Way bada anaa kanin an akkaan video edit itti godhuu dhabe mee nutti himi amma silaa waan yuuniivaarsiiti finfinnee fi magaalaa finfinnee keessaa jiraa hunda nama keenya agarsiisuu nin dandaha. Garuu bilbilli an harkaa qabu A30s dha app akkam fayyadamee akkaan edit godhuu fi tooftaalee ittin kaameeraa waraaban nutti himi an beekii daldalaafillee osoo hin taanee barataa yuuniivaarsiiti finfinneeti waanin argee ummata keenya agarsiisuu barbaadeeti ammaas drama fi waan gara garaa irratti hirmaachuu barbaadeeti. Mee waa hundaa waan jette kana hojitti nuuf hiiki. Hedduu galatomi Fulduraafiis jabaadhuu
Jabadhu itifufi
Good points✌️
dhugaa saa
Galatoomi qaali namaa
Ordoftata amir show sabisikirab naf godha ilamn oromo
Good
Woww masha Allah wly heeduu bareedadha ittii nuuf fufii
Waleeykum assalllam
Warahmatullahi wabarakatuhu
Woow welcome keep it going on
Anaa HuNDA dura laale Kun jaalalan Amiir fi hojii isaatif qabuudha
Good Amiiro
Very good Amri show
❤❤❤💚💚💚❤❤❤❤
Masha Allah zkl
Waleyikum asalam worahamatulah
Masha allah jzk
Ws wr wb
Amir kiya jabadhu waan bayye nama gamachisu hojacha jirtaa.
Waan namni tokko namaaf godhu ol nama afaan oromo beekanif waan beytu barsiisa jirta galatomi jabadhu haaluma kanan itti fufi
waaaaawww
Wan garii daleydee galatomii
Wow Thanks
💛💛💛💛💛💛💛
Hedduu galatoomi amirshow
Barnotaa biralee nuf dhiyessii jzk.
Ok
Maashaa Allah Amiir Kiya Qaaliii Namaa foto Namaatoo Yoo fuudhanii maxan San rakko niqabaa
🍓🍓💋hedduu takka galatoomi
Galatoomi biro
وعليكم السلام ورحمة الله وبركاته
Bayyee garii
Good amir show
Galatoomi amir shaw sijaalanna
Wl wr wb galatoomi amiiroo
Natti tolee jira habiibi kiyya
Amir show nuf jiradhuu ulfaadhuu
@murre tips
Amiir show
Tnx
Jabadhuu Brother kiyya❤💚❤
Way bada anaa kanin an akkaan video edit itti godhuu dhabe mee nutti himi amma silaa waan yuuniivaarsiiti finfinnee fi magaalaa finfinnee keessaa jiraa hunda nama keenya agarsiisuu nin dandaha. Garuu bilbilli an harkaa qabu A30s dha app akkam fayyadamee akkaan edit godhuu fi tooftaalee ittin kaameeraa waraaban nutti himi an beekii daldalaafillee osoo hin taanee barataa yuuniivaarsiiti finfinneeti waanin argee ummata keenya agarsiisuu barbaadeeti ammaas drama fi waan gara garaa irratti hirmaachuu barbaadeeti. Mee waa hundaa waan jette kana hojitti nuuf hiiki.
Hedduu galatomi
Fulduraafiis jabaadhuu
Barumsa breda nuf qode hbb tnx
wayye Ammi
Akkaata vdiyo qulqulinaa fi sagaleen qulqulluun ni barbaachisa irratti nuuf dalagime🙏
Amiro keenyaa jabaadhuu❤
Akamiti sila fira marani.dhifma
Ws wr wb
Aswrwb yaada bareedadha Amir show anii ammo gafii dhufa qaba kessan naa dubbissii ykn lakkofsa WhatsApp kettii naaf ergii kessan
Welcome welcome Amir
TNX Amir
maatti naaf ta'ii lammi
Baayee Galatoomi
Welcome
Amir show baguma translate nu gote anis content kana qaba monetization na approved godhu didan
ulfaadhu
amir kashti
GOOD
Galatomi Amir keenya kun barnoota guddaadha
Besisa jechuun Kana mitii way nama nin dalaga jee gabasee you Tube işartı maxafatee
Galatoomi
Amiir kenyaa ani you tube banadhetin jira garu subscribe naf hin tanee yoo hanqina qabate nafi himii dhifama wajiin bilbilaa kee nafi keenuu ni dandesa Amiir
Amiir hedduu galatoomi.ammas wani bira yeroo video edit gootu sirboota gara gara yo itti fayyadamtee ho rakkoo qaba
Seerri RUclips Dhoorkee Jira Kan Free Tahan Akka Fayyadamnu Qofa Hayyame. Tutorial Biroo Irrattiin akka Itti Musiqaa Filan Isiniif Qabadhee Dhufa Inshaa Allaah
Hayye amiir kiyya galatoomi
Mee ani gara keysatinin si dubbisu fadha
Welcome Amiro 😊
Yaada gaariidha garuummoo kanaan olitti ibsa otoo laattee caalaatti akkaataa baninsa isaarrattilleee odeeffannoo laattee gaariidha
odeffanno kana nuqodu ketif galatomi
You tube khee Khan ho mal tehe 😳
Sanuma Cinattiin Kana Bane
Galatomi. Gorsa bareedadha
Amir akkana bro
Share na godhika
Wayee camera nubarsiisi
ruclips.net/video/OAjyrIblu7k/видео.html amiro yo dandese lali sher nuf godhi Fula durafis wan bir titi jira nu jajabesii amiro ido keny dire
Galatoomi 💚💚💚
Share video tiyya nagodhi
Subscribe sif godhe jira. Atis subscribe naf godhi
Hayee sifin godhaa atis chanala kiya kana subscribe nafi godhii
hide subscribe akkamii godhaan
No
Welcome