YORDAANOS NU HIN CEESISU: Mamush Wandimu | SDA Song 2021
HTML-код
- Опубликовано: 2 дек 2024
- This is new SDA Afaan Oromoo Song we already brings for you.
🎬Watch our most recent songs:
• Dhumni Waan Hundaa Dhi...
Follow us on facebook: / haftuuproduction
Join us on our telegram channel: t.me/haftuuproduction
Follow us on instagram: / haftuuproduction
#Ethiopiangospelsong #Haftuuproduction #faarfannaahaaraa #sdaoromosong #protestantmezmur
Thanks for watching
May the almighty God abundantly bless you!
ganama sa'a 2 haga 6ttin dhaggeeffadhe ! quufuun dadhabeeem!
Dhugaadha! Faaruu heedduu nama eebbisudha! Eebbifam atillee!
Daachaa daachaa ebiifamaa bayee namaati tolaa
Amen my GOD bless you more!!
Ameen Ameen ebbifami obboleessa keenya waqaayyoo baraaf jireenyakee haa ebbisu
Eebbiifam daachaa waaqaayoo baraa jireenyaa Kee ha ebbiisuu
Hubadha Tirafikooni Gaafidhan Nuu Rakkisuu.......!!!!!!Waqayyoo baraf jirenyakeesaan gudda haa eebbisuuu
Eebbifam atillee🙏
Faaruu baayyee namatti toluu fi nama eebbisu dha. irra deddeeb'aa dhagahaa jira
Inni hundumaa danda'u guddaa godhee isin haa eebbisu!
Amen Gooftan isin haa ebbisu ebbifama
Ameen Ameen Ameen Ameen uuuuuuuuf waaqayyoo isini haa ebisuuu
Ameeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeeen waaqayyo si'a eebbisuuuuuu!
1111111111111111
yeroo malee gaaddisatti gorree boqochuunii .,,galma keenyaan nun ga'uuuuuu!
Waaqayyoo Isin haa eebbisuu Eebbifama. Hojii gaarii hojjechaa jirtu. garuu otoo vedio isaa suuraan nama farfatuu yeroo tajaajila garagaraa godhu wajjin hojjetamee gaariidha jedheen yaada. Hunda kan gidduu galeesa godhate jedheen yaadakoo kenna. sababan jedheef immoo farfannaan keenya Ormonni illee akka ilaalanin barabaada.
Tole irratti hojjenna, yaada gaarii keef guddaa eebbifami!🙏
Ameen goftaan isaanis ha ebbisuu
Ameen goftaan sii ebbisuu ebbifamii
Amusing! God bless you
Amen Amen Amen Amen Amen Amen Amen ebbifama ebbifama ❤❤❤❤❤❤
Ameen geetaa yibarikachew 🤲🤲
Ameen gooftan isaan haa ebbisu
Waaqayyo nugargaari jabeessi nudhaabika
Eebbifami dachaa
Amen Eebbifaamii obbolleessaa koo 🙏🙏❤❤
Ebbifamii .dachaa
Eebbifami Maammushe Faruu Keef
Ebbifaami
amaa dhumatii nama jabate dhabatu si ha godhu
kan hafes nuu xumuraa.waaqayyo sin haa eebbisu
Amen waqayo si haa ebbisu ebbifami....
MAAMMEE EEBBIFAMI HAADHOOKOO!
Ameen Eebbifami
Amen, Ebbifamaa.
bara baraa ebbifamiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiii
Waaqayyo dhumakeenya habareechu😭😭😭
God is good all the time
MAMIYE GOD BLESS YOU
Ameeen ebiffamaa!!!
Amen God bless you 🙏
Eebbifaamii
EEBBIFAMAAAAAA
Ebifamii
amen
❤🎉❤
😢😢😢😢😢😢😢🙏🙏✝️✝️
❤
ddd sda