Waldaan Makaana Yesuus Bara Keessanitti Maaf Adda Cabe?/kutaa 2ffaa - Keessummaa Mo'aa

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 31 окт 2024

Комментарии • 4

  • @Hanika10k
    @Hanika10k 3 дня назад +1

    Efreem konjo ❤ kessummaa Kee Bayyee Namatii tolu yeroo Maraa kan keessuumeesiituu dhugaa❤❤❤❤❤❤

  • @lensahunde3315
    @lensahunde3315 3 дня назад

    Waaqayyoo isiin haa Eebbisu gatii keessaniis innumti isiinif haa keennu ❤❤

  • @bayissadidi9394
    @bayissadidi9394 2 дня назад

    It is a knowledgeable and informative interview with a high profile wisdoms.
    Thank you, Rev. Yadessa Daba.
    You really do deserve appreciation and so much due regards.
    Wishing you a vigorous health and long life.

  • @abdifeyissa1415
    @abdifeyissa1415 13 часов назад

    Namnii bara aangoo issatti ykn gadaa ofittii hojii gaarii hojjeechuun dirqamaa! Garuu jaarsii baraa gadaa isaanii waa'ee dubbii waldaa Inxoxxoo waan oromootaaf murta'ee tureen haxxuummaa jaraan takaalamanii ,hundii isanii jechuun qeesooti oromoo yeroo sana seenaa fokkiisaa dalagaan.
    waan jarrii ittiin isaan xuqxee hin beekamuu. Addaa durummaan jaarsii kunii murnaa wayii wajjiin Ameeriikaadha wal waamaanii dhufaanii utuu oromoon dhugaa qabuu utuu dubbiin kunii irraatti hin mar'aatamiin, namootumaa muraasa qofaan mari'aatame gara dhiifamaa gaafachuuttii deeman. Beekii mannii murtii yeroo sanaattii mannii murtii qaabeenyi jaarri ittiin isan falmiite qabeenya waldaa makanaa yesuus tahuu fi Afaan oromooni keessattii akka waldaa sanatti waaqeffamuuf murtii jabaa kennee ture. Isaan garuu muriicha achii dhiisanii deebisanii nutuu balleesse jechuun, Naafxanyootaaf millaa dhiiqanii gadii jedhaanii guggufaaniifii dhiifamaa gaafataanii deebiisanii qulfii waldaattii harkaa oromoo fuudhaanii warraa afaan Amaraaha dubbaataniif kennan. Kaayyoon jaraa Oromoo achii ariiyuu turee sanaas ittii milka'aan.
    Akkanattii dhalooti ittii anee dhufee waldaa Inxoxxxoottii ormaa tahee akka galtuuttii ilaalamee ari'aatame. kabajaas dhabee, mirgaas dhabee. seenaa baayyee jibbisiisaadha. Seenaa gurraacha. Namootii keenya gurguddoodha jennee yaadnu kunii haxxuummaa hin qabaan, miskiinummaa, Gowwuummaa, Alanfaatanii ilaallachuu dadhaabuu hin qabaan.. Qeesiin yeroo muraasaf Ameerikaa dhaqanii akka hojii dhabaanii baayyee akka dhiphaatan dubbaatan,garuu jireenya qanaanii jiraachaama achii ga'aan beeki. Hojjeettoonnii waldaa Makanaa yesuus hagaa yoonaa Finfinnee keessa koddaa fanniifatee hojiif oliif gadii jooraa jira sababaa isaan bara gadaa isaani utuu haala hin mijeessiin waan darbaaniif. Dhalooti duubaan dhufaan rakkoo cimaatti dhufee. waan hundaafu bagaa jiraattanii dhuftaanii Oromoota amantoota sharaa keessa taa'ee magaalaa Finfinnee keessa jiraatu bagaa dhuftaani argiitan. Kanaatti baayyee gammadee.