GALMA KOO : GURMUU FAARES AMBOO

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 12 дек 2024

Комментарии • 456

  • @lemagetachew7700
    @lemagetachew7700 Год назад +8

    waaqayyoo Guddaa guddisee dadaballee jireenya keessan tajajilla keessan ha eebbisuu,farfannaa baay'ee nama eebbiissuu fi lafee nama argatuudha. Bara keenya kana keessatti kan nu barbachiisuu;dawaa(Qoriicha) jireenya hafuura keenya kan nuuf ta'uudha.Nyaata nuuf qophessitan kanaf eebbifama,amallee waaqayyoo foonif hafuurati isiin ha eebbisuu jechaa YEROO dhiyotti illee wanta guddaa wan isinirra eganuuf Daftani akka nu qaqabdan isiin jena. Eebbifama

  • @abeselomshimels1175
    @abeselomshimels1175 Год назад +32

    ድምጷ ቆንጆ መልኳ ቆንጆ ቋንቋ ባልሰማውም ግን ሁሌ ምስማው መዝሙር ነው ተባረኩ ወንድሞች እህቶች ❤❤❤

  • @bilisummaadarajjee8559
    @bilisummaadarajjee8559 8 месяцев назад +4

    ❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️ woow jecha hin qabu. Waaqayyo waaqarraa isin haa eebbisu. Galgalli keessaan haa bareedu. ❤️❤️❤️🙏...

  • @amanuabera9339
    @amanuabera9339 Год назад +57

    Galma koorra kaawwadheera ijakoo
    Hin balleessuum anoo galgala koo
    Baay'ee tajaajiluun galma ga'uu miti
    Kan dhaabbate fayya hamma dhumaatti
    Ibsaankoo narratti akka hin dhaamne
    Sin beeku akka naan jeenne/2
    Ayyaana kee Yesuus naaf bayy'isi
    Ulfinaa keef anaan naa taasisi

    Qooda qajeelotaaf innan kaadhimame
    Galma ga'uun fedha isan itti aggaame ×2
    Haalli mijaannan sittii adda hin ba'u dhabuus argadhee
    Ati na gargaari akkan adeemuuf sitti hidhaadhee


    Hunda guuttadhee lubbuukootti yoonan hir'ise bu'aa maal qabaa
    An sirraa foxxoqnaan iddoo maleetan kufeen caba
    Hin amanuu ani ofiikootti innoo dabarsee anaan kenna biyya lafaatti ×2

    Galfata jireenya koo sitti laadhee
    Galfata akkani kufnee mucucaadhee ×2
    Hin dagadhuu waadaa naaf galtee sana
    Deebi'eetan ofitti si fudha naan jette anan ×2
    Galmaan na ga'i ×3 abbaa naaf ta'i.

    • @DureGetu
      @DureGetu Год назад

      ❤❤❤❤❤❤❤❤

    • @samiadinn7478
      @samiadinn7478 7 месяцев назад

      ❤❤❤

    • @ABM321
      @ABM321 5 месяцев назад

      ❤❤❤❤❤❤❤

    • @JalaneGemachis
      @JalaneGemachis 5 месяцев назад

      ❤❤❤❤❤❤

  • @bayisabult2015
    @bayisabult2015 Год назад +13

    Dhugaa dubbachuuf hanga kanaan duraa faarfannaa baay'ee dhaggeeffadheera
    Garuu kan akka faarfannaa kanaa keessakoo nyaate hin agarre
    Ergan faarfannaan kun gadhiifamee eegalee ani faarfannaa biraa akkan qabu dagadhee jira
    Waaqayyo isin haa eebbisu

  • @ggalataggilo
    @ggalataggilo Год назад +5

    guddaa galatomaa gurmuu farfatootaa Waldaa makaane YESUUS IANSILAALEE AMBOO GALATOMAA

  • @Kingdomagenda
    @Kingdomagenda Год назад +2

    Waw, dhaggeeffadhee quufuun dadhabe!
    Gooftaan baayyisee isin haa eebbisu.

  • @SifanAbirham-v7t
    @SifanAbirham-v7t 9 месяцев назад +3

    Dhugaa ..
    Farfaanna yomuu...hin quufamne...akka harraatti yeroo hunda dhagefadha...really very powerful song ❤❤❤❤❤❤

  • @DanielMelese-wz3ij
    @DanielMelese-wz3ij Год назад +2

    Wow ijollen bay'ee jaaladhun as keessa Jira Eeluu,Eeluu 2 ,mamush ,Abbii,hundi keessanuu ebbifamaa

  • @ggalataggilo
    @ggalataggilo Год назад +3

    WAAQAYYOO AYYAANA ISA ISIINIF HAA BAAYYISUU GUDDAA EEBBIFAMA

  • @motiabera6339
    @motiabera6339 Год назад +1

    Bara namni farfanaa dha jedhe wan fonni farsuti isiin Garu farfanaa eyumaa nama bara dhumaaf qabachu qabu yadachisiurayu darbitani mootumma waaqayyo Isaa garii Sana nu yadachiisataan goftaan bara keessaan haa eebbisu.

  • @samikefale
    @samikefale Год назад +6

    wow wow bara faarfannaan akkanaa waldaa kiristiyaanaa keessaa bade keessatti warri akkasitti faarfattan kunwaaqayyo amma dhumaatti jireenya keessan cimsee haa dhaabu.eebbifamaa ijoolle

  • @yourabcd
    @yourabcd Год назад +3

    Waaqayyo isin haa eebbisu! Ammallee hojii gurguddaa isinirra eegna
    Maraanaata Yesuus 🤲

  • @biliseeDnsnsns-g3o
    @biliseeDnsnsns-g3o 2 дня назад

    jalala anii hin yaneni dhufte gara koo jalalaa cubbama mararifatu galimi koo tsoohonif kadhimame du,a lubbu keetin gedarame galatomi galatomi iddoo anii itti hin yanee yade naa gargarte yesuus ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ebifamii ebifamii ebifamii

  • @bayisamegersa5845
    @bayisamegersa5845 Год назад +2

    waaqayyoo baay'ee sin haa eebbisuu ,baay'ee faaarfannaa hafuura koo haaresse baay'een ittin eebbifamee

  • @michuusolomoon5942
    @michuusolomoon5942 9 месяцев назад +5

    Wow baayyee namaatii tolaa😢😢😢😢😢

  • @gadisagemechu4306
    @gadisagemechu4306 Год назад +5

    Oooo my GOD really be blessed. may Grace of Heavenly God up you all the time. dhugaa baay'een jaalladhebara jiraattan hundumaa hin kufina, hin mucucaatinas ijjoolle nana. waaldaa ijoollee kana guddiste garuu ijaan arguuf baay'ee dharra'eera. NAN ARGAS.

  • @AYANTUWUBAYEHU
    @AYANTUWUBAYEHU Год назад +1

    dhaggeeffadhee quufuu hn dandeenyee garaan waaqayyoo sinitti haa boqotuu

  • @latubayisa712
    @latubayisa712 Год назад +57

    The more I listen to this song, the more I fall in love with it, 🥰and the music is so meaningful, inspiring, and motivating that I cannot wait to introduce it to our church for our praise and worship. May God bless you today and always, guys.🙏🙏

  • @Hunde_tesfa
    @Hunde_tesfa 9 месяцев назад +1

    Galatoomaa dhugaa
    Ebbifamaa ijjollee kenyaa onnee koorran isiin jedhaa bayyee jaladhee dhugaa

  • @aynale4535
    @aynale4535 Год назад

    Amen amen amen amen amen amen amen ili ili ili uuufffeeeeeee ashuuu akkasii farsaan Waaqayyoo gooftaan sin ha ebbisu ebbiffama ebbiffama ebbiffama ebbiffama ebbiffama

  • @GelataGezmu-gg8by
    @GelataGezmu-gg8by Год назад +4

    Baay'ee baay'ee namatti tola itti fufaa jabadhaa 👍👍👍

  • @chaltuzelalem
    @chaltuzelalem 11 дней назад

    Dhugaa dhageefadhee dhabuu hin dandenyee waqqayoo isiiin ha ebbisuu ebba Isa dhumaa hin qabneen

  • @dnkjesusislorddnk1130
    @dnkjesusislorddnk1130 Год назад +1

    Uuuuuufffeeee ameeeen waaqayyoo baraaf jireenya keessaan haa eebbisu eebbifamaa.
    Ameen galman nu gahii gooftaa koo

  • @feyissaregassa8299
    @feyissaregassa8299 Год назад +13

    May God bless you richly and keep on writing lyrics from the bible. A day before I heard this song we had prayer on Mark 13:13 called steadfast until the last day and you. Will saved.
    Again once again God bless you abundantly in Jesus Name!

    • @GeletaAdola
      @GeletaAdola 9 месяцев назад

      Baayyee waaqayyo sin eebbisu

  • @fireyotalemu1689
    @fireyotalemu1689 Год назад

    Ibsaa koo nartii akkaa hin dhamnee sii beekuu akkaan nan hin jeenee uuuffff ebbifamaa yesusu hin dhuufaa haa damaqnuu sabaa waaqyyooo❤

  • @RobeGashe
    @RobeGashe 3 месяца назад +3

    Faarfannaa hafuura qulqulluu of keessaa qabudha dhugaa eebbifama.

  • @gaaddiseehindaaluu5594
    @gaaddiseehindaaluu5594 Год назад +2

    Faarfannaa jechuun kan akkasitti😢😢
    Waaqayyo isin haa eebbisuu
    Warra akkasi jajabeessun kennaa isan harkaa jiru kana akka nuf qoodanif kadhachuufi qabna nuf kottaa kan biranis isin egnaa❤❤❤

  • @teshome7Mergadiribsa
    @teshome7Mergadiribsa Год назад

    Ishoo ijoollee lafarrrattis ta'ee Waaqarrattis ijoollee Biyyakoo baga isin gargaare Waaqayyo,Waaqayyo biraa galma ofii baruun waan guddaadha.Galmi keenya Mootummaa Waaqayyooti,baga isiniif ife.

  • @segnigidisa7960
    @segnigidisa7960 Год назад

    Haleluyyaa waaqayyoof galaani haa ta,u faarfannaa addaa dhaa ulfinni isaa kan waaqaayyoo haa haa ta,u.faarfattotaa keenyaa immoo waaqayyoo isaan haa Eebbiisu akkaa faarfattaan kanaas isaanif haa ta,uu

  • @abdifeda9562
    @abdifeda9562 3 месяца назад +3

    Faarfannaa jechuun kanadha dhugaa❤.
    Bara sirbii fi faarfannaan adda ba'uun cime keessatti Hill song akkasiii afaankoon dhaga'uukootti nan gammada.
    Jabaadha.
    Waaqayyo isi ha eebbisu!!!!
    Ittuma fufa...

  • @gamachismark5148
    @gamachismark5148 Год назад +1

    Eebbifamaa Hojii Bareedaa ture!
    Lammaffaa dhalannaan garuu Gooftaan isin hin beeku hin jedhu!
    Kutaan sun sirriitti irra deebi’amee haa qayyabatamu ✨ Rightly Divide the word of God!

    • @mesfinmeseret
      @mesfinmeseret Год назад

      Amalee sirnaan mee dhagefadhu 🙏👂👂👂👂👂👂

    • @GelataGezmu-gg8by
      @GelataGezmu-gg8by Год назад

      Ergaa isaa seeraan hubadhu akka ati yaaddee fi akka isaan faarfatan tokko miti kanaafuu adaraa ammallee irra deebi'ii dhageefadhuu akka siif galuuf

  • @Leza_tube
    @Leza_tube 25 дней назад +1

    God bless you children of Jesus❤

  • @simengayew9804
    @simengayew9804 Год назад +1

    Amen amen.amen Eibifama ijolee kaku

  • @kefastube5075
    @kefastube5075 Год назад

    Waaqayyoo isin haa eebbisuu waa'ee keessaniif Waaqayyoof ulfinnii haa ta'u........

  • @latiephrem4966
    @latiephrem4966 Год назад +2

    maloo dhaggefadheen quufuu dadhabeem❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @felmetadame2951
    @felmetadame2951 8 месяцев назад

    Waaqayyoo Ayyaana isaa isiniif haa Dadabalu dhaggeeffatame hin Quufamu

  • @TsegayeTesfayeMinistry
    @TsegayeTesfayeMinistry Год назад +2

    May heavenly God Bless your life Warra Faares Amboo

  • @dania_1
    @dania_1 Год назад +13

    You guys are blessed. I listen to this song once or twice a hour ever since it was released and still can't get enough. it encourages my soul. God bless you all abundantly!
    and y'all have gifted sound ever🥰

    • @danieladeba206
      @danieladeba206 Год назад +2

      Me too,my brother..
      It has nourished my soul abundantly

  • @bayisamegersa5845
    @bayisamegersa5845 Год назад +3

    oh my lord bless you so much.

  • @deborakumera6295
    @deborakumera6295 Год назад +2

    🥹🥹Bara kana keessati farffannaa baayyee nama gargaruudha keessa nama ebbisaa waaqayyoo ayyaana isiinf haa baayyisuu obbolotaakoo❤❤

  • @JalaneLamessa
    @JalaneLamessa 5 месяцев назад +1

    wow wow dhugaa bay'ee farafanaa nama boqochisudhaa goftaan siin haa eebbissuu

  • @ayuwizammi2272
    @ayuwizammi2272 Год назад +10

    Faares koo❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

  • @mamitugeleta3752
    @mamitugeleta3752 Год назад

    Waaqayyo gooftaan maccaa bara fi jireenya keessan haa eebbisu eebbifama! Ayyaani waaqayyo isinif haa haa bayaatu!!

  • @RemedanAmin-g2i
    @RemedanAmin-g2i 2 месяца назад

    ❤wawabayee bayeen garidhaa waqayoo isin haa ebisuu imeeli kotuu kan namaa biratii

  • @megersatadaleofficial1015
    @megersatadaleofficial1015 9 месяцев назад

    I coudn't stop listening, what an amzing grace up on them.

  • @ararsotafese9886
    @ararsotafese9886 Год назад +4

    May Almighty God Bless You All (Fares-Ambo-Insilale Church)

  • @gobenachimdesa7108
    @gobenachimdesa7108 Год назад

    eebbifamaa ijoollee Insilaalee, warra waliin galma ofii ga'an nu haa taasisu

  • @teresiahwanjikunjoki4423
    @teresiahwanjikunjoki4423 2 месяца назад

    Much love from Nairobi Kenya, and God bless you 🙏

  • @fantudabeara5642
    @fantudabeara5642 Год назад +2

    Woow woow baayyee namattii toltuu ebbifamaa ❤❤❤ biyyaa koo

  • @birralello566
    @birralello566 11 месяцев назад +1

    So touching and blessing and more beautiful song, Truly you are blessed with almighty God's abundant Grace! let you come up with such unique and much more blessing songs!
    💝

    • @ayuwizammi2272
      @ayuwizammi2272 11 месяцев назад

      ruclips.net/video/vdeeMxoGN7c/видео.html

  • @abdurahmanhassen1954
    @abdurahmanhassen1954 Год назад

    Ammeeen. eebbifamaa. Waaqayyoon isin Ha Eebbisuu!

  • @daniteckcstube
    @daniteckcstube Год назад

    Ebbifamaa dhuga bara hamaa kana keessa faarfannan tahuu qabu kan akkasiti jabadha akkan nun #galma keenya barechifnu nun haa gargaaru

  • @sinbookootiyesus408
    @sinbookootiyesus408 Год назад

    Uuuuufffee Eebbifama dachan waaqayyoo hubana fi oguma isin haa baayisu 😢❤❤❤

  • @singitanabate
    @singitanabate Год назад +1

    Thanks God wow kowarikoo

  • @lenchokajela4374
    @lenchokajela4374 Год назад +1

    waaqayyoon faarfachuun baayyee natti tole, garuu waan faarfannu hiikkaansaa yeroo baayyee nuuf galuu qaba, qeequun salphaa akka ta'e beeka, waan naan galle gaafachuunimmoo waanuma jiruudha:
    ibsaan koo narratti akka hin dhaamne, sin beeku akka naan hin jenne: kan fayyinehoo ayyaanaanii, hojii yesuus kiristoos fannoorratti hojjeteenii, jechi sinbeeku akka naan hin jenne jedhame sun badaa naan galle.
    kan dhaabbatetu fayya hamma dhumaatti; maal jechuudha, namni yesuusitti amanee jiru amma hin fayyinee?
    Yohn 5:24
    1yohn 5:12, Yohn 3:15, Yohn 3:16
    waaqayyo hunduma keenyaaf ayyaananasaa haa baayyisu!

  • @DawitMarkosDevayebraveso-tz9su

    Uffeeeeeekaa 😭😭😭😭.....dhugaaadha sia baayyef dhaggeffadheen quufuu dadhabe ....yeroon bo'es hin beekun ture

  • @yohanisyadeta4890
    @yohanisyadeta4890 Год назад

    Eebbifamtanittu ,Ammas barabarran ittuma fufaatti ijjoolle eebba ta'a , jabaadhatti itti fufaa ! FILPH 3:14

  • @Bekalu-በቃሉ
    @Bekalu-በቃሉ Год назад

    Waaqayyoo isin haa eebbisuu farsaa ergaa guddaa qabu fi kaayyoo keenya gooftaatti fi jireenya bara baraatti akka hidhannuu kan godhu dha. Really God bless you.

  • @AddisTaye-sl7bl
    @AddisTaye-sl7bl Год назад

    Ameen Ameen Ameen eeyyee kan hamma dhumaatti dhaabbateetuu fayyaa waangeelaa maatiwoos

  • @lenchoyohannes3469
    @lenchoyohannes3469 Год назад

    Yeroo hundumaan dhaggeeffadha
    faarfannaa hafuuraati waaqayyo ayyaana isaa isiniif baay'iseera.
    ammallee jabaadhaa waaqayyo gargaaraadha

  • @abdiikooyesu4698
    @abdiikooyesu4698 Год назад +1

    Ammee Ammee ebbiifama 🙏 ♥ waqayyoo eebbiisuu

  • @yonasnegasa4493
    @yonasnegasa4493 Год назад

    Yaa ijoollee inni isin keessaa jiruu hammam guddaa hamma ta'een hubadhee

  • @elshaadayi125
    @elshaadayi125 Год назад +1

    Ameen uuuuuuuuuuuufffffffffffffffff ebbifaama ebbaf ta'aa ❤❤❤❤

  • @abditadese132
    @abditadese132 Год назад +3

    Fares My Home Feeling so calm; Right now am Failed please pray for me.
    I was one of the founders During 1996 Ec

    • @tsionhunde4254
      @tsionhunde4254 3 месяца назад

      Jesus is faithful. Still HE is waiting for you.

  • @SamuelMesfin-o8o
    @SamuelMesfin-o8o Год назад +3

    I can't stop listening to this song god bless you abundantly!!

  • @elumeseret
    @elumeseret Год назад

    Uffee! madda faarfannaa kanaa isa ta'e waaqayyo haa jajamu!

  • @Sagalee1121
    @Sagalee1121 Год назад

    faarsaa bareedaadha......isa faarfattan akkan jiraadhuuf,akka jiraattaniif nu ha gargaaru!!!!

  • @nagaatesfaye6383
    @nagaatesfaye6383 Год назад +2

    Faarfannaa Sagalee Waaqayyoo irraa late! ❤🎶 🎵

  • @thesaviorjesus593
    @thesaviorjesus593 Год назад +1

    you are bblessed guys

  • @gudinamengesha604
    @gudinamengesha604 Год назад

    Faarfannaa baayyee laphee namaa tuqudha dhugaa guddaan itti gammade eebbifamaa

  • @beyenehirpina1028
    @beyenehirpina1028 Год назад

    Wow! Faarfannaa baay,ee bareedadha! Waaqayyoo kanaan caala ayyaana isaa siniif haa kennu

  • @TarikuTarfasa-y4h
    @TarikuTarfasa-y4h Год назад +2

    Gorgeous!!! A Beutiful song God bless you

  • @endashawakalu7957
    @endashawakalu7957 Год назад

    Eebbifamaa waaqayo Guddaa ayyana isaa isiniif haadabalu!

  • @edosasirnesa8159
    @edosasirnesa8159 Год назад +2

    What a blessing song it is. God bless u guys

  • @goldenagesongsyoutubechannel
    @goldenagesongsyoutubechannel Год назад

    Waaqayyoo bara keessan haa eebbisu!

  • @gizuutube413
    @gizuutube413 Год назад +1

    Wow uuffeee Ameeen Waaqayyoo bara keessan haa Eebbisuu❤❤

  • @amelenegash1778
    @amelenegash1778 Год назад +1

    Ebbifamaa dachaan maati gooftaa

  • @kassahungetachew1718
    @kassahungetachew1718 Год назад

    baay'ee waaqayyoo isin yaa eebbisuu waaqayyoo sammuu kessan kan caala isinif yaa banuu

  • @oleraregasa4806
    @oleraregasa4806 Год назад +2

    wow, I have no word, stay blessed

  • @zenebekekeba1919
    @zenebekekeba1919 7 месяцев назад

    Gooftaan galma isa sinii qopheesse, jireenya bara baraa isiniin haa ga'u! Galfata isinitti kenname sanas akka ibsaa tulluu irraa isinirraa haa ifu!
    God bless you!

  • @dr.bokaimiru4713
    @dr.bokaimiru4713 Год назад +4

    Incredible, may God bless you guys!

  • @DesuLemi
    @DesuLemi 11 месяцев назад

    Wow! Beautifull Song.I Like So Much

  • @biniyamwandimuofficial825
    @biniyamwandimuofficial825 9 месяцев назад

    I can't stop listening this heavenly song and blessed♥️🥰
    Eebbifamaa!

  • @negasamerga
    @negasamerga Год назад +1

    Eebbifamaa kanumaan itti fufaa 💛💚💙💔💔

  • @eyasudemise7
    @eyasudemise7 Год назад

    Eebbifamaa Ayyaatni gooftaa isiniif haa baayyatu. Faaruu Naamusa addaa qabu Ergaa cimaa of keessaa qaba. Akka warra kaanii sirba qofa miti. Hafuurri waaqayyoos Faarfannaa Sabirii qabu akkasiitti nii Gammada jabaadhaa.❤

  • @amanuel_bekele
    @amanuel_bekele 10 месяцев назад

    Waaqayyo bara keessaniif tajaajila keessan haa eebbisu, I am really blessed by this gospel song!!

  • @hassenhussin
    @hassenhussin Год назад

    The God who is handling everything bless you forever.

  • @worldchristianmedia12
    @worldchristianmedia12 Год назад +2

    Really Amazing Song..God Bless You

  • @wayessagurmessa1626
    @wayessagurmessa1626 Год назад

    Wow, Gooftaan isin yaa eebbisuu...Galma koo

  • @gutudedecha6242
    @gutudedecha6242 Год назад

    Wow ❤❤ Bayyee waaqayyoo isiin haa Eebbissuu, Galmaan nuu gahii amen 🙏

  • @ermiashirko9254
    @ermiashirko9254 7 месяцев назад

    lubbun koo baayee boqoote yooga faarfana kaana dhaagefaaattu
    waqqayyo issin haa eebbisuu
    olooljedhii goofta koo iyyesuus

  • @preciousmorningstar
    @preciousmorningstar Год назад +3

    Amazing 😍
    Stay blessed
    Ilmi badiisaa intalli badiisaa isin keessaa hin argamin gara fuulduraattis !

  • @sifanmideksa5005
    @sifanmideksa5005 Год назад +5

    Wow Amazing worship songs! You all are really blessed! 😍

  • @misganatakele5226
    @misganatakele5226 Год назад

    God blessed this worship grup
    Wow amazing!!
    Akka Farfattan galma ga'aa
    Faruun kessan barabaraan
    Itti haafufuu

  • @chalalammessa5356
    @chalalammessa5356 Год назад +2

    Baay'ee tajaajiluun galma ga'uu miti....
    Amazing song and incredible lyrics you have. May God hear your pray and bless all you guys more and more to preach his holiness. Go ahead FARAS choir sing again sing the Jesus Christ divinity

  • @techart1179
    @techart1179 Год назад

    baayyee ittin eebbifamneerra faarfannaa baayyee hafuura nama dadammaksuudha

  • @kayobabufufa2094
    @kayobabufufa2094 Год назад

    Ayyaanni isiniif haa baay'atu obboloota koo jaallatamoo....

  • @bontudejene4586
    @bontudejene4586 Год назад

    Galfataa akkan hin kufnef mucucaadhe 🙏🙏🙏 Eebbifamaa

  • @kelbessadiriba951
    @kelbessadiriba951 Год назад

    Waqayyo bara kesaan haa ebbisu akkasuma jirenyi kessanis haa baredu