LAFA ONAAKOOTU MARGE | NEW LIVE WORSHIP | OROMO EVANGELICAL CHURCH OF TORONTO | WORSHIP TEAM | 2024

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 23 окт 2024

Комментарии • 46

  • @bizuayehuaboma4864
    @bizuayehuaboma4864 Месяц назад +1

    barrikee haafe haa eebbifamu fayyuukoo🙏🙏🙏🙏

  • @biniyamkekeba5910
    @biniyamkekeba5910 2 месяца назад

    God bless you all. Specially the one who lead the worship she is so nice.

  • @tsiontsion3938
    @tsiontsion3938 9 месяцев назад +2

    I wish I learn Oromo language from my Grandma nefisim aykerilign mezimurun sisema gin tirgumun alakewim❤❤ God bless you my family❤️

  • @GUGEE-MEDIA
    @GUGEE-MEDIA 9 месяцев назад +2

    Baay'ee bareeda dhugaa,garuu surree uffachuun fakkeenyummaa gaarii miti,kanaaf sirreeffadhu,eebbifamaa

  • @danielbayissa963
    @danielbayissa963 9 месяцев назад +1

    iIjjoollee akkam akkam namatti tola yeroo akkas gooftaaf aarsaa urgaa'u fi isa jiraataa gootanii of dhiyeessitan! Eebbifamaa hafaa!

  • @DAD_Tub
    @DAD_Tub 9 месяцев назад +1

    Eebbifamaa!

  • @ephremayele1
    @ephremayele1 9 месяцев назад +2

    Mee Maqaa Channaalii kanaa Oromoo irraa gara Afaan Oromootti jijjiiraamee Sababni isaa namoonni Oromoo hin taane garuu afaan Oromoo danda'an walitti qabama keessan keessatti akka argamanitti.

  • @dagnumelion4763
    @dagnumelion4763 9 месяцев назад

    eyesus ko ati wanduma kooti bara hamma baraati dhalonni ati dua olchite maqaa new haa galateffatu eyesus ulfinni hundi kan keeti !!!

  • @davelegese-v3d
    @davelegese-v3d 8 месяцев назад +1

    God Bless You.

  • @BurtuSadesa
    @BurtuSadesa 9 месяцев назад

    Waqeeffannaa bayyee nama eebbisudha garuu surree uffachuun Kee fakkeenyumma gaarii miti fuula aarsaatti

  • @Yesokoo-yr5ez
    @Yesokoo-yr5ez 9 месяцев назад +2

    Fayi ❤

  • @elisaayele6647
    @elisaayele6647 9 месяцев назад

    Eebbifamtukoo waaqayyo si ha eebbisu

  • @olifanshow-xq3hp
    @olifanshow-xq3hp 9 месяцев назад

    waaqeeffanna baay'ee midhagaafi jajuun waaqayyoo keessan argamudha

  • @olifenkena7319
    @olifenkena7319 8 месяцев назад

    ❤❤❤Gooftaan bara kessaan haa eebbisuu❤❤❤

  • @dagnumelion4763
    @dagnumelion4763 9 месяцев назад

    I'm blsesed fayine Aboma gofta ko isin haa ebbisu !

  • @fiqemanabuba5216
    @fiqemanabuba5216 9 месяцев назад

    isumaa sireffaadhaa dhugaa dubachunii firomaa hin kutuu jedhaa oromonii ebiffaamaa.

  • @amenutadessaofficialtube4451
    @amenutadessaofficialtube4451 9 месяцев назад

    Isa beekamee hin dhumne yesuusiin Faarsuun carroomuudha!

  • @TokumaBayeta-mq6yd
    @TokumaBayeta-mq6yd 9 месяцев назад

    Wow God bless❤
    Waaqayyo isiin haa eebisu❤

  • @jaletaTarefu-ed5lj
    @jaletaTarefu-ed5lj 9 месяцев назад

    Waaqayyo Bara kee haa ebbisuu

  • @ayantukedir7367
    @ayantukedir7367 9 месяцев назад

    Waaqayyo bara keessaan haa eebbisu

  • @Blaze_ca
    @Blaze_ca 9 месяцев назад

    Jesus Live with us

  • @adisu2022
    @adisu2022 9 месяцев назад

    EEBBIIFAMAA God bless all

  • @ChalaTadesse-qd3cw
    @ChalaTadesse-qd3cw 9 месяцев назад +1

    God bless you !❤❤❤❤❤❤

  • @JeoslxlslaDlxlslwlwlzz
    @JeoslxlslaDlxlslwlwlzz 8 месяцев назад

    Sureenti farfachuu kun 😢garuumaa qabamo 😢😢

  • @lalisedabalo5401
    @lalisedabalo5401 9 месяцев назад

    Tebarkee eebbifami

  • @Allinone-ne6ey
    @Allinone-ne6ey 6 месяцев назад

    eebbiiffamaa dhugaa

  • @sorinaabdisa960
    @sorinaabdisa960 4 месяца назад

    Haboo farfarannaa kana❤

  • @EbiseGezahegn
    @EbiseGezahegn 9 месяцев назад

    Ebbifamaa❤❤

  • @isoyeso.777
    @isoyeso.777 7 месяцев назад

    Ebbifamtanittuu❤❤❤

  • @Nubianmedia
    @Nubianmedia 7 месяцев назад

    Raajii dha! Waaqefanna Faarffannaa Afaan Oromoo Guutu isaa yoomuma hojjettu isinii ?

  • @firazn4742
    @firazn4742 9 месяцев назад

    Wow stay blessed ❤❤❤

  • @bikilalemmaofficial
    @bikilalemmaofficial 9 месяцев назад

    Fire 🔥🔥 holy ghost

  • @AmanuelMitiku-td7kh
    @AmanuelMitiku-td7kh 9 месяцев назад

    Ebbifame Fayyee😍

  • @DesuRebuma
    @DesuRebuma 9 месяцев назад

    Uffeeka nama boqochiisa

  • @EstephenAmanuel
    @EstephenAmanuel 9 месяцев назад

    wow EEBBIIFAMAA God bless all

  • @TigistuLamesa
    @TigistuLamesa 9 месяцев назад

    Waaaaw ❤❤❤❤❤❤

  • @Fedesanemomsaofficial
    @Fedesanemomsaofficial 9 месяцев назад

    Fayye amezing❤❤

  • @MbGk-gy2qj
    @MbGk-gy2qj 2 месяца назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @YosefJG-kl2ot
    @YosefJG-kl2ot 9 месяцев назад

    My God bless you 🙏🎉❤❤

  • @SamTufa-e3k
    @SamTufa-e3k 9 месяцев назад

    You are Blessed

  • @soresaaboma2153
    @soresaaboma2153 8 месяцев назад

    ❤❤❤

  • @amanuelarega-iz1yv
    @amanuelarega-iz1yv 9 месяцев назад

    Eebbifami

    • @SegniEjeta
      @SegniEjeta 8 месяцев назад

      Ebbifamaa dhugaa

  • @MelkamuAmante
    @MelkamuAmante 8 месяцев назад

    🙏🙏🙏❤❤❤❤

  • @bontubedesa
    @bontubedesa 9 месяцев назад

    Eebbifamii 🙏🙏💓

  • @ayantubirasa6600
    @ayantubirasa6600 9 месяцев назад

    Ebbifama ❤