🛑Maaliif Email Account keenya Yeero Lakkofsa Bilbilaa Itti Guune Furaan Duraan Cufaa Ture banama ?
HTML-код
- Опубликовано: 7 фев 2025
- #AbdulApp #Barnootaemail #Emailaccount #2-stepverification
🛑 Gaaffii Namoota Bayyee Kan Tahee Sababa Maaliif Email Account Keenya Yeero Lakkofsa Bilbilaa itti Guune Furaan Duraan Cufaa Turee Banama Kan Jeedhuuf Deebii isaa isiniif Qabadhee Dhuffeen Jiraa - Sirreefadha
⏺ Links
▶️ Akkata Account Bank RUclips irratti Guutan
• Akkata Account Bank Ad...
▶️ Akkata Background Video Itti Jijjiran
• 🛑Akkata Background Vid...
▶️ Yeero Gabaaba Keessatti youtube Gudiisuf
• Yeero Gabaaba Keessatt...
▶️ Barnoota video tolchu kutaa 9ffaa
• Barnoota Video Tolchu ...
▶️ Akkata youtube itti Banatan
• Akkata youtube itti ba...
▶️ Barnoota Video Editing kutaa 1ffaa
• Barnoota Video Tolchu ...
▶️ Akkata youtube Verify itti Godhan
• Akkata RUclips Channel...
▶️ Akkata youtube Monetization itti Guutan
• Akkata RUclips Monetiz...
▶️ Akkata youtube Tax Info itti Guutan
• Akkata RUclips Tax Inf...
▶️ Akkata Video youtube itti Maxxansan
• Akkata Video RUclips i...
▶️ Akkata Sething Playlist youtube itti Sirreesan
• 🛑Akkata Sething Playli...
▶️ Akkata linki youtube itti Tolfaannu
• Linki RUclips Jabaatta...
▶️ Akkata youtube Thumbnail itti Hojjatan
• Akkata Thumbnail itti ...
▶️ Akkata Passwordi Gmail itti Jijjiran
• Akkata Password Email ...
▶️ Akkata Super Chat Itti Banatan
• Akkata Super Chat itti...
Barsisaa Abduuu Jabaa Kenya Galatomii
Wwooo barumsaa bayee baredha Abdul app bayee galtomii jabadhu jabee kenya waan heduu si irraa barta jira
Baranotaa bayee baredadhaa galtomii kanraa nufu cimii Abdul qaallii ✅✅✅✅🙏
Baga nagaan dhuftee qalii nama 🙏
Barumsaa bareedadha jaabaa keenyaa nuuf buulii waan baayee keenyaa faayaduu waan ta'eef galatomii
Maalo bar gam bilibila bira debrsa jedhe nadide
Abduu bagaa nagaan dhuftee barsiisa kenyaa abduu guddaa galaatomi barnooni atiu barsiistu namaa alaan fayyaadamef fayiida gudda qabaa anni duraan guyyaa tokko back app code nafiidu didee mataan nadhukkubnani kesaa bahee har'aan videoke lalee guttadhe guddaa galaatomi lafaa jirtuuti fayyaa nuf qabadhuu garaa fulduuratii wan guddaa sirraa egnaa akka guddina bayee bareeda guddatus abdii qabnaa🙏🙏🙏🙏🙏
ana dhufu abdul app barnoota gaarii haalan barbaachisa ta'e nuf qooddee galatoomi jechaa egan Uumata gaafa cinqii itti muda jajjabeessa qodarraa nyaatan biran darbani mitiree🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Assalamu Alaikum Wa Rahmatullahi Wa Barakatuh Mashallah Mashallah tabarak Allah galatoomi sanyii bareedadha
Mati naf tahi qali too damma tiyyaa jaajaabbee ❤️
Barumsaa baye gaarii ijoollee kenya hunduma fayadu nuf fidu ketif gudda galaatomi
Worri wan kana ama dura hin bekne akkas kana irraa bartaanu abdi gudda qaba barumsi kun hunduma kenya nii fayaada keessa worra RUclips hojjacha jiru yero amma nuf jiradhu bro kenya✅✍
Barsisaa kenyaa kabajamaf jalataa barnonii kee RUclipsra kamuu barbachisuudhaa heduu nuuf galatomii wanii bayee nuu gargaraa jirtaa ulfadhuu siin jedhaa 🙏🙏
Bilbilli kiyya akka keeti itti naaf hin bar baadu
Woooww hedduu galatoomi abdul keenyaa
Abdul qaalii ana dhufu jabaa keenya !
Dhugumaatti waaqayyoon beekumsaa siif haa dabaluu hedduu Galatomii ulfaadhu !!!!!!!
Ashaama harkaa fune qaali nama Abdul app heddu galatomi barumsa nuuf qoodu keef nuuf jiradhu sijalana sikabajana kan bekne wan nubeksistuf thanks for sharing
Wl as wb masha Allha Masha Allha bayyee galatomi Abdi
Mati naf tahi qali too damma tiyyaa jaajaabbee ❤️
عليكم ورحمه الله وبركاته ما شاء الله تبارك الله يا استاذ واو شكرا شكرا ما شاء الله ما يحتاج
Wow good job thanks you so much for sharing watching ✅✅✅gudaa galatomii Abdul jaba keenyaa barumsaa bekkituu Nuf qoduu keeti... Jabadhuu amasii
Abdul App nama ijoollee oromoo bu.aa guddaa Uumee keessaa ani nama tokkoo yoon jedhee shakkii tokkoo maleedhaa waa baayyee sii irraa barannee waa baayyee illee ijoollee oromooti Abdii taatee dhugumaa waaqayyoo baayyee tokkoo galatomii dhuga dubachuufi ijoollee oromoo hundii keenyaa hundii keessaan haa jabeefanuu nama kanaa Abdul Eeduu galatomii nama koo👝🛍
Wawaw Abdul barsisaa kenyaa anaa yeroo duraa bayyee naa bochiseyuu Yoon banee dubattii debi'uu innii qattaa banammaa furmattaa issaa fiduu kettiif guddaa galatomii ♥️♥️♥️♥️♥️
Abdul qaali masha Allah barnoota ajayibaa hedduu galatomii jabbaa ✅👍😍
Wl wr wb anaa dhufuu qaali nama gudaa gaalatomi baarinotaa baayee nuu faayadu jzk jaabadhu jaaba keenyaa Abdul App nufii jiraadhu umurii dheraa 🙏😍
Barumsa baayyee barbaachisaadha guddaa galaatoomii sanyii ofii 🥰🥰
Wl wr wb anaa dhufuu Maashaallha taabarakall Maashaallha taabarakall gudaa gaalatomi qaali keenyaa jzk 🙏
Anaadhufuu Abdul qaalii 🥰🥰
Abdul keenyaa mashallah tabarakala rabbii sihaa jabeessuu baarumsaa bayyee garidhaa gaalatomii nuff jiradhu
Abdul qali guddaa nuf galaatomi 😍
Jabadhuu itttii mudaa Barasisaa kenyaa Qalii fii Garii Namaa 😍😍😍😍😍
Jajjabbadhuu barsisaa
Bagaa nagaa dhuftee Abdul qaalii nama barusaa nu barbachisuu nu qabte dhufuu keetiif galatomi saanyii
Abdul atii nuuf kenaa dha guddaa galatomii waan ba'ee nuuf barsisaa jirtaa barumsaa nuu Bayee nuu barbachisudha nuu jiradhuu🙏
Abdul noor qaalii geenya😍
Galatomii apdul obbolessa kenyaa barumsi kee bayee nuu fayidaa jira ittin sireffacha jira nuuf jiradhuu
Mashaallah jabadhuu matii nafii tayii malee
Jabbadhuu ww mashal
Wan akkasii yeroo hundumaa wan nuf hirtuf galatomii kesummayo wara hin beknef bayye fayyidaa gudaa nuf argamsieeraa ammas kara yu tuben wal ilalatuu akkata itin suraa babaredoo taphinelii hojenuu nutii himii
Baay'ee namati tolaa Abdul bro 😍😍
Kotu mati nafi tahi
Guddaa nuf galaatomi Abdul 🙏🙏
Bagaa nagaan dhuufte noorii Abdii
Jabbadhuu ww mashal tabbar kalla
Masha allah jabbadhuu galatomi nuqoduu ketifii
Barromsa gariidha Gallattoomii akkamitt it' fufii qali Nama jabbadhuu itt fufii
Anaa dhufu Abdul qalii gudaa galatomi jabadhu
Barumsii kee heeduu namaa tolaa jabadhuu ittii fufii jabaa namaa
Like like share comment jabaadhu 😍
Mati naf tahi qali too damma tiyyaa jaajaabbee ❤️
Ayyee noruu bagaa nagaani dhufite gudaa galatomi bariinotaa bayee nu garii garuu nufi fidee
Anaa dhufuu jabaa keennaa jabaadhuu barumsaa cimaa akka salphaatii sirraa argaata jirra💗💗💔💗
❤❤❤
Abdu 💓
Galatomi abdul sanyii
Kwai app akkami barannoni
Nu barsisa
Mashallah jzk galatomi
Guddaa galatoomi nuuf jiraadhu
Galatoomi sanyii
Ww abduu qaalii nuuf jiradhuu galatomi wan sirritti nu fayyaduu🥰🙏
Heddu galatomi abdul😍
Nagaan nuf turi😍✔️
😍🌹
Sagalee naf tayyaa Comment Kiya Dhabe
Lakkofsa yoo itti jirjjiranii fkn lakkofsi durra ittin verification gone ni badaa moo innis achuma turaa Abdul dhuga qalbin sii horddofnan bayye siin bonnu akkanumtii itt nuf fufii 🙏🙏
Galatomi abdu kenyaa
barnoota dhaalota qubee keenyaa ijaruu keessa ati isaa tokko gudda galatomii hojiti ikka jiraa
Galatomi Abdul App
anii argadhee jiraa garuu fudhatuu didee
Gaalatomii. Dhugadhaa hin banamaa
Gallattoomii wannii Namati tolluu b/s bayye tokoh bareda wwe
Abdul gaafiin qaba channal kiyya furtuun naaf cufamuu dide koodii tiyyaas irraan fadhe furmaanni maali ??
Video wan kana irratti hojjatamee bayyeetu Channali Kiyya Jala Sana Dawadhu
Hunda isii ilaalee garuu bilbilli kiyyaa password naaf barbaaduu dide
Lakkoofsa imo keetii naaf ergi vidio waraabee sigarsiisaa
@@AbdulApp Lakkoofsa imo naaf ergi
Demi Video Harra Maxxanse Dawadhuu
Bro galatomi Hedu nama tolaa Ani garu hafiqaba Gmail kiyya gara keysa yaron sene 4 raitii niqaba garu faking gudan ini ala hin qabu akasu gara keysa yaron senu Raiti 4 san gibati wanagida yaron senu Filashi bulutuzatu qaliti hidhi ja.aa akamin godha mee nahimi
yo tuqaa sadii fulaa duraa qabatee san tuqii desmis tuqii remove taha
Akkasuma barnooni duraani kan email irratti hojjadhee ni jiraa sana dawadhuu
Nara badee Raitinis nadhuftee garu wan bira humarakofidumi san iti hidhubatu Galatomi baye bro
Warrii maatii naf hin tahiin matii naf tahaa pls💗💗🤔🤔
Ok attis matii koo tayii subscribe nafii godhaa
@@Mimikesa1827 maatii naf tahii Komeentii naf kahii boorun sif deebisaa💗💗
Jzkl krn