umar kenyaa tokkocha oromoo mara baga lubbuun jiraatte! seenan kee ka hin dagatamne gumaachi ati oromoo hundaaf gootu lafa hin bu,uu yoo rabbiijedhe.umrii siif haa dheeressu.olaantummaan inshalla ta ummata oromoo haa tatu.
umar baga jiratte siifis bilbile hikaftu cufaafu baga jiratte ani mukhtar Muhammed Ali darge ka abbakara ilu warra darge shonka taphata kowasi luka ka dur tarsiini luka bitaatin taphatu
as wr wb ami jirita uariikena yokniobbolesa kenaa yookini karabiti nmani SINI JALANE HINI JIRUU SI ARAGU KETIFINI GAMADA GOTAA BALEE URI KE HANUDHERATUU
umar suleeymaan baayyee tokko sijaaladhaa umrii dheeraa nuuf jiraadhu
💪💪💪💪💪💪💪 jabadhuu lencca nama sanyii waqoo guutu💪💪💪❣👈💗
Umar Suleyman bagga lubuunuuf jiraatee jijiiramma Ummatta keettif dhufee argitee, namma qaamman wal argee waliin taphatu rabbiin nu haa godhuu. Isinis war [OMN] Barbaaddanee nuuf dhiyeesuu keessanii heduu gallatoommaa hojii gaarii dallaggaa jirtanii akkasummatti itti fufuudhan wareen haffanis akka nuuf dubiftan abdii qabnnaa galtoomaa !!
umer rabbiin guddaan umrii fi fayyaa guutuu sif haa keenu nuu jiradhu wani kee tareesse hin xumuruu hanguma beeku takkafi lama jedha umer jechuni ijaa oromootati ummata oromoo guutuuf nu jiradhu
Nufii jirhaa dhu dhigaa koo umaarii Suleiman
aw wr wb sabbona welisaa umar jabini kee hedduu ijoolee oromoo bonsaa kan jajjabadhuu nus jajjabesii sin jaaladha yoomif husen minnesota irraa.
Yoomi Laata
Walisaa umar suleyman asiti nuu arkamtee nuu sii arkachuf Gamachu guda nuu dhagahame jiraa omn heduu isin galatefana amale waraa hafanis nuu dhiyesu yalaa
umar kenyaa tokkocha oromoo mara baga lubbuun jiraatte! seenan kee ka hin dagatamne gumaachi ati oromoo hundaaf gootu lafa hin bu,uu yoo rabbiijedhe.umrii siif haa dheeressu.olaantummaan inshalla ta ummata oromoo haa tatu.
umar suleeyman dhugaa dubbatuu dhaaf baayyeen hedduun si jaalladha naaf jiraa sabboodha dhiira haati deette jabaadhuu nus jajjabeessi wallistoonni teenna isaan ijoollee oromoo sababa diinaatiin miidhamaa jiran akka bira nuuf dhaabbattan naaf jiraadhu umrii dheeradhu
Artist jaalatamaa fi kabajamaa ummata oromoo biratti kabajaa guddaa qabu umriiiiii nuuf dheradhuu sin jaaladha
umari baye si jaldha ana oliti rabi si ajaltu umuri ke nuf hadheratu
Somaya Somaya
umar
baga jiratte siifis bilbile hikaftu cufaafu baga jiratte ani mukhtar Muhammed Ali darge ka abbakara ilu warra darge shonka taphata kowasi luka ka dur tarsiini luka bitaatin taphatu
as wr wb saboona sabaa gootaa oromoo jabadhuu qeerroo oromoo jaalatama kabajama jaalatama siiii jaalana💔💓💚❤💋👍💘weey yaaa umar suleeyman insha allaah ni bariha akkanati hin hafuu insha allaah umar kenaa umrii nuf dheradhu jiradhu yomiyyuu billiisumadha badhasi kee
Umrii dheertuu akka HARRAAGESSAA rabbi siif haa kennuu
Sulee saba sin jaladha nuf jiradhuka. Sirbonii kee dhalotaa nundafuu hin ta'a ittii fufii sin jea. An qalla oromiyya godinaa borana moyalee iraa.
Thank you my Bro artist umar, suleyman
Saaboona umar suleeymani nu jiraadhu baayee si jaalana rabbi bilisumma si haa agarisisuu
fudhaa seelixaa👍👍👍👍👍
rabbii umrii sii haa dheresuu nuuf jiradhuu
Aswrwb urmii nuf dheeradhuu umar usleemaani sabonaa ormoo sii jalanaa biyyaa kenaa dhuftee simana hawasin sif godhee itti gammadaa ani sii hasimachuu ha dhabuu malee onnee koo heduu gamadee osoo biyya Ethiopaa keessa jiradhee sii simachuu koo hin oluu garuu karaa fagatee amas anaadhufuu gotaa ormoo fayyaa naaf ta,ii sii jalanaa
kutataa ilmmaaoromoo umarii suleyiiman siijalanaa
YAA OBBO UMAAR KEENYAA BAGA JIRTAA IJAANI SII ARGUU KOOTIF NI DINQISIIFADHAA MAALIF YOO JETAANI ANI YEROO DA'IMUUMA KOOTITTI WAAYEE KEE FI SEENA HOJJII KEETI DHAGAAYA GUDDAADHEE
SO YEROO AMMAA KHANAATI OBBO UMAAR QILLEESSA ADUNIYAA IRRAA JIRAACHUU KEETIF HEDDUU GAMMADEE SIIF
AMMAALEE HANGAA BILISUMAA NUTI ITTINI SII BAREEFI ATIS HAWWII QABDUU SANI IJJAANI ARGITUUTTI HOMTU SII HIN ARGIINI
GALAATOMII
HORII
BULII
umarii keenya umrii sii'fi dherresuu rabbiii
wow
tokkichaa akkaa kumaa umrii nuuf dheeradhuu
mashallah obbolessa kena umar suleyman rabin bilisuma siha Agra sisu ari isatin galatoma.3-16-16
Hi wwd
Mashala ala umar uslena rbinu uri kehadheresu
Nu jiradhu umar usuleyman galanni kee bilisumma ha ta'u
Umar sulyman horii bulii jalatam oromoo
aswrwb akkam jirta sanyi ufii wanti an isiniif dhaamu ummannii oromoo dhuma jira garamaleen maaf caldhiftan Ka.a wolkakaasa mee hin caldhisina amana rabbii
Jabadhaa oromoo hunduu ni bilisoomana
Akkas saanyii ufii umrìi nuuf dheeradhu
Bayye galatom aritisi umar nuu dhesu kessaniif
Bayee tokko nama mufachisa kilipiidhan mafii gadii dhifaminee yeroo bayyee wellee kee.hundafuu heddu issin kabbajinaa
Rabbiin Bilisumaa ijaan sii agarsisu.
Jaalataami kabajamaa Artist umar suleeyman baga jiraatte
Qabsaaya keenya Umaar suleyimaan jaabbadhu qabsoo kee itti haa fufu
Nuff jiradhuu
Umar Suleema, hedduu galatoomi, horii buli, bilisoomi!!!!!!!!
jiraadhaa itifuufaa umar suleymaa
Baga dhalatte.
Gudda galatoom I umee
Wa lekumi salami Waramatuu Waramatuu mshaallaa Alhu Akubarii
Goticha arsi Bale lenca nuf jabadhu
jabaadhuu
Leencaa OROMOO osoo gootni akka keeti billion tokko oromoof dhalatee bareedaa.
yaa lencaa oromoo Rabbiin bilisumaa sihagarsisu
Baga nagaya biya aba ke nafi galte
Kotta 2faa sin egachaa jiraa asumaan Galattoma
Umara sulyeeman umari dherattuu sif hawiin nu oromooni
Kan guyyaa har,aa 7/3/2015
Galatoma
Asasin asasa asasuma waya yaa bashadu ani beeku qal'ooto sii.arginan qalbiin koo akka jabbiiti na buuraqxi.
Bayyeee garriidhaa
Umuriidheeraadhuu-saboonaakenya
Jaabadhuu Umar
jirenyi kee siif haa dheeratu siin jedha.
nuf jiradhu umar
umriin kee haa dheratu
Thanksagainforall
as wr wb ami jirita uariikena yokniobbolesa kenaa yookini karabiti nmani SINI JALANE HINI JIRUU SI ARAGU KETIFINI GAMADA GOTAA BALEE URI KE HANUDHERATUU
Leencaa oromiyaa A.J umar kee nyaa
saboonaa oromiyaa jabadhu gadani bilisumnii
jiraadhuu goota koo
Baga dhalate ati qama ko
Mashaalhaa
jabaadhu
Bahaha nagahan dhufitee
qabsoon hamma bilisummaatti!!!!!!!!!!!!
abo esaa jiiraa kofaa mall egaa tigereni Oromo fitartii mall egaa kofaa ?
mashaallaha
Nice
💞💞💞💞💞💞
Ormo
Dirama
💞💞💞💞💞💞🌷🌷🌷🌷🌷
yaa lencaa oromoo Rabbiin bilisumaa sihagarsisu
nùuf jiradhuu umrii dheradhuu
Kan guyyaa har,aa 7/3/2015
Good