Размер видео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показать панель управления
Автовоспроизведение
Автоповтор
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 @/subscribe 𝐠𝐨𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧 𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐧𝐮𝐮𝐟 𝐭𝐚'𝐚𝐚!!𝐍𝐚𝐦𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐛𝐚𝐫𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 𝐟𝐞𝐝𝐡𝐚 𝐪𝐚𝐛𝐝𝐚𝐧 𝐤𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐠𝐚𝐫𝐞𝐞 𝐭𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚𝐧 𝐧𝐮𝐭𝐭𝐢 𝐝𝐚𝐛𝐚𝐥𝐚𝐦𝐚𝐚. @t
❤️💚❤️
Galatoomi barsiisaa waqayyoo sagalee jireenyaa si haa dhageecisu
Barsiisa koo baay’ee galatoomi sinii jenna heedduu heeduus sitti gamanaa Eebbifami!
Baga nagaan nuuf dhufte barsiisaa koo.
እናመሰግናለን ወንድማችን ፈጣር የጠበቀህ ተባረክ ፈጣሪ ደግሞ የበለጠ ዉቀት ይስጥልክ🙏🙏
አሜን🙏 ተበረክልኝ
WAAMlCHA QUBEE 2
WAAMlCHAQUBEE
Barsiisaa koo Barnoonni Baay'ee baredadhaa
Jabadhaa barasisaa bayyee galatomaa
Amalee siti haa tolu barsiisa keenyaa
Barsiisaa Keenyaa Baay'ee galatoomii Baga nagayan nuf dhuftee
Atis baga nagaan nu eegde.
❤❤❤
Galatomaa barsiisaa keenyaa
❤💚❤✍👌
Guddaa galatoomaa barsiisaa.🙏
Qubee xiqqaatiin kanneen jalqabuu qaban hin jiruu??
Galatoma
Barsiisaa koo guddaa galatoomi.Yeroo baay'ee keessumaa yeroo Afaan Oromoo jedhee barreessuu Oromoo kan jedhu qubee xiqqaan fayyadaman ture, barreeffamoonni baay'een argu seera kana eeggatani kan barreeffaman muraasa, osoo hundumtuu barnoota kana hordofani hagam fooyya'uu akkan danda'an...Barsiisaa koo guddaa galatoomi barnoota baay'ee sirraa argadheera.Sirnaan qubeessuu keenyaan galata kee himna.Hojii ija gaarii qabu fi nama boonsu dhalootaaf gumaachaa jirta jabaadhu siin jenna.
Atis galatoomi!Kan akkanatti nama hubate, barate hir'ina isaa guuttata. Kaan immoo hir'ina akka qabuuyyuu hin beeku. Hir'ina ofii beekuun immoo beekkumsa.Galatoomi!🙏
@@WAAMICHAQUBEEWQ ulfaadhu barsiisaa koo! Sabni keenya yoo baradhu ittiin jette waan haamilee isaa buusuuf gootu itti fakkaata. Dogoggora kana sirreeffadhu yoo jette waan waraantee dhiigsitutti lakkaawwata, kunimmoo caalattiyyuu dandeettii keenya hir'isaa adeema, dhaloota duubaan dhufus dogoggoratti guddisna. Guddaa galatoomi! itti nuuf fufi...
Yaada keetiif baay'ee baay'ee galatoomi! Yaanni kee dhugaadha. Ani yoomiyyuu duubatti hin deebi'u. Namni tokkoo yoo irraa barate ga'aadha.
Galatami💕
👏👏👏👍
hodhe jecha jedhu hima 1.harma hodhee fi 2.huccuu hodhe jedhu garagara yoo caasefgamu1.hodhe = ho+dhe2.hodh+dhe mul'sa natti fakkaata ibsa utuu naaf kennite galatoomi barumsi kee naa gala!galatoomi!
1234
Barsiisaa 'zuwaayii' kn Jedhu dubbifamaa Sadie walitti aanee Afaan Oromoo keessatti qubeen dubbifamaa lama jalqaba fi dhuma irratti hin dhufu hin jenne?
Zuwaayii jechuun qubee Dubiiffaamdha me
Dubbifamaan sadii yoom dhuferee?Jecha 'Zuwaayi' jedhu keessatti:Z-dubbifamaau-dubbachiistuu gabaabaaaa-dubbachiistuu dheeraaY-dubbifamaai-dubbachiistuu gabaabaadha.
'Zuwaayii' Zuw gidduu u'n jirti bar. Anatu si Araarsaa har’a.😂
@@WAAMICHAQUBEEWQ Barsiisaa atin galatoomi. Obsee harka narraa deebisachuuf jirtaa?
💓💓💓🤝
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 @/subscribe 𝐠𝐨𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧
𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐧𝐮𝐮𝐟 𝐭𝐚'𝐚𝐚!!
𝐍𝐚𝐦𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐛𝐚𝐫𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐟 𝐟𝐞𝐝𝐡𝐚 𝐪𝐚𝐛𝐝𝐚𝐧 𝐤𝐚𝐫𝐚𝐚
𝐠𝐚𝐫𝐞𝐞 𝐭𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚𝐧 𝐧𝐮𝐭𝐭𝐢
𝐝𝐚𝐛𝐚𝐥𝐚𝐦𝐚𝐚. @t
❤️💚❤️
Galatoomi barsiisaa waqayyoo sagalee jireenyaa si haa dhageecisu
Barsiisa koo baay’ee galatoomi sinii jenna heedduu heeduus sitti gamanaa Eebbifami!
Baga nagaan nuuf dhufte barsiisaa koo.
እናመሰግናለን ወንድማችን ፈጣር የጠበቀህ ተባረክ ፈጣሪ ደግሞ የበለጠ ዉቀት ይስጥልክ🙏🙏
አሜን🙏 ተበረክልኝ
WAAMlCHA QUBEE 2
WAAMlCHAQUBEE
Barsiisaa koo Barnoonni Baay'ee baredadhaa
Jabadhaa barasisaa bayyee galatomaa
Amalee siti haa tolu barsiisa keenyaa
Barsiisaa Keenyaa Baay'ee galatoomii Baga nagayan nuf dhuftee
Atis baga nagaan nu eegde.
❤❤❤
Galatomaa barsiisaa keenyaa
❤💚❤✍👌
Guddaa galatoomaa barsiisaa.🙏
Qubee xiqqaatiin kanneen jalqabuu qaban hin jiruu??
Galatoma
Barsiisaa koo guddaa galatoomi.
Yeroo baay'ee keessumaa yeroo Afaan Oromoo jedhee barreessuu Oromoo kan jedhu qubee xiqqaan fayyadaman ture, barreeffamoonni baay'een argu seera kana eeggatani kan barreeffaman muraasa, osoo hundumtuu barnoota kana hordofani hagam fooyya'uu akkan danda'an...
Barsiisaa koo guddaa galatoomi barnoota baay'ee sirraa argadheera.Sirnaan qubeessuu keenyaan galata kee himna.
Hojii ija gaarii qabu fi nama boonsu dhalootaaf gumaachaa jirta jabaadhu siin jenna.
Atis galatoomi!
Kan akkanatti nama hubate, barate hir'ina isaa guuttata. Kaan immoo hir'ina akka qabuuyyuu hin beeku. Hir'ina ofii beekuun immoo beekkumsa.
Galatoomi!🙏
@@WAAMICHAQUBEEWQ ulfaadhu barsiisaa koo!
Sabni keenya yoo baradhu ittiin jette waan haamilee isaa buusuuf gootu itti fakkaata. Dogoggora kana sirreeffadhu yoo jette waan waraantee dhiigsitutti lakkaawwata, kunimmoo caalattiyyuu dandeettii keenya hir'isaa adeema, dhaloota duubaan dhufus dogoggoratti guddisna.
Guddaa galatoomi!
itti nuuf fufi...
Yaada keetiif baay'ee baay'ee galatoomi! Yaanni kee dhugaadha. Ani yoomiyyuu duubatti hin deebi'u. Namni tokkoo yoo irraa barate ga'aadha.
Galatami💕
👏👏👏👍
hodhe jecha jedhu hima 1.harma hodhee fi 2.huccuu hodhe jedhu garagara
yoo caasefgamu
1.hodhe = ho+dhe
2.hodh+dhe mul'sa natti fakkaata ibsa utuu naaf kennite galatoomi barumsi kee naa gala!galatoomi!
1234
Barsiisaa 'zuwaayii' kn Jedhu dubbifamaa Sadie walitti aanee Afaan Oromoo keessatti qubeen dubbifamaa lama jalqaba fi dhuma irratti hin dhufu hin jenne?
Zuwaayii jechuun qubee Dubiiffaamdha me
Dubbifamaan sadii yoom dhuferee?
Jecha 'Zuwaayi' jedhu keessatti:
Z-dubbifamaa
u-dubbachiistuu gabaabaa
aa-dubbachiistuu dheeraa
Y-dubbifamaa
i-dubbachiistuu gabaabaadha.
'Zuwaayii'
Zuw gidduu u'n jirti bar. Anatu si Araarsaa har’a.😂
@@WAAMICHAQUBEEWQ Barsiisaa atin galatoomi. Obsee harka narraa deebisachuuf jirtaa?
💓💓💓🤝
WAAMlCHA QUBEE 2
1234
WAAMlCHA QUBEE 2