Размер видео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показать панель управления
Автовоспроизведение
Автоповтор
yeesuus Dhufee garaa kooSaaqqattee seene laphee kooLubbuu koof jireenya labsee Waanjoo du’aa Narraatii CaabseNamummaa moofaa cubbuu dhaalameEenyuummaa du’etu narraa kaafameAbbaa koo biraa teessoo argadheeraYesuus kennaa koo jedhee faarfadheera Yesuus badhaasa abbaa Yesuus qaali kennaa koo Yesuus isaa naaf du’e Yesuus fure lubbuu koo Iddoon ture dukkana keessa, Ifaa dinqiin arg adhe karaasaaKan naaf Malu du’aa koo fudhatee fayyisaan koo Luba na baafateNa marsarsiifate Safuudha jaalalaa hojiin agar siiseeBantii waaqaa keessa Tola na teessiseKun rakaasaaf miti kan gatiin gadi Bu’eAn waan hin dandeenyeef du’a koo naaf Gorsaa dinqii ifa bara bara, tola isaanan ta’e uumama haara Abbaa wajjin dhiigaan na araarsee, ofii baachuuf waanjoo narraa kaaseBirmaduu na baaseSafuudha jaalalaa hojiin argisiiseeBantii waaqaa keessa Tola na teessiseKun rakaasaaf miti kan gatiin gadi Bu’eAn waan hin dandeenyeef du’a koo naaf Namummaa moofaa cubbuu dhaalameEenyuummaa du’etu narraa kaafameAbbaa koo biraa teessoo argadheeraYesuus kennaa koo jedhee faarfadheera
ABBAAKOO BIRA TEESSOO ARGADHEERA💪❤
Gallanni waaqayyoof haa ta'u
Voice of salvation ❤❤
Wow waaqayyoi sinaagargaruu ammas caalatti itti fuftanii akka hojjetaniif
Waqayyoo bara Keesan ha ebisuu ayanii waqayyoo isinif ha bayatuu ❤❤❤❤❤❤Bayee Bayee Ebifama ❤❤❤❤❤❤
Waw! Special songBlessed
Ebbifaamaaaa❤❤❤❤
bless you amazing song and sound quality
Ayyaanni isiniif haa baay'atu....Baay'ee nama eebbisa.
Faarfannaa❤❤
Waqayyoo isin haa ebbiisuu ❤❤❤❤
Wwwwwwoooooo uuuuuuuuuffffeeeee ameen ameen Eebbifama
Eebbifamaa!Faaruu Ajaa'ibaati
Blessed❤
❤smart song❤❤❤❤❤❤
Ebbifama faaruu dinqidha 🥰🥰
Eebbifamaa ❤️❤
Waqaayoo bara keessaan haa eebbisu❤❤❤
our sound quality is truly impressive the clarity and balance showcase your professionalism. It’s evident you’ve mastered the art of producing great audio. Mulata and crew did great job
????
wawoBlessed ❤️
Eebbifamaa
Stay blessed ❤❤
Stay blessed
Baay'ee Eebbifamaa ❤
Amazing Farsaa dhugaa isin
Nice melody
Oow its amazing ebbifaama❤
እግዚአብሔር ዘመናችሁን አብዝቶ አትረፍርፎ ይባርክ❤❤❤
Amazing ❤
I can’t wait 😮
❤❤❤eebbifama
Isin eebba keenya dhaa❤🙏
Eebbifamaa😍
Eebbifamaa ❤❤❤
🥰🥰🥰 eebbifamaa
Eebbifamaa🥰🥰🥰🥰🥰
Ebifamaa ❤❤
WOW ❤❤❤
❤❤❤❤
♥♥♥♥♥♥
❤❤❤❤❤❤
Eebbifamaaa❤
Blessed ❤
yeesuus Dhufee garaa koo
Saaqqattee seene laphee koo
Lubbuu koof jireenya labsee
Waanjoo du’aa Narraatii Caabse
Namummaa moofaa cubbuu dhaalame
Eenyuummaa du’etu narraa kaafame
Abbaa koo biraa teessoo argadheera
Yesuus kennaa koo jedhee faarfadheera
Yesuus badhaasa abbaa
Yesuus qaali kennaa koo
Yesuus isaa naaf du’e
Yesuus fure lubbuu koo
Iddoon ture dukkana keessa, Ifaa dinqiin arg adhe karaasaa
Kan naaf Malu du’aa koo fudhatee fayyisaan koo Luba na baafate
Na marsarsiifate
Safuudha jaalalaa hojiin agar siisee
Bantii waaqaa keessa Tola na teessise
Kun rakaasaaf miti kan gatiin gadi Bu’e
An waan hin dandeenyeef du’a koo naaf
Gorsaa dinqii ifa bara bara, tola isaanan ta’e uumama haara
Abbaa wajjin dhiigaan na araarsee, ofii baachuuf waanjoo narraa kaase
Birmaduu na baase
Safuudha jaalalaa hojiin argisiisee
Bantii waaqaa keessa Tola na teessise
Kun rakaasaaf miti kan gatiin gadi Bu’e
An waan hin dandeenyeef du’a koo naaf
Namummaa moofaa cubbuu dhaalame
Eenyuummaa du’etu narraa kaafame
Abbaa koo biraa teessoo argadheera
Yesuus kennaa koo jedhee faarfadheera
ABBAAKOO BIRA TEESSOO ARGADHEERA💪❤
Gallanni waaqayyoof haa ta'u
Voice of salvation ❤❤
Wow waaqayyoi sinaagargaruu ammas caalatti itti fuftanii akka hojjetaniif
Waqayyoo bara Keesan ha ebisuu ayanii waqayyoo isinif ha bayatuu ❤❤❤❤❤❤Bayee Bayee Ebifama ❤❤❤❤❤❤
Waw! Special song
Blessed
Ebbifaamaaaa❤❤❤❤
bless you amazing song and sound quality
Ayyaanni isiniif haa baay'atu....Baay'ee nama eebbisa.
Faarfannaa❤❤
Waqayyoo isin haa ebbiisuu ❤❤❤❤
Wwwwwwoooooo uuuuuuuuuffffeeeee ameen ameen Eebbifama
Eebbifamaa!
Faaruu Ajaa'ibaati
Blessed❤
❤smart song❤❤❤❤❤❤
Ebbifama faaruu dinqidha 🥰🥰
Eebbifamaa ❤️❤
Waqaayoo bara keessaan haa eebbisu❤❤❤
our sound quality is truly impressive the clarity and balance showcase your professionalism. It’s evident you’ve mastered the art of producing great audio. Mulata and crew did great job
????
wawo
Blessed ❤️
Eebbifamaa
Stay blessed ❤❤
Stay blessed
Baay'ee Eebbifamaa ❤
Amazing Farsaa dhugaa isin
Nice melody
Oow its amazing ebbifaama❤
እግዚአብሔር ዘመናችሁን አብዝቶ አትረፍርፎ ይባርክ❤❤❤
Amazing ❤
I can’t wait 😮
❤❤❤eebbifama
Isin eebba keenya dhaa❤🙏
Eebbifamaa😍
Eebbifamaa ❤❤❤
🥰🥰🥰 eebbifamaa
Eebbifamaa🥰🥰🥰🥰🥰
Ebifamaa ❤❤
WOW ❤❤❤
❤❤❤❤
♥♥♥♥♥♥
❤❤❤❤❤❤
Eebbifamaaa❤
Blessed ❤
❤❤❤❤❤❤