Jiirenyi lafaa kanaa baaye wulufataa garu obsaa barabachisa wudinu ni daraba obsaa aka dukana,e nafu kana si humee si gatu qoramun garidhaa garaa fudurati jirenyi kee garidhaa uuuuuufffff😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Seenaa gara nama nyaatudha jireeyii biyya lafa heduu nama qoraa garu mo rabbi fudura keenyaa ya bareechuu Anis ergaan biyya bahe al tokko gadaa al tokko hamachuu iniyuu soba kolfuu sani maale jiruun biyya ambaa maal gamachuu qaba Barana mo osumman jirachaa jiruu Du'a hacee ergaan dhagee abdin kutee😭 Ergasiis mo du'aa Abbaa ko dhagee essa akka jiruu walalee jiruun adunyaa kan kuno😭😭😭😭😭😭😭 Warii abbaa qabdan umurii sinnif yaa dheeressu rabbi Kan akka ko mo abbaa dhabee abdi muree tahuu rabbi jenataa yaa qananisuu garu😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔
Uuuuuuufe bay,ee nama gadisisaa😭😭
Homa mitii obbolesa ko waqayyo jiraa Akka dhihetii hin hafuu hin bari,a gaftokko obsii😭😭😭😭😭
Baga naga dhufte oromia 24 Gamme 🙋
Uuuuuuufi homaa mitti obsii kani waran jettefi kani baran jette hin oltuu jedhaan waqayoo fulduraa kee gaari yaa godhuu 🤲🤲🤲🤲
Ansii Gamadee hin bekkuu 😢😢ergaa biyyaa bahee wagaa 8kanaa gutuu bochaa fi qorumsaa gudhanii dabarsaa jiraa!😢😢😢😢ni bariyaa lata!???
Abshir kodee koo hin darba guya toko yoo lubun jirane wani gudan fayya qabachudha rabbi fayya nuf haa kenu kesa ni bana 😥🙏
Ayzo nii daabbrrttii homa miti guuyyaa toko nii daabbrrttii garu yoo Daadeessee baarruummssaa ittii fuuffii
Abishir inumaa daribaa
Homaa mitii namaa jiruu ni darbaa jabadhuu wantaa dhufuu hundaa obsan dabarsii
obsii nii dabartii
Rabini siraa afudhuu jabadhu kamifu simuatini atutii moadhuu
Ashrii Rabbii sifimoo jiraatti hinshallaa ❤❤❤
Bayye nama gadisisa Rabbi jirenya issa haa barechuf
Abshir obolesaa koo ni darbaa guyaa toko ishahalaa muca biyaa koti uuuuùuuffffffffff baa,yee namaa gadisisaa abshir raabi jiraa obolesaa koo ❤🙏🙏🙏😭
Wayoo obbleessaa koo si qofaa miti anis akkumaa kee mananee biyya bahee abshir ni dabartii kan hin dabaree hin jiruu fayyaa qofaa kadhadhuu🤲🤲🤲
Bagaa nagan dhufte gamee jabadhuuuuu sii cinaa jiraa nuus 😍😍
Bagaa nagadhan dhufte Gammee
Amshiir rabiin jiraa guyaa tokko in gamadaa 😥😥😥😥😥😥😥😥uuuuuuuufffffff jirenyaa dachee kanaraa
Homaa mitii ni darbaa guyyaa tokko jabadhuu obbolessa koo
Waaqayyoon funduraa kee haa barechuu womma mitti hundumtuu hin darbaa Guyana tokko jiraa Guyana sifi bariuu obsan egadhuu 💪
😭😭😭😭😭😭 maali utu ilmii dhiiraa gaduu baatee mal ta'aa laata .garuu hangaa hara waaqayyoon nagaa sif kennee .kanaa bodaamoo wan ta'uu hin beektu abdin jiraadhu
Abishir rabituu jiraa ini gidani faya qofaa jabadhuu
Abshiir rabbii sihagargaaru inshaa allaah
Waqayyoo fuduraa Kee ifaa sifi godhaa obolesa koo jabadhu 😥❤❤
Bagaa nagaa dhuftee gamee bayyee namaa gadesisaa gamee galatoomi
Baga nagaan dhuftan oromia 24😭😭😭
Abishir oboleessaa koo akaa dukanayetii hin afuu guyaa tokko inumaa daribaa waqayoon jireeyaa kee baraa baraa sif haa gamachisuu😭😭😭🙏🙏🙏
Namu akkati jiruu fi jiraata jiru rabbuma qofatu quba nama qaba!.
Rabbiin siif haa laffisuu obbolleessa keenya
Welcome Gamma Amshirr hin dhufa guyya iffa
Jireenyii adunyaa kan bu'aa ba'ii bayyee qabdii abdii hin kutatiin waqqayyoo jirenyaa kee hafee gamachuu akkaa sif ta'uu abdii kootti obbolesaa koo rabbii sii haa jabeesuu amalee
Wel come gamee galatomi
Ajuftuu itaalaa taa akaamii
Habshiir Rabi sijiiraa Abdii hin kutatin hakkaa dhetii hin hafu sibariaa guyyaa toko Rabi kee kadhadhuu🙏🙏🙏🙏💓💕💓💕❤️❤️🙏Dhaqi Abaa kee dhifaa a gafadhuu ogas Rabin kes sidhiss kesaa sibaasa omaafiyuu sabarii sabiirr Boden kerriidhaa 🙏💕💓💓💓❤️🙏🙏
Homaa mitii hadhoo koo obsii rabbii si waliin haata'uuu
Uuuuuuff abshir waqayoo sifi jiraa ammasi jabadhuu jirenyi heduu qorumusaa waan ta'ef abdii hin kutatii
Wayyoo ha jirenyaa biyyaa lafaa 😭😭😭😭😭
Wel come gammee keenyaa❤❤❤❤❤❤❤❤
Bagaa nagaa dhufte gammachs
Uuuuuff 😭😭😭😭jirenyii adunyaa kana ?????????maalatoo gaafii qofa waqqayyo fayya siif haa kenuu obolesaa koo ni darbaa hundumtu garuu maatii kee dhifamaa gafadhuu sitis gaaduu danda'uuu ta'uu danda'aa
Bagaa Nagahan dhuftee gamee well come
Rabbiin wahudara fayaa kee sifii hakenu guyaa toko sifii darabaa😭😭😭😭😭😭😭😭
Jabadhuu obbolesaa koo durakee ifatii jiraa Abdi hin kutini Wani duraa kee ebbi jirufi haraa qorosi siti bayyataa
Jabbadhu obbolesaa koo
Uuuuuuuffffffiiiii 😭😭😭.anilee.akumaa.ketii.garuu.obsii.waqayyoo.guyyaa.tokkoo.jirenyaa.kee.hin.jijiraa.obolleesaa.koo.jabadhuu.
Abshiir Sanyii mootii homa miiti Sif Dàrba. Obsaa goodhi Abaa kee biraa demii Dhiifaama gafaadhu gufuu jireenyaa keeti tauu daanda kaanafu akkaa.dua'ii ykn kaadha sif ha goodhu inshaaAllah sif darba ☝❤
Uuuuuuuuuuuffffff anisii aksumaa
Abshir rabbiin jiraa ati abdii hin kutni rabbiiraa
Uuuuuuuuuufffiii bro koo gurmmaafi jabbadhuu waaqayyoo guyyaa isaati seenaa kee jijjiiraa wain ta.eefi 😢😭❤️Galotamii gamee koo ❤️
Abshiir obbolleessaa keenyaa rabbumatuu jiraa inshaallahaa guyyaa tokko ni gammadaa
Wel come Gammee 💓💚💓Abshirii Obblesaa koo Addunyaan ni darba 💕💕
Ambshiri Obolessaa koo Rabbin namaa jalatuu qoraa hin darbaa jabadhuu
Insala Ni Dabara Hundumani isa ❤❤❤
Rabbii sii haa gamachisuu
Anilee Akasumaa Takaa Gamadee in bekuu😭
Waayyoo hunduu guyyaa tokkoo ni darba waaqayyoo waan hundaafuu guyyaa qaba jabadhuu obsi
Jirenyi biyyaa lafaa buburreedhaa wly kanaf inumaa gammadda bodarra abdi hin kutin obbolessa koo☝️☝️☝️☝️☝️☝️🙏🙏😥😥😥
Uuuff Bayeee namaa gadisisaa
Bagga nagaan dhufte gamme koo
Jiirenyi lafaa kanaa baaye wulufataa garu obsaa barabachisa wudinu ni daraba obsaa aka dukana,e nafu kana si humee si gatu qoramun garidhaa garaa fudurati jirenyi kee garidhaa uuuuuufffff😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭
Jabadhu nii dabraa😭😭😭
Wanni an siif dhaamuu yoo jirate .yaa lammii koo .narraa dhagayii .Haadha fi Abbaa kee du.ayii gosifadhuu wlhii ebbii haadha fi abba bayye bayye garriidha .osoo isaan waan fedhaan sii godhanillee atii irraa dabarte du.ayii gosifanaan wlhii Rabbiin guddaan siif dhiisa jirenyaa gariis jirata .😥😭
Abshiir waanii dabaree jiruu obsii
Baga nagaan dhufte
Seenaa gara nama nyaatudha jireeyii biyya lafa heduu nama qoraa garu mo rabbi fudura keenyaa ya bareechuu
Anis ergaan biyya bahe al tokko gadaa al tokko hamachuu iniyuu soba kolfuu sani maale jiruun biyya ambaa maal gamachuu qaba
Barana mo osumman jirachaa jiruu Du'a hacee ergaan dhagee abdin kutee😭
Ergasiis mo du'aa Abbaa ko dhagee essa akka jiruu walalee jiruun adunyaa kan kuno😭😭😭😭😭😭😭
Warii abbaa qabdan umurii sinnif yaa dheeressu rabbi
Kan akka ko mo abbaa dhabee abdi muree tahuu rabbi jenataa yaa qananisuu garu😭😭😭😭😭😭😭😭💔💔
Uuuuf bayee garaa namaa nyataa 😓😓❤💚❤
Uuuuuuffffffff ya jirenya biya lafa abshir
Uuufii bro koo raabbii fayyaafii obsaa sii haa keenuu jireenyii kee fulduraa ifaa sii tahaa❤
Bayee namaa gadisisa
Jirenyii qormtaa obsutu furmataa obboleesaa koo jireenyii biyyii lafaa kuni bu'aa bahii bayy'ee qabdii garuu atti waani hundumaa keessaati Abdii hin kutaatini obsaan hojjadhuu
Dukkana bodaa ifaatu jiraa abshirri waaqayyoo sii wojjiin haa ta'uu
Rabbin sif habanu
Dhugaadha waanti hin dabare jiruu
Uuuuuuuffffff bayyee namaa gadisisaa dhugaa Akkumaa kanaa duraa obsan of jabesite rakkoo dadamacha turete amale obsaa siif yaa dabalu obboollessa dhumaa kee yaa baresuu
Obboleesa koo jabadhu kayyo dhan hojedhu gafa tokko ni darbaa
Bayyee Ulfataa yaa ta'u malee waqayyoon fayya siif kenee galatefachuu maliif yoo jette kan fayya ofituu dhabee bohuu Jirenyii ittii Ulfatuu heduudhaa kanafuu Jabadhuu Abdii hin kutiin Obsii guyyaa tokko ni darbaa
አየዞክ ዋደማ ሁልም ልበጎኗ 😭😭😭😭
Uuuuuuuuuuufffeee bayyee namaa gadisisaa obsii homaa mitii akasiti hin hafatuu guyyaan jiraa
Uuuuuiffff ommamiti waaqayoon si jiraa jabadhu
Uuuuuuuffff abshir hadhoo koo boddee isaa ifati bataa inshahallah rabbii kessaa si haa basuu
Yaa obolesa ko abshiruma hin darba guyya rabbii jedhe sif darba jabadhu fayya qabanan enyufu hin darba
Well come game💌💘💝💙💜💔
Uuuuff walhi boo'aa dhagefadhee ilmii dhiraa yeroo rakatuu bayee namaa gadisisa abshii rabbii jiraa
Waqayyoo sii haa gargaaru
Abshirii 🙏☝😥
Abshir obolesoo koo sena kee baye gara nama nyataa guya toko ni milikofotaa 😭😭😭😭😭😭😭👈👈👈👈👈👈👈
Abishiryi Obolesako dokana boda isatu jira Rakoo fi ciki boda gamachutu jira Rabiin kan hamad boda jiru jirenyakee sif habarech shenasa bayee Narifachisee jabadhu hundu hin dariba
😢😢😢😢😢💚💚💚💚💚💐
Senaa kiyyaa tokkoo kun anii garuu imadhee hin bekuu afuma ko midhaman jiraa malee 😭😭😭
Womaa Mitti Abshiir Guyya Tokko Inumaa JIJIRAMAA womtii Hunduu Biichaa Atii obsaa Qabadhuu
😭😭😭😭😭rabbinii sii haa gargaruuuuu
Uuuuuffff jirun bu'a bii'ii heddu qabdi kanaf obbolesa koo waqayyoo abdi godhu egadhu kan sif jedhe hin dhabdu ok❤❤❤
Jabdhuu oblesa ko
waqayyoo obsaa sifii haa kenuu hin daraa
Ansi gamade hin beku erga biyya bahee waggaa 5 lakame😭😭
Wowowowo 💯💯💯👍👍
Abshir yaa obbolessa ko gafa tokkoo hin darba
uuuufff obbolesaa kootiis akkaa keti obsi sanyi koo😢😢😭😭
waaqayyoon sii haa gargaruu
Amshiiri 😭☝️☝️
Uuuuffff garaa namaa nyata😢😢😭
💚💚💚💚💚☝☝☝
Obsii obbooleessa koo kuni qormaata
Yaa ijoolee md naa dursitaniimoo😳😳😳omaa miti jireenyii aduu gadii qorumsaa baayatii yoo obsaan garuu ni darbitii
Well come game
Abiishirr hin darbbaa
Abshirumaa ni darbaa waani hundinu
😭😭😭😭😭ufeee obsii nii darba hunduu
Uma miittii amakkadaribe dhiisiittii ama ojiikke jabafadhu ojedhu kadhadhu rabike amatti dhumakettin
Uuuuuffffff waaqayyoo jira
Guyyaa gammachu tokko
Indhufaa abdii godhu rabbii hirre kee siif qopheesa anis ilee caraa koo akkas jira jira guyyaan obsii obsan annaan guroomsaa dhugaa jedha oromoon