Jaalala akkan zaban Kan arkachuu Nii jimaa dhugaa mucaa Kan jabessi dhammasa kiyya . Anille jaalala kee qabame Garuu bakka mucaa Kan hin genye mucaan garaa Nama nyaata dhuga😢
Aboo ati as dhufteeti Maashaa.allaahu jattaasaa🐕🦮🐕🦺🐏🐑🐄🫠🤭🫣 uuuuuuuuf Maashaa.allaahu jachuun waan jara kanaan malee mitii bar ahiiiiiii wallaalaa kanaatu nama dhiba wallaahi
Ayiii wayii caltuu atileen Amma hariifa tate for x intertiment irraati bate ayii yaa jiruu 😂 saa eloonu namni hedduu hin baraneess gazexeesiitu ni tahan oky aniis gazaxeeysiitu nin taha😂😂 naa simadha😢😂
Yo rabbi sodaatte muuziqaa waraabuuf deemtùsan dhiisi obboleettii tiyya ta islaamaa☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️
Wallahi dhuga keeti
@@Nasrii.faarah maatii naa ta'ii bro
Dhugaa jetten
Dhugaa keeti wly
Wow jaalalaa dhugaa
Jaalala isaallee sirbaan ibsate mucaan hedduu namatti tola
Tun dandeeytii addaati
kana dhiisi sheeyxaa jalaa hin deemin rabbiin si haa qajeelchuu
Aboo mùziqaadha seenaaf haàsoftanii😮😮😮😢😢
Love ijolaa oromia ❤
❤❤❤❤😂😂😂😂😂😊😊😊😊
Sabriinaa sababaa keetiitti gurbaan kunuu muuziqaa eegaleemii wallaahi irraa gaafatamuuf teessa😢😢😢😢😢
Sabrinaa jarsaa hin karifnee rabii sif ha kenuu ga😂😂😂😂😂❤❤🎉
Ijoleen kenyaa lamaan intarvu wal godhaan❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Jaalala akkan zaban Kan arkachuu Nii jimaa dhugaa mucaa Kan jabessi dhammasa kiyya .
Anille jaalala kee qabame Garuu bakka mucaa Kan hin genye mucaan garaa Nama nyaata dhuga😢
Very good Galatomaa hundii keysanuu isiin duba jira jabadha caltuu Atiis Sabriina gana waan guddaa siira egana❤❤❤❤❤❤❤❤
Maatii naa ta'ii
Maal qabaatteeti isii booda jirtaboo like fi sheridhaamii??hayyee aakhiratti irraa gaafatamtaa😢😢😢😢
Mucaa sani qabadhuu dhugaa rabbii
❤🎉❤🎉❤🎉❤🎉❤🎉❤🎉❤🎉❤🎉❤🎉❤🎉❤🎉❤
Mashallaa qashxiyye sabriinaa ❤❤❤❤❤
Aboo ati as dhufteeti Maashaa.allaahu jattaasaa🐕🦮🐕🦺🐏🐑🐄🫠🤭🫣 uuuuuuuuf Maashaa.allaahu jachuun waan jara kanaan malee mitii bar ahiiiiiii wallaalaa kanaatu nama dhiba wallaahi
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢
Ayiiii rabbin ke waan jallatte sin dhabsiisin❤❤❤❤
❤❤❤❤aafiyaan as wrwb Addee Caaliifi Art Sarbirinaa jaallatuu ❤❤Rabbiin isin haatiksuu
Akkana lal sabrishaa sii eeynaa🎉🎉❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉
Yyyyyya jechuuun maali
😂😂😂😂
Jabadha ❤❤❤❤❤❤sabriii qa
Sabriye Qaashttti Sirba dhisi ofira
Ani siin deeggara❤❤❤b
My sister
@Mahmad_Toofiq-v8b nutti isimafi Glt My brother 💖👍👍
@@KadijaAhmed-p7f 🥰🥰🥰😍😘
Why dhugaa keeti 😢
wow qashtii joollee oromoo 🎉🎉🎉
❤❤❤👍
Bagaajiirtii 😊
Bayee boyee 😢 obolesaa jechun woyii dhalotaa qofaa😢
Sabriinan hin heruummnee❤
❤❤❤🎉🎉❤
caaltu teenya bayyeen si kabaja sii jaaladha Obboleeti too qaalii
Obboleessa kee
Saabir kaliifa irraahii
😂😂😂 maal isheet jaalate tana jsbaa😂
Welcom to ummata koo❤❤❤Qaqqaaliii❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Jabaadhaa
Sagaleen si boo'ichaafu hin ta.u sirba mitii gidduu maalitti rarraati malee
❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Jabaadhuu sister ❤
❤❤❤😢
❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉caaltuu qaali
🎉🎉🎉🎉
Sabariina anis bayyee jaaladha wolay
🎉🎉🎉❤❤
❤❤❤❤
😊😊😊😊
❤❤❤❤❤❤🇪🇹
Sabrina.. Duran.sin.abbuuraa.jiraa..akkuumaa.gurbaa.kana.gottee.nagoota.aniis.sirraa.dhapee.sinbaarbaaduu..nagaati
Rabbiin sodaadhu Mucaa sana hin mufachisiin
Dhaamsa obbollummaa akka ilaalcha kiyyaatti leencoo abdushakuur si gargaarun
Gaariidha garuu sirboonni leencoo hawaasa biratti hangas hunda fudhatama hin qabu
Si kasaarsuu mala waan ta'eef warrootta akka biyyattitti sirboota gurguddoo hojjattan irraa walaloofi yeeddalloo osoo fudhattee gaariidha jedheen yaada.
Ati summi hin tayin obolessa kiyya
Yaa jaalala uuuuuuuufff😢
Sabrinnaa Mucaa san Itii herumii yo itii herumuu batee Akka Obbolettii wa godhifii
🎉❤❤❤❤❤
❤❤❤❤❤
Walaloon tan Abdi qopheeti tan sirbite Almaaz tafarraati. Kanuma. Dhugaa namaa hin dhooysinaa
No more Music 😢😢kha jaalalaa hin feenu khunoo😂
Akka isheni artist tate harra dhaggahe😅😅😅😅😅😅
Sabriina mucaa san hin dhiisin maaloo
Halumaa Kanan caltuyee itti fufii
Gumaa nuu kafaluu qabadaa Sabrina❤daminaa kenyaa nuu jala dirtee😢
Maatii naa ta'ii
Joollee interview wal gootu hedduu namatti toltan
Ati tetiifu ni kariiftaa anu si arkee us😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
💝💝💝💝💝💝💖💖💖💖💖
anu akkasumattiin bilbila sabrina barbaada jiraa caaltuu 😊😅
Dachaasitti maaliif hin heerumtu
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😂😂❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Atii musliimamii ma sirbiitaa
Caltuu bayyeen si jaladha
❤❤❤❤sabro😂😂
hii💖🛌💖💞💞💞
kana caala waan gudatu hin qabduu abdi muri
hay sabrina atti gosa tiyya akkam yoo ala taate
😢😢😢😢😢muca😢😢san iti herumii
😢
Baredduu,,akami
Sirba firra dhisi baredu kara islamati deb'i
😂😂😂😂😂😂😂
Gaarii galatoomi
❤
Nuti dhiifnee jirra
Dachas sahibaa kiyaa
Yes
Rabbi jaarsa korisu sitti haaqabu jechuuf abaarsaa
Maatii naa ta'aa
Heddu namati tola
Lakki na godhaa oromo ko
Maal si goona
@QananiiShamshaddiin matti na ta,ii qalii namaa
Dhifama wajjiin uffata kee sirreeysi baredduu hedduu siqabee
Yoo akkas ta e malee itti hin tolum rabbii haa dhisuuf malee
Sabiran hadara dachasa hayamif rabin sin dhissu
hadaraa seeraa yoo beeytan caltuu tana asirraa oofaa wly
Jechi koo dachadha toophate duraa Sabrina
Heduu baredadh
Garuu Anii kaa Ajaibaa natii tahu 😢 Atii Afaan oromoo siiriitii hin betuu sa,aa moo Biiyaa Farajii turatee So Becus Ofocrs ok Bayzawe Yaa Jachaa bizii nuu gotee bara Ayiii Aratiisatii oromoo
Jole Dire afan farnji atti jatu kan wara biya farnji jiru ira beyti bara😒
@user-jl9ux1rx4w Hayee tate garuu Afaan farajii bekanaa Adafii Afaan ifii walaluna yoo jiiratee Yoo Garii tahee hayee Afaan oromoo mal tahetii Afaan Farajii wajiin walitii laqan garuu
😂😂😂😂😂
@@MerkuriSaniiwly baayyee nama aarsa
Dhuga ketii
😅
Ayiii wayii caltuu atileen Amma hariifa tate for x intertiment irraati bate ayii yaa jiruu 😂 saa eloonu namni hedduu hin baraneess gazexeesiitu ni tahan oky aniis gazaxeeysiitu nin taha😂😂 naa simadha😢😂
Maatii naa ta'aa
Maal daleyda❤
@Munzirjamaal454 waanin dalaguu garaa fulduraati argita ammas kotu ilaalii
Akkam namatti tola jettee hin quuftu.
faran
0:57
Sabiri qali muca kan lafti hin dhisin
Sirba nama birooti
Sabrina Sabrina Sabrina jirta nama qali galatoomi 🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶🫶💋💋💋💋💋
Galatomaa
Kkk😂😂😂😂
😂😂😂😂kkkk
MEE Caaltuu Gurbaa Sababa Jaalala Sabriinaatiin Miidhamee Tokko Irratti Maal jetti?