Dhugaa yo dubadhe nama akana si obsu argache ketifii Allahamudillah Allahamudillah jedhi obse oso dhira tokko tokko ti dhaye si gobisa yoka mana si araa wani hundafu jarsaa ke jabefadhu Rabbi si kene muca miskina
Prank kee kan hardhaa namattii hin toluu obsee waan nama rifachiisuu hin hojjaatin Ani Prank keessan hedduu hordofaa gaarii jirtanii ittii fuufaa obbolleeyyan ko rabbiiif jechaan isiin jaaaladha
@Ibsu Comics Tv Subscribe godha please ruclips.net/channel/UCD1ej-LE5V31KZvzVGEGbQA
Obse mucani karoni suni esaa juraa yaddee maloo qabadhuu kotuu sin jalaadha
Lammuu Waan Akanatii Hin Debihin Obsee Ibsuu Isaa Sibiratii Mittii Anuu Badaa Rifadhee Hojjii Shexanatii Kun Waa Biratiin Qaladii
tʊʀtʊʊռ sɨʄ ɢօɖɦɛɛ sʊɮsċʀɨɮɛ ɨɮsʊ ʄɨ օɮsɛʏʏɛ ɨ ʟօʋɛ ʏօʊ sօօ ʍʊċɦ
Wanii akanaa hin hojaatinii habibitii
Irraa deebiin siin jedha itti hin debini
Anatu dura laalee like na godha😁
Maal bu'aa siif buusa kaa
Mati naf ta'a
Asuman you tube mark show search godha maati taa'afi mee maatin obse ibsu kun oromo koo wal haa guddisnu maalo
Atis Lik kadhata asjallati inan mana ketti siif godha ole bulu siin ga,u gurbbaa
Sobdee kaa mucaa rukkutamaa 😂😋☺️
Uuuuuuuuuuuuuuuuuuuu IBSU mucatinii marachufii hedii Garuu Obse iraa IBSU Nakofalachisee Dakuu fulatii dibadee dhabatee Tiyyaa jedhaa Ayiiiiii. Yaa misikinaa woyiii 😍🤩🤩🤩🤣🤣🤣🤣😁🤔🙋♀️❤💚❤💔💔🌹🌹🙋♀️
Auzubilahi prank tti walhi billahi jettaa😭😭😭rabbiin isin haa qajeelchuu
Dhugaa yo dubadhe nama akana si obsu argache ketifii Allahamudillah Allahamudillah jedhi obse oso dhira tokko tokko ti dhaye si gobisa yoka mana si araa wani hundafu jarsaa ke jabefadhu Rabbi si kene muca miskina
😂😂😂😜
@@sifanmalaku7260 ma dhuga barr
@@zizuarsishashe5117 ee.rabi.😂😘
Zenab maati naaf ta'i sanyii
@@warqiitube3386 kino sifii godhera
Obseyee gize karate sani na kkk ofalachiftee wly hedu nati tole jabadhu hayati tiyya qalii ibsu obsa qaba masha allha walifi isini ha dhisu isi jaladha❤🌳❤🌳❤🌳💯💕💕💕💕🌹🌹😍😍😘😘💖👍👍 nafi jiradha💖❤💖❤
Huzubillhii mineshexanii irajimii obosee Jarasaa kee Hin Rifachisanii please 🥺 Rabinii sitii dalanaa Pirnk Lee yoo T,hee
Sirii mitii Jabadhaa ♥️ isiini Jaladhaa ♥️💯
Hiin bareeduu akaanii
KkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkUuuuuuuuuuuuuuuu😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁Mashiyy OLubuuLvoelkoeTakitti💚💚❤💚❤💚❤💚💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤❤❤💚💚❤💚❤❤💚💚❤💚❤💚❤💚❤💚💚❤💚❤💚💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚❤💚💚❤❤💚❤💚💚❤💚❤💚❤💚❤💚💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘😁😁😁😁😁😁😁😁😁😁
Kkkkk dhugaa dubachuu tanani namottaa matti godhattani middiyyaa irraa wolin bayyani kessaa namaa obsaa qabuu dhugaa namaa 4 qofaa agree anii akkaa ufii kiyyati achii kessaa ibsaan namaa tokkoo mashallaah sirraa Haa tursisuu kaa
Sabontuu Arsii Kkkkkkkkkkkkkk Wayii Obsee Hujii Kankee Issin Jaaladhaa Ibsuu &Obsee Jabadhaa Prnk Keessan Namatii Tolaa Maashaa Allah 💞💞💞
Hhhhhhhhh obse ara kofan na fixe wly uuuuuyi 😂😂😂😂😂😂😂😂😂numa bada ibsa tahe sila si ajesa nama bira yahe 😂😂😂😂😂
Laaha wola wolaa quwwata illaa billaahi 😭😭😭wollaahi rabbiin sirra hin laalin
Maati naaf ta'i sanyiikoo
ሁሌ እዳሳቃችሁኝ ወላሂ አልሰማም ኦሮመኛ ግን አያችኋለሁ ደስ ትላላችሁ ልጁ ትግስተኛ ነው ማሻ አላህ አላህ ይጨምርለት
❤❤
Uuuuu maaloo obsee cubbuun ibsuu siqabaa garaa na nyaatee
Kkkkiiiiii
Jabdhuu bareduu tiyaa sin jaldhaaa obse too wanumtii kee Hunduu namatii toloo❤❤❤❤❤❤❤
Ibsuu miskiina nama mararta dhugaa 🙆♀️😢😢😢
Obsee albeen hitaphatiin🙊
Margee maati naaf ta'i sanyiitoo
Ibsuun sobate malo osee dhuga anuu hin rifadhee yoo bura aguu ffuuu osee wani akana hin hojatin oke 🤔🤔🤔
Kkkkkk
Si rukutayyuun sahe dhugaa ibsuun baayyee siif obsa nuuf jiraadha umurii nuuf dheeradhaa isin lachuu jaallewwan keenyaa ibsuu&obsee
Naganii waqayyoo siifii habayatuu ibsu fii obse dhugaa bayee namatii tolii tuu 📢📢📢📢
Kkkkkkkkkkk obsee ati dhugumaa dhiraa akati hojechuni kee
Ibsaa atimoo yeroo maraa obsee rukutaa malifi arguu
Anii ishee kanaa dalagdees ,waraa komantii jallaa demee kolfaan garraa nuu kutee jedhuus, hedduun siin tajabbee, mee kuun bakkaa kamtuu namaa kolfisisa ??? Oso dhibamtannii argitaani akkaas hiin kolfitaan turee, yaa rabbii sitii baqadhee ,najaa na basii yaa alhaa ☝️
Uuuuuuuuw obsee waan akanaa hin taphatin lamataa obsaa kan sibirraa jirruu dhissii anuu akaan sii birraa jirrutaan rifadhee dhugaa
Jireenya koo keessatti akkana hin kofliine🤣🤣🤣🤣🤣😂😂😂😂 woyyoo garaa koo
Anile akasuma dhuga rabbi akani kolfe
Kkkk ibsu dhugaa maa obsaa qabaa obsiyee ati ofii irtii hojatee ❤️❤️❤️💕💕💕😍😍😍
Kkkkkkkkkkkk Ha,uzubilaa Wly heduu sii rifadhe anuu Obsee Wly anii herumele arguu badhule rabii birati jarisi kabajaa qabaa hin rifachini wly nama boharsuu nama gadisisa akka koti rabini wani xiqoo nama kataba wly anii heduu isin jaladha qaliwani tiyaa ❤❤❤❤❤❤👈
A'uzubillaah wollaah rabbiin isin haa qajeelchu maal adunyaa gabaabduu tanaaf jecha aakhiraa dagachuun????
Akkasumaas haqqiin jaarsaa haalaan jabduu akka taate hin beektuu yaa subhaanallaah!!!
Rabbiin isin haa qajeelchu yaa ummata Prank!!!
Namaa kolfisisuf jechaa wan hin tanee ofitii hin farisiin Alhmdulillah jedhii fayyaa wani gahuu hin jiruu🤔
Jamela maati naaf ta'i sanyii koo
@@karimafamily1746 Haye
Woww heddu nama booharsaa love you obsee❤️❤️ ibsuun miskiinaa nama marara
ወይኔ ቋንቋ ባልችልም አየኋችሁ ልጁ ትግስተኛ ነው ማሻአላህ
አዲስ ነኝ ለቤታችሁ😍
Wyoo garaa koo bilchaadhe bakkan deeme kolfun dhabee 🤣🤣🤣🤣🤣🤣💚❤💚❤💚❤💚❤obsee garuu albeen hin taphatin
Subaha alah obboleti tiyyaa raabbi oso jirtu si qayirinni kana pirik jedhaa waan hin tanne hin daliginaa😕😕😏😏
Are kuni baye nama gadisisa dhuga waqayo wa bira hojedha iuuuuuufffff 😁😁😁😁😁😀😁😀😀😁😀
Wayyii ibsuu koo akkumaa jarsaa kootii garaa laftaa😂😂😭😭😭😭😭👈🏿
kkkkkkkkkkkk deemasi nama aarsiita maarattuu kan tahaan jaalatani miti karaa fayyaatin hin qoosiin
Astofirillaa bayyee rifadhee uuuuuuuuuuuf waanii akkanaa kanaa dhisaa waanii birattii dalagaa pirakii keessanii abboo
ibsuun baayyee rifate kkkkkk sobeema akkana hin godhatin akkana hin godhatin jetta malee baayyee rifatteeta ibsuu kkkkk
Kkkkkk obsiyee baay'ee nama kolfachisa 😁🤗❤️
Obosee bayee rifadhee ani yero duraa uuu obsani bayee nama gari dhaa Ani Abbaa msna kiyaa oso akana kodhee ufira NA ara qofaa jabadhu ibsa
𝐉𝐚𝐛𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚 𝐧𝐚𝐦𝐚 𝐭𝐨𝐥𝐚💔😍
dhugaa Rabbii ibsuni ofsa gudaa qabaa mashaallhi tabarakallhi jabadhuu obse hi namuma marate fakata argaa kee shafafa
Maalikaa obse yaarabbi warri you tube kun maraate subhaanallah🤔
Samirako subscribe naf godhi matiko naf tai sanyiko 😍
@@Yonitube6 tole atis koottu
Dhugaa anoo bayyee sodaadhee 😂😂😂😂 Obse hojiin kee nyadhuu 😂😂😂😂
Yaa obsee dalaga tee nyadhuu anu sodachuu jalqabee garuu daledee 100$100sif kanee 💗💗💗💗💗💗💗🙊
Umuu maati naaf ta'i waan ofii
🤣🤣🤣🤣Ano sodadhe dhugaa maali ati garu albedhan pink waali hin godhinaa shagaa miti tasaa waal waranuu dandaesan ishii obsee konjoo tenyaa tolee
I don't understand the language but walhi 🤣🤣🤣🤣my ribs are out
🤭🤭🤭🤭👎👎👎👎
Wayii obsee heduuu na koflchistee hedu Isin jaladhaa wlh 😄😄😄😄😄❣️❣️❣️❣️❣️❣️
Kkkkkkkkkkkkk wayyooo yaa garaa koo kolfan du'ee dhugaa 😂😂🤣😂😂😂yaa hojii kee obsee koo 😭❣️😂😂
Obse rabbi jedhii akka kanti hin dalagina prank garuu bayye namati tolaa ☝️☝️👍💃💃💃🕺🕺🕺🤦♂️🤦♂️🤦♂️
Bagaa nagaan dhuftan obsuu fi Obsee 🤝♥️🌳♥️Maalii obsee koo maal fakkaatta 🙄😢🤔😢 tolee dafa kootta isin eegana ♥️🌳♥️
Obse kofila qabda wlhi ati gara Na dhukube osoni kofalu Wayii ibsu itti hin hafine wlhi misikina akka male gote wlhi 😂😂😂😂🤣🤣🤣🤣😆😆😆😆
Dhugaa anoo baayyee sodaadhe 😂😂😁 Obse hojii kee nyadhu
Kkkkkkkkkkkk kkkkkkkkkkkk kolfan nu fixani garuu ibsuu miskinaa waalahi heduu garaa na nyaatee
Kolfan nu fixxan 😂😂😂🔥🔥
Kkkkkkkkk hin sodatee silaa obse itii mudii
Waaqayyo isinif haa dhisuu maloo anuu bayyee bayye rifadhee obsee fi ibsuu bayyee isin jaladhaa prank akkana nuura dhabaa 😭😭😭😭
Kkkkkkkk abeti ibsuu dakuu duwaa tatee bayee nama koflichasa kkkkkk wowwwww obsiyeeee yene mar ❤❤❤❤❤❤❤🌹
أَسْتَغْفِرُ اللّٰه أَسْتَغْفِرُ اللّٰه أَسْتَغْفِرُ اللّٰه سبحان الله سبحان الله سبحان الله
سبحانا الله
obse koo Akkam jirtaa haadhoolee koo jabadhuu 👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍
Maashallaa Rabbin umarii keessaan haa dhersuu amllee garuu obsee waan akanaa dhabii kAA ❤❤❤❤❤
Ibsu rabbi ja'i miciyo tana amanti barsisi hamma ammatti prank Jette wanuma hin taane dalagutti jirti dhuga eguma amanta Muslima fudhatte dandii sirri irratti jabeysi garu woyta ishen si dhungattu Maashallah tabarakallah je'en jira rabbi sadi isin ha tasisu ilmo dhala habaybi jabadha dandii sirri irratti wol jabeysa kun dhaamsa obbolummati galatoma 🥰🥰🥰🥰❤❤❤❤🧡🧡🧡🧡💖💖💝💗💘
Mee shitaa baredaa kanaa maa firaa cirtaa😆
Ummaa koo maati naaf ta'imee
Kkkkkkk waayoo hojii kee nyadhuu obsee
Wayo wayo wayo wayo wayo wayo wayo miskin ibsu 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔💔💔
Jabadhaa baredaa itti fufaa isini jaladhaa 🤣🤣🤣🤣🤣👍👍👍👍😘😘😘😘😘💝💝💝💝💝💝❤️❤️❤️❤️
አማረኛ የለም🙄ቻው በቃ አይገባኝም ሰፕሰክራይቤን ላሳ😂
ክክክክክየኔቢጤ
ላረጋቼዉ ነበር እኔም ክክክ ተዉኩት
@@ኢክራምወለየዋ-ቐ5ከ እረ
Ibsu miskina hati mana tee malif akkana tati 🤣🤣🤣🤣🤣🤔🤔🤔🤔😃😃😃😃wayyoo garaa kiyya
Ibsu obsee ....♥️♥️♥️
Auzubiikah naf hin tanee hardhaa obsee
🙉
Moriah maati naaf ta'i sanyii
@@samueltadasa6242 maati naaf ta'i sanyii
Love u all oroko
Reef ilaale Xumuree ani Praankiin Gaarii dha Wanti isinif Dhaamu. Qoosaa Albee sun Oromoo biratti Safuu dha. Jabaadha. Yuutubi koos Sabiskiraayib godha Galatooma !
kkkkkkk wayyoo obsee kolfani nuu fixee 😂😂😂😂😂😂
Abshiiraa waalahii raabiin issiinti has bituu inshaa allaah maana lee
Isiiniti haa biituu inshaa allaah
Balagee wayii namaa akaa koo itii artanii Lakii godhaa😭😭😭😭😡😳😳😳
Pirkin kun gariii mitiii dhugaa rabiiii uuuu alhamdulhi jedhii rabiii fayaa garii si kenee
Wollahii prank kun naatii hin tolee maalii kun waan fokiisaa hin hojatiina birriif jetaan isinira fokiisa🤭🤭🤭🤭🤭🙄🙄🙄🤮🤮🤮🤮🤮🤮
Kkkkkkkk obisee marachumani bayee sira baredaa kkkkkkk maratu ma ishe dhugaa fakataa kkkkkkk
የዛሬ ፕራንክ ይደብራል በዚህ አይቀለድም
በጣም
Uuuuuu waqayoo dhiifaama siifi haa goodhu obse prank akkan dhisii eshi
Dhuga waan ajaiba hojet obse tenyaa siif tole jira hala serati
Wallahii Wabilhii Na Arsiite Waan Piranki Dalayduu Dhabdee Martuu Filatee Yaa Rabii Kiyyaa Bayyee Tokko Namaa Arsiita Uuuuuuuffffffff
Kkkkkkkkkkk obsee💓
Tsehaye maati naaf ta'i waan ofii
Waalahii raabiin siif haa dhiisu haabiibtii koo waan akkaasii jaarsa ofiiti hin daalagani siiti mufaata baar kaanafu oso nama biraa ta,e waan baaye namatii hojeeta waalahii mucaa miskiina argaate haarkaati galachate akkaa abba mana hin godhaati raabiin iraa sii gaafata yoo naati mufaate moo dhiifaamma
አድስእብድ ስታስፈራ ተሳክቶልሻል🤣🤣🤣🤣🤣🤣
kkkkkk auzubillh menshetan irajim jedhee hinasodatee dhugaa
Uuuuuuuuufff Ibsu Miskina Dhuga obsiye Alben Hin Taphatin
Mashaa Allah tabarakallah ijoolee qaliwwan rabbii hamtuu isin irraa haa qabu jabadhaa umrii kesan nuf haa dheeressuu inshaa Allah bayee isin jaladhaa sanyiwwan tiyyaa 💯✅💯✅💋💋
😂😂😂😂😂keep going on sister
Prank kee kan hardhaa namattii hin toluu obsee waan nama rifachiisuu hin hojjaatin
Ani Prank keessan hedduu hordofaa gaarii jirtanii ittii fuufaa obbolleeyyan ko rabbiiif jechaan isiin jaaaladha
Kkkkk.kolfee kolfee ficaan fixadhe
Silaan Ibsuu tahe Bishaan fideetiin bakkuma isiin jirtuttin itti naqa ture
Maratuu waayii
Ibsuu Dakkuuni akkam Sirraa barreeda dhugaa bagaa Kabaltee dhugaa Waaqa inni Qoftee
Malif hin dhifne gaa
Wlh mucaan kun hedduu obsa qaba rabbi siif haa dabalu ammallee
ibsun sodate kkkkkkk miskin
Auuzuu billahi mina shetan irajimi mani kunii yoo rabbin ama akkana si goodhe oo kana maratuma mitii asatofurullhi jedhii kan
🤣 🤣 Omg I'm dead
Icci maal umati dofaan kun maal amma kun prank jechuun waan nama barsisuu jechuudhaa tole waan akkasi dhisi aboo 😮😮😮😮
Kkkkkkkkkkk ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️👌👌
Hhhhhhhhhhhhhhhhh 🤣🤣🤣🤣 wayooo obsuu Bayee Nama kolfisiftaa
Kkkkkkkkk
Kkkkkkkkk
Obse jabadhu atis nuuhordofii
🥰🥰👌👌❤❤❤❤❤
Ajaibatii nuu kolfisiftee dhugaa obsee tenyaa bayyee galatomiii