Mr.Solomon Aradaa Waqaa Tolaa journey in his life from rural district farming community town growing up through successful completion of his law degrees ascended into the UN, COURTS as selected professionalism few justices is amazing success in his lifetime a rolls model for too many youth to follow his foot prints 👍 great👌 shows thanks for sharing your personal story. Admired.
Gamme, thank you for being such a talented individual. Your early work was impressive, and lately, the people you’ve been preparing have shown great potential. There are valuable lessons to be learned from them, so keep up the excellent work!
Nama beekaa fi danqaa hedduu keessa darbee mul'ate, carraa fi carraaqqii walitti ida'uun addunyaarratti beekame nuuf dhiheessuu keetif guddaa galatoomi! for sure he inspires most of us especially those live in comfort zone!
Nageenni haa dursu, Ani nama Oromoo biyya America kana jiraadhaa, anilleen ijoollee Afur qaba, mucayyoo abbaan isii korneell ( Cornell University baratti ka jettan san maaloo wal nubarsiisaa . Maatiin keenna Saa'aa lama jirra Cornell University irraa. Gammachuun simannee maatii keennaan wal barsiifna. Ani Oromoofii Oromummaa jaaladhaa, yoo dhamsa kana argatan Rochester, NY magaala jedhamtu qubadhaa wal haa barruu!!
Gammada,jabinnikee akkuma jirutti ta'ee,akka yaadakootti
1.gaafa interview gootu walakkaa irraa jalqabuurra seenaasaa jalqabarraa kaaftee hanga inni Amma jirutti tartiibaan osoo gootee.
2.daawwattonnikee ergati jalqabdee kan seenan akka hin rakkannetti maqaa namichaaf position ykn gahee hojiisaa wajjin osoo yaadachiisaa deemtee gidduu gidduutti barreeffamaan🙏🙏🙏galatoom
galatoomi!
yaada anillee kaasuuf yaaleera
hojittii yaa hiikame qeeqa jajjabeessaadha
Tnx. Nama guddaa nuuf dhiyeessite. Waan hedduun irraa baradhe. Woww👏👏
Mr.Solomon Aradaa Waqaa Tolaa journey in his life from rural district farming community town growing up through successful completion of his law degrees ascended into the UN, COURTS as selected professionalism few justices is amazing success in his lifetime a rolls model for too many youth to follow his foot prints 👍 great👌 shows thanks for sharing your personal story. Admired.
Brave man from my salalee🥰🥰🥰
Such is an extraordinarly useful, thoughtful and educational discussion/ interview. Baayee galatoomi ob. Solomon. 👏🙏
Namaa gameesa aduyna
Garu ijoo Media habasha argacho hidandeene sababan isa Oromo waan ta’ef
Osoo Amhara ta’e yootan gura nuduchan
Salaalee biyyaa koo baga milkoftee gotaa dacheeni salalee biqilchitee sifi gamanee ijoleeni keele rabbi sifaa guudisuu❤❤❤❤❤❤
Gammee keenya dhugaa dubbachuuf taanaan seenaa guddaa hojjechaa jirta❤❤
Gamme, thank you for being such a talented individual. Your early work was impressive, and lately, the people you’ve been preparing have shown great potential. There are valuable lessons to be learned from them, so keep up the excellent work!
Every body should attend the show as lesson can be drawn from it.
What an insightful discussion from which this generation can draw a lesson forward, Gamada show!! Well done!!
What an inspiring journey, Sol!!
Gammadaa show❤❤❤❤ Ija iraa nuu haafi ,namaa jabaa❤❤❤❤!!!!!
Nama beekaa fi danqaa hedduu keessa darbee mul'ate, carraa fi carraaqqii walitti ida'uun addunyaarratti beekame nuuf dhiheessuu keetif guddaa galatoomi! for sure he inspires most of us especially those live in comfort zone!
Gamdaa Schoo Jiradhu Akumaa kanaa Hayyoota Akasii Biyya kenyaa Bu'a Gudaa qabuu oromoo Hayyoota kenyaa Ajaa'iba Ajaa'iba Ajaa'uufi Galatoomaa
Galatoomaa !!,osoo Danda'amee Dr lammaa magarsaa skypin oso nuuf dhiyeessitee
Just wow! What a brilliant!
Ethiopia is not only built by Oromo but still protected by Oromo
Wow akase nama barets. Nu jeradu . Umeri dheraa
Wwwwwww baye namati tola salale kuyyu Garba gurcha biya harme tokoti ❤❤❤❤❤❤
Nageenni haa dursu, Ani nama Oromoo biyya America kana jiraadhaa, anilleen ijoollee Afur qaba, mucayyoo abbaan isii korneell ( Cornell University baratti ka jettan san maaloo wal nubarsiisaa . Maatiin keenna Saa'aa lama jirra Cornell University irraa. Gammachuun simannee maatii keennaan wal barsiifna. Ani Oromoofii Oromummaa jaaladhaa, yoo dhamsa kana argatan Rochester, NY magaala jedhamtu qubadhaa wal haa barruu!!
That is the best and what a fantastic idea and experience!! Hope young people listen to his advice and message.
❤❤ Beekumsii Eegumsaa Dhageeffattootni mirga Mirga waliin yaaduu bakka deemuu hojii Caqasii Gammadda Show mee Ulaagaa gzx Maalif gurrii Eegumsaa dubbii Qalbiittii dhiyaataa/tuuq
Keessumaa torbanii, baga dhuftani❤❤❤❤😊
❤❤ijoo dubbii Manni murtii mirga Eegumsaa Mana murtii ida'amuun ifaa Daa'immaan manni murtii Eegumsaa
Garuu oromoon murteessuu osoo dandahuu yeroo kamiyyuu caalaa amma ummanni oromoo maaf miidhama?
My Role model ❤
Gammee haraa nama heddu cimaa tahee tokko waan dhiheesiteef galatoomi. Keessumman keesii yaadaa gudda ummataa fi dawwatoota keef gummachaanif haa ulfaataan.
Namoota akkana kan itti dabali❤❤❤
❤❤❤Gammaadaa Show waliin yaaduuti OMN
Kophaa kophaati yaadun seeraarraa fageenya ni qabaa? DR
JABBADHUU OBBOLLESSA ,WE PROUND OF YOU
Mootummaan mana murtii hin keennuu ida'amuun ilaallee 😊
Gammadaa show jabaadhu!
Hayee namatti tolaa Galtomaa gafima xiqqon si gafadha mee kotta Oromiyan akka ofii dandesuu gonaa Itophia biyyua jedhamtu kana ballesinaa please😢🤕
Nama 'role model' namaaf ta'u argachuu keenyaf hedduu gammadeera. Sale waaqin fayyaa fi nagaa haa kenuuf Gammachuun kiyyaa dachaa heddu.Yaada inni kaasee irraa barumsa heddu argama. Heddu galatoom Gammadaa Show. 1:13:22
Pls 'Biiyya' Jedha sirreesa! thanks!
CCompetition Carraatti Fayyaadamuun
Bultiinis Hawaasaa Seeraa Ogummaa Mana murtii Walii dabarsa ida'amuun fi Bulchiinsa lafaatiin Egypt
Fageenyaafi rank
Kanaaf Kantibootaafi Minister Magaalaa Magaalaa seequun maatii talks fageenya duracarganii Dhaka bu'uuraa❤
Nice Idea !Thank You Gamako
warra akkas irraa waa barachuu dandeenyuu nuuf affeeri.
Welcome 🌹🌹🌹
❤ Eegumsaa Iccittii hayyuuf hojii yaada hidhaa oollee Gaafa xiiqii Bukhari bultiinis yeroo diigamuu Manni murtii dafii nu sochii onnee Gaaddisaa Gaaddisaa hawaasaa ni Barsiisaa ni hojjaataas Ogeeyyiin fayyaleee bultiinis wal loluu Gammadaa medicine
Talent person 🎉🎉🎉🎉
Isiniif Biyyaas Rabbiin Rabbiin walumaan Jannaataaf deemsis humni dhageeffatu ogummaa barbaada daguu dhorkii rifeensii Ogeeyyiin fayyaan fagaatee Eegumsaa Hospital Gaazaa ifaa Biyyii waliif yaadaa Magaalaa Garba gurraaf Gaaddisaa
Dhuga nama cimadha nuf jiradhu qalli Kenya ❤❤❤❤wwwwwww
obbo Solomon Areda nama jabaa
goototni oromoo nuuf haa jiraatan, nuuf haa jabaatan, nuuf haa hojjetan, ...
Nama jabaa❤❤❤
Namoota Fakkeenyummaa qaban dhiyeessuu keef galatoomi.Oromoon miidiyaa Akkanaa jajjabeessuu qaba.ammoo haalli Dhiyeessii kee borcamaadha.haallii gaaffiikee,Deebii fudhachuukee,jechoota filachuukee,duraa duuba gaaffiikee #unstructured kan ta'eedha.Kanas osoo itti yaaddee bareeda jedheen yaada
I admire Solomon Aredo but the way Gemeda interviewed is un sequential
Oromoonbwali irra barachuu malif dadhabee nama guddaa kana dhageeffachuun dadhabuun aadaa maleedha
Ijaaree yoom dhiiseree? Amma immoo iddisaatii gochaafii jira malee...Galatooma Gammee!
Gammee galatoomi namoota fakkeenyaa dhaloota tahan kana yoo dhiyeessitee yoomu si hordofna.
Big man nama guddaa
Guddaa Galatoomaa 🙏🙏
Big man
Mana Murtii Olaanaa Go/Li/Shawaas turaniru
Nama Jabaa
Baayyee gaariidha salmon fayyaa tahi
Nama qaalii❤🎉❤
Gaaffiin dhiyaatee tartiiba kan eegee miti
Maali jechudha 🤔🤔
Nama gurguda akkas Dhihessu itti haa fufu
Nama cimaa ajaa'ibsiifadhu_kab.obbo Solomoon,nama gurguddaa akkanaa dhiyeessi yeroo biraatis.Akkanumaan tirkamirkii hunda walitti hin yaamin
Ethiopian kan oromoti!
Vanguard! 🎉
Yeah
👍🙏
namatti tola
❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Proud
Gammee
Kan Ijaare dhugumaan Oromoo dha.
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Oromootuu biyya kana ijaaree yemmu jedhamu dhugaa moti. akkamiti Oromoo lafa ofii irraa gufkamee aadaan isaa tufatame dhorkame? oromootii habashaan itti gargaramtee malee. Habashaatu Oromoo irrati ijaarate malee.
Gammee Keessumonnii ati affeertu namoota jajjaboo dhaloonni waa irraa baratuudha waan baay'ee namatti toluu fi jajjabeefamuudha, afaan,aadaa fi seenaa oromootiifis gaheen kee olaanadha! gumaacha kee haalan bahaa jirta kabajamoo!!!!!
akka yaadatti ammoo wanti siif qabu
1. Gaaffii keessummaa kee gaafatu dursitee lafatti barreefattee osoo waanuma barreefatte irratti qophoftee dubbisaa ykn sammuttis ta'u qabattee gaafattee hoo?
2. yeroo keessummaan ati affeertu gaaffii siif deebisu osoo daftee harkatti ykn afaanitti qabuu baattee qabxii tokko kaastefii ykn siif kaasee osoo waliin dubbachuutti jirtanii nan hubadha ykn hanqina yeroof ta'uu danda'aa yoo sana hin taane ammoo osoo fooyyesitee waan gaaridha jedheen hubadha.
3.akkuma kanaan duraa namoota hubatoo fi bilchaatoo dhaloota waa barsiisan kan waan dubbatanii fi akkatti dubbatan beekan dhiyeessuu kee jajjabaattee osoo itti fuftee hoo?
dhumaratti ati nama sababaan mormitee sababaan deeggartu waan taateefan yaadan qabu siif barreesse yoon mucucaadhe na oofkalchi adaraa!!!!!!!!!!!!!!!!
Galatoomi Gammee Jajjabaadhu
Galatooma!!
🥰
📚📚📚📚📡📡👂