DAWIT GIRMA : NAN GOCCA

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 19 сен 2024
  • #oromogospelsong #oboromedia
    #faarfannaa_afaan_oromoo
    #faarfannaa_haaraa #2016 #2024
    #gospelmusic #oromomusic
    #protestant #new #video #songs
    #ethiopian #mezmur
    Singer #DAWIT_GIRMA | #DAVE
    Topic #NAN_GOCCA
    #ATOO_JAALALA
    #OLAANI
    Music #Amanuel_Gilo
    Mix&Mastering #Moti_Taressa
    Bass guitar #Milkiyas_Asefa
    Lead Guitar #Eba_Bogale
    Costume #Leli_Design
    Poster #Abraham_Birhanu
    Dop&editing #Bonney_wakjira
    Production #BW
    Director #Mati_Kebede
    Producer #Oboro_media
    *waan dhageeffatiniif hedduu galatoomaa hiriyoota keessaniif qooduu in dagatinaa warri channel keenyaaf haaraa taatan subscribe gochuun video itti aanu hordofaa.

Комментарии • 856

  • @ShelemaMirkena
    @ShelemaMirkena 17 дней назад +44

    Obboolleessaakoo bara baraa attii fafadhuu. Giduu galledhumaa farfanaa keetuu yesuusiimee deevoo kanumafaan sii jaladhaam. Hafurii Qulqulluun sii guteramee sii miti mee kaan akkas garaa nuu mogesuu. Isa sii keessaa yesusii devookoo Isaa sii keessaa kiristoos naa jalachiseem❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @Bushajimma
    @Bushajimma 21 час назад

    waaqayyoo sii haa eebbisuu Dawwoo!!!!!!!!!!!!!!
    my father richly bless you !

  • @kifleayana7273
    @kifleayana7273 6 дней назад

    Farfannaa kanatti heddun eebbifamee. Ulfina isaa Waaqayyoo inni isin gargaare haa fudhatu. Waaqayyoo dachaa isin haa eebbisuu🙏🏾🙏🏾🙏🏾🙏🏾

  • @Hababoniguse
    @Hababoniguse 16 дней назад +5

    Ebbifaamii dave abba jechoota dilbii guutuu waaqayyoo baraaf jireenya kee haa ebbisuu ayyannii sirra jiruu baay'ee nama Ajaa'iba 😇😇😇😇😇❤❤❤❤

  • @Megersadubari
    @Megersadubari 14 дней назад +1

    Dawwaa koo gooftaa koo sa ebbisuu baay ee si jaaladha jabaadhu daadhabbiin kee gooftaa argaa abdii hin kutiin artiin dadhabbii qaba afaan maale nanmi nama bukkee dhabaatuu hin jiruu ati immoo nama dilbiin jechoota keessa jiradhuu jabaadhu nama akkaa kee waalda qabachuu ishee Ebbaa na ebbiifaami

  • @segniasrat7836
    @segniasrat7836 10 дней назад +2

    gocca jechuu naaf ibsaa mee🙏

  • @wilisa99
    @wilisa99 14 дней назад +2

    Always updated! Always cool music! Always powerful message! Always best video! You're blessed bro❤

  • @FiromsaaRegasa
    @FiromsaaRegasa 16 дней назад +1

    Wooowww❤❤❤❤ God blessed you Dave

  • @jesusistheway9499
    @jesusistheway9499 8 дней назад +2

    God is a compationate God, Yahweh said even if your Mother Forgets You I Won't forget You This song is the definition of this comment that I I just wrote Thank You Father your not limited you speak through everything and everyone ❤

  • @Derartu-c3q
    @Derartu-c3q 15 дней назад +1

    Hojinko adana nan dhaabne ayaanan hardha gahunkoo ❤❤❤❤

  • @Hachalutesfayeofficial
    @Hachalutesfayeofficial 16 дней назад +1

    Woow dave koo nuuf eebbifami qaxalee koo❤

  • @megersajeldu
    @megersajeldu Час назад

    farfannaankee baayyee natti tola eebbifami Dave.

  • @LataTamana-c5g
    @LataTamana-c5g 16 дней назад +1

    deva keenya nuu jabaadhu baay'ee si jaal'anna

  • @DesalegnMergiaw
    @DesalegnMergiaw 16 дней назад +1

    Dave ati adduumaam, maali faarfannaan si keessaa bahu kun , waaqayyoo ulfina isaa haa fudhatu.

  • @hailejira-bc7tt
    @hailejira-bc7tt 8 дней назад

    Ani jecha hinqabu waa'ee mucaa kana.dhugaa ayyaannike addadha bro eebbifami❤❤❤❤❤❤

  • @EbisaYonas
    @EbisaYonas 6 дней назад

    Dave God 🙏 Bless you more
    Bakka yaadde ga'i
    Eebbisaa sittin hin hir'atin
    Barabaraan eebbaaf ta'i

  • @DesalegnMergiaw
    @DesalegnMergiaw 16 дней назад +6

    Deva ko Baga nagaan nuuf dhufte , faarfannaa kee akka bishaanii dheebonna, akka biddeenaa beelofna. Faarfannaa kee yeroo dhibba yoon dhagahu hin quufu. Waaqa si nuuf kenneef galanni isaa guddaadha.

  • @GelasaMosisa
    @GelasaMosisa 12 дней назад +1

    dhugaa hin quufamu, utuu jaalalli kristos onnee qabachuu baatee jechi kun eessaayyuu walitti qabamuu hin danda'u. Gatiin kee waaqarratti guddaadha!

  • @lammiitube3173
    @lammiitube3173 16 дней назад +4

    ''Ol na waamte alaa
    An si faanan gala!
    Hin jijjiirtu amalaa
    Situ anaaf mala
    Atoo jaalala
    Si qofaan naa mala
    Atoo jaalala!!!!!!!!!!!''
    What a faarfannaa!! Blessed Deva!
    #Eebbifamteettaam!

  • @AmanuelAssefa-s1m
    @AmanuelAssefa-s1m 17 дней назад +1

    Dawwee eebbifamii jabaa mucaa gooftaaa❤❤

  • @DengeDenge-cc9ue
    @DengeDenge-cc9ue 11 дней назад +1

    Ammen Ammen ebbifamii

  • @LelstuAbera
    @LelstuAbera 17 дней назад +5

    Kun hubannaa hafuura qulqulluu is isa waaqayyo abbaan pheexroosif hubannaa kenneefin tokkoodha! Eebbifami❤❤❤

  • @FedasaBalcha
    @FedasaBalcha 3 дня назад

    Wow!!! Ammaa ayyaanichi sirra hafee haa jiraatu.

  • @Lalisa_Asefa_Official
    @Lalisa_Asefa_Official 17 дней назад +18

    "Nan gocca" yeroo walkukkuulan! Ajaa'iba'oo! Ati faarfadhu Daawwee koo! Ayyaanichi dachaan siif haa baay'atu! Nuuf jiraadhu, qaxalee koo!

  • @ShashoErgabus
    @ShashoErgabus 17 дней назад +3

    Dhugaa Waaqayyo bara baraan si ha eebbisu!
    Ati dhugumaan goota wangeelaa ta'uun sirra jiraata.
    Faarfannaa yesuus sif kenne kanatti baay'ee boqodhe!EEBBIFAMI!
    Dhaamsa koo:- Haalan isa " In madaalamtu" jettee faarfatte yesuusin faarfachuu in dhiisin itti fufi!.........🎉

  • @Cimdogidisa
    @Cimdogidisa 11 дней назад +1

    Ebbifamii

  • @SISAYGIRMA-nb3vo
    @SISAYGIRMA-nb3vo 17 дней назад +4

    ❤❤❤🎉🎉🎉Arrabni hamma iyyuu kanuumaan caala haa dibaamu ......Galatoomii An obbolleesaa kee SISAY GIRMA BONGA UNIVERSITY IRRAA

  • @DesalegnAshenafi
    @DesalegnAshenafi 17 дней назад +1

    Obboleessa jaalatamaa isa yeroo hunda giddu galli faaruu isaati kiristoos ta'e .Isa gatii fayyina keenya nu yaadachisu .ayyaanni siif haa baay'atu

  • @BirqooBirqoo
    @BirqooBirqoo 17 дней назад +12

    Ebifaamii Dave jechotaa abbaa dilbii❤❤🧡🧡🧡

  • @susikafiyalew1587
    @susikafiyalew1587 14 дней назад +4

    Dave gooftaan baaraa kee haa ebsuu erga guddaa offii keessaa qabaa oolaanii mottii koo moo'ii baaraan Ammmmeeeeen❤❤❤❤❤❤❤

  • @soolankebede3482
    @soolankebede3482 17 дней назад +9

    Wowwww Malidha jechoti si kessa bahani dhugaadha dhageefatamani qufamani Dave Ammayyuu Ayaana kana Isa siti kenne waaqni haa ulfaatu👏👏👏👏👏❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏

  • @kumanacho3034
    @kumanacho3034 8 дней назад +1

    Maal gurbittiin kuni akkam nama corti! milkaahii hafi, isa itti hafte sanaaf! eebbifami bro

  • @ShelemaMirkena
    @ShelemaMirkena 17 дней назад +8

    ❤❤❤❤❤❤Devookoo ayyanaa danuu siif gafadhee abbaa koo yesuusiin. Ba'een ebifamee

  • @YakobDamise
    @YakobDamise 17 дней назад +1

    Ebifamii hammalee kanaa callaa ayaanii waqqayyoo sifhaa bayyatuu dev koo

  • @JehovaJehere
    @JehovaJehere 17 дней назад +1

    Ebbifamteta Dave waqni si nuf kene ha ulfatu we love you bro

  • @Moti17Nemera
    @Moti17Nemera 17 дней назад +1

    Waawu jechoonni kee akka sibiilaa humna qaba❤🎉🎉🎉🎉

  • @DadiJima-yu3rz
    @DadiJima-yu3rz 17 дней назад

    Eebbifamii Dave Koo sii haa eebbisuu

  • @LidaCall-k7x
    @LidaCall-k7x 8 дней назад

    Ammeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen iyasus kenyaa keti Ammeen Ameeen ebbiifamii ebbiifamii

  • @ChalasheRebinasa
    @ChalasheRebinasa 4 дня назад

    Uuuuuuffee waqaayyoo Sii haa ebbiisuu Dave keenyaa umurii nuuf dheeradhu❤❤

  • @BikiltuBekele-n4t
    @BikiltuBekele-n4t 10 дней назад +1

    Ebbiiffami Daacha

  • @user-yf2sf3zg3r
    @user-yf2sf3zg3r 17 дней назад +1

    Dhugaa faarfannaa bareedaadha!
    Staayilii rifeensa keetis jaalladhera(m-feed)

  • @yesusgooftadhaa
    @yesusgooftadhaa 7 дней назад

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen ebifamii ebifamii dachanii kanumanii calaa Ayanii dibanii sibo fii suraanii ubanaa Ogumanii sii irratii haa dhagala'uu ebifamii ebifamii ❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @ayantu5728
    @ayantu5728 17 дней назад +5

    Uuufff ebbiifamii
    Namni haala ilaale na gana yeroo rakkinaatti
    Yoomillee garakeen ilaala abbakootim atii
    Midhamuunkoo garaa si raasee date dhufte naafii
    Situ boolla keessa na baasee fayyuunkoo kanaafii
    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @ObseYesus
    @ObseYesus 16 дней назад +3

    Dave abba jechaa dilbi dhugaa darbii farfaadhuu hadhokoo amalee❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ eebbifamii

  • @oboromedia
    @oboromedia  17 дней назад +28

    Please warri bubustanii feha jirtan tasgabbaa'a kanuma share godhaa.!

  • @AsfawYom
    @AsfawYom 14 дней назад +2

    Jecha hin qabu
    Akkan ani faarfannoota keetin ebbifamee, waqayyoo waaqarraa dachaa sii haa eebbisuu🙏
    🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @user-sy5wf5vd4m
    @user-sy5wf5vd4m 13 дней назад +1

    You're Blessed devo👏👏👏❤❤ wow😮 what a song! My family as whole blessed with this song 😍😍🙏 Waaqayyo si haa eebbisu, ayyaana isaa siif haa baay'isu, hamma dhumaatti si haa dhaabu🙏

  • @DuressaSamuel
    @DuressaSamuel 17 дней назад

    Uuffee Dev koo inni kanaaf si filate haa ulfaatu ❤❤❤❤❤❤❤

  • @SoresaTaye
    @SoresaTaye 17 дней назад

    Ameen Ameen waaqayyo bara kee haa ebbisuu

  • @HawiBusa
    @HawiBusa 16 дней назад

    Ammalle Waaqayyo Ayyanasaa siif haa bayisuu

  • @AmarechiTashoma
    @AmarechiTashoma 16 дней назад

    Ameen Ameen waqayyoo si haa Eebbiisuuuu❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @TsehayAyalew-jt6td
    @TsehayAyalew-jt6td 16 дней назад

    Ebifamaa ebifamaa ebifamaa ebifamaa ebifamaa ebifamaa ebifamaa ebifamaa ebifamaa dawiti girima buaa adunyaa

  • @genettesfayeaga4843
    @genettesfayeaga4843 10 дней назад +2

    Waaqayyoo si haa ebbisuu farfannaa aja'ibaa ti 😍😍😍 🥰🥰

  • @chaleidosaofficial7794
    @chaleidosaofficial7794 10 дней назад +1

    Mucaa dibamaa nana! Waaqayyo baroota kee hafan ha eebbisu. Jabaadhu!

  • @imanekumaleephisamucaakaku5780
    @imanekumaleephisamucaakaku5780 14 дней назад

    Ameeeeeen Ameeeeeen ishoooo dacha nuf Eebbifama 🎉🎉🎉

  • @fmasiiyoutube8238
    @fmasiiyoutube8238 12 дней назад

    Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen Ameeen ebifamii dev

  • @HanaFekadu-cm4ec
    @HanaFekadu-cm4ec 17 дней назад

    Woooow❤❤❤❤❤ namaa Eebbiifaamaa naan❤

  • @ChaliGeneti
    @ChaliGeneti 15 дней назад +1

    devakoo waaqayyoo ayyaanasaa dachaasaa siif haa baay'isuu❤️👈
    baqqaa sababa maleen si jaalladha❤️👈

  • @soresa928
    @soresa928 17 дней назад

    WoooW dawti bayyee bareeda dhugaa cima nama

  • @YerosanBekela-c7f
    @YerosanBekela-c7f 16 дней назад

    Dava koo hadholle koo waaqayyoo sihaa ebbisu ❤❤❤❤❤❤

  • @EbisaYonas
    @EbisaYonas 6 дней назад

    Hojiinkoo addana nan dhaabne;
    Ayyaanaan har'a ga'uunkoo*3
    Ayyoon koo iyyuu akkana naan taane;
    Sitaanaan tabba ba'uunkoo*3
    Eebbifami Davo

  • @boniishaneewallagga2547
    @boniishaneewallagga2547 17 дней назад

    Ameeeen ameeeen ameeeen ameeeen eebbifamii dachaa ❤❤❤❤

  • @firanbarniguse4765
    @firanbarniguse4765 17 дней назад

    Eebbifami Deviyyee ati nama jabaadhaa

  • @diribsadereje5574
    @diribsadereje5574 10 дней назад +1

    Guddaa eebbifami Deva..hamma dhumaatti faarfataa hafi❤❤❤❤❤🎉🎉

  • @DąăňijįfAbdīīñJĭïřæ
    @DąăňijįfAbdīīñJĭïřæ 8 дней назад

    Jabaadhuu Ebifaamaa koo Deva kiyyaa❤❤❤❤

  • @Abrahamman-w6z
    @Abrahamman-w6z 16 дней назад

    Faarfannaa ajaa'ibaati eebbifami dev ❤

  • @lotchel5416
    @lotchel5416 17 дней назад

    Kanii akkake nufaaa bayisuu waqayyoo ❤❤❤❤❤❤🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @KisiBelay
    @KisiBelay 15 дней назад +1

    ❤ eebbifami
    Sirritti haa roobu ammayyuu eebbisaa inni yaaee hin dhumu

  • @simboambo
    @simboambo 2 дня назад

    Amenii galatomii jabadhuu

  • @SirnesaDamaksa
    @SirnesaDamaksa 17 дней назад

    Woooww Dave amezing

  • @dooniimedia3153
    @dooniimedia3153 17 дней назад

    Wow Amezing songs

  • @iyobhirko1150
    @iyobhirko1150 17 дней назад

    God bless you!! Dave

  • @MulerBikila
    @MulerBikila 17 дней назад

    What is the song OMG good blessed you ❤

  • @EboWasanu
    @EboWasanu 12 дней назад +1

    ❤❤❤ Gochaan kee garaa naa nyatee mee maliif kana naaf tateeee Ameeeeeeeeen❤❤❤❤❤❤❤ dhaltuu motumaa isaa sii yaa tasisuuu Eebifaamii

  • @KemalHasen-x1i
    @KemalHasen-x1i 16 дней назад

    Deevoo eebbifami!

  • @adugnamiressa1511
    @adugnamiressa1511 17 дней назад

    Wow adduma dhugaa eebbifamaa namaa

  • @Elfugosa
    @Elfugosa 17 дней назад

    Ebbifamii Dave❤️❤️❤️❤️❤️

  • @user-oe7rn4dj9v
    @user-oe7rn4dj9v 14 дней назад

    Uuuufaayyii ebbifam

  • @rabumabirhanuofficialtube4767
    @rabumabirhanuofficialtube4767 15 дней назад +1

    Wow amazing 😍
    Deevaa🌺✅🥰

  • @toolashiisoorii7687
    @toolashiisoorii7687 16 дней назад +1

    Wwwwooww kaana caala yaani sifaa baaytuu uuuufff ❤❤❤❤❤❤

  • @fureetube5651
    @fureetube5651 16 дней назад

    Yesuusin farfaachuun ni minya'aam❤❤

  • @kvif-g4i
    @kvif-g4i 16 дней назад

    Ameen Ameen wow wow ebbifaamii ebbifaamii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉

  • @obsee123
    @obsee123 11 дней назад

    Isa Eebbifame Deevoo🎉

  • @gemechuhaile4235
    @gemechuhaile4235 17 дней назад

    Amazing song ! God bless u 😘

  • @eshetudegefe5846
    @eshetudegefe5846 17 дней назад

    Uuuuuuuffffffffff!Qaaaliiiii namaaaaaa

  • @MitaHailu-k4h
    @MitaHailu-k4h 8 дней назад +1

    wowwww jiraadhu ayyaanni siif haa dabalamu ebbifami😢❤❤❤❤

  • @TadaloMindy
    @TadaloMindy 14 дней назад +1

    Jalatamaa koo ebifamii ayaanii dachaa sif ha dabalamuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @ShanbelDamise
    @ShanbelDamise 15 дней назад

    Dawwee keenyaa nuuf jabadhuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @megersabayisa4623
    @megersabayisa4623 8 дней назад

    # Eebbifami, Baayyee kuulteem atis kuuliidha .

  • @tolawaktaye904
    @tolawaktaye904 14 дней назад

    Ebbifamii, Dave

  • @WertTyuio-rv3wd
    @WertTyuio-rv3wd 16 дней назад +1

    Dawee goftaan baraakee haebisuu dhugaa wananjedhundhabee dhagefadhee qufuu ndadhabee kanumaa caalaa ayyaanii sifii hadabalamuu dhugaa

  • @Biirqeetollaa
    @Biirqeetollaa 3 дня назад

    Wow wow Ebbifami ❤❤❤❤🙏

  • @GutuDereje7
    @GutuDereje7 17 дней назад

    God bless you Dave koo! 🥰🥰🥰

  • @daad9981
    @daad9981 13 дней назад

    Ebifamii ebifami barii kee haa ebifamuu ❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @dawitbirane1547
    @dawitbirane1547 16 дней назад

    Waaqayyo guddaa si haa eebbisu Dave.

  • @FireezargulumaaFiriiqanani
    @FireezargulumaaFiriiqanani 17 дней назад

    Ebbifamii jabaadhuu

  • @BikoTesfu
    @BikoTesfu 17 дней назад

    Faarfannaa fi faarfataan walitti ba'anii

  • @robagemechis7006
    @robagemechis7006 17 дней назад

    Si jaallanna jabaa keenya

  • @xumuriirabumaa6429
    @xumuriirabumaa6429 15 дней назад +1

    Wowow ajaa'ibaa dhugaa ebiifamii dachaa devo🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤

  • @Yonas-k7y
    @Yonas-k7y 17 дней назад

    Jiraadhu jabbaa keenya