Dhugaa dubachuu ani duran walee ykn music 🎶 fi filmdhanin if gamachisaa garu ? Music 🎶 fi film 🎥 nis gamachu barnotaa guddaa hin qabneedha ani egan sagantaa sooraa qalbii hordifoo egalee wly wa heduu fi barnotaa baredan arkadhee #nuralhudaa hedun hordofaa isin warii sagantaa tana ga geitan galatoomaa ❤ #faiza #abdulaxif #abdunasir rabbif jachan isin jaladha
Wa as wbr masha 'allah masha 'allah rabifi jecha isin jalana ❤❤❤❤
Masha alha nuf jiradhaa
Hayyee Anaa fuudhuu qaba du'aa'ii naaf godha
Ani maqaan kiyya tasnim jahama magaalaa Haramaayaati dhaladhe guddadhe Ani taatoota Diramaa Raadio Nuural Hudaatiin ture Barreessaa fi qopheessaan Artist Abdul jawaad Ibraahimii wajjiin Hojjachuu ture akkumaan Diraamaa Kana hojjachaa jiruun Abbaan kiyya gara Fuula Rabbii deeme 😢Rahmaan jannata haa kannufi 😢 ergasi Barumsa kiyyaas kara dhaabee Maatii wajjiin hojjachuu ture achirraan na mijjahu dinnaan biyyarra Bahe.😢 Alhamdulillaah 💝 Wanniin seenaa tana himeef Gaafiin qaba Diraamaa Radio nuural hudaa maaliif dhiistan Dhiifama ani Keessaan nama tokko gaafachuu hin dandeenye tanaaf asiin isin gaafachuuf Dirqame 😢 please Naaf deebisa hadaraa Artist Caayaa Ibrahim Ho Maalirra jira Inni nama akkaan Dandeeytii Gurguddoo qaburraahi akka maleen dinqisiifadha wallaahi Mujaahiddiin Haroo I proud of you wallaahi keep going back 😢we need you nasheed and Drama please came back 😀 eegaan kanan jahee qophii dhaddacha jaalala Duraan abbaan kiyya haalaan dhageeffachuu ture Wallahi Aniis amma osoon bultii hin jaarin Waahee bultiifi seera bulmaataa hundaahuu hubannoo gaarii isinirraa arkadheetiin jira alhamdulillahi jalqabaas diinii baradheen itti guddadhe Amma garuu more hubannaa gaarii arkachaatiin jira Gaafii namni gaafatuufi deebii dhaddacha jaalala Yeroon dhageeffadhu Osoo Wanti takka na mudate Akkaan Hubbannoo arkadheen Deebii ofii kannuu akkaan dandahutti Nu hubachiisaa jirtan Galatoomaa jazaakhumullaahu kheeyran Akkasuma hojjattoota Tv Nuural hudaa hedduun isin jaaladha Rabbiif jacha ❤ irra caalatti Kabajamtuu Farihaa Adam hedduun si dinqisiifadha Dubartii tahuu keetti jabaadhuu siin jaha Wallahi guddaa galatoomaa anilleen Hiree gaarii akkasuma Jaarsa gaarii Kan Sodaa Rabbiin qaby Rabbiin akka naaf Qoodu Duaaii naaf godha insha Allaah Aniis Dubartii gaarii sodaa Rabbii qabdu Na haa taasisu ❤jazaakhumullaahu kheeyran hundi keessanuu
❤❤❤❤❤
Maashaa allah
As wr wb
Akkam Nagaya qabdaanii
Nrh
Rabii jedhee isiin jaladhaa halakannan ittiinuffufaa
Garuu bay ee gamaa kessan barresee turee xalayaan kiyyaa qallesarraa naf oleehin qabuu
Maloo badii dalagee hidhame
Anii biyyaa south Africa
Jiradhaa hadhaa manaa qabaa garuu afaan wallawlalee❤ isiin afaan amaraa fubbatii ❤garurakkan kanamitii
Kabajaa biraadhabee ua ii naf godhaa rabii jedhanii
Anii maqaan ❤f k h jedhaam
Galatomaa❤❤❤
Naqa.
Rakon
Wlwrwb Masha Allah ❤❤❤❤❤
As wr wb Qophessitoota qophii nuuraa hudaa anis hedduun isin jaalladha farihaa hedduun si jaalladha❤❤❤❤❤❤❤❤
Mashaallaah saallaallaahu Aleyhi wassallam❤
Wl wr wb maa shaa Allah 🥰
As wr wb akam jirtan Mashaa Allah Tabarak Allah Allahu Akubar Rabin isinira hajalatu isinile hajalatu jajabadha Rabin isini hagargaru ❤❤❤
Maashaa allaah Tabarakallaah
Umrii nuuf dheeradhaa hojjattoota Riqicha sunnaa
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
As wr wb warra nuuural hudaa isin hunda rabbiif jachaan isin jaaladha keeysaafuu farhiyaa siin jaaladha rabbiif jacha
Kanatti aansee yaa rabbi miidiyaa khana bira nuuf dhaabbadhu waan gargaaruun ammaaf qabaachuu baadhus du'aa'iin isin bira jirra inshallaah
Masha Allah Rabbin isinirraa Haa jaalatu asuman gaafin qaba qophi tafakur maaliif dhaabdan
As wr wb welcome❤
Mashallh Mashallh 💕 💕 💕 💕
Farihayye
Bayye sin yadaa
Guyya Guyyaa irra osoo
Nuuf tahee silaa
Rabbif jedhee Siin jaladhaa
.
🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🥀🌹🌹🌹🌹🌹🥀🥀🥀🥀
Asumanuu gafiin qabaa nuraal hudaa gargaruuf warrii biyyaa kheysaa hirmachuu hin dandahuu comenty tana naf debisaa hadaraa isinin eggadhaa
Ni dandaha. Akkawuntii sagantaa irratti dubbannee jirra. Baandii daldala itoophiyaati.
Maashaa allah Maashaa allah Maashaa allah hedduu Isin jaalanna
❤❤❤❤❤❤❤❤ jazaa kumula
Saallaallaahu Aleeyhii Wosaalam Saallaallaahu Aleeyhii Wosaalam Saallaallaahu Aleeyhii Wosaalam
Waleykumsalam waraamatullah wabarakatuu Bagaa nagayan dhuftaan Mashaa Allaah ❤❤❤❤❤inshaalaah Nuralhundaa mana Barnoota keenyaa hundii keenyaa bira dhabachuu qabnaa inshaalaah ❤❤❤
Wa'aleykum assalam warahamatulah wabarakatuh alh ngh akkam isiin ngh hojatota radio nuural huda heddu takka galatoma jzk
Masha allha 🎉🎉🎉
Maashaa'Allaah ❤ Rabbin Isinirraa Haa Jallaatu
Masha Allah ❤️
Mashaa allaah ❤❤❤❤
W wr wb
Sallallahu aleyhi wosallami wa'alleykumsallam worahimatuullaahi wobarakatuhu Jazakullahu keyranii barrakallahu fikum umrii nu dherradha beektotaa keenyaa
As wr wb mashaa mashaa Allah tabaarakallah namati toltan jabaadha itti fufa isin cinaa jirra rabbi waji❤❤❤❤❤❤
Wa,alaykumassalaam wrahmatullaah wbarakaatu maasha,allaah jazaakumullah
As wr wb Rabbi isin ha jalaatu isin Irahis ha jalaatu anilen Rabbif jecha issin jalaadha masha alha Rabbin issin ha gargaru dalaga keysan tan keyri tate hundahu❤❤❤
وعليكم السلام ورحمة الله وبركاته جزاكم الله خيرا على كلامكم المريح للقلب والعقل والبدن ❤❤❤
Mashaa allaah sagantaa soora Qalbii bayyee bareedadha Rabbiin isin irraa haa jalatuu
وعليكم السلام ورحمة ورحمة وبركاته
Rabbiin isiin haa tursuu qilleensaa kana gubbaa heddu miidiyaa kabajamaa
Ws wr wb Masha allah
As wr wb akkam jirtaa qopheessitota naralhuda mashaa allaah wallahi bayyee galatoma waan bayyee siinirraa barannee wallahi rabbif jechaan issin jalkadhaa jum.aa akkaa harraa fuudhuf demaa du.a.ii naaf godhaa rabbii bultii bareduu akkaa naaf godhuu nuuf jiradhaa❤❤❤❤
As wr.wb waraa nuralahudaa jabajadhaa rabbii isiin biraa haa jiratuu
Ws wr wb bagaa nagayan nuu debitan mashalaa mashalaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Walleeykm Salam warahmatullhii wabarakatuu ❤
Nuuralhudaa bay.ee hordoofa maashaallh umurii dheradhaa wontii gaafi naati ta.ee kaara kaamin isin argadhaa mee naafi debisaa anis yaada koo dabarfachuu barbadaa
Maashallh ❤❤
🎉 MaashaALLAAH!!
Wl wr wb mashaa Allaah
Rabbiin isaan irraa haa jaaltu ❤
اللهم صل على محمد وعلى آله محمد كما صليت على ابراهيم وعلى ال ابراهيم انك حميد مجيد 🌹🌹🌹🌹🌹
Assalaamaleykum warhmatullahi wabarkatuhu Akkaam jirtan obboleyyan muslima rabbin kiyya isinirra haa jalatu wallahi keyri isiin nu dabarsitan cufaa anis hordoftuma tessan takkaraayi
Gaafii nuuralhuda karaa kamin gafachu dandaya mee
As wr wb Rabbif jechaa isin jaaladhaa Wallahii
Wi wr wb maashaa allaah tabaarakallaah rabbiin isinirraa haa jaalatu jzk baarakallaahu fiikum
Isin warri guyyaa guyyaan itti nuu fufaa jettan osoo isin ta'ee jireenya keessan oofataa torbanitti al tokko dhiheessuu dhiisa ji'aanuu nama itti fufuu hin dandeennedha🤔
Alhmdulhiilhaa kanii Rabbiin islmaa nuu godhee Alhmdulhiilhaa jedhaa
Wswrwb Masha Allah jzk welcome back thanks
Nuuf jiraadha❤
Wly Maasha allah 🙏 ♥️ saganttan teysan heyduu takkaa namaa toltii
Wl wr wb mashallaa Alha ❤️❤️❤️❤️
Mashaa allah jzkl keran jabadhaa ❤🎉❤❤
Waleykum samaalm warahamtullahi wabaraktuhu ❤❤❤❤❤❤ mashallaa rabbin isinira hajalatu
Baga nagayaan dhuftan worri soora Qalbii ❤❤❤
As wr wb ❤❤❤❤❤❤❤❤❤
As wr wb jazaakallaahu kheyran jabaadha
ማሻአላህ ❤❤❤Rabbiin Umrii kesaan hadheresu Bayee nati toltan😌♥️💔
As wr wb
❤mashaalah
Mashala ❤❤❤❤❤
As wr maqaa. Kiyya xaahir Bashir jedhama Naannoo Oromiyaa Magalaa Adama irraa Jalqabarratti galanni Rabbiif Haa ta,u Hawwi Kiyya Kan Bara 2017 Ka Naa Milkeesse Bara Kana Akkum yaade Rabbiin Naa Taasisee Abbaa Bultii Tahee Jira Marree Rabbii Kanaan Na gaheef irra Deebi,ee Alhamdulillaahi jedha Obboleewwan sagantaa Tana Dhiheessitan Du,aa,i Akka Naaf Gootan Isin Gaafadha Akkasumas Warri Qophii Tana Dhageeffattanis Du,a,i Naa Godhaa
Mashaa Allah
Sallallaahu Aleeyhi wassallam ❤❤❤
Salawaatu RABBII wasalaamuhuu aleyhi
Wa'aleeykuassalaam
Warhamatullaah
Wabarakaatuhu ❤❤❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤maasha allah
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Wl we wb
As wr wb ❤❤
❤
Maashaa Allah tabarakallah anis akkasumati jaallladha saganta soora jalaala
As wr welcome back ❤🎉
As wr wb soora qalbii musliima
Wl wr wb ❤️
Rabbiif jeechaan isiin jaaladhaa ❤❤❤❤❤❤😂
An barattu diiniti sagantaa Nural Huda kallaatii hundaniin hordofaa allahamdiilaah!
Hawwiinkoo gaai'la godhachudha
An umriinkoo 27 haga ammaati namni tokko siin fuudha nanhin jedhuu anis bakka namaa hindhaqu dhirris nan arguu anis dhiiraa hin harguu karaa maatiis tahe karaa soshal media namnii nan gafatu furmataa qaba? 😢
An akka yaadaa kootitii waan sihiri nati godhame se'a mallatoo namaa sihiri qabu naf hiimamee!
😢😢😢
Yaa Allah Rabiii bultti garii sifi hakeenu Ukuti tiyaa Abishr keeyeruumaf tahaa in shaa Allah Walahi heduu qalbiin Na cabdee😭😭💔
Rabbii buulitii baredaa sih haa kennuu Abishirii
Oboletii tiyaaa kotuu yoo dhugaa herumaa baradee masanuu tiyaa tattaaa maalif buulitii maalee hafattaa 😢💔 onee naa cabee komittii kee dubussee
Natti heerumi si fuudhaa❤❤
Lakk naa ergii
Welcome ❤
Dhuga waan aka nuralhudaa jaladhu qabu ❤❤jabadha
Aswr wb mashallatabarkalaa jabadhobljaa
Wl wr wb 🥰🥰🥰🥰🥰
Rabbiin Isan irraa Haa Jaalatuu
Nutis akkaa yeroo dhihootii funutti duai nuf godhaa
As ml wr ngy fay qabdanii hojatoota nural hudaa heddu takkan issiin jalaadha kessafu fariyaa aliyii rabbii dhalaa akka tetii tan rabbii nuf haa heddumesuu anilen hin funee du.uu na godhaa anis garrii tee intalaa garrii akkan qunamuu oromiyaa irrayii H/ magaala dadar irrayii maqaan kiyya mohammed jemal adem walyii yeron nuralhudaa dhagefadhe qalbiin kiyya jijiramaa guddan qabaa
As wr wb yaa qopeysotooto nural huda Ana dhufu baga nagan asgeysssn tehe garu rabbuman carra sagntta guyya guyyan dabarsu qoda keyssan haa godhu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Asw rwb❤❤❤
As wr wb akamii jirtanii ❤
As wr wb
Wl wr wb
Mashallah anatu
❤❤❤❤❤❤❤🎉❤❤❤❤
Mashaa allaah ❤
jzk
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته
Yes
وعليكم السلام ورحمة الله وبركاته
Dhugaa dubachuu ani duran walee ykn music 🎶 fi filmdhanin if gamachisaa garu ? Music 🎶 fi film 🎥 nis gamachu barnotaa guddaa hin qabneedha ani egan sagantaa sooraa qalbii hordifoo egalee wly wa heduu fi barnotaa baredan arkadhee #nuralhudaa hedun hordofaa isin warii sagantaa tana ga geitan galatoomaa ❤ #faiza #abdulaxif #abdunasir rabbif jachan isin jaladha
As wr wb qaliwwan koo baga ngyn dhuftan
❤❤❤❤❤
Gara kesatiin nadubisaa
Abdulaxiif ( fariyaa
❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉
❤❤❤❤❤❤ yaa Mashaallaha Mashaallaha Mashaallaha Mashaallaha Love 💕 Love 💕 Love 💕 Love 💕 Love 💕🫶❤
As.wr.wb.
❤❤❤🎉🎉🎉🎉
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯