OBSEEN EENYU?? / HAFTEE BAQQALAA WALIIN
HTML-код
- Опубликовано: 10 фев 2025
- OBSEEN EENYU?? / HAFTEE BAQQALAA WALIIN
'Social Media' Keenya kan biroo hordofuuf
Facebook- kalaqan
RUclips- / @kalaqan1
Telegram- t.me/t.me/kala...
Tiktok- www.tiktok.com/@kalaqanentertainment
Kalaqan Entertainment
Oromoon maalif lakii namaaf in goonu qooyyii pils Artii oromoo haa gudifinu❤❤❤❤❤❤
Artii oromo Kanan guddissu😢😢
Hafteekoo❤ nama qaxalle dhugaa waqaa 😊proud of you the man ❤
Dhugaa dubbachuuf Haftee baay'een jaaladha.jabaadhu cimi...
Haftee nama jabaa hojiin ati hojjettu baay'ee aartii oromootti abdii kan horedha jabaadhu namako!
Jabadhuu nama nuti jabadhaa jenun keessaa hafteen isaa tokkodha
Aftee dhugaa atii dhugumaan namaa guddaadhaa
Guddaadhuu !Ammaas
Hafte keenya nama dinqii ani baayyee ajaa'ibsiifadha jabaadhu siin jedha
Galoo atis nama cimaadha jabaadhu dhaloota aartii oromoo keessaatti dhiibbaa uumaa jiran keessaa isin angafa "kalaqan entertainment" jabaadhaa hojii guddaatti jirtu
Haftee Nama Jabaa Nuf Jiradhuu ❤❤❤
Woow haftee waan baayyeen sirraa baradhe dhugaa galatoomi.
Galoo atis waan haftee afferteef atis galatoomi
Jaabadhu
Namni akka koo haftee bbbb jallatan ❤❤❤👍👈
Ijoollee kanna jajjabeessa pes oromoo koo hafte nama jabina nama qali fakkeenyaa dargagotaa nufi jiraadhu galo qacaale keenyaa hoji kee bayyeen jalladha jabaadhu jabdu koo❤❤❤
Dhugaa dubbachuf wan bayyen irra bare❤
Garu yadan akka dhuunfa koti qabu tokko haali dhiyesi keessan kesummota wajini podcast irra gara interview tti nu jala harkifate isuma kana itti nuf yada
Kanan alati isin 1ffadha ❤❤❤
Obseekoo effort full poem keep it up Haftee keenya❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Haftee nam jabaa naman baayyee dinqisiifadhu dhugaa
Jabaadhu
Please galoo haftee faana qof-dubbii hojjechuun barbaada itti naaf himi❤❤
Haaftee Abba jechoota dilbii Ogummaan kana guutee nuuf jiraadhu ati dhugumaan fakkeenya dhaloota kanati nuuf jabaadhu jabaa koo❤❤
Obseen anaa abjus mitii dhugas miti
Fagoos miti dhihoos miti
Obseen haafteef obsa İŞaati
Naegii naandhuufa jedhee hindhamane
Naan hafe nagatii jedhe garaa hinmuree ❤
Tangut west Palm Beach Florida irraa 👏👏👏 😂
Keep it up haftee nama jabaadhu ati . 33:39 yeroon walaalosa dhageefadhu iji kiyya kan dura irra ilaalusa ni dabaala,heddun si jaaladha ❤❤❤❤
Wow Haftee jabaa nama edduu si dinqisifanna ammaalee jabadhu🥰🥰🥰
Big Brother waanan si dhageeffadheef guddaan gammade
isin keessatti borii aartii keenyaa ilaalaa jirra jabaadhaa kanaa olitu isinirraa eeggama ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Babaaredoota ijoollee Oromoo ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Jajjabaadhaa warra kalaqan❤❤❤
Galo and hafte ❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ Ani obsee baay'ee siif jalaadhe dhugaa Haftee
Hafte naman bayyee dinqisufadhuu❤❤❤❤
Haftee jabaa nama
Baay'een sii diqisifadhaa❤❤❤❤❤
thank you so much ❤
Haftee ❤😮
Haftee koo jabbaa namaa ❤❤
Jabaadhaa ijoollee 💐💐❤❤❤❤
Hafteee🥰🥰🥰🥰
Haftee Baqqalaa bayen sii jaldhaa warii aka koo jalatan Like godhaa ❤❤❤❤
Waaw Abba jechoota dilbii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Baay,een sin jaalladha nuuf jiraadhaa jabaadha
Haaftee abbaa jechootaa ❤❤❤❤❤
Wawuuuuuu ebbiffamaa bayyemma namatti tola otton beekin fiixani❤❤❤❤❤❤
Namaan baye jalaadhuu hafteekoo❤❤❤❤
Qooxii eessaa argattu jettaan dhiifaama wajjin barbaanne bitnee dubbiisuun kan keenyaa turee garuu.....
Wowwww Wowwww Jajabadhaa hojii gaariidha fi Baruumsaa guddaa of keessaa qabudhaa Sagantaa keessaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Waaaw nuu jiraadhaa egeree artii oromoo
Bayyee sii jaaladha Galata anii barataa Haramaya University garuu Kayyoon koo barumsaa yaa tahuu male Artii keessa senuuf qophiidha.. barumsaa yoon xumuree. Akkasummas
Haftee jaalallin siif qabu dhugaadha daangaa hin qabu! nuuf jiraadhu qaalii namaa
Poadcast n Kee bareedadha garuu ni dheeraata
Jabadha❤
Nagaa waqayoo isin yaa ta'uu please hiriyaa koo naa barbaada me magale Naqamteefi jirtaa turee bayyee wali jalaana ergii isin dhabe wagaa dheraa turee maqa isaa natii jedhama please na barbaada 😢😢😢😢😢😢😢 😢😢😢
Jabaa ofi abbaatu jabeeffata oro koo🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤
Rargaggeysaan baayyee diqisiifadhu qaro saba❤
Nam jabbaa Haftee👌
Jabadha jajabowaan kenyaa❤❤❤❤
Habtish namaa jabaa❤❤❤
Naman baayyee jaalladhuuf baayyee dinqifadhudha Hafteen nuu jiraadhu
Wwww dhugaa baay'een isin jaalladha natti toltan
Wowww❤❤❤❤❤❤❤❤
We love you Habte!! continue your vision!!❤❤❤❤
Waw dhugaa nutti toleera itti aansun biqilaa asfawuu nuuf affeera maaloo
Haftee nama jabaa.
Haftee baayyeen dinqisiifadha❤
Jabadhaa ❤❤❤❤❤❤
Baftee siif mala dhugaa wanti hunduu siif mala jabaa nama
Haftee jechuun anaaf boqonnaadha
Woww Bareeda Koo❤❤❤
Wwooww qaxaleewan jabadha❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
Pls Amaanu'eel Taaffasee nuuf fidaa Galo❤️ isin jaallannaa
Jabaadha qaxale Ijoolle oromo.
Woow jabba keenya nuuf jiraadhuu
Obseen enyuu akkaa tatee warii sinif galee nati hima pls😂
Habtee lubbu❤❤❤
Dhumaa irraati baay'een kolfee😅😅😅😅😅
❤❤❤❤❤❤❤❤ jabaadhaa
Habtee nam_jabaa🙏🥰🥰
Haftee Jaba nama sitti haa tolu🥰😉
Welcome 🙏
Obseen haadha mana inni gara fuula duraati fudhuuf yaada jiruudha, ykn tarii nama akka obsee waliin rakkachaa jiraa jedheen yaada.
Maqaa koo😢😢😮
Obsee, Ajaa'iba!
❤❤❤
Afiteekoo jalaliii siraa naqabeemeee
Aftisha nama jaba
Jabadha itti fufa
Jabaadhaa!
Haftee baayyuma sin dinqisifadha wqy kana caala sammuu kee haà banu
Galatoomaa❤❤❤
Mucaan an jaalladhu❤
Haftee❤❤❤❤
Galoo hojii kee baayyeen jaalladha ❤️ jabaadhu
Marsaa itti aanu Meerii didhaa nuu fidi pls
Obsee abjuu ta'uu isheetii egaa
haftee Qaxaalee❤
hafteee we lov you
muca biyya ko❤
Qaxallee gurbaa❤
❤❤❤❤❤🎉 galatoomi
❤🎉❤🎉❤❤❤
🎉❤❤❤
Habteen nama jabaadha dhugaa 🥰
❤❤❤❤❤❤❤❤
Jiraadhaa ❤
Lamaan keessaniyyuu isiniif mala naaf jiraadhaa qomooko.
Maaloo hafteekoo muuxannoo naaf kennikaa.anillee AU keessatti GDAASO, irratti walaloo nn barreessa ture ammallee xiqqoo xiqqoo
IJOOLLEE FABRIKA GARAGARAA KEESSA JIRANIS ILAALATI DO'II KEESSANITTI DABALAA.