Iccitiin rifeensa koo biqiluu Maali? Gingilchaa 61ffaa እራሰ በረሃነት የሚሆን ምርጥ መላ

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 9 фев 2025
  • Esthetic Hair Turkey #EstheticHairTurkey
    Iccitiin rifeensa koo biqiluu Maali? ፀጉር መላጣ ወይም በረሃ ለሆነ በፍጥነት የሚያበቅል መፍትሔ ተገኘ

Комментарии • 441

  • @ZainathZainath-bb6cw
    @ZainathZainath-bb6cw 3 года назад +22

    achumaanuu turkii nudawwachiftee galatoomii habtish 😍😍😍👌👌👌

  • @mxm5670
    @mxm5670 3 года назад

    Dhugaa ani nama kana sirritti jaladhaa ❤❤❤
    Baaga oromoo taatee qomoo koo Habtish
    I love you so muchhhhhhhhhhhh
    You are my hero 👍👍👍👍👍👍♥️♥️

  • @yousufjihaad4687
    @yousufjihaad4687 3 года назад

    Habtamu Atiis galatomii video kee waa'ee Amantaa suun bay'ee namatii tolaa Rifeensaa kee waqaayoo siif haa dhereesu ❤️

  • @Bashashaaitalaaoromo
    @Bashashaaitalaaoromo 3 года назад +1

    Rabii biyyaa tenalee Akanaa nuu haa godhuu

  • @sonicblast2767
    @sonicblast2767 3 года назад +5

    No more be an example of bold man ,👍👍👍👍👍 thank you for sharing with us your experience , Turkish, Stambaugh is beautiful

  • @ZainathZainath-bb6cw
    @ZainathZainath-bb6cw 3 года назад +7

    kkkk uuuuuyyii kolfaa duee maaloo😃😃😄 baga rabbii sifbiqilchee lencaa keennaa fataa nugootee👌👌👌👍👍👍😍😍😘😘

  • @abdimohammed8103
    @abdimohammed8103 3 года назад

    waa waa habtish dhugaa bagaa nuf jirraate hedduu barumsaa guddaa nuf kannitee jirtaa ,hatauu lecture ketif hedduu galaatomi , yaa ilmaa abbaa gadaa ganaa waa hedduu siraa egannaa hadaara

  • @oromiyaatube9887
    @oromiyaatube9887 3 года назад +1

    Mashallaah Mashallaah turkiin biyyaa baredudhaa ammalee dabalee Haa barechuu rabbiin

  • @danatezeta2379
    @danatezeta2379 3 года назад +1

    Wow habte bayye gariidha

  • @bahiyamahamed1069
    @bahiyamahamed1069 3 года назад

    Turkey bayee jaladhaa dhugaa Galatomii ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

  • @fiinxeeoromoo21fiinxeeorom82
    @fiinxeeoromoo21fiinxeeorom82 3 года назад

    Mashaa Alhaa bayee baredaa

  • @getachewjiru3263
    @getachewjiru3263 3 года назад

    Baga Nagaan Nuuf Dhufte Habtish Keenya.

  • @norootube9774
    @norootube9774 3 года назад +1

    Jabadhuu wan heduu namattii tolaa

  • @yusufabdellakemal97
    @yusufabdellakemal97 3 года назад +6

    Baay'ee galatoomi dhimma keetiif dhaqxee barnoota kana hunda nuu barsiisuu keetiif hedduu galatoomi

  • @metirobi6424
    @metirobi6424 3 года назад +2

    Galatoomii Bongee kenya waan hndaafuu yoo deemne barumsa gaarii nuu laatte🙏❤👌

  • @oabdnoabd3260
    @oabdnoabd3260 3 года назад +1

    Biyya tenallee akka Turkey kana nuuf godhu ni dandaha Rabbiitti waa hin jabbattu😭😭😭😭😭😭 Galatoomi Hayyuu koo💚💚💚

  • @diiborraamucaakaakuugoofta131
    @diiborraamucaakaakuugoofta131 3 года назад

    Wowowo Yaa raabbii waaqayyoo gooftaan kaanummaa caalaa amaanataa waallii jaabbaajjaan jaallaallaaf tookkuummaadhaan waaliin jiirachuun nuu haa daanadeesiisuu baaruummaassaa guuddaadhaa Haabtee qaalii keenyaa nuuf jiiraadhuu qoomoo kooo❤😍😍😍😍😍😍😍😍👍👍👍👍👍👍👍👍👍

  • @bashayeralmohammadi4429
    @bashayeralmohammadi4429 3 года назад

    Jabadhuuu Amma kunoo baga sif biqilee

  • @kedijamussa5693
    @kedijamussa5693 3 года назад

    Mashallaah tabarakallaah heddduu namati tolaa seennaa guudddaadha

  • @WRC108
    @WRC108 3 года назад

    Galatoomi dhuguma Habte

  • @zagbaman9169
    @zagbaman9169 3 года назад

    Haaftamuu bagaa nagayyaa dhuuftee, gaaltomii

  • @oabdnoabd3260
    @oabdnoabd3260 3 года назад

    Mashaal'allaaah Mashaal'allaaah Mashaal'allaaah jijjirame jiira heddu tokko Abshiiri Rabbiin sif guddisa Habte koo

  • @harunhasen3104
    @harunhasen3104 3 года назад

    wooow smart one , waan bareeddaa nuu dawaachiiftee umrii dheraadhuu sanyii koo

  • @ribqaarabii5599
    @ribqaarabii5599 3 года назад

    Bagaa gofaree tee siif debite galata rabbi filaan kamiisera siif ergama ishaa allaa 💝💝💝💝🌺🌺🌺🌺🌺🌺

  • @fikeg.3509
    @fikeg.3509 3 года назад

    Habtiish galatoomi guddaa nuuf jabaadhu qaalii keenyaa jaalala keenya yerooma wal bira jirruu waliif ibsina malee yeroo duunu wal ibsuuf namni kahee wal argu hin jiru waan ta'eef

  • @atdgo2100
    @atdgo2100 3 года назад +1

    Habtaamuu ati nama addaati. Hojiin kee hundi hedduu na ajaa'iba. Hedduus natti tolan. Jabaadhu jabaa koo! Yeroo lubbuun jiran sabaaf waan gaarii hojjachuun barbaachisaadha.

  • @ikmaausumaayil2566
    @ikmaausumaayil2566 3 года назад

    Hundaafiyyuu congratulation hayyuukeenya

  • @wagaritufa4347
    @wagaritufa4347 3 года назад +7

    Kolfa nu fixe habtish nuf jiraadhu😍😍😍💞

    • @arsiitoo7120
      @arsiitoo7120 3 года назад

      Atii goobazii namatii gooharsaa namaatii🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

    • @arsiitoo7120
      @arsiitoo7120 3 года назад

      Gaalatomii

  • @lekaentertainment2583
    @lekaentertainment2583 3 года назад +1

    Habtee atumtti nuu jiraadhu .

  • @kedijamussa5693
    @kedijamussa5693 3 года назад

    Umurii dheerraadhuu habteee baguma rifensikeelee sif biqillee

  • @ikmaausumaayil2566
    @ikmaausumaayil2566 3 года назад

    Walkabajuuniifi diimokiraasiin biyya turi hedduu namatti tola habtee leenca sanyii jaalmarroo galatoomi

  • @jireenyaaabdetaa4110
    @jireenyaaabdetaa4110 3 года назад

    Eebbifami Habte lammiikeenyaa. ulfaadhu ! Namootaaf yaada kana hiruunuu eebba tokko.

  • @yaasminintalaoromoo7670
    @yaasminintalaoromoo7670 3 года назад +1

    Hawwi Qaba Deemuuf Yaa Rabbi Yoom Shaqala Irraa Bahee Deema

    • @meriiyoutube6241
      @meriiyoutube6241 3 года назад

      🤓🤓🤓🤒😹😹😹😹😃😃😫😫😫🤣🤣🤣🤣

  • @senbetoabebe8114
    @senbetoabebe8114 3 года назад

    Habtish Guddaa galatoomi! Waan hundumaa balansii gootee dhiyeessita!!

  • @madinatarboosh1120
    @madinatarboosh1120 3 года назад

    Whwww mashallha turkiin akamaa bareedi hafatamu bagaa rifensii margee bagaa gamadee

  • @kedirabdela3234
    @kedirabdela3234 3 года назад

    Bayee galatomii wan heduu sira baranee

  • @diribakumara7832
    @diribakumara7832 3 года назад +1

    i am really proud of you General Habte! you are gifted as you said. keep it up brother!

  • @abaadirbeyan4188
    @abaadirbeyan4188 3 года назад

    Wow! Dhugaa baayye namatti tola ulfaadhu turki biyyan baayye jaaladhu nu daawwachiifte

  • @odaaentertainment3951
    @odaaentertainment3951 3 года назад

    Qacalee keenna barnoota gaarii nuuf dabarsitee galatoomi, wol danda'uu jechuun isa kana.👏👏👏👏

  • @tesfayesekata2968
    @tesfayesekata2968 3 года назад

    dhuguma ati Qaxaleedha habtish thank you

    • @arsiitoo7120
      @arsiitoo7120 3 года назад

      Maashaallh heedduuu namatii tolaa motummaan turikii umurii nuufii haadheeratuu

  • @kiyyaumer5518
    @kiyyaumer5518 3 года назад

    Dhugaa akkam isaa namatti tola akka kanaan video hojjattee nutti agarsiisuun jiraadhu ammas umrii dheeraa

  • @iftuabdii2616
    @iftuabdii2616 3 года назад

    Maasha allha turkin hedun jaladha😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍

  • @deeeseit4753
    @deeeseit4753 3 года назад

    Mashaallaa Tabarakallaa Mashaallaa Tabarakallaa masgadici dasijadhaa

  • @Asliioromia39
    @Asliioromia39 3 года назад +1

    Wa'ee fayya fi fayyaa wajji wal qabatan channel ko maati tahun ni argattu

  • @oabdnoabd3260
    @oabdnoabd3260 3 года назад

    Mashaal'allaaah Mashaal'allaaah Mashaal'allaaah Rabbiin nuufille woldandaa'u akkana nuuf haa keennuu 🤲🤲🤲🤲

  • @idrishaji5575
    @idrishaji5575 3 года назад +1

    Jabbdhu habtish

  • @obsituhussen1221
    @obsituhussen1221 3 года назад +1

    Wow guyya kiyya bareechiitee dhugaa galatoomi 😍 daahabnii ama goororas namara yaasaam 🥰

  • @misganumereba4078
    @misganumereba4078 3 года назад

    Istanbul is a beautiful city! Thank you Habtamu lemmu!

  • @madiinaaoromooyf625
    @madiinaaoromooyf625 3 года назад

    Mashaa Allaah baredaa Atii habtamu rifesaa qabatee qabachu batelee Atii baredumaa Rabbii sii Tiysuu hamturaa ❤❤❤❤❤

  • @nonaa383
    @nonaa383 3 года назад

    Biyyaa. Tukii nudawwachifdee Asumanuu. Galatomii 👍🙏💞✔️💞💞💔

  • @keebeekadaamaaadaamaa4335
    @keebeekadaamaaadaamaa4335 3 года назад

    Jajjabee keenya Habte nuf jabadhu.

  • @waalookamisee4816
    @waalookamisee4816 3 года назад

    Mashaallh mashaallh mashaallh mashaallh galatomi

  • @ahmedensene1611
    @ahmedensene1611 3 года назад

    Mashaallah biyya zaalimin hin jire subahaanalaha

  • @makkiyyaasanyiioromooab6682
    @makkiyyaasanyiioromooab6682 3 года назад +1

    Masha Allah Masha Allah Masha Habtee sabbonaa kenyaa baga siffii biqillchee rabbini 💯♥️💚♥️😁🥰👍👌

  • @michuubaaleegoobaailoveyou3114
    @michuubaaleegoobaailoveyou3114 3 года назад

    Baayee siraa baredee dhuga gaalaatomii ulfaadhu hedu nu dawachifte

  • @fuadismael1719
    @fuadismael1719 3 года назад

    waan gaarii nu daawachiifte guddaa galatoomi

  • @yaasminintalaoromoo7670
    @yaasminintalaoromoo7670 3 года назад

    Dhugaa Hedduu Galatoomi

  • @converttoeslam6463
    @converttoeslam6463 3 года назад +1

    Haptish ati nama haqaati jarri kaan masgiida gaafa argan mataatu dhukkuba

  • @abduuyaasiin7492
    @abduuyaasiin7492 3 года назад +1

    Dhugaa rabbii habtish huumnan dhabe malee dhufeen fayyadama silaa

    • @abbasnair6992
      @abbasnair6992 3 года назад

      Baayye namatti tola habtish koprusu faa nu agarsiisi habtish

  • @ayishaatube3627
    @ayishaatube3627 3 года назад

    Wawo Beautiful Bayyee namati tollaa galatomi Sanyii koo

  • @segnimoti4585
    @segnimoti4585 3 года назад

    Habtish Galaatoomii Bayyee Natti Tolera Turki Nu Dawwachiste

  • @wayutube
    @wayutube 3 года назад

    Wow! Baayyee namatti tola keessattuu seenaan masgiidichaa kan addaati!
    Ummanni keenyas kanarraa waan hedduu barachuutu irra jira!

  • @jiregnataye9495
    @jiregnataye9495 3 года назад

    Habtish magaalaan deemee daawwachu fedhu na daawwachiiste,😍😍😍😍

  • @kadiirshekhumar2290
    @kadiirshekhumar2290 3 года назад +1

    Wow baay ee namatti tola haftamuu galatoomaa

  • @maritualemu2922
    @maritualemu2922 3 года назад

    Wwwwwwwwwww galatomii guddas😍😍😍😍 Habtamu dhiraa qofa moo dubarti hin dandamuu

  • @eskye4u967
    @eskye4u967 3 года назад

    Gama lamaan bu'aa nuu buustee jirta hedduu galatoomi daawwannaa dabalatee jechuudha.

  • @harunhasen3104
    @harunhasen3104 3 года назад

    inshaallah aniis nummaan dhaqaa gaaf tokkoo turkii

  • @wekgariboja3374
    @wekgariboja3374 3 года назад

    Bayy'ee bareeda Habtish,jabaadhuu!!

  • @yusufabdellakemal97
    @yusufabdellakemal97 3 года назад +1

    Osoo nutti hin dhaqiin magaalaa lstanbuliin nu bashannansiiftee hedduu galatoomi

  • @kwtbbhh119
    @kwtbbhh119 3 года назад

    Bay,ee gariidhaa 💞💞💞💞❤❤👍👍👍👍👍👍👍

  • @lammiioliiqaa2027
    @lammiioliiqaa2027 3 года назад

    Nun warrii biyyaa oromiyaaf hin danda'amu jettaga

  • @tesfayejata7534
    @tesfayejata7534 3 года назад

    Galatoomii Habtish

  • @جميلهجميله-ق1خ
    @جميلهجميله-ق1خ 3 года назад

    Jiraadhu bashaashaa namaa

  • @esahakabdulkadir2086
    @esahakabdulkadir2086 3 года назад +1

    Wel come brother haptish 💪💪💪💪

  • @yabobayo5787
    @yabobayo5787 3 года назад

    Eebbifami Qaanqee.
    Abbaa Gadaa Jaal Haptamu Lammuu Namni jaalattan
    “Elelele” jedhaa barreessaa

  • @boniiamboo8414
    @boniiamboo8414 3 года назад

    Wowowoowow baye namati tolla Hafte koo👍👍👍👍👍

  • @michuubaaleegoobaailoveyou3114
    @michuubaaleegoobaailoveyou3114 3 года назад

    Baayee siraa baredee dhuga t

  • @oabdnoabd3260
    @oabdnoabd3260 3 года назад

    Anaa dhufu Habtisio bay'ee si jalaadha Qaxalee keenna umrii nuuf dheeradhuu 👍👍👍💪💪💪Abshiiri Habtee ani bar Caafee Rammis wolin wol qixa isin wan jaladhuf gaafa inni Eennun fakkadhaa jedhe gaafannani Habtaamu fakkatta jedheeni

  • @seifunemo7310
    @seifunemo7310 3 года назад

    Sagaantan kee har'a baay' ee namatti tola. Galatoomi habtish.

  • @abdalmalk8514
    @abdalmalk8514 3 года назад

    Galatoomi Habtee

  • @huseenjeeylaan7787
    @huseenjeeylaan7787 3 года назад

    Achumaanu biyyoota tirkii fa.aa wantoota garagara akkasumas akkata amantaan hedduu wajji jiraatu nudaawwachiiftee hedduu gakatoomi habtaamu keenna

  • @teferadesisa7743
    @teferadesisa7743 3 года назад

    Wooow baayyee namatii tola habte ani immoo haarreedan dhaabbee

  • @uaess9428
    @uaess9428 3 года назад

    Waw galatoomi haabtee sanyii ufii

  • @ganetbaqallaa8514
    @ganetbaqallaa8514 3 года назад

    HHabatamu wawoo bayye namati tola bagumaa gofaree duraati deebisitee ❤❤

  • @brahanedabala7164
    @brahanedabala7164 3 года назад +1

    Jabadhu 💖💝💖

  • @makiyanuradin5206
    @makiyanuradin5206 3 года назад

    Galatomii jiradhuu Lammii Kiyya

  • @getachewjiru3263
    @getachewjiru3263 3 года назад

    Annayyuu Isatu Narakkisuuf Jira Habti Koo.Silaammoo Uumama Waaqaa Waan Ta'eef Homaa Gochuu Waan Hin Dandeenyeefi.

  • @iftuabdii2616
    @iftuabdii2616 3 года назад

    Maasha allha majini heduu barreda❤❤❤❤❤

  • @ibsaadabalee8804
    @ibsaadabalee8804 3 года назад +1

    Habtish haalli adeemsa goofaree tolfachuu kee ittiin dhiyeessite baay'ee namatti tola. Akkasumatti waanta adda tahe hojjachuu itti fufi. Poolotikaa qofaa dhagayuun garaa nu hafuufe.

  • @Envy_1230
    @Envy_1230 3 года назад

    Thank haftish I am going to thing

  • @getachewjiru3263
    @getachewjiru3263 3 года назад

    Habti koo dhugaa sin jaaladha.Yaa Biyya Guddatte Anayyuu Nadaawwachiifte.

  • @ahmedensene1611
    @ahmedensene1611 3 года назад

    Galatoomi Habtisha

  • @wallooshow2707
    @wallooshow2707 3 года назад

    Gallatomii nuf jiradhu bayye nu dawachifte

  • @chalaibsa8928
    @chalaibsa8928 3 года назад

    Bayyee namatti tola galatoomi, baasi malee daawadhee Istaambul.

  • @abdiamin430
    @abdiamin430 3 года назад

    Beekaan nama dhimma dhuunfaattis yoo biyya bira deemee akkanatti hawaasa isa waa barsiisaa.
    Galatoomii

  • @bahariibrahim4372
    @bahariibrahim4372 3 года назад +1

    Gingilcha hudaa bakka tokko ti download godhudhaf arkachuu ni yon ni ganda,a te akkamitin arkachuu ganda,a dafii amma naf deebisi hojiin ke kanf gallatomi jajabadhu Tank you

  • @jejeoborso3614
    @jejeoborso3614 3 года назад

    Masha allah biyyi turkay bayye bareda attis baga refanisi si bahee lecca nama

    • @shamsashamsa3589
      @shamsashamsa3589 3 года назад

      Mashaallah mashaallah mashaall mashaallaah mashaallah mashaall mashaallaah mashaallah mashaall mashaallaah mashaallah mashaall mashaallaah ❤❤❤❤❤

  • @khaliltube6830
    @khaliltube6830 3 года назад

    Habtee nama kofalchiista nama barsiista jabadhu sanyii ofii

  • @danielurgesa8528
    @danielurgesa8528 3 года назад

    UFFFFFFF HAFTEKOO ATO WAQAYYOMITTI WAGAA KUMAA SIHAA JIRACHISUU SITTI GAMMADEMAN DADHABBEE

  • @jemalwajiso9470
    @jemalwajiso9470 3 года назад

    Thanks habte