Xiyyeeffannaa: Turtii Prof Hizqeel Gabbisaa waliin

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 18 окт 2024

Комментарии • 34

  • @hussenosman-lx8in
    @hussenosman-lx8in 3 месяца назад +1

    Professor umrii dheertu argadhu

  • @SaniiAliyyii
    @SaniiAliyyii 3 месяца назад +1

    An ha dhufu profesar iskel gebisaa ti fi yihun ingida welcamee

  • @NajjaashAhimed
    @NajjaashAhimed 3 месяца назад +1

    Hayyoota afeeruu
    Eegaluun keessan gaariidha garuu
    Hayyoonn oromoo roga maraa baayeedha waan ta,eef
    Hunda yoo isinii danda,ame
    Irraa nuuf afeeraa
    Galata guddaa wajjiin.

    • @arsiishaashee2169
      @arsiishaashee2169 2 месяца назад

      Hayyoota hundaa OMN affeeruuf qophii qabu, garuu hayyoonni oromoo bakka bakkatti facaatee jirti, ammas wolitti dhufuu hin dandeenye. Kana dura Dr husen kadiir as gubbatti dubbataa ture, amma garuu innis dhabamee jira

  • @batteo9045
    @batteo9045 3 месяца назад

    Thank you , Professor 🙏 ❤

  • @SisaayiiSisaayii
    @SisaayiiSisaayii 2 месяца назад

    Welcome baaga nagaan dhuftaani qaaliiwaankeenyaa ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @AhmedIbrahim-b7j
    @AhmedIbrahim-b7j 2 месяца назад

    Nais❤❤❤😂😂

  • @mlbmlb7150
    @mlbmlb7150 3 месяца назад +1

    Yooyyaa Baga Nagaan dhufta pirofeesar keenya qalii Rabbi umurii dharaa dhuu💖👏🙏
    Translate to English

    • @mlbmlb7150
      @mlbmlb7150 2 месяца назад

      😠😠😠😠😠😠

  • @AbdeAlo-y4g
    @AbdeAlo-y4g 3 месяца назад +2

    Wel come omn

  • @urjiioromia5833
    @urjiioromia5833 2 месяца назад

    Welcome pro .❤

  • @arsiishaashee2169
    @arsiishaashee2169 2 месяца назад

    OMN ijaaf gurra ummataa, nuuf jiraadhaa. Pr isqel hayyuu keenna baga nagayaan dhuftan❤

  • @sheikhyahyamohammed
    @sheikhyahyamohammed 2 месяца назад

    Waan haasawan laallalanii, Xi in Alanis, gadfageenyaan itti yaadanii dubbatuutu shaggaadha biyya anbbaa taanii waan biyya keeyssaa yeroo haasoofttan

  • @abdilubaaba6025
    @abdilubaaba6025 3 месяца назад

    Yooyyaa Yooyyaa ilmaan aayyaa

  • @SaniiAliyyii
    @SaniiAliyyii 3 месяца назад

    Baga nagan nuf dhuftan

  • @SaniiAliyyii
    @SaniiAliyyii 3 месяца назад

    Dhugaa keti hayuu kenyaa❤❤❤❤

  • @SaniiAliyyii
    @SaniiAliyyii 3 месяца назад

    Welcame omn ija fi gura umata

  • @jemal.hassen8736
    @jemal.hassen8736 3 месяца назад

    ትክክል ፕሮፌሰር ሀቅነው

  • @AbdiMerga-w7w
    @AbdiMerga-w7w 2 месяца назад

    Abdi merga Gobena Shure Horro Sanyii Abishe Garbaa Hurubaa Dhifamaa Yuunii Bilbilaa P/S Faantuun Qaanoo Gaalachii Textii Naa Godhii?????

  • @SultanAhmed-o8j
    @SultanAhmed-o8j 3 месяца назад

    OLA haa waaru👍

  • @AmarikYa
    @AmarikYa 3 месяца назад

    🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🎉🎉🎉🎉🎉🎉YAS

  • @aberakumbi7954
    @aberakumbi7954 3 месяца назад

    malimaal pro.Hezish qeeli biyyaa ej'ruf?

  • @naimahussein418
    @naimahussein418 3 месяца назад +1

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢🎉🎉🎉🎉🎉

  • @ejiguetana7169
    @ejiguetana7169 3 месяца назад

    Har'aayyuu kunoo rakkoo jiru dhoksuun coffee irratti jalqabn oduu fi xumuraa waa'ee WBOti shimallis ni booya.

  • @WariyoIbrahim
    @WariyoIbrahim 2 месяца назад

    Professor Arabnii kee daadhii haa dhuugu'. Umrii n kee haarrawa dhuuga keetii

  • @abbaagoolee4496
    @abbaagoolee4496 3 месяца назад

    Amaarri akka amaaraatti PEE PEE dura dhaabbate . 95% amaaraa harka wal-qabatee PEE PEE dura dhaabbate . Kan Oromoo 10% qofatu PEE PEE dura dhaabbate . Dhugaa waliif haa himnu .

  • @habtamutesfayeduressa8233
    @habtamutesfayeduressa8233 2 месяца назад

    Diinni Oromoo keessoo fo alaa Oromoo fi Oromiyaa balleessuf worra qabsaa'anidha. Jarri Itoophiyaa offin jedhu, jarri kaan Amaaraa ofiin jedhu. Lacuun saanii jibba Oromoo irraatti waliigalu. Jarri Itoophiyaa ofiin jettu worra Ormoo ofiin jechuutti qaana'u. Oromoo fi Oromiyaanis akka jiraatani hin barbaadani. Dhuagaan Oromoo akka hin mul'anneef Oromiyaa keessatti woranni akka itti fufu bardaabu.

  • @SaniiAliyyii
    @SaniiAliyyii 3 месяца назад

    Biyiti ganuma yo motuma Argate malee matuma maratatu bulcha jira

  • @SaniiAliyyii
    @SaniiAliyyii 3 месяца назад

    Motuman ofifuu shiftadha mal sabaf yada

  • @abbaagoolee4496
    @abbaagoolee4496 3 месяца назад

    OPDO n nagaa buusuu hin dandayu waan fedhe illee yoo tahe . Osoo OPDO n Oromiyaa keessa jirtuu , Oromiyaan nageenya hin argattu . OPDO n yoo nageenya barbaadde , bakka dhaloota ofii , ADET, TIGIRAY tti godaanuu qabdi .

  • @MitikuTulu-yn2vm
    @MitikuTulu-yn2vm 3 месяца назад

    🤮🤮🤮🤮🤮👹👹🥶🥶

  • @fikadukorme6078
    @fikadukorme6078 3 месяца назад

    Shamtot

  • @mlbmlb7150
    @mlbmlb7150 2 месяца назад

    Yeeroo Tokkoo video kee Mari ta'a Baqaa 😠 Naa Birraa dhufte Naguu Beenneeeeee