Mana Warrakoo Gubeera ELYAAS YIRDAW Gammadaa Show 2024

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 9 фев 2025
  • #gammadaashow #Oromoo #oromomusic
    #Oromoo #NewMusic #oromosong
    #OromoSong #Yoomiyyuu #NewMusic #Oromoo #oromomusic #gammadaashow #oromoculture

Комментарии • 48

  • @abdiabrahim8045
    @abdiabrahim8045 12 дней назад +1

    Nuuf jiraadhu Helon Mask Africa si haa taasisu waaqninii. Mul'atakee siif haa dhugoomsu😍😍😍😍😍

  • @bosonacilaalo4252
    @bosonacilaalo4252 8 дней назад

    Waaqayyoo kanaa ol si haa guddisu! Milkaa'i Eliyaas!!!!
    Fiixan bayinsa gaariin siif hawwa

  • @NaolTube-pw2mv
    @NaolTube-pw2mv 2 месяца назад +4

    Wow Really I like this Guy he is Incredible man 🎉❤

  • @beshirdale2491
    @beshirdale2491 15 дней назад +1

    Dhalloonni qubee biyya akka jijjiiruu danda'u inni kuni ragaadha. Jabaadhu Eliyaas keenya

  • @ChalaGetachew-t5p
    @ChalaGetachew-t5p 2 месяца назад +3

    Kanan jedhuu gammadan keessumoota warra shawaa fi wallaga qofa afertaa namoota gandaa biraas yaddadhuu kaa

    • @alberteinstein9034
      @alberteinstein9034 2 месяца назад

      If u have Talent or something to share why not otherwise shut down your mouth don't be jealous we are all Oromos!!!

  • @ObsaaJamaal-u4u
    @ObsaaJamaal-u4u 12 дней назад

    Welecome gamadaa show❤❤❤

  • @ayelelemma394
    @ayelelemma394 14 дней назад

    Leenca nama Ulfaadhu atis Gammee

  • @GadisaTech12
    @GadisaTech12 2 месяца назад +1

    Fedhii fi dandeettii 💯 qaba

  • @ebisashugi
    @ebisashugi 2 месяца назад +1

    Waan ajaa'ibaan sirra baraadhe galaatoomi

  • @turkish_in_amharic.
    @turkish_in_amharic. 8 дней назад

    Biyyi qawween miti akkanatti beekumsaan jijjiiramti. Eliyas jabaadhu si duuka jirra jijjiirama qabatamaas ni fidna

  • @DuretiTadesse
    @DuretiTadesse 2 месяца назад

    qaxalee qaroo Oromoo❤️❤️❤️

  • @BikilaAbera-ci7zk
    @BikilaAbera-ci7zk 12 дней назад

    Amazing guy

  • @girmahirpasa1231
    @girmahirpasa1231 15 дней назад

    Great!
    We didn't know this abbreviation before.
    👏👏👏👏

  • @HumanityFirst-d1x
    @HumanityFirst-d1x 2 месяца назад +1

    Birthplace ......surprising!

  • @FedasaSax
    @FedasaSax 10 дней назад

    WOW

  • @alberteinstein9034
    @alberteinstein9034 2 месяца назад

    Our future Hero Elias we are proud of u ❤❤❤

  • @tayechefo6312
    @tayechefo6312 Месяц назад

    Galatoomi Gamme keenyaa

  • @AmentiHunduma
    @AmentiHunduma 2 месяца назад

    Wow really ilike this guy.

  • @drfeyissa228
    @drfeyissa228 2 месяца назад

    This guy is so amazing.

  • @borifanbayisaofficial
    @borifanbayisaofficial 2 месяца назад

    wooow ELA nama guddaa jabaadhu
    my former classmate

  • @AbdetaAbera-b8p
    @AbdetaAbera-b8p 2 месяца назад +1

    Gammadaa show lakkoofsa bilbilaa eliyaas abbaa AI technology post nuuf godhaamee ammuma

  • @Neba-q1e
    @Neba-q1e 7 дней назад

    Maloo waalda arara gessa hin fayyu 😢

  • @daughteroftheking3220
    @daughteroftheking3220 2 месяца назад

    Oromokoo tokofaaa

  • @makiama9561
    @makiama9561 2 месяца назад

    Galatoomii

  • @muletahailu3583
    @muletahailu3583 2 месяца назад

    MAAL WALIIN HOJECHUU DANDEENYA

  • @Fine_multitube
    @Fine_multitube 2 месяца назад

    sagantaa kana baayyeen itti gammadee namaa jabaa ,naama beekumsaa technology qabuu , naama eenyummasaa beekuu fi kabajuu nu dhiyeessitee gudaa galatoomii

  • @kanaolkumsa
    @kanaolkumsa 2 месяца назад

    GAMMEE

  • @GadisaTech12
    @GadisaTech12 2 месяца назад

    Place registration please please

  • @qamarqamar5310
    @qamarqamar5310 2 месяца назад

    ❤❤❤❤

  • @OromiaAguma
    @OromiaAguma 13 дней назад

    I'm very proud Ela but birthplace is really?

  • @GadisaTech12
    @GadisaTech12 2 месяца назад

    Dandeetti koo web developer kanneen akka html,css javascript phyton backend server

  • @zeharazehara9372
    @zeharazehara9372 2 месяца назад

    ❤❤❤🎉🎉🎉

  • @AmanuelAlemu-b6e
    @AmanuelAlemu-b6e Месяц назад

    Addunyan Jara 16 ma kessa wayyaa

  • @GadisaTech12
    @GadisaTech12 2 месяца назад +1

    Maaloo meeshaa electronics gaha ta'ee argaachuu koo qofaa malee waananan baradhuu tokko hin qabuu maloo

    • @hireetech
      @hireetech 2 месяца назад +1

      bro, maalif akkanati waywata RUclips irrati akkamiti akka guyyati 1000000 Akka argachu danda'an video Post godha hin waywatin, 1, please content akkasisan jijiri kijiban bakka gudda gahun hin jiru 2, portfolio bareda yoo qabate Dalagan bakka hunda ni jira apply godhi, YouTuba Jalati Comment Baresudhan wanni argatu hin jiru, Jabadhu Bekumsa Bareda Qabda keep it up

  • @gininatube8222
    @gininatube8222 2 месяца назад +1

    Namatti tola. Gammee yeroo interview gootu skip hin godhiin..Seenaasaa erga siif ibsee booda duraa duubaan gaafadhu!

    • @Worku-y7p
      @Worku-y7p 2 месяца назад

      Eliyaas👌

    • @liidiyaatolasaa6152
      @liidiyaatolasaa6152 2 месяца назад

      Waan ariifatu qabaam namichi kun ituu gurbaan yaadasaa ibsee hin fixin gidduu gala.

  • @muletahailu3583
    @muletahailu3583 2 месяца назад

    Ani barnoota keessa maal hojechuu danda'a?

  • @robagm-q4z
    @robagm-q4z 11 дней назад

    How can I contact HIM?

  • @FedasaSax
    @FedasaSax 10 дней назад +1

    youtube.com/@fedasasax?si=v8l1Ll-pFS4dPxse

  • @ayelelemma394
    @ayelelemma394 14 дней назад

    Leenca nama Ulfaadhu atis Gammee

  • @AdisuTamane
    @AdisuTamane Месяц назад +1

  • @tadessemerga
    @tadessemerga 8 дней назад

    Amazing guy