Kani marsa lagu ishe ykn sitami ishee shamarani yeroo jala qabatifi arguu egalani harme ishee ykn heriytaa dubartin mabadi ishe jiranti himachun bayee gargaru dha Sabin isa amoo mati ishee baruni fkn matrlini gara gara Kani mati iraa ishii iraa wani egamufi aka ishi Hala garii ni qulqulin ishe egatu dhafi Thank you Dr galtmii bayee itii fufi
Wayoo ani heerumni na jalaa darbee jedheen bo'aa ani Ammaa wagga 21 osoon hin heerumiin duloomee jedhetaan yada'a jira wagga isiin imoo wagga 27 oiliti jettu?? Wagga 27 ti maa fincaanu nu qoree kaa maal ittin gonaa heerumnayuu 🤣🤣🤣🤣🤣🤣
Amma hojii bareda jalqabde jabadhu
Uuuuuuf gafii debii akanaa bayeen jaladhaa thank you dr🥰🥰🥰🥰
Maatii naaf ta.ii saanyii
Maati naaf tai sanyi
Please maatii naaf ta'ii
@@mucajalaa8463 mati nafi tayi
Galatom Dr, barumsa fi kolfas qaba jabadhu🙏🙏🙏🙏
Awesome Content 👌 I like the way Durbootni Yaada fi qoosaa Makatan kana! Hats off to you Dr.
Barnoota gaaridha. Baay'ee galatoomi Dr Abbaa Cabsaa!
Woww baay'ee itti bohareera ebbifama Dr dubartin tokko 25 ol yoo tate gahila ummatte sirritti
Mana bulfachuu dandessii
Maati naaf tai sanyi
@@yahyashow68 maali qrsh naf kaffaltamoo ?
Wowwww dr kenyaa umurii nuuf dheraadha💋💋💞💞💞♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️😍😍💞🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏😍
Galatomii Dr Nafyaad Geetuu yaada gaariidha Ebbifamaa
Wan hundaafu Galatoomi Dr.kenyaa
Galatooma Dr jabadhaa Halumaa kanan itti fuuufaa
Jabashu baye.ee namttj Dr kenyaa
Bagaa nagaan nuf dhufte dr
Bayee namati tultani jabadha galatoma Dr ❤️❤️❤️💓❤️💓❤️
Thanks dr 👍good content 🙌🤩
I think women should marry after 27yrs old. After University & work../when she finally feel ready💯
Maatii naaf ta.ii saanyiikoo ❤
Maatii naaf ta'i Sanyii koo
❤❤❤❤❤🤣🤣🤣🤣🤣🤣
Waan baayyee namatti toluudha ani 24olitti gaaridha jedheen yaada jabaadhu Dr baayyeen si jaalanna baayyee si kabajna nuf jabaadhu
Maash Allah Maash Allah Maash 💖 hojii gaariidhaa
Sub naaf godhi hadaraa kottu tiruu
Waan bareeda dalgaa jiirtuu itti nuuf fufaa Dr 🙏
Sub naaf godhi hadaraa kottu tiruu
Welcome doctor your think is very important for you keep eye on him I like it your idea
Qomoo koo maatii naaf ta.i
Doctor Maatii naf ta.ii ani ordoftuu ketii jabadhuu
Baay'ee namati toltaa Dr keenyaa 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰💐💐💐
በጣም ደስ የሚል ጥያቄና መልስ መላሾቹም ደስ የሚል አጥጋቢ መልስ ነው የሚመልሱት
Maati naaf tai sanyi
@@yahyashow68 tanee jiiraa
Galatomii Dr kenyaa
Goshii jajabee galatomii nuffii jiradhuu Dr
Dhugaa barumsaa qaba.jabadhu Dtr
www barnoota gaari qaba jabadhu
Waw,barnoota gaarii dabarsaa jirtuu jabaadha gltm,Umrii dheertuu isinii haa kennuu,fayyaa fanaa🙏🙏🙏😍😍
Qomoo koo mati naa ta.i
Baga nagaan dhuftan
Yaada bareedaadha Dr.
Nama barsisaa. Dr galatoomi!
Wwwww hedu namatii tola jabadha Doctor nafyaad 👍👍😍😍😍😍❤💚❤👍👍👍👍
Please maatii naaf ta'ii
Ebbifami gariidhaa
Qophii bareedaadha jabaadhu Dr
Wwwww baga nagaan dhufte
Welcome Dr kenya
Dr Boharsaafi barsisaa jabadhuu 🙏❤
Waan heddumeysii nuuf hojjadhu dr🙏🥰🥰🥰
Dr Thank you
Akkaataan jalaadhu Dr nafyad getu😍💟
Maatii nafi ta'i tiruu koo ❤
Kani marsa lagu ishe ykn sitami ishee shamarani yeroo jala qabatifi arguu egalani harme ishee ykn heriytaa dubartin mabadi ishe jiranti himachun bayee gargaru dha
Sabin isa amoo mati ishee baruni fkn matrlini gara gara Kani mati iraa ishii iraa wani egamufi aka ishi Hala garii ni qulqulin ishe egatu dhafi
Thank you Dr galtmii bayee itii fufi
Welcome back doctor kenyaa
Dr Nafiya nagenyi waqayoo sifii yabayyatu . Dr .Nafiya maloo obesaa ko najala dhukuba nagargarari mana yalaa demee garru homma itti wayoofene
Dr akam jirtaa bagaa nagayaan dhuftee
Wowow Doctor nuuffi jiiradhaa♥️💕😘😘
atillee jiraadhufi
@@fikadubekele615 tollee fiqee wallumanii haa jiiraanuu🥰🥰🌹👈
yooyyaa....Dr Naafii.. baay'ee nu bohaarsite,,nuuf jiraadhu...mataa dhiiraatii
Durbii Umrii 23 oliti oso herumte gariidha🥰
Wayo ani namuma Umrii koo na gafatu jibbaa🙈😂😂
Kkkk anii wagaa 17 herumee amaa an wagaa 19 ilimoo 1 qabaa aka jataa tiya hoo 😁😁😁
Maati naaf tai sanyi
Maalif jibbitaree
Malii rakko qaba
Jabadha
Wawbayee namti tolaa dr tnx
dr ka bira fidi ❤❤❤❤❤❤❤
Beekumsa rattii kaan huunda'e jabadhu
Itti fufaa dr
Bayyee namati tola jabadhu
Galatomii Dr kenyaa namas ni bohaarsa barumssaas namaf kennaa❤️
Galatooma Dr baay,ee nu bashanansitaan ijolee isinimoo umrii kessaan dhugaa dhuma himadha
Naan du'e 😂😂😂😂😂😂WOW ittii fufaa doctor💘💘🙏
Subcrbe naa godhii
Maati naaf tai sanyi
Wowowowow baay.ee garidhaa 🤲🤲🙏🙏🙏💪🏻💪🏻💪🏻👍👍❤❤❤
Dhugaa program bayee bareedaa dr
Yaadaa gariidhaa jabaadha dr. galatoomi
Gafii ajaibaatii bagaa nagayan dhufitan Dr naf yad
Maatii nafi ta'i tiruu koo
Thanks docter
Marii bareeda dr. Keep up
galatoomi Dr keenya
Wow baye galatomii ❤❤❤❤❤❤
Jabadhuu
Jiradhuu qaalii
malo itti nufi fufi Abba cabsa kenya jiradhuu ❤💚❤
wowww dhugaa jedhee 👍👍👌
Dhugaa rabbii dr madaa keenya tuuqxanii waggaa 35 ta'aniitu 20 nutti himataa jiru
Welcome Dr Qaali keenyaa🥰🥰🥰🥰💜💜💜💜💚💚💚💚💚🌲🌲🌲🌲🌲
Jabadha 👍👍👍👍👍👍💋💋
Fayyaan faaya.❣
Waaw Dr gudda galatoma nuf jiradha 🥺😭❤️👌💯
Hayee galatomii Dr kenyaa
Tolee Dr haraka funee🤝nagaan waqayyoo sifin haa bayatuu barumaa garidhaa galatomaa🥰
Kootuu mati naa ta.i
Bagaa nagaan dhuuftaan Dr keenyaa jaabadhaa ittii boharee jiraa 😍😃
Maati naaf tai sanyi
wow bayye namati tola nuf jiradha dr
Waw ❤❤
Well come Dr
Yaadaa Gaariidha galatoomaa 🙏🙏
Maatii naaf ta'i Sanyii koo
Maati naaf tai sanyi
Naan du'ee kaa jettee Maliif Dutaa maloo kkkkk Boontuu Wwwwwwooo akkumaa maqaa isheeti😘😘😘😘😘😘😘😘😘😘😍😍😍😍😍😍
Dr kiyaa qali
Sub naaf godhi hadaraa kottu tiruu
Wwwo hedduu nama boharsa thank you dr
Maati naaf tai sanyi
It's a great content. Doc!
Maati naaf tai sanyi
jabbaa koo dr ❤
Gaaffii fi deebii bareedaa dha ittii fuufii dr
Baga nagan dhufitan wow bayye namatii tola❤❤😍
Ani badee nama umuri na gafate argasa
Barumsa gudda qaba jabaadha
Hahaha naan du'ee kaa🤣🤣🤣🤣🤣
Jete mucaatti takkaa
Ani umriin koo wogga 15 ammaa
Biyyaa arabaa wogga 13 jiradha
Hahaha woggaa 2 biyyaa bayee jechudha
Alhamdulillaah 25 xumurutti jiraa
26 dhumaarraati biyyaa galee
Fedhaa rabbiitin gayilaakoo ni dhabaadha or bultii ijaaradha inshaa Allah fedhaa rabbiitiin😍😍😍
Wayoo ani heerumni na jalaa darbee jedheen bo'aa ani Ammaa wagga 21 osoon hin heerumiin duloomee jedhetaan yada'a jira wagga isiin imoo wagga 27 oiliti jettu?? Wagga 27 ti maa fincaanu nu qoree kaa maal ittin gonaa heerumnayuu 🤣🤣🤣🤣🤣🤣
Maatii naaf ta.i qaalii
Dr. An Akka kootti dubartiin umrii 23_27 jiddutti heerumuun filatamaadha. Sababnis yoo heerumte itti Gaafatamummaa guddatu irraa eeggama
Kana gochuuf immoo Bilchinna yaada fi umriis qabaachu feesisa. Yoo Sanaa gaditti heerumte irra caalaatti haala mana Ofii itti tikfattu ni rakkisa
🥰😃baye namati tola jabadha iti fufa dr😍
Wwwwwwo bayyee barredda
Dhugaa bayee nama bohasaa galatomi dr❤
kkk
Galatommaa Dr.
Bay'ee sin jalannaa
Annii garuu kannee jedhuu umurii ishee waggaa 18 saddetii herimuu qabdeni
woww Good job jabadha
Eebbifamaa galatomaa 💗💚
Maatii nafi ta'i tiruu koo
Subscribed sii godhera Dr thanks
wow wow
Nufii jiradha.
Galatoomi doctor!
WELCOME dr keenya baay'ee namatti tola itti boharaa irraa baranna😁😍