Kiristoos moo Bishaan

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 22 янв 2025

Комментарии • 6

  • @debebedame7909
    @debebedame7909 3 года назад +1

    hojiin Waaqayyoo dinqiidha Waaqayyoisin haa eebbisu Mucaan kun sana dura humna Kiristoos osoo hin taane humna bishaanitti amanee jira Yesuus namoota hedduu dukkana keessaa gara ofitti Waamnaan RAAJONNI SOBDUU FI BARSIISONNI SOBDUUN saba fayyeera jedhee Waldaa keessa taa'u DUKKANATTI deebisuuf bishaan,Zayitii,Ashaboo,Biyyoo,Saamunaa fi Sooftiidhaan Morsiisaa turte AMMA GARUU Gabaa keessaa galaa jiru.

  • @asteermitiku3299
    @asteermitiku3299 17 дней назад

    Hojiin waaqayyoo addaa maaltuu isaa dangessa ameen

  • @LalisaAssefaOfficial
    @LalisaAssefaOfficial 3 года назад +1

    Dhuguma Kiristoosiin lallabnaan jireenyi jira. Baga milkoofte, obboleessa koo!
    Hamma dhumaatti dhuga-baatuu Isaa ta'i!
    Lubaa, Waaqayyo kana caalaatti dhimma isinitti haa ba'u❤

  • @merrykadaba8837
    @merrykadaba8837 3 года назад

    Wawwoo