanee jiraa isiifi jetee garumaa kee duraraa kasee hanigaa amaa gesee kanaa ofini balesinii rabumaratii dhifadhuu dhugaa kee rabinii siif basuu inshaa Aallah 😭😭😭😭
Abshir wobiye rabiin sii haa gargaru dhugani hin qaldhati male citu
የአላሀ አለሀ እጣብቅሂ😢😢😢😢
Abshir rabbi male namni huma nama hin godhu 😢😢😢😢😢😢😢 qalii nama
Rabbiin sii haa egu obbolleessoo
Maa kijibadan silaa hunduu isaa shakee jedhaa atis inis
Abshiri qaxalee koo homaa sii godhanii ishii hin sodatinii jirunuu adunyaa isinii fatanamaa ishii biro koo❤❤❤
Rabbii sibiraa haa dhabatuu wabii koo
Wl wr wb Abshiiruuma atii quuquludha Raabiin Saha Haeguu oobollesa keena Qalii Garanii nuu guubattee wly maalii kuuni garuu
Ani waani Ani jedhu kana hunda dhisii Ilaman keettif debi summayya sif woyya
Wobbii koo abshiir rabbiitu Jira saidon Umar mana hidha haa gallu galu qaba
Wabiikoo uuuff bayen sijaaladham abshir hin dhiphatin😢😢😢❤
Abshir raabbi jiraa obolesa koo 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Of tayii jiradhuu namaf mitii waqayoo tokochaa amanadhuu
Ati maal goote ree dhugaan kee si baasa abshiri qaali oromoo rabbiin si wajjiin haa ta'u
Maalo maalo obbeessa koo yeroodhaf achii deemi waqaayo si yaa eguu
Dhuge waqaa video kanaa ilaale xumuru dadhabee waqaa mucaa wabii kanaa baay'e jalala amala qabessaa wayi ayizk waqayoo dabarse sii kenii kodee ❤❤😢intalaa takka jedhani dubbu namaa basuu yade😢
Micayoon tokichii adunyaa olii dhoftee😂😂😂😂😂
Abshiri wabii waaqayo sifan ha tahu sa'iido maati ke ilalli dubartif jete mucaa miskiina kana hin dhipisini
woyyo yaa rabbin mucaa kana hamaf hamtuu iraa nuf qabii abshiir wobii
Intalli gaafuma pirank sirratti hojjatte si ajjeeste siifi sidoollee gaafa yoo saidotti herume xiqqoo jedhee birrii isa fudhee bada jette intala isintuu itti beekuu dhabe malee silaa gaafa san beekkatan
In soddatin waaqayyoo jiraa obbolleesaa koo
Wabii koo waqayyoo sii walinyaatahuu dhugaa kee yaa mulisuu
Uuuuuuufff yarabii koo mee mucaa kana furmataa fidi 😭😭😭😭😭😭
Abmshiiri wabbii koo waqayyoo siif jirra
Amma edoo saidoon jiru hin deemni saidoo wajjiinis edoo tokko hin deemin edoo inni itti siyaamettis hin dhaqiin of egii jiradhu ykn seeraatti himaadhu
Abishir rabbin dhugaa kee abasuu
Waabii koo maal sif tanure rabbi si waliin yaa tahu
Ajaaibaa qaliti maratufi. Jechaa akkamiti lubbuu dhiraa balesuf yadan 😢😢😢😢😢😢
Woyyo wobi koo malumaa koo sifctahu sijalaa yadan duhee wlh miskinaa koo malif garuu caran akkana 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭♥️♥️😢
Abbo summaya irraa gadii bua summaya dubbarati cimatudha Taa akka isii hin jiratu 👍👍👍👍👍👍
Ni darraaba haarii borii mitti mubee abashiir Raabbiin namaa jaallatti faataannaa
Ati badii wahiituu hin qabduu maaliif si doorsisa narraa dhaabbadhu jedhiin maatiin kee maaf callisu dubbii kanatti😭😭😭😭
Ebadee mucama kana IRA goraa mee ani akuma obolaa Koti nati fakataa malooo ira goraa garani na rafamee uuuuffff mubbii amshiriii😢😢😢😢😢
Mali wan isaa garuu dhugaa moo soba yoo dhugaa ta'e ayuun jedhani suni garaa wobbii debii
In sodattin hanqun namni in nyattin nama in basttu jedha oroomon kanafu wan beytte yo qabatte wahee hayyu dafi muldhissi
Rabbiinii kadhuu siiraa qabaa garuu atii ijaasaa duuraa badii yeroo muraasaafii shexaanii wanii gaarii faakee siitee isaa gowomiisaa jiiriitii
Sayido lakkii hin jiruu namaa fayya qabuu gorsa namaa dhagaya yaa jamaa 😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
yaa rabbii mee ararama jara kana nu agarsisii keessi koo na cinqame wobii kana 😢😢😢
Kijibdootaa ilmaan kijibaa pirankin keessaan akkumaa ittii fufeettii jiraa wabii atii immoo fakkeessuu ittii beytaa subahanallaa
Ani kana jedhu dutti yoo dhufen ilmo kee caala waani atti jalattu ni Jira obllessaa kee harkaa hin nyattin dhala tokkof jette boda ni gabitta kanaf Kuni m misikin waan jiru sitti ibasa Jira mitti
Uuuuuu yaa Rabbii wabii biraa dhaabadhuu 😢😢😢😢😢😢😢maali tuni mecaatiin nama wali fecisiiftuu uuuuuufffffiii yaa Rabbii kiyaa
Dhintalaa bubee sana bubee ishee jalaa yaa kaa,uu Amayyuu
Wabii ba allah biyyuma kana gadi dhiisi rabbii jedhii Si dhabnee hin jiraannuu😢😢😢😢😢
🤣🤣🤣🤣🤣wayooo garaa kiyaa inumaa kolfeee video yoo saidoon qawee xaragatuu enuu warabee waayiiii diramaa kanaa rabbiin dafee dhumaa isaa nuu haa argisisuu
🤲🤲🤲🤲❤️❤️🤣🤣
Abishir keyirimafii obolesaa koo qalii rabbiin dhugaa kee basee irraa sii haa anisuu🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
Dhugani hin qalatii malee cituu jedhuu oromon yoo mamakuu dhugaa kee haa basuu rabii
Wobbii koo akka koo tittii kaan siif dhaamu tokko yoo jiratee biyyii oroomiyaa sunii dhigaa nama kaan dhuguu baratee ati lubbu kee achii keessaa garaa biyya ormaa obboleessaa kee biraa deemi fataa jedhii jiraadhuu qaali kenyaa
Wabii kan abdaatanuu rabbii malif namaa abdaataa rabbiin abdaadhuu amaas
Ya saido kenya muca kanana hin ajeesiini dhisi shexan fira naradha inntalti tuun sheyxaana siti tatee jirti 😢😢abshir wabii ko😢🎉🎉😢😢❤❤❤😊
Kijiba keessan dadhabne deema abiy ati himadhaa maal goota yoo nu haasofta amma oduunfa kanuma odeessita namni nama ajjeesuu edu video waraabaa qawween qabatee subhaanahu kijiba daangaa darbe ba'ayyootaa tofumaa dhoksita
Miskinaa wolhii abshirii abshirii qalii obolesaa koo sidonii misikinaa homaa sii godhuu atisii Miskinaa 😢😢😢😢😢😢😢😢
Dhugaa atii qubaa qabadaa atii siraa beessisa woyyoo yaa hiriyyaa baraa kanaa😢😢😢😢
Balanii harre dhaltu wodalaa dhufise jedhani balani hintaltti sanii isnii woli nyachise😢😢
Dhugaa keeti haadhoo koo jireenyii biyya lafa kun wol jala darba ,jechoonnii kee nati tolee uuuuuuffff 😢😢😢😢😢
Abashirii wabii rabbi dhugaa kee si ha bassu😢😢😢😢😢☝️🤲
😢😢😢😢😢😢😢😢😢uuuuufff yarabbii rabbii sii haa birmatuu kaa wobbii kenaa😢😢😢😢😢😢
Misikinaa walahi rabinii wajini haa jiraatuu obolesaa ko dhiisi iraa fagadhuu hagaa dubinii adani batutii😢😢😢
Anii dhumaa pirakii kana araguu hawee mee naman akkaa koo pirakii kan dhumaa hawii like godhaa
Hicciii Amma dabbartanittuu Kessaa oltaan Yaak
Walhi ya waabbii rabbi ja.an yo si dhisaano ati harka keessa hin qabduu ati miskkina walhi 😢