Размер видео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показать панель управления
Автовоспроизведение
Автоповтор
Abdusse atti hara.a abju ketti iyya bultta akasumma rabbin sif haa ararammu🤲🤲 oboolessa tiyya mee toba.u astugifirlaa
Wl wr wb Maash Allaah Maash Allaah abduse Sahaa Dhugama jirtu dubate walhii rabbiin umrii sii haa dheressu lnshaallah
Waraa shawatiikaa kana jimafii fi arsii walitii naqaa jiraa barii jimafii arsii yoomuu walii hin lolotuu 💕💕💕💕💕💕💕💕💕
hedduu midhagda Dr abduse mashallah ❤💔💔💔🌹🌹🌹🌹jabadhuu
Anii garuu arsidhaa wolhii ijolee jimaa wogaa torbaa woliin manaa tokko kesaa galaa jiraa takka atii jimaa atii arsii woliin jenee benuu nutii nutii akkaa ilmaan hadhaa takkiti wolii ilalaa
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😍😍😍😍
Ayuu kuloodhaa
Mashaalla ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Wowow jabadha. Meetii.naaf ta, a❤️😍🥰
Maashaallaah maashaallaah dhuga keti Wolhi nufi jiradhu 😭😭 yaa raabbii mee huda akati qajjelachi Arsi kesatu gadabi jechuni hasasa arsi jechun rasasa😭😭
bagaa.dhuftee.abduseni.keenyaa.yaa.dr.jalaalaa.lencaa.keenyaa.nuufii.jiradhuu.bekkaa.qabachuni.kanafii.tollaa
Dhugaa ke'etii jetee hadhoo koo💓💓💓💓
Ijoolee oromoo dhugaa mali sin irraa baratuu ijoolee Oromoo ykn Qeeroon biyaa sin bargaali kanatu walii sin Arbsisaa 😀😀🍔🍔🍔🍔🍔
😃😃😃😃😃😃
Maashaallah akkanumatii gorisa garii yeroo kamuu dabaris sirit namatii tolaa haridhaa dr Jalalaa keninii issin lamanuu
Asaliii koo qalii ❤ 😂 😂 😂 😂 😂 😂 😂 nufii jiraadhuu gotaakoo
ilmaa shaarmuuxa Woggaa tokko waa.ee caalaa hosoftaa dubbi ilmaa bunaa jaala gaanaa ijollee shawaa dhukee siirraa kaasaa
Atii maalii jeetaa SAA kaanii naamaa du' ee fii akaa Hin dubaanee jeetaa baalaagee sifii guyaa saidii saanii sifii haa keenuu
Rabbin nuu umee gurachaa Alhaamdulilaa dhugaa kee jetee naman dhalaf jedhee biyaa bahef hin jiruu woraa dhiraa maqaa balesuu dhisaa
Dhuugaakeejete,abbduseekoo....baayeegaalatoommii💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯
Saah dhugaa ketii Dr Abdusee nufii jiradhuu gotaa kenyaa 💝💝💝💝💝💝💝👍👍👍👍👍👍👍 umatuuma gandumaa farsuu kana Argaa jaraa Aboo
Atii yoo nama arabisitaa yeroo hundaa nama arabisitaa mallii aboo oromonii tokichaaa esayuu atawuu
Sher godhiii kaalaas Toolleee bas 😂😘😂🤣
Atii dhugaa dubataa argaa jaraa afaan banuu oromoo tokko malifii walii qodun
Dhugaa jete galtoomii dhugaa jete bayyee galtoomii jzk 👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻👍🏻
Cilee dhuftee akasii eeeee gurbaa
Waaleykumsalam woramatulah wobarakatuhu
horii malituu sii.ii galichee tokoo sidhaa kanii akayinii gudatee
As wr wb Adaraa Abduse amaa nama jibisiseeraa walayii arabiinii uuuuuuuuuf yaa rabii koo ilamaan gandaa rabiin hafixuu boo
Dhugaa miccumaa kanatii malee naa gubbuu
Dhugaa keti Dr Abdusee galaatomiii ishii dhugaa dura bayyee sit are ture Amaa garuu Afonaillaah wly ijoolee gadani jimmaa fakate Arsii jedhe nu arabisa turani nura dhabisis sin jedhe ture ati lalite wani cadhiste sit are amaa dhisera😘🙋♀️🙋♀️👌
Hollaaa sittuu jedhe duraa 🤣👍😏😲🤑🤐🤫🤫🤫🤫
@@rahimaajimmmaa1535 enutu Akkasi jedhe
Jiradhuu qalii namaa
😂😂🤣🤣 Maashaallaah maashaallaah maashaallaah 💔❤❤💔
Mucaa kun heduu namaa arbsaa garuu osoo ufii siresii bayaa namaa rabbii sodatuu tayii
dhugadhaa ketii 💜💔💔💗💗💛💚💖💖💚💛💜💔💔💗💘💘💘💘💘💗💔💔💜💜💛💚💖💛💜💔💗
Wooooooooowwwww har'ee dhuga dubate yeroo biraa callaa naa gamaciste🖒🖒🖒🖒🖒🖒🖒👏👏👏👏👏👏
Sah beka Nama ❤️❤️❤️❤️💚💚💓💓💓
as,wr,wb,ta,a,arsi,arabsitu,sanini,barumsa,baradhu,jedhi,asili,aka,namati,yadi,Simi,Jeter,aka,, hin,dubane,share,tana,liking,isii,itti,hima,you,dide
Istuu walitii nuu buusee malee nuuti ijoollee shawaa namaati hin bunuu kanafii dhabaadhaa ijoollee jimmaa biyyaa walitti buusaa jirtuu gandaa wali qoduu bu.aa hin qabuu oromumaa keenyaa xiqqeessa malee
Wl wr wb Dr kenyaa nuuf jiradhuu hundii isaniyuu osoo Akka kee kaan ta'an mali qabaa Abdiye konjo umrii dherdhuu jarsaa biyaa nuf ta'ii 😘😘 bay'ee si jaladhaa
Malii.atii.amantii.dhaanii.namaa.qodaa.abduse
Kkkkkkkkkkkkk Abdusee Asilii ni himaratee 🤣🤔 hawaaa hicitii bastee Laluu sodatee Asilii Leshii ushumushikilaa hawulilaa🤦🤔🤣🤔🤔
Wayoo umrii nuf dheradhu kan intaluma hawa saniti likki nuf himte❤❤❤❤
Dhugaa keetii abusee sabonaa oromoo
Abduse dhugaa keti jabadhu akkanumti iti nufufi💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪
Abidusii lecaa oromoo hati ke otuu kani aka dhibaa desee jiratee❤️🌷
Waleykum Asalamuu waramatulih wabarakatu
Like godhaa
Harree sii godhuu
@@bestoromoo3919 hikijibini jasba
Abdusee silkii ke Nuuf eregii adraa
Abduse gootaa koo😍😍😍😍❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️👈🏾
Dhugaa jetee galatomii
Yoo oromon..jimma.kullo.tae isin unduu warri jimma kullo jedhes kullodhaa
Ati dhugaag gowwaa kuulloo badii asii isima najibissisa akkuma lalbala iyyaa ollaata
marata wayii horii wayii
Qoy aslii kanaa maaf akka gabbaruu wohii natti fakkata kanaafu aslii ta.ee redii ta.ee jarri haajaa worra jimma hin qabanuu kanaafu asliif redii kanaa dhiisimee waa.ee jeraa itti dhiisi
Abiyii jimaa qofafii mitii kan midhamaa jiruu biyaa maraf malee arbsamus farfamus qabaa yes homa wontii namaa galchuu hin jiruu kanaa kesaa
👍👍👍👍👍👍👍👍❤❤❤❤❤❤
Naf jiradhuu
💟
Dhugaa ketii hitimii mee
Dhifamaa malii betaa
👍
Wolahii jabaadhu si ojiin jiraa gotaa keenya
dhugaa Adha Abdushee bayee naa toltee holahii ☑️☑️ ☑️
sii rabinii si.aaa nyatuu cogaraa nadhukubee
zim jedhii hawwa wollagaa hin arrabsinii wollahi yoo nyaara haddatelle durbi nagaan hin jirtuu senoo tokko tokko baasnaan kanaafuu hawwan miskiinaa
ati wa.ee aslii dhii icci inni hajaa kee hin qabu maalif zim jette zoor irraan jennee
Mucaa kan diiraamdhaf lafaa kaa mee
Argakee
wagaa hin tuqin duqetinii sidaa argakee
Kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk 🤣🤣🤣🤣🤣
Dhugaa kee jettee 👍👍👍👍👍🖒🖒✍✍❤❤❤❤❤
akkasiti.itt.himii.dhirraa.kenyaa.bagaa.si.qabaanee
Dhugaa jetee namse namaa garamuu bee
*uuuuufff yaa waaqayoo nagaa nuuf busi ani waa'ee ijollee livi kanaa dadhabnerra of hojji hin qabdan ummata biyyaa waliti hinbusina abduseko dhugaa*
Adbusee koodhugaa garuu bayyee nama gadsie👍👍👍😘😘😘😘😘😘😘🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Jabbadhu nurra dhogii si jaladhaa 💪💪💪💪💪💪🙌👍👍👍👍👌
Dhugaa namnii hin hubanee arabaa dherataa, namnii yadaa qabuu namaa hin arabsuu, biyyanisi Wal hin qoduu
Dhuga keti oromoni dhiga tokko
ufffffffiii maradhee yaboo argakee
Kkkkkkkkkkkkkkk Garani nadhukubee
Afufawanii isinii hunduu
Waree,hibbannu,farada,
Walekuma aslm wrkmtul wabrkatuu wayiiiiiiii umtaaaa malooo Dr Kenya hin arsinnn like sher
Oromifumaan hasayii gurbaa
gudisaa kanii badee
Wl wr wbr jabaadhu abdusse ko nuufjiraadhu ok dhugaakeetii
Ws WR wb
DhuaketiLubbuujabadhu💙💙💙💙💙🍒🍒🍒🍒🍒🍒
malii waree ofaa jirtani mataa nuu duchitani
Jabadhu dhuga dubata 😘😘
Asli hareedhaa
Balaagee
Maaloo yaa oromoo dhigaakoo waqaayyoon sodadha wal haa kabajnu ani wallagga garu baayyern gadda fb kanarratti wal nyachun ijoolle kenya baayyee na gaddisa yaada gaarii dubbatte abdusee galatoomi
Albaati
Atii leeca abduuse
Asiilin arsii yoo ta. ee arsumaa isatif arbsamaa jiraa tananii worii isaa arbsuu sunuu mofadhaa Kan bililee arbsusii homaa isin wan jiruu dubatuf malee waa biraa mitii
Abduse jechudha rabbin sodadhuu malif nama arbsita qoii borii hojji ke fudhatee demtaa arabni kan jahabat wlh sirbii sii kan jahabat rabbin siha siresuu wlh
Nama shawwaa tumsuu fakkatin hundii nama jimma irra dhukee kasuu inataala sana immo.namumaa isii wamee walalee akkastti himifi
😂😂😂😂🤣🤣🤣🤣
Kkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkkk
Wlswrwb anii homaa atii namaa gandaan hin qonfin sii jaladhaa lubbu Abdusee koo uuuuuppp
jiradhuu sabonaa kenaa
As wr wb
Uuuu
Dhugaa rabbii abdusee intala ishee hawwaa jedhan sana namni qabee hidhuu maaf dhibe garuu hii kkkkkkkkkkkk
Dhugadha jettee

Dhugaa keti
Dr Abdusee galaatomiii ishii dhugaa dura bayyee sit are ture Amaa garuu Afonaillaah wly ijoolee gadani jimmaa fakate Arsii jedhe nu arabisa turani nura dhabisis sin jedhe ture ati lalite wani cadhiste sit are amaa dhisera😘🙋♀️🙋♀️👌