Nama Wol-faallessee maa uume Rabbi? Shii'aan eenyu? Imaamman 12 Shii'aa eenyu? Shii'aa gosa meeqa?
HTML-код
- Опубликовано: 21 окт 2024
- Nama Wol-faallessee maa uume Rabbi? Shii'aan eenyu? Imaamman 12 Shii'aa eenyu? Shii'aa gosa meeqa? Shii'aan gosa meeqatti qoodaman? Seenaan shii'aa jalqaba eessaa ka'e?
Umarulfaaruuq Sheikh Aliyyii.
Mashallalaa mashallalaa mashallalaa raabbiin umuurii keessaan nuuf haa dhereesuu ustaaz keenyaa galaatoomaa
Al hamdulillah Alla nihmatii islam😢🎉🎉🎉❤❤❤
Jazakumullahu keiran Yaa Ustaaz!
Rabbi beekumsa irraan beekumsa isiniif haa dabalu.
Itti nuu fufaa! Baarakallahu fuukum.
Galatoomaa ulfaadhaa Jazaakallaahu keeyran.
Insha allaah barnoota hawaasa keenna fayyadu hedduu kallattii kanaan dhiheessa. Namoonni haaraan baga nagayaan dhuftan. Rabbi woliin nuhaa milkeessu.
sallaallaahu Aleeyhii waassaalllm sallaallaahu Aleeyhii waassaalllm
Saallaallaahuu Saallaallaahuu waassaallaam Wale'ykumasalami waabarakaatuh wabarakaatuuhuu Rabbiin isin irraa haa jalatuu jazakallahuu kheeyraan barakallaahufikum usatazii qallii nama ❤
Dhugaadha ammayuu jiru ummatni Amaantaa yaziidi jedhaamuti amaanu.Garmaamiti argee.subahanallah
Ok insha'Allah itti fufaa jzkl rabbii isiniraa haa jaalatu
biyyaa kenyaa seente jedhani ufirraa baruu barbaachisa ummata fitnaa kana
Dhugaadh Subaanaa Allaa
Sallaallahu Aleeyhi waaassaallam
جزاك الله خيرا
Ustaaza kiyya rabbi issn irra haa jaalattu jaalattu ❤❤
Aaaamiiin Aaaamiiin jazaakumullaahu kheeyran baarakallaahu fiikum
S A .W
Ws wr wb
Sallallaahuu Aleeyhi Wasallam
Sallallaahuu Aleeyhi Wasallam
Sallallaahuu Aleeyhi Wasallam
❤❤❤❤❤❤❤
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته الصلاة والسلام على رسول الله صلى الله عليه وســـــــــــــــلم مرحبا بكم يا ٱستازنا الله يحفظك
🎉🎉🎉🌹🌹🌹🌹🕋🕋🎁🎁👑👑👑
Jazk galatoomaa ustaz ni dhaggeeffanna hundasayyu
Galata irraa hafaa jzk
Galaatoma waan barachuuf naa dhibee turee
Wl wr wb bagaa nagan dhuftan❤❤
As wr wb jirtuu nagumaa ustaaza kiyya qaalii
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wan walaluman ummata kenna gote walh 😢 shia tana ummata ganama ila hara’a kuno subhan allah
Miishkuuraajaaazahaakeranii😂😂😂😂😂😂ishaallaa❤❤❤❤❤
Ws wr wb ustaazuna jirtu baga nagayaan nuuf deebitan gama RUclips tin isiin eegaa turre
Mashaa Allah wallh rabbiin issinira ha jaalatu Wa’ee imamu mahdi san ahlu sunnah wajama’an Mahdin isa guyya qiyama dhalate dajjala ajessu jedhani jedhu dhugadha moo
Kan dajjaaliin ajjeessu nabiyyallahi iisaa ibni mariyami samiiraa tenna akka ahla sunnati akkkasi
Ust Aswrwb jkl kerrani Ani issani biraa dallagga mee akkam ni ta a
Sheeka Amma Husseen ini jarrii shi,aa jedhaan kun ilmaa faxumaa intaala Nabitti jechudhaa?
Ee isuma Radiyallaahu anhu
𝐒𝐚𝐥𝐥𝐚𝐥𝐥𝐚𝐚𝐡𝐮 𝐚𝐥𝐞𝐞𝐲𝐡𝐢 𝐰𝐚𝐬𝐚𝐥𝐥𝐚𝐦 𝐰𝐬 𝐰𝐫 𝐰𝐛
❤❤❤❤❤❤
❤❤❤