An kan na dhibu eebifamneerramoo sichi eebbifamna? Wangeela kakuu haraa keesaa iddoo tokkotti warri hafuura waaqayyoon geggeefamanii barressan waaqayyo isin ha eebbisu kan jedhu hin jiru, sababi isaa waaqayyo waan hafuuraa hundumaan already nu eebbiseera!
ebifami dhuga yada gara koo na cibsudha gafin ati obolesa kenyafi debi latu farfata kenya amasi ayani gofta sifi yaa bayatu ayan waqayoo kesa dhofam bara kee hundum yero dargagum mana waqayoo kesa jirachun isa tajajilun ayanomudha yokin lamata dhalachudha caran akan hin argamu tasum nafis na kadhadha obolon fura rabi akan dargagum koti mana waqayoo koo kesa jiradhu dhebu bayen qaba garu biya gada jira olman waqayoo kesa koo nanyata akuma hermiyas jedhe sani
Ameeeeeeeenn Ameeeeeeeenn 🤲🤲 Waaqayyoo isin haa eebbisuu eeebbifamaa ijjoollee Waaqayyoo
Waaqayyoo issiin haa eebbissu farfannaa biqoo baayyeen jaaladha hafuratti nama jabeessaa
Eebbifamii Dachaa nama waqaayyoo 🙏🙏❤️
Yaaqoob 1-18-19ti nati uumamaa hundumaaf hangaf akka tanu akka jalala isaa dubbii dhugati nu dhalche eeggan jabaadhuu waqaayoo sii haa garagaruu hanga dhumati ameen
Biqoo koo baye sijalalana ebbifama muca kaku waqayo barafi jirenya kee ha aebisu you so much ♥
Waqaayoo si haa ebisuu jabaadhu goftaan kanumaa calaa ayyaani isaa sif haa bayatuu🙏🙏
Waqayyoo barafi jirenyaa keessaanis dachaa godhee haa ebbisuu ebbfamaa
Farfaanna kee hundumtu nama hawata wow waqayyo sii ha ebbiisu ebbiifama
Ayyaani waqayyoo siif haa bayyatu ebbifamii
Ammeen
Gooftaan dacha dachaa sii haa eebbissu, it is a blessing, farfaanon kee lubbuu namaa eebbissu
Ameen Ameen Ameen waaqayyo dachaa dachaan sin ebbisu ebbifama
Ameeeeen ebbifamaa
Ameeeen ameeen ebbifamii dachaa
Waaqayyoon dablee dablee sii haa eebbisuu farfanaan kee baayyee namaa tolaa😍😍🙌🙌🙏🙏🙏
Uuuufffffeeee haleluyaa dhugaa Dubatani du,uu wayaa wy si ni haa ebisuu
Waqayyoo siin wajjin haa tahu
Ebbifaama ebbifaama ayyaanni siif haa baayatuu ebbifaama keenya
Eebbifamaa hundi keessan. Obb/ssa keenya biqilaas jabaadhu.
Biqilaa waqayyoo siyyaa ebbissuu yaddakeef
AMEEEEEEEEEN AMEEEEEEEEE ebbifamii dachaa hadho ko
Ebifamaa Ebifamaa Ebifamaa waqaayyoo sin haa ebisu
Wow wow Goftaan baraa kee haa ebisuu ebifami ebifama
Baay'ee Namaati tolaa guddaa ebifami barumsa guddaadhu
Ebifamii dhugaa bayyee namati tolaa dhugaa mucaa kakuu ubataa nama
Dhuga dubbachuuf farfata biqilaa bayyen jaladhaa farfanna isaas bayyee bayyee itti hikameraa farfanan isaa hafuraa qulquulun gutamadhaa
Bagaa gaan dhuftee nama kaakuu
EBBIFAMAA DACHAN issin Laachuu ❤💚💚❤🙏
Waaqayyo isin haa eebbisu
Ebifamaa dachaa
Yes ameeeen ebifamii dachasa bi
jabadha
Biqila baay'ee galtoom faarfannakee nanjaaladha ❤❤
Excellent
Ebifamaa Waaqayyoon isini haa Ebissuu
Eebbifamaa maatii kakuu
Waaqayyoo isaaheebisuu
wowew gaaridha ishooooo🙏🙏🙏🙏🙏🎸🎸🎼🎼🎸🎸🍇
Waaqayyoo bara kee haa ebbiisuu biko❤🎶🎧🙌
God bless you Biko very lovely gospel songs you are sharing us!!
Good pilis you ❤💚🙏🙏
God bless u Biko!
Siyaa ebbisuu
farfartotaa sinaa kun nuu siresaa maaloo farfanaa biqilaa kun bayee namaa ebisaa dhuga dubaachuuf kan waraa kan addaraa nuuf haa siressaani
ebifamaa ebifamaa ebifamaa ebifamaa ebifamaa ebifamaa ebifamaa
Wawoooooo jiradhaa ebifamaa
Eebbifami 🙏🙏🙏🙏🙏🙏
Eebbifamaa
Ameeeen Eebifamii 🙏 ❤️
Ebbifamiii abban koo sii yaa ebbisuu farfatta biqqilaa dhugaa dubbatee 👍👍👍
yadda gaaridha ebbifami
Gooftan sii yaa eebbisuu ani jalqaba kana dhagage
Ebifami ftr/ biqla
Ebifami dacha micha waqayoo
Ebbifamii biqilaa farfatotaa guyyaa tokko madarkii irratti argamani guyyaa murasa bodaa eddo xura'aa keessatti argaman kan nuf gorsaa addaraa
Biqoo 😍😍😍😍😍😍😍
Nuuf jiraadhaa dhugaa.
Ani garuu wa'ee kenarati isa atii dubate kesaa bayen baradhee durayuu ebise si umee amas ebifamii Farfata Biqilaa
Waqayo dachaa si'aa ebisuu ebifamii
Hawwitootni kun nu guban ,rakkanne.hundaafuu ati eebbifami
God belss u biko🎶🎧
Biko .. farsa kee bay.ee kanan jaladhu..fi.. ayyanaa siraa jiruuf waqayyoon kanan galatefadhudha Dhugaa ..biko.. Ebbifamii dachaan
dacha Eebbifama🙏
Baganagaandhuftani.
biqoo kenyaa si jallanna
Biqoo ati nama addaati eebbifami
Biqilaabarikeeyaebifamujedha.iloveyou
An kan na dhibu eebifamneerramoo sichi eebbifamna? Wangeela kakuu haraa keesaa iddoo tokkotti warri hafuura waaqayyoon geggeefamanii barressan waaqayyo isin ha eebbisu kan jedhu hin jiru, sababi isaa waaqayyo waan hafuuraa hundumaan already nu eebbiseera!
ebifami dhuga yada gara koo na cibsudha gafin ati obolesa kenyafi debi latu farfata kenya amasi ayani gofta sifi yaa bayatu ayan waqayoo kesa dhofam bara kee hundum yero dargagum mana waqayoo kesa jirachun isa tajajilun ayanomudha yokin lamata dhalachudha caran akan hin argamu tasum nafis na kadhadha obolon fura rabi akan dargagum koti mana waqayoo koo kesa jiradhu dhebu bayen qaba garu biya gada jira olman waqayoo kesa koo nanyata akuma hermiyas jedhe sani