Atti midiya iraa dhuftee hin boyiin nu wori biyyaa nama mana nama kessa jiruu kopha kenna dabarasa jiraa garuu akkati hin boyiin obsa qabadhu rabbi jireenyaa kee siif haa bareechuu
atis amma intala arsiii jedhamta ka iccitii takkiti qabachu hin dandenye isin lachuu takkuma wajjin nyaatani wal nyaatani wolhi baguma hiriyaa shamara hin qabatiin yoo nama kabaja qabuu tate amma booda dhuftee asirati hin nyaakisin ol deebi'ii gara golo keeti jarsaa dadhaba waan qabduf male dhiiraa arsii isa dhugaa osso ta'ee qataa asiraa manati ol si deebisa
Dhisii Rozii Abshir jechaa namaa irraa hin kahatiin Rabbii jedhii yeroo Amaa jarssaa ofii fi matii ofii malee namanuu nama hin barbachisuu Anii gamaa kiyyaan hiriyyaa hin fedhuu hin qabusii Alhamdulilah ❤❤❤
Roziyee tiyyaa maaloo hin boyiin ammale hin argaata inshaa allah wlh ani yoo atti botuu imaman na keessaa dhabatu kulaan ammoo dhisii ni martee isin yoo qaxuu akka waayi godhaati wlh na arsite ana tufaadhu bira tari atti ishi
As wr wb Rozayyee pls hin boyin ilmo faida tan guddattu Rabbiin siif haa kennu Rabbiin waan fedhe hojjatta ati gana intala xiqodha ilmanifi risqis bayyise Rabbiin siif haa kennu obaletti tiyya ta akira ani soshal midima kanaratin sibeka garu heddu takkan si jaladha bareeddu tiyya narra hin boyin abba mana keti bira sihagessu amumatti ilmos tan gudattu sif hakenu.ani guyya ati dura dhufte akkanatahe ilmon narra shafa tahe jatte heddu takkan booye si walin if qabu dadhabe ila hanga xumura video sani booyu ture.yero heddu sin hordofa kessafu erguma herumte boda si hordofu ture bayinan jabadhu obsi hin bain ok ukti tiyya Qurana qarai duai godhadhu waahe nama itti dhisi firra ani gamachu tetin arku fadha ok bulti te jabefadhu.
Atti midiya iraa dhuftee hin boyiin nu wori biyyaa nama mana nama kessa jiruu kopha kenna dabarasa jiraa garuu akkati hin boyiin obsa qabadhu rabbi jireenyaa kee siif haa bareechuu
Aww mucaankee shafa 'aa siiftaati waandarbe dhiisi rabbi dachaadhaan bakka siifbuusa tolee jette jettee dhiisiitii hojiikee hojjetadhu asumatti dhaabi ati waa'ee namaa atidhiisi tuffadhuutii ishiin haalafallaftuu ati nama abbaa manaa qabudha ofkabajii taa'i oduu dhiisi
Abshir roziyee rabbin aba mana ketin yeroo dhihoti wal isin ha garsisuu inshallaaa😢😢😢😢😢
Rozaa dhisii wayee kulanii atii namaa kabajaa qabuu ani si jaladhaa❤❤
Kuulaniin Khabajaa Hin Qabuu Jechuudha Gaa 🤣
Roza habibati hin boyin qali rabbi SI kenna botee rabbin uffiti hin arsin obsi rabbi Abba mana keti woli SI haa debisu inshallah ❤😢
Rozaayyee Sabriif sabaata rabbi siif haa kennu ilma akka imamu Ahmad rabbiin siif haa kennu atis akka hadha imaamu ahmad jabdu sihaa godhu rabbiin ilmaan gagarin si haa badhaasu obsi qaalii tiyya❤❤❤❤❤❤❤❤
Abshirii watii rabinii sifdabarsee kairumafii hamalee ilmoo barakaa rabinii sifakenuu❤❤❤❤❤
Roza wolh sii jaldha hedu garu Ani ijole shashamne eti sii argu fedha naa dubisi lakofsaa koo sii kayye turee 😢😢😢😢❤❤❤❤
Roozii bareedduu kolfaatu sirraa tola malee imimmaan sirraa hin tolu Wollah
Jabaadhu giiftiikoo
Gorsaan obbolumaa garaa madgidaa demii qara'ii nama gagarii baratuu dandataa demii qara'ii hagaa jarsii kee qarii yero walakaa achatii dabarsii tete hiyadiin❤❤❤❤❤❤❤❤❤
As wr wb . Abshi.Roza.too..Rabbii .obsaa.sii.haa.kenuu Abshir abshir 😢😢😢😢😢😢😢
Halkaan 6ti ergaa madami raftee bodaan video kee lale rozaye ❤️💚♥️🙏
Maasha Allah lubbuu hedduu sijaaladha Rabbiifi jecha ❤❤❤❤❤❤
Waayeemaa kuulnii jeedhaani saan nuraa dhisii qaali kaanfi jeetee hin booyini roziyee
Abshir ruuhitiya rabbiin shaafii jaanta sii goodhuul😢😢😢
Ashirii rabbii jiraa ishaalaa maloo hin. Boyiinii 😭😭😭😭🤲🤲🤲🤲🤲🤲
Ya rozaa tenyaa oblytii too rabbii yaada muradaa kee siif ha guutuu Wayee nama ofira itti dhisii ati nama qalidhaa❤❤❤
Abshii Lubbuu wanaa hudaf alhmdulilah jedhii kan rabituu calaa 🥰🥰🥰🥰❤❤❤❤
Rozaa abshiir humaa miti hundiinu ni darbaa atii dhisii wlh rabbin siif ha kennuu da,iimaa inshaalla ani takka comneti siif hin barresine jabadhuu wlh siiti hin dhaga,aamin
Roziiye hin yadiin rabiin Kan sif tauu sif kenaa hin boyiin ❤
Piranki kana nura dhisa Roza ykn idoo wali wasafaa dhuke wal iraa kasa 😂😂😂😂😂 video nu waraba gafa wal tumtanu mo taka kolfina 😂😂😂😂😂😂❤
😂😂😂😂 umanii midiyaa kunii hin kijibaa baar😢
Hojii kee nyadhuu ❤😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@@Oromiyaajituubadhatuu
Eye ka lubu malakni wan nama gone qabdu nu gowan jaluma tenye sher koment gona dhuga sena bonya sobum
😄😄😄😄😄😄😍😍💔💔
@@AishaaAishaa-
Bar lubu sobum malaqafi
😃😃😃😃😃😃💜💜💜💚💚💚💋
Hin sobdii hundiiseyyu rozanis sobde afanin lafalaftii sobde adama batte iyyutti katte😂😂😂
Rabbii.sii.haa.dabarsuu.kana.callaa❤❤❤❤❤❤
Abshiirii Rozaa lubbu tiyaa rabii bakaa sii haa busuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
As wr wb rozaayyee sabriif sabaata. Rabbi. Siif haa kennu ilma akkA imamu Ahmad Rabbiin. Siif maashllaa maashllaa ❤❤❤❤❤ lkoosa kee kesn biilla
Abachiir inshaallah Allah wont hunduu yeroo isaa egataa. Abachiir inshaallah Allah 🥹🥹🥹🥹🥹🥹🥹
Asiraa dhuftee hin bohin rabbii jedhii
Abshir lubbu tiyaa Rozaa ❤Rabbiin qabtaa bakka siif habasuu 😢😢😢😢😢😢😢inshaa Allaah
Wolhi Ani si wolini boye qaali too itti dhisi baqa❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢😢
Razaa Alhamdulilah jedhii kuni ketii mitii wani rabbini fudhaate itii gadiini Amaa argaata rabbini isini Haa kenuu ishaala
Ruzaa Amala qabeti koo Abshir kani darbee iraa kani dhuftuu Callaa wali Araramaa rabii jedhatii😢❤
Namnii waan dalaaguu qabnee daalagaa naamaa goodhaataa kaleesaa waajii nyaatee ardhaa moo asii yaatee waalii nyaatii isiin laachuu dimaanii miitii naamaa gurgudaa
Masaah Allah ❤❤😢😢😢😢😢
Abshir rabbin ammalle ni qaba dacha dacha siif kennu lakku lakku wlhi inshaAllah ❤❤❤❤❤❤
Atii maliif asiiraadhuftee bohaa oltaa yaa razaa dhiisii rabiin nagayaan siihaafiidu jarsakee kulaniiwajiinius wahedu dabarsiitanii asiiratii batanii walii hiinarabsiinaa biismiilahii namnii wajiinyate akanagodhatu ilmos tashaafaa siihaagodhu ilmo niiqabdaa joluman dhalatee allhamdu liilahii jaiii
Rabbiin ilmoo itti gammadduun siif haa kennu
Obsii homa Rabbiin fedhee😢😢 kan shafiyaa sif tatuu😢😢 wollah kulanii Rabbiin yoo sodattee rozaa hintuqqiin😢😢😢😢
Rabbi ammasi sifi keennaa ishallaha
Abshiir lubbuu tiyya roozi wollah waan hundaafuu Alhadulillaah jedhii rabbiin ergaa isi sirraa fudhate taa isi caaltu siif keenna Alhadulillaah jedhii saalataa kee Saalati Du'i godhadhuu qalbii tee hin cabsin rabbiin homaafi siif Keene sirraa fudhate rabbiin namaa ofi jaalatuu waan hundaanu fatana wallah Alhadulillaah jedhii🥹💔😭🙏
Nutii ujolleen balee sidaa sidhabna kalaas ❤❤❤❤
Waqaa tuu sifii kenee fudhatee kanafii hin boyinii wanii hudumaa keessatuu waqaayoo galatefachuu dhaa roziyee ❤❤❤❤😢😢😢😢
Ws wr wb yaa oboletii akiraa raoza too Rabbii jedhii hin bohiniii😢😢😢😢 Rabbiin abbaa ofii jaalatuu fatanaa 😢Rabbiin yaadaaf muraada isinii haa gutuu ❤❤❤
W.wr.wb
Abshir hayyati.
Rabbin isni lachuu walif issin hagalchuu
Namnii akkanattii imiman busu kunii nama obsa hin qabne wallah nama dadafe aaru kanafu dhiiga sitti dhufe obsa godhadhu ukhtii akkanattii jajjabeysite hin hasaiin waee nama
❤❤❤❤❤❤ amshirii qalifii garii tiyaa bayee sii jaladha anii
Roozii bareedduu kolfaatu sirraa tola malee imimmaan sirraa hin tolu Wollah
Jabaadhu giiftiikoo 8:00
Anii sii jaladha yoo naa jalate jursa ketitii nagayanii sii haa galchu nanii jedhii mee damaa tiyaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Obsiii Lubbu koo Anii walyii ergaa dhaladhee boqadhee hin bekuu garuu ergaa erumee wagaa torbaa gayeraa ilmoo hin arganee inimaan kadhaa rabii kiyaa manaa kamii dhaqee waan meqaa naa jenii guruu inumaa obsee yonaa gayee rabiin sii kenaa inshaa aallh
Rabbiin sabrii siif haa keenuu ilmoos taa shaafii'aa siif haa godhuu obbolleettii.
Abshiir rabbiin siif kenna .nama meeqatuu jira Kani akka dhalli jiru hin argin rabbii kee galateefadhu.oke
Atii mabosaa kulii nanai gowaa sisee asiratii jiin bonii
Ati yoo jechaa namaa obsitee biraa hin tarree yoomu mataa sii dhukubaa waan shaarri fakaatee dhufeetu keyri sii ta'uu malaa obsii ishaa allaa rabbiin bakka sii haa busuu hin booyin
Mashalaa tibarakalaa ❤❤❤
Abshiri sanyiii Rabbumatu jiraa 😢😢hin yadin Lubbuu woliti isiin debisuu abaa mana keti inshallaa waa hundumaa kesati Allaamdulihaa jedhi Lubbuu
Ashii qalii yomillee sijalanna jchanamatiif bakka hin kenni nmni waan namaan jedhu hin dhabuu 😢😢❤
😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢😢Abshiri sanyii ufii rabbiin sii sabarsisuu.rozaa.kooo❤❤❤😢😢😢
❤❤❤ abshir habibti tiyya hin boyii Rabbii dachaa godhe sih kenna checha namatifi baka keninii
Abshir rozaye hundu ni darba hin boyin rabin ilma baraka ido sif abusu
Rabbiin obsaa sii haa kennuu Abshiir ❤❤❤❤❤❤
atis amma intala arsiii jedhamta ka iccitii takkiti qabachu hin dandenye isin lachuu takkuma wajjin nyaatani wal nyaatani wolhi baguma hiriyaa shamara hin qabatiin yoo nama kabaja qabuu tate amma booda dhuftee asirati hin nyaakisin ol deebi'ii gara golo keeti jarsaa dadhaba waan qabduf male dhiiraa arsii isa dhugaa osso ta'ee qataa asiraa manati ol si deebisa
Rozaa baredaa tiyyaa hin boyinii rabbii yadaa muradaa kee sii haa guttuu inshaallaah ❤❤❤❤❤❤❤
Abishir hayatii koo rabbin sii wojjin ha jirtuu qalii kooo
As wr wb ummataa nabii sallalleeyhii alleeyhii wassallamma ❤❤❤❤❤
Akkamiti sobani bohun danda'ame garuu 😂vikisi ija dibate moo baxiraqa wayi 😄
Well come roziyyee wl wr wb ❤😊
Wl wr wb ma pirankii nugadha jirtani mitii hojiikesaan nyadhaa wly 😂😂 nuttii aka isin wal wlolotan hin fenuuka 😢😢😢❤❤
Dhisii Rozii Abshir jechaa namaa irraa hin kahatiin Rabbii jedhii yeroo Amaa jarssaa ofii fi matii ofii malee namanuu nama hin barbachisuu Anii gamaa kiyyaan hiriyyaa hin fedhuu hin qabusii Alhamdulilah ❤❤❤
Wani hujiii ketii rozeeye bayee si jaalladhaa ❤❤❤
Sitii haaa kolfaani ol bahii bohii
Abshiir Ammallee Rabbiin siif kennaa Rabbirraa garaa hin muratinii
Ani heddu sii kabaja malif yo jeete atii jolee mana madam jirtuu heddu gorsitaa du.uyii nuufu gotta wanna akkan siira egana malee Wayee kulaani nura dhisii❤❤😢
Namni rozaa jalataan mati koo naaf ta'aa
Uuuuufff roziye my hubito qali Abashiri 😢😢😢😢😢😢
Abshir Rozaa, yoo namnii sii midhe iffira tuffadhu dhisii.
Habibiti tiyya .Ati kabiyyake manakekesa jiritu hadhagi abake wayixafeteti dhayixelalitu Alihamidulil jedhi nuti egabiyyabane wagameqahadhafi abakena abamana kenarafsgsne msnanamati rskomeqa dabarisi jira Ati biyate kesa jirita
😢😢😢😢😢😢😢😢😢akka atii botuu hin fedhuu wolayii yoo atii botuu anii boyee bekkaa wolayii bayee sii jaladha rabbifii jejaa hin boyinii kaa uuuufff 😢😢😢😢😢😢😢amshirii dima telee rabbinii taa shafiya haa godhufii😢😢😢😢😢😢
Roza tiyyaa jajabesituko gorsituko qalii kenyaa ❤❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤maashaa Allah Taabarikaallah ❤️ 🙏 ♥️ 💖
Yaa rozaa mee akkasiti hin boyiin uuuuuuuuffffffff botee nabochiftee 😢😢😢😢😢❤❤❤❤
Rabbiin Ilmaan gaggaarii siif haa kennuu
Aamshiri Qaaliitiyaa Rabbii taabiraa sihaakeenii😭😭
Rozii dhisii debisaa hin keninifii ziim jedhii ijaan ilalii ❤❤❤
Abshiirii Roziiyee❤ tiyaa
As wrwb ashiri roza hin boyi raabi faya sihakenu catu fayadha eshi ❤❤❤❤
Wly Roza to qalii anii hin rifadhee wly tiyaa ❤❤❤❤
Ilmoo shafa,aa rabbiin siif haa godhu
Roziyee tiyyaa maaloo hin boyiin ammale hin argaata inshaa allah wlh ani yoo atti botuu imaman na keessaa dhabatu kulaan ammoo dhisii ni martee isin yoo qaxuu akka waayi godhaati wlh na arsite ana tufaadhu bira tari atti ishi
😢😢😢 wiskin rozii gaaraa nama nyaataa waalhi amaala qabeeti intaala arsii kooti love you soomechi❤❤❤ roozii kaalsaa waalhii bayyee rifadhee piraankii akkasi nuti deebisinii
Hedun sii gabajaa araramii kulanin ❤❤❤❤❤❤
Ani bayyee si jaladha garuu boyichaa kana osoo dhiifte bayyee baredaa inni lamafaan misxiraa ke midiyaa irrati hin himini please 🙏
Obsii rozii maalif boota waanti hundu rabbii jedhee malee hin taatuu
As wr wb Rozayyee pls hin boyin ilmo faida tan guddattu Rabbiin siif haa kennu Rabbiin waan fedhe hojjatta ati gana intala xiqodha ilmanifi risqis bayyise Rabbiin siif haa kennu obaletti tiyya ta akira ani soshal midima kanaratin sibeka garu heddu takkan si jaladha bareeddu tiyya narra hin boyin abba mana keti bira sihagessu amumatti ilmos tan gudattu sif hakenu.ani guyya ati dura dhufte akkanatahe ilmon narra shafa tahe jatte heddu takkan booye si walin if qabu dadhabe ila hanga xumura video sani booyu ture.yero heddu sin hordofa kessafu erguma herumte boda si hordofu ture bayinan jabadhu obsi hin bain ok ukti tiyya Qurana qarai duai godhadhu waahe nama itti dhisi firra ani gamachu tetin arku fadha ok bulti te jabefadhu.
Lubbuu wayyee dima hin hasiin taa shafiyya isiin haa tattuu😢😢
Abashirii qaliito dhugaaketii R❤❤❤❤❤❤❤❤🎉 ishaallaah
Atii namaa jarsaa qabudhaa kanaf gad baatee namaf debii hin kenin jartiin namàa kabajaa qabachutuu gaarii jarsaa ketis hin dhaga ama isatii akasitii midiyaa ratii bosuu😢😢😢😢
Yaa rabbii ilmoo ittii harga galfatu kenifii
Heee.banee.pirakii.jeetee😢Rozaa.walhii.Bayee.aitii.rifaadheeyuu😢😢
Rooza miidiya irratti hin boohin garaan nun dandahu dalaga rabbi jaaladhu calisi obsi❤
Roziye ani lamuu si hin Ammanu kalesa wolhi naa bochifte❤❤
Roziyee dhisii kulaanini dhugaa dubachufii bultti teetii hinaaftee waayee isi kanaa bodaa dhisii ofii iyaa haa oltuu😢😢😢😢akaa talbaa ibidaatii naqaanii godhaatii subahanalaa 😢😢😢R❤❤❤Amshr bashashaa too 🎉🎉
Yaa roza duba ifuma nama tuyxe yerro namani debisa sif kenne yoo arte namanii arru duruma nama hin tune ok amumahii jecha dhiisi