Oromo music news Hadha too Ittiiqaa Tafarii 2018

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 2 фев 2025

Комментарии • 575

  • @eisaalhosani8230
    @eisaalhosani8230 Месяц назад +1

    Wqayoo uarii siif haaa dheresuuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @diqineshchalaa8900
    @diqineshchalaa8900 3 года назад +1

    Uuuuuuuuuffffffff harameee tenyaa nuuf haa jiratuu jirenyaa lafa kanara Haramee malee hin mijatuu Waqayyoo umurii haramee tetii siyaa dheresuu Waga kumaa siyaa jiratuu Ilove you mazeri 💯💯💯💯💯💯🌺💯🌺🌺

  • @ritaelmourad284
    @ritaelmourad284 5 лет назад +1

    Uuff harme too sii yaade yoomumare wal argaan ani bilqiisaa raamato yaa rabbi harmee too umrii naaf dheeressi aaaaamiiiiin❤❤💙💝✋✋✋👍💟

  • @DesalegnBirhanu-h4b
    @DesalegnBirhanu-h4b Месяц назад +1

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢😢😢 harmeeee uuuuuuf

  • @BetiEtopia
    @BetiEtopia 9 месяцев назад +1

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤nuf jiraadhuu walisa keenyaa ....❤❤❤❤❤Love mami 1❤❤❤❤

  • @SjShu-rn6tm
    @SjShu-rn6tm 10 месяцев назад +2

    Uuuf kan hadha dubatame hin dhumu waqayoo urmii ha nuf ha kenn❤❤❤

  • @fiqriinee1316
    @fiqriinee1316 6 лет назад +1

    Hadhaa koo umri nuu dheradhuu♥️♥️♥️♥️♥️♥️👈

  • @uuu-gj2my
    @uuu-gj2my 7 месяцев назад +2

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤100

  • @TrngoTolosa
    @TrngoTolosa 7 месяцев назад +1

    Harmeedha olmaan kanfalmee hin dhumuu dhugaa keeti❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @bilisummaaintalaasalalee7917
    @bilisummaaintalaasalalee7917 5 лет назад

    Uuuuuuuffff ittiqaa koo haremee kenyaa umurii nuuf haa dheresuu lencaa oromoo sii jalanaa siribii kee namaa bochisaa dhugaa nuu jiradhuu umurii dheradhuu lencaa oromoo 💓💓💓👌👌👌❤❤❤❤❤🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷😍😍😍😍😍😍

  • @DaniSanyi-m7u
    @DaniSanyi-m7u Месяц назад +1

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @samiahussein3458
    @samiahussein3458 3 года назад +1

    I don't understand but it makes me cry what oromo been true 😭😭😭😭😭😭

  • @merivic8123
    @merivic8123 6 лет назад +1

    wow sirbaa bay'ee namatti toluu fi hadha /harmee ofii galateefachuuf bakka nama bu'udhaa galatomii ittiqaa sanyii kenyaa.

  • @diqineshchalaa8900
    @diqineshchalaa8900 3 года назад +1

    Dhugaa jalalii haramee adaa eduu kee kanaa yeroo hundaa itii gamadaa nuuf jiradhuiuuiii umuriii harameer tenyaa nuuf haa dheresuu aaaaaaaaaaaaa
    Gotaa hatiii deseeeee Tafariyeeeeeee❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @ChaltuMerido
    @ChaltuMerido 3 месяца назад +1

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ NAF jiradhuu lencaa koo

  • @burtukanteresa9760
    @burtukanteresa9760 5 лет назад +1

    Uuuuuufffff Siribii kee Dhage Bayen Gadee Ayoo Koo Raa Fagon jiraa Wanaa Ayo Koo Nan Jetee Hundaa Yeron ishi Biraa Bahu Nayadadhe iraa Debie Wow Jabadhu Qeroo Kenya Sirbaa Kee Bayen Jaladhe

  • @FirdoBayu
    @FirdoBayu 8 дней назад

    Mee namanii sirba kana sababa hadha ofii haga aradha dhagefatan 2025 anii hadha koo obsu dadhabee ayii uuuu ittiqa koo umrii dheeradhu ♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️😭😭😭😭😭😭😭guyyu kan obse guyya ayyana obsu dadhabe😭😭😭😭😭

  • @saboontushawa.intaalabacho7384
    @saboontushawa.intaalabacho7384 6 лет назад

    Uuuuuuuuffffffiii 😢😢😢😢😢😥😥😥😥😥Harmee Too Umuri Naf Dheeradhu.Sin Jalaadha Harmee Too.😘😘😘😘😘😘💖💖💖💖💖💖💝💝💝💝💝💝💝💪💪💪👌👍 .nuf Jiraadhu Qommo Koo Akkanumatti Itti Fufii.😍😍😍💞💞💞💞💞

  • @ritaelmourad284
    @ritaelmourad284 5 лет назад

    Bilisumaan Hawwii koot birmadummaan kaayyoo koot oromummaan Saba koot oromiyaan biyya koot harmeen too lubbuu koot uuuuuuff harme too si yaade,💙💚💚💛💛💜💜💓💓💔💔💖💖

  • @diqineshchalaa8900
    @diqineshchalaa8900 3 года назад

    Yomiyuu hin dagadhuu yomuu hin irafadhuuu senaa harameee❤️❤️❤️

  • @sinboonekaasvv9901
    @sinboonekaasvv9901 6 лет назад +2

    Waqayyoo harmee kenyaa umurii nuuf haa dheessuu Dhugaa jettee jajabe kenyaa nuuf jiradhu❤❤❤💔💔❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘❤❤❤

  • @iftuuobsaa5027
    @iftuuobsaa5027 6 лет назад +1

    Qabsoon kee umrii kee wojjiin haa ta'u rabbiin umrii siif haa dheressuu

  • @falmattuudinaaobsiriqichaj1579
    @falmattuudinaaobsiriqichaj1579 6 лет назад +1

    Dhugaa keeti lammii koo.sabona saba kooti ittiqa koo sanyii leencaa jabadhu.

  • @addisyishi1154
    @addisyishi1154 5 лет назад +2

    Wowww ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @baderalshehi5464
    @baderalshehi5464 2 дня назад

    Me nu dabalii sirba ke kana itiqaa ko sanyiiii tadasa biruu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @bilisummahawwiinkooyaarabb5050
    @bilisummahawwiinkooyaarabb5050 6 лет назад +3

    Wallahaa Imaamman Qabachuu dadhabee uuuuuuufffff wonti Harmeedha hima hin dhumuu nuf jiraadhu leenca koo galatoomii ❤❤❤🌷🌷🌷🌷🌷

  • @dinglameljeamalje6144
    @dinglameljeamalje6144 6 лет назад +2

    Bewunti tebarki wendime♥♥

    • @aishagabiyyoo7118
      @aishagabiyyoo7118 6 лет назад

      😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️wwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwmashaa allha
      Mashaa allha

  • @bidiqebaqale2455
    @bidiqebaqale2455 6 лет назад +3

    Ufffiiiiiii yaa itiqaa garaatu na borayee. Hadha koo yomiyuu sin dagadhu Deesee koo imimaan kee isaa gafaa na gaggeesittee seenaa taatee 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @obseabere4934
    @obseabere4934 5 лет назад

    uuuuuufff galatoomii koode dhuguma kee jete waqqayoo umur harmewani keenya nufii yaa dheresu olmani haadha dubatame hin dhumuu ilove you mami koo uuuuupha

  • @buzuneshgeremew8453
    @buzuneshgeremew8453 6 лет назад

    Dhugaa jettee waqayyoo umurii harmee keenyaa nuf haa dheressuu saboonnaa keenyaa jiraadhuu 💞💞💝💘💝💝💝💟💞💝💘💘💝💞💟💔❤💙🌻🌻🌹🌻🌹🌼🌻🌹🌼🌻🌹🌻🌹🌼🍀

  • @kebbel3100
    @kebbel3100 5 лет назад +1

    Uuuuuufffffff ittiqaa kenyaa sirbii Kee danda'ee him dhagefadha bayyee namma bochisaa goota kenyaa nur jiradhu umrii dheradhu🖕❤️❤️🌺🌹🌹❤️❤️onnee ummata oromo kessaa jirta

    • @hanamarymi7199
      @hanamarymi7199 5 лет назад +1

      Maloooo malooo furami yadaa hadhaa malidhaa?????????????? Ittiqaa bayee namaa bochisaaaaa

  • @shamsiyamol4747
    @shamsiyamol4747 6 лет назад

    uuuuuuuuffffff harmee too ayyoo hadhaa to 😢😢😢😢yaa rabiii umrii nuuf dhesesii yaa allaaah yaa rahman😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @tujilubbuko3290
    @tujilubbuko3290 3 года назад

    Uuùuuuuuf hadhaa tooo 😭😭😭😭😭😭😭Hatii Lama jirtuu

  • @masiisaanyiihacaluuhundees5191
    @masiisaanyiihacaluuhundees5191 6 лет назад

    Uuuuuuuuuffffffffi dhugaa keeti lammi koo ittiqaa addunya kana irra kan akka haadha hin jiru nuufi jiradhu rabbii urmii kee haa dherressu sabonna oromoo👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍

  • @takkoushcell1891
    @takkoushcell1891 5 лет назад

    Adaa.hadhaa.haadhaa.ufii.afuuru.qoriichaa.dhugaa.raabiti.wollaahiijiraadhu.leencaa.kenaa

  • @private2074
    @private2074 6 лет назад

    😭😭😭😭😭😭😭😭😭 galatoomi iiitii koo. galatoomi haadha ofiii ahii rabbi umurii nuuf haadheeressu.

  • @lomiabdo5392
    @lomiabdo5392 5 лет назад

    Uuuuuuuuuuufffff dhugaa jette obboleesaa keenyaa Nuuf jiradhuu

  • @maritamatar8061
    @maritamatar8061 3 года назад +1

    Uuuuuuuuuuuuuuuuuufffff kan harmee❤❤💛💛💕💕🥰🥰🥰🥰😍😍😍😍😘🥳🥳🥳🥳👨‍👩‍👧👪💋💝💖💝💖💗💓💞💕

  • @metametametameta3434
    @metametametameta3434 6 лет назад +2

    inshaallah ni argina harmee kenyaa

  • @ዛኮነኝይአረብሀገርስደትኝ

    Dhugaa keetii sanyii offi me ndhis biyaa orma keessaa jiraa waye hadha ko mo dubatmee hin dhumm ..............😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢

  • @amarkojok7609
    @amarkojok7609 6 лет назад +1

    Harmeewwa koo bakka jirrtaniti nagaa naafu taa.a dirqama jirtuu kana sii fagadhe jiruu biyyaa ormaa naaf galuu dide welissa kenyaa galatomii hedduu ❤️❤️🙏🙏🙏

  • @misramohammed4614
    @misramohammed4614 6 лет назад +1

    yaa ittiqaa Sirbii kee Nama bochisaa Yaa Rabbii attii hadhaa tenyaa hundaa umrii nufii dheresiii Jiradhuuu Dhugaa ketii haa hafurii ishetuu namafii qorichaa

  • @caltuusalale4693
    @caltuusalale4693 6 лет назад +1

    Siin jaladhaa hadhaa onne kiyaraa.wantii siin naaf qixatuu hin jiruu lafaa kanaraa yaa rabbii hadhaa kenyaa hundaa umurii nuuf dheresiii.

  • @masimasiwaraashaawa8382
    @masimasiwaraashaawa8382 6 лет назад +1

    maloo dhugaa jete nuffii jiradhu kaa ittiiqaa keenyaa umrii kee nufi haa dheeraatu kaa!!!!! 😍😍😍😍😍😍🍬🍬🍬😍😍😍

  • @baatiriishifara6152
    @baatiriishifara6152 6 лет назад +1

    Uuuuuuuuuffffffff waaqa koo umrii haadha keenya nuuf tursiisi ana dura na Arnside 😢😢😢😢😢😢😢😙😙😙😙😙😙😙😭😭😭😭😭😭

  • @qabamaqaahadhaagariimariyy600
    @qabamaqaahadhaagariimariyy600 6 лет назад +2

    Uuuuuuffff Umrii dheera siif haa keenuu Wareen Hadhaa isani dhabanifis waqaayyoo obsa haa keennu.😭😭😭😭😭😭

  • @abdussalam8964
    @abdussalam8964 5 лет назад

    Hayyoo hadhakoo na yadachisee💔💔💕💖💖💓💞💘😓

  • @galneeshubaa4195
    @galneeshubaa4195 6 лет назад

    woww lenca dhira kutatuu atti desse amallaf sagaleke rabbi waal qixxa bareche umurii siif haa dheressu rabbi adha sii desse eshera umamtee darjjaa kanna gessee jedhii rabbi kadhuf addara dhamsakoo yoo dhagesse 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭ayyokko

  • @jscomp8204
    @jscomp8204 5 лет назад

    Uuuuuuufffffffffff obsa dadhabe garaa koo sii yadddee hadha to😭😭😭😭😭itiqa uuuuuuffffff ijaa iraa hafiii sabonnaa kennaa

  • @martindib4489
    @martindib4489 4 года назад +1

    😭😭😭uffffffff sanyii kenyaa guddaa galatomi ❤️❤️❤️❤️

  • @burutukanshawaa7320
    @burutukanshawaa7320 5 лет назад

    ayyo.hadhato.nayadachisite.sayi.
    koo😭😭😭😭💖💝💝❤❤❤💝💝🌺🌺🌺🌺🌹🌹🌹🌹💋💋phaaaaa🙋‍♀️🙏

    • @aliamohmad4388
      @aliamohmad4388 5 лет назад

      Uuuuuuuuuiuuuuuu anii gubbadhe duraa maa harme too bira bahee

    • @aliamohmad4388
      @aliamohmad4388 5 лет назад

      Ittiqaa yeroo kamuu simaa caqaasa

  • @iftuuobsaa5027
    @iftuuobsaa5027 6 лет назад

    💞❤❤❤❤ hadhaa keetifis umrii haa dherssuu

  • @harmeetoosiinyaadee3592
    @harmeetoosiinyaadee3592 6 лет назад

    Uuuuuufff bayyee garaan naa rafamee ittiqaa keenya dhugaa keeti haati lama hin jirtu haati takituma olmaan haadha ofii yomiyuu hin dhummu dubatamee waqqayyo ummuri harmee keenya nuf haa dheresuu galatomi sabona keenya!!!❤❤❤❤❤❤❤❤👍👍👍👍👍👍👍👍

  • @nadinecelll197
    @nadinecelll197 6 лет назад

    Ameeeeeeeeeeen lubbiyye sif ille hameete umurii sif yaa dheressu waqayoo sabbona kenyas nuuf yaa jirachisu😘😘😘💔💘💘💘💘💘💘

    • @yashiyashi6679
      @yashiyashi6679 5 лет назад

      😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @MaxamedHade-ol2rw
    @MaxamedHade-ol2rw 7 месяцев назад +1

    Uuuuuuuuuuuff haarmee koo 😭

  • @christinebadede7608
    @christinebadede7608 6 лет назад +1

    Wwwwww period of you thanks god bless my Oromo and oromiya 👌❤

  • @mulunashborja4653
    @mulunashborja4653 6 лет назад

    Dhugaa jetee lencaa sanyii gotaa waqaayyoo umurii harmee kenyaa nuf haa dhereesu

    • @saram8904
      @saram8904 6 лет назад

      Amen

    • @saram8904
      @saram8904 6 лет назад

      💓💓💓💓💓💓💓💖

  • @rahmattaaoromo9968
    @rahmattaaoromo9968 3 года назад

    Mee maloo abban yutub kana muziqa ittiqa kaya harme kana naf ergi mee sanyi koo lakkoofsa kiyya siif erga 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @yatatubiraa6892
    @yatatubiraa6892 6 лет назад +17

    Dhugaa keetii sanyii koo waqayoo umuri haremeewani kenyaa nuu haa dhersuu 🙏🙏🙏❤❤💚💚💞

    • @Customer-os7ln
      @Customer-os7ln 6 лет назад +1

      yatatu Yatatu ♥♥♥♥♥♥♥♥uuuuuuuuuffffffffffffff harmee galaatoomii itiqaayee

    • @dansedanse485
      @dansedanse485 6 лет назад

      jiirtu siiraa naa faagesee haarame too

    • @fayisoabdallaa5195
      @fayisoabdallaa5195 6 лет назад +1

      +Danse Danse uuuuuff 😂

    • @AaaAaa-lm2zw
      @AaaAaa-lm2zw 6 лет назад +1

      💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘😂😂😂😂😂😂😂😂⚘⚘🕊😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂⚘🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞💞🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🕊💌💞🕊

    • @AaaAaa-lm2zw
      @AaaAaa-lm2zw 6 лет назад +1

      @@Customer-os7ln ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤💞🕊🕊🕊🕊🕊⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘🕊

  • @kuleeintalaaoromosabaata1369
    @kuleeintalaaoromosabaata1369 6 лет назад +1

    Ijaraa hafii ya Saboona oromoko Laammiinkoo jabaa aka sibiila bayee sijalaanaa bekuumsarattii bekuumsaa sif hadabaluu Qeerroo Oromiyaa😍🌹🌹

  • @iloveyouharmee1554
    @iloveyouharmee1554 6 лет назад

    dhuga keeti saboona keenya olmaa haadha wanti itinii ibsani nama rakisa waqqayoo umuri harmeewan keenyaa nufi hadheresu harmee ifaa jirenyaa

  • @starphonestar5912
    @starphonestar5912 6 лет назад

    Uuufffffuuu dhuga keti haramee ofii lama hin arganii waaqayoo urmi ishi nufi he.ersuu galatomi sanyi koo 💚💚💚💔💔💔😭😭😭😭😭😭😭😭😢😢😢😢😢😢

    • @amoudimoni5765
      @amoudimoni5765 6 лет назад

      anii sii kanaanii jedhuu kanaa adhaa kenyaa waqayoo umurii yaaa adhersuu fii amalee itii dabalee

  • @muluu2579
    @muluu2579 6 лет назад +4

    Uuuuuufff kan harmee dubatamee hin dhumuu jiradhuu qerroo oromoo 💜💝💝💕💕love you

  • @sarrahammadi9259
    @sarrahammadi9259 6 лет назад

    ♥♥ yaa haramee kiyyaa bakkaa jirutti nagaa fjiradhuu

  • @azerawallagga1584
    @azerawallagga1584 6 лет назад +4

    Waaqayyoo harmee keenya umurii nuf ha dheeressu💔💔💔💔💔💔💔💔💓💓💓💓💓💓💓💓💘💘💘💘💘 nuf jiraadhu atis qeerrookoo.

  • @intalaamikaelaa1106
    @intalaamikaelaa1106 6 лет назад +2

    Ummurii dheradhuu sabonaa kenyaa maaqaa ayyotti

  • @kennaaraggaasaa9587
    @kennaaraggaasaa9587 6 лет назад +1

    anii sirba hadhaa yeroon dhaguu garan koo naa badaa yaa rabii hadhaa too umurii ishii naaf dheresii ☝☝☝😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

  • @ababakanate2305
    @ababakanate2305 6 лет назад

    Dhugaakeeti gotaa keenyaa umurii dheeraadhu kan ishee dubbatame hin dhumu haadhakoo irraa fagoon jira obsuu dadhaabe anu galatomi saboona oromoo 👏👏❤💚❤

    • @kennaaraggaasaa9587
      @kennaaraggaasaa9587 6 лет назад

      hin yadinaa sanyii ofii gafaa rabii jedhe wal argitaa namnii jiruu hinumaa wal argaa abshir rabii jiraa bakkaa jiritutii fayyaa naaf tahii hadhoo koo ☝☝☝☝☝💝💝🌷🌷🌺🌺🌺🌺🌷🌷🌺🌺🌺🌺🌷🌷🌺🌺🌺

    • @ababakanate2305
      @ababakanate2305 6 лет назад

      Lubbiyee haadhakoo tole waaqnii koo akka ati jettee naaf yaa jedhuu lubbuu koo maal siif ta'uu jajaabeesitukoo atilee umurii naaf dheeraadhu sinu arguuf hawwii qaba saboontuukoo bareedduukoo

  • @teshomegirma6453
    @teshomegirma6453 6 лет назад

    Jiraadhu sanyi Tadde baga dhalatte rabbin umuri dheera fayya waliin siif haa laatu jalala '"Harme"ibsuuf sirbi kun qofti gahaa miti haa tahuti warren harme isaanif kabaja hin qabneef ergaa gaaridha

  • @lencyararam8061
    @lencyararam8061 6 лет назад +1

    Uuuuuuuuuuuuuuffffffffffffffff fiiiiiiiiiiiiiiii yaa rabii atii hadhaa koo umrii nafii dheerressii hammanii biyyaa ormatii galutii hammaa ishee nanii dhageessisinii uuuuuuuuuuuuu ijolee biyyaa ormaa jiruu garanii nuu gubatee……………

  • @jaharajahara4240
    @jaharajahara4240 6 лет назад

    yaa rabiii hadhaa kenyafi umiri si nu tursisi hati takatima lama nama hin dhalatu hadha tenya faya nufi keni ido jirtuti zara kadir kuweti ira

  • @gannattolasaa6094
    @gannattolasaa6094 6 лет назад +8

    Uuuufffff obsi obsii jedhen of sossobaa garaa haadha yaade maali..........😢
    yaa rabbii ati harmee keenya nuf eegi

  • @alimaak..jabbadhaakaram4160
    @alimaak..jabbadhaakaram4160 6 лет назад

    Dhugaa kettii sanyii goottaa nuffii jiradhuu hadhoo ten yaa urrmii sii rabbii nufii haa dheresuu rabbinii

  • @iftuuobsaa5027
    @iftuuobsaa5027 6 лет назад

    Saqii sanqaa Kenyaa nuuf jiradhuu 👌💔💔💔💜💜💜

  • @jemilaaliyi7840
    @jemilaaliyi7840 5 лет назад

    Yaa Harmee Too Uuufffff Yaa Rabbii Harmee Teennaa Umrii Nuf Dheerrsi

  • @deribaabera399
    @deribaabera399 5 лет назад

    dhugaadha leenca keenya haati bu'uura lubbuuti.

  • @taibabb1992
    @taibabb1992 6 лет назад

    Galaatoom qomoo koo haadha nama hundaa yuu rabbiin umrii haa dheersuu 👂👂👂👂😿😿😿😘😘😘😘😍😍👪👪👪💘💘💘❤❤❤❤💚💚💚💚💚❤❤❤💟💟💟💚💚💚💔💔💔

  • @sarafromomanoman4018
    @sarafromomanoman4018 6 лет назад

    Uuuufffff baay'ee garraa naa rasee sirbii kun 😭😭😢😢galatomii sabonnaa keenyaa ,Yaa waqayyoo hadhaa tenyaa umurii nuuf dherressi hadhaa koo siin jalaadha❤❤😍

  • @ayantuayantu8581
    @ayantuayantu8581 6 лет назад +1

    😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍

  • @zinabugirma8311
    @zinabugirma8311 5 лет назад

    yes
    nice
    all right
    hero

  • @walideljaroush532
    @walideljaroush532 4 года назад

    Hadha too aman si in Aragon Gafa waqnii jedhee wal agara

  • @خديجهخديجه-خ5خ
    @خديجهخديجه-خ5خ 6 лет назад +1

    Woyii umii tiyaa biyyee siitti naaf haa salphatuu😭😭😭😭😭😭

    • @torongusilesh1795
      @torongusilesh1795 6 лет назад

      خديجه خديجه siif jajabbinaa yaa kennuu Hadhaa tee waqaayoo Jannataa yaa qananisuu 😭

  • @aishaabbwari5857
    @aishaabbwari5857 6 лет назад

    yaaa haadhaakooo yaallaaah naagaan itti nu galichiiii yaaaallaaah Raabbii koooo

  • @masetaffas4914
    @masetaffas4914 4 года назад

    Uuuffff kan akka hadhaa ijeruu
    ❤️Galtomiy see jalana

  • @tiroworkchane7083
    @tiroworkchane7083 6 лет назад

    Muziqa kana guyyatti osoon hin dhaggeffatin hin olu hadha tiyya yeroon si waliin jiradhuu san waan salpha natti fakkatayyu biyya hambbatti yaddoo keetin gubadhe hadha tiyyya uuuuffff dhaggeffadhe qufuu dide hadha ofi hafurru qoricha nuf galatoomi Ittiqa

  • @zalikaabaleebilisumanihi9424
    @zalikaabaleebilisumanihi9424 6 лет назад +1

    Uuuuuuuu siraa fagadhee jiruu biyyaa ormaa 🙆🙆🙆🙆🙆🙆

  • @nabilbraidy5634
    @nabilbraidy5634 6 лет назад

    Harmee koo garaan koo yoom naa rafe jireenyaan sirraa fagadhee harmee koo bakka jirtuutti Fayyaa naa tai wal agarraa 💙Ayyoo Haadha💙koo dhufaatan jira wawooo
    ❤Ittiqaa ❤naafjiraadhuu leenca ilmaSaalaalee❤faanos Damissee beirut biyya h ambaa CarraaKoo wayyooooooooooooooooo uuuuuuuuuuuu
    Ya Haadha nama deesse

  • @waqayogaariidha4657
    @waqayogaariidha4657 6 лет назад +2

    Wow😍😍😍

  • @xayibarabiira8804
    @xayibarabiira8804 6 лет назад

    Taafrii bayyee namaat tollaa nuuf jiradhuu sii jalanaa

  • @sabontuoromoosabontuoromoo7384
    @sabontuoromoosabontuoromoo7384 6 лет назад

    Dhugaa ketii hatii ofii dawitidha harmewan kenaa rabii umrii nuu haa dheresuu yaa rabii harmee tenaa nuu egii kan kadhatan simaa qofaa

  • @tadesekasu8665
    @tadesekasu8665 6 лет назад

    umrii isaanii nuuf haa dheeresuu

  • @zeyitunasafaa2537
    @zeyitunasafaa2537 5 лет назад

    Uuffee😍😍😍😍😍😍

  • @najatismail7553
    @najatismail7553 6 лет назад

    Rabbi umri harme kenya hunda umri nuuf ha dheresu haman ishen hin argin

  • @rabiyahusenitalaaarasirobe3436
    @rabiyahusenitalaaarasirobe3436 6 лет назад +1

    wwwwwww ba'yee namatii tolaa galatomi sabonaa kenaa ❤❤❤❤❤💚💚💛💜👍

  • @ramiarida5387
    @ramiarida5387 6 лет назад +1

    Uuuuuuufffffff uuuuuuuuuuffffff yaa j iruu biyaa ormaa gargarii Namaa fagesiti maal gonna

    • @iquality1947
      @iquality1947 5 лет назад

      Wayo ergan gafa sirba kan dhagefadhe yero hunduma hinuma boo'a ani kanan jiru biya nama kesa yomu hadha ofi obsu hin dandamu gidi male waqayo hadha too na eggi adara sira kayadhe

  • @meemee2328
    @meemee2328 5 лет назад

    uuuuuuf maloo maloo dhugaadha edaa hadhaa ofii hafuruu qorichaa har'a naa gaalle yaa waaqayyo atii hadhaa koo bobaasii naa galchii uuf ittiqaa koo gara nama nyaata gaalanii kee bilisumaa yaa ta'u

  • @abarashtashooma8907
    @abarashtashooma8907 6 лет назад +1

    dhugaa keeti sanyii koo harmeen lama jirtuu takkitumaa naa jiradhuu sanyii dhugaa dubatuu

  • @huundumtuuisaanta.amarta7573
    @huundumtuuisaanta.amarta7573 6 лет назад +1

    Dhugaa keeti jette obbolesaa kenyaa uuufff ⛪😭😭😭

  • @sabbontuoromoomadinaabdaal1949
    @sabbontuoromoomadinaabdaal1949 5 лет назад

    Ittiiqaa Ayyoo tiyyaa yaddedhe uuuuufffiiii

  • @dasikadamisee4248
    @dasikadamisee4248 4 года назад

    🙏❤️❤️❤️❤️