Mubarak ammalle naga busaa hin jiru. ayuu miskina 😭

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 27 окт 2024

Комментарии • 141

  • @YasuBira
    @YasuBira  14 часов назад +13

    Youtubi channela wabii irra galaati subscribe godhaaf 👇
    ruclips.net/video/5yfAmKpu2qY/видео.html

    • @beysatube8012
      @beysatube8012 12 часов назад

      Yasiinu ko woobii ko bayena jaladha nafi gafadhu

    • @MariamAli-qg5nf
      @MariamAli-qg5nf 12 часов назад

      Yaasuun hin bitaatee laata ayuun birii meqaa nyaatee😂😂😂😂😂

    • @zaharashura2868
      @zaharashura2868 11 часов назад

      😊😊

  • @NabsiiUfii
    @NabsiiUfii 13 часов назад +5

    Ani dhiifama naaf godhaati akka yaada kiyyaatti Yaasun sirrii hin jiruu!! Ati Hundumaafu hiriyyaa waan taatef kama bira geette hin fakkaatin. Yeroo baay'ee irra dedeebitee badii mubee qofa dubbachuu Jaallatta hundumaafu rabbiin si haa Qajeelchuu. Mubee ati rabbiin ta ufii Jaalatu siif haa kennuu ❤❤❤ Mubee I love you so much my brother

    • @بيكال1-ظ9ح
      @بيكال1-ظ9ح 9 часов назад

      Anii kan jedhu biridhafa jetanii malifi sobduu humata malifi nasiitu dhuga anii aka nama tokotu bayee siint gadee garu wan akan hin hojatin namni vido San arge baye nama gadisisa dhuga wan akan dhisaa

  • @Hayaati-j3y
    @Hayaati-j3y 14 часов назад +3

    Mubee intali sifii hini tatuu iraa fagaadhuu rabbii intalaa rabbii ishii sodaatuu fii Kani ibadaa qabiduu rabbii sifii ha kenuu

  • @ayuuwaalagaa
    @ayuuwaalagaa 13 часов назад +3

    Yasuu Atii Ayuu iraa guboo nyaatee moo dhugaa waabii dhusiitaa mee dubii Afaaniti qaabdaa mee🤛🤛🤛

  • @HaniiAhmad-fu8ke
    @HaniiAhmad-fu8ke Час назад

    Anii yasuu kana kesaatii waatuu naatii mulataa faakesituu waahiitii ok yero darbes badii waabii odesitaa garuu mucaan kun miskinaa Raabii isaa haa faayisuu ❤❤😢😢Attimo yasuu olii gaadii figdee hin faakeesiin ecciii yo ararsuu fetees dhuugaa jiruu dubadhuu ararsii maalee xaawalwalee nager nek ok saree

  • @tofikhamid3401
    @tofikhamid3401 14 часов назад +4

    yasuu atti maalif jiruu kee hinjiranee jate jatee dhiftee

  • @majedahA-o8t
    @majedahA-o8t 14 часов назад +2

    Masha ala

  • @KwtKw-b1l
    @KwtKw-b1l 4 часа назад

    Anaa kani na dhibuu yasuu mafi dubii ijaa qabaduu ijaa balesitaa subanaa alaa .yaa namanaa akaa dutuu ofirati bekttaa lataa garuu mucaa kanaa rabini isaa haa fayisuu garuu osoo mubee tee hiriyumakee fi kaa ayuu osoo siraa hafetii nati tolaa sababani isaa ati dhugaa kee balesani Kara. Ajechaa kaa sii gesarani yaa mubee ani nati hini tolee ademsii hiriyaa kee kunii garuu dhifamaa gudaa nafi godhaa 😮❤

  • @HaniiAhmad-fu8ke
    @HaniiAhmad-fu8ke 58 минут назад

    Nuutii daawatonii waan dhuugaa nuutii mulatee dubanaa ok kanafuu Attii of kabaajii dhuugaa dubadhuu Kolkolee oso dhugaa argiituu dhiibdaa mo

  • @AmeenaQatar
    @AmeenaQatar 14 часов назад +1

    Dhugaa mubarikiin kun bekaa namati ati Rabbiin intala garrii sif hahiruu tuni sif hin tatuu baga dhiftee

  • @JaharKhatun-i8o
    @JaharKhatun-i8o 14 часов назад +2

    Ati hin araramin mube wanta kana itti yadani godhan wanta.ef.matiike wanti siif caluu hin jiru .kanafu matiin kara barbadanin Haa xumurani calisi ilali. Yasunis ayuu ayuu jedha yeroo hunda.dubii giduuti madala hin jiru yasuun. Kanafu muben matii isa dhagahu qaba. Dura yeroo akka nama binessa dhahuti dhahan nama hin qabu jedhaniti.kanafuu kassa kafalu qabu matiin ayuu.yoo amma qalaliti dubii kana dhisani bodara wanta dhufuu hin bekan kanafuu matii dhagahu qaba muben😢

  • @husseenaadam-d5k
    @husseenaadam-d5k 7 часов назад

    ❤❤❤❤bayyegaridha

  • @kadijaasriibaha8599
    @kadijaasriibaha8599 11 часов назад

    Alhmduhii Galata rabbii baga fayitee ka masha allah Maasha allah tabarakla ❤❤❤❤😢😢😢😢🎉🎉🎉🎉🎉

  • @BduJdp
    @BduJdp 13 часов назад +2

    Bagaa rabiin sibasee wabbii❤❤❤

  • @Gudisee
    @Gudisee 13 часов назад

    Wabbii❤❤❤❤ bagaa fayitee amala qabeesa koo

  • @SusuuJimmaa-dp5zp
    @SusuuJimmaa-dp5zp 12 часов назад

    ati sirri hin jirtuu yusufa dhugaa dubbachufi malif nama dhigan dhagalee akka yalooti nagaa hin bu.uu mucacha firi eraa dhalatee hin qabuu

  • @Usamatube40
    @Usamatube40 11 часов назад

    Wlh mubeen doggogora takka hin qabu garuu ati hoggaa dubbattu silaa laaltee dhifama garuu

  • @ZenalabidiinAliy
    @ZenalabidiinAliy 12 часов назад

    Yassu jedhan kun haasa,uma hin beeku wollahi akkam nama dhiigni isaa jige akka laaftutti laaluuf yaadda saha si moo intala najisa santu gubbo si nyaachise sila

  • @Ayshaaa-u3p
    @Ayshaaa-u3p 10 часов назад

    Bagaa rabbi sii fayisee 😢

  • @manhalam4141
    @manhalam4141 14 часов назад +1

    Hamarti siif hin gurgurre moo akkam gootee?

  • @meseretnigusee6109
    @meseretnigusee6109 10 часов назад

    Ayyuu misikina jettaa Atii immo dhiiga namaa dhagaleesatee😢

  • @AmeenaQatar
    @AmeenaQatar 14 часов назад

    Wollah ayyuu badii qaba dhisaa kijiba hin qaqinaa 😢 wobiin pirankii jedhee jalati kufee dhifama gafatee yoo dhiftee mal qaba intala balagee

  • @Muudeeshow
    @Muudeeshow 11 часов назад

    Yaasuu waa hunda haasawin aaritu godhee dhiisi mucaan miskiinaa

  • @FatimaKhatun-y2m
    @FatimaKhatun-y2m 14 часов назад

    Ati malif mube kana Sheri yada garu subanAlha😢

  • @MashallahMashallah-u1x
    @MashallahMashallah-u1x 12 часов назад

    As wr wb yaasuu waabii jaaladhaee miidhaam jiraa dhiifamaa naara tii mee naaf gaafaa dhuu😢😢😢

  • @IchbinIchbin-s1m
    @IchbinIchbin-s1m 3 часа назад

    As wr wb mubuye qojo filate futa kaka keti sifabusuu

  • @meronkiflu8162
    @meronkiflu8162 56 минут назад

    Wabii Bareedduu baga waaqayyoon si fayyise

  • @FatimaKhatun-y2m
    @FatimaKhatun-y2m 11 часов назад

    Wobi Ayu maratuti Mali godha inshallah Rabbi Kani isani malitu qabafi

  • @Gudisee
    @Gudisee 12 часов назад

    Yasuu gowaa ayuun miskinaa miti sheexana ok wqbiin dubii dheeresu hin barbane obbolesa wamiti maale ari sareedha birraa maalii

  • @SufiyanSufi-k4e
    @SufiyanSufi-k4e 11 часов назад +1

    Ваgrabisifayiisee😊😊

  • @KebedeNede
    @KebedeNede 14 часов назад

    Bagaa waqaayyoo si faayisee❤❤❤❤❤

  • @Amina-q2g6c
    @Amina-q2g6c 13 часов назад

    Yasun ofiifu soda qaba dhisi dhisin dubbi fixee garuu dhugan jiruu ayyuun sa'ido dhaba jette dhiifama gaafte yasu bakka soda qabdu maafi jaarsuma teesa😂😂😂

  • @romeloloo3018
    @romeloloo3018 14 часов назад

    Kijiibaa lakii inii kijibinaa rabiini sodadhaa😢😢😢😢😢😢watii akanaa kunii mishaa mitii waraa dabobatee rabiini sifii hgodhu

  • @NaserAhmed-p6t
    @NaserAhmed-p6t 14 часов назад +1

    Dhugaa ketii bagaa sifayise

  • @qamariyanasir9492
    @qamariyanasir9492 14 часов назад +1

    Bagga rabbin si fayise

  • @oromiyaoromiya7709
    @oromiyaoromiya7709 14 часов назад +2

    Qubellaa ayuun siii gurgurtee dhugaa moo akkamii 🤣🤣🤣🤣 kasaa qarshiii miliyonaaa 2m gadiiii hin dhudhatiii milaa midhamtee harkaa mittii dhisiii ayuu soresaaa ykn duresaaa okeee

    • @Tamima-gi8uw
      @Tamima-gi8uw 14 часов назад

      Birii Qalabatii sanii haa ofii soruu amaa fayaa😅😅😅😅😅😅

    • @oromiyaoromiya7709
      @oromiyaoromiya7709 14 часов назад +1

      @@Tamima-gi8uw birriin qalabatii waan garbu shorbaa bitii mallee hollaa lukkuu sagaa dhadhaa waa meqaa bitamaa hin getuu ayuun saidoo abdatee arbaaf harkiii allaa ollee dhisaa kaa kafalufii miliyonii 2m ittii xiqataa

    • @Tamima-gi8uw
      @Tamima-gi8uw 14 часов назад

      @@oromiyaoromiya7709 amalle naa bitii kunii hin badee jechuu jirtii adda isii amllee gurgurtee hollah faa bitufifii tatii kkkkkkkkkk

    • @AmeenaQatar
      @AmeenaQatar 14 часов назад

      Kkkkķkkkķk

  • @suleymanaman3492
    @suleymanaman3492 12 часов назад

    Baga rabbii sii fayise mubi koo

  • @mujaahidumar
    @mujaahidumar 10 часов назад

    Yasu
    An sumaatu na dhibaa jiraayyu suutuma haasaa nagaan haasahuun maaf sitti ulfaata wallaahi akka mube ijatti haasooftu khana utuu namni ati ittiin haasawaa jirtu khun osoo ana tahee naaf ati wal-lollaa akkam

  • @MusaMuhammed-vm9xs
    @MusaMuhammed-vm9xs 5 часов назад

    Yaasuu sihi ammalle ka walitti oofaa jiru

  • @RSamaung
    @RSamaung 14 часов назад +4

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢

  • @AhmedMohammed-pg8qv
    @AhmedMohammed-pg8qv 2 часа назад

    Ati Yassuu jedhan dubbi walitti hin ofiin abbaan fedhees badi qabaatu ati media duratti situ badi qaba hin jedhiin

  • @FoziyaTube-x1h
    @FoziyaTube-x1h 14 часов назад

    Milkiin mana keessan haa seentu maatii naa tahaa❤

  • @Aisha2023-v7e
    @Aisha2023-v7e 13 часов назад

    Baga is kase😢😢❤❤

  • @MusaMuhammed-vm9xs
    @MusaMuhammed-vm9xs 5 часов назад

    Ati hoo badii hin qabduu yaasuu sammuu furrii konkaa

  • @KadiijaaBashir
    @KadiijaaBashir 13 часов назад

    Rabbiin is haa faayyiisuu

  • @sinkeseseba6563
    @sinkeseseba6563 3 часа назад

    Wabii yadaa nama dhiisi yadaa keettin deemii namni walitti nama buusu barbaada

  • @fatimauae828
    @fatimauae828 14 часов назад

    Atuu miqanyaadha mubee maal godhii jeetani 😢😢

  • @beysatube8012
    @beysatube8012 12 часов назад

    Yasuni Lakosa wobbii ko nafi ergii bayen jaladha wolahii

    • @KadijaaFuroo
      @KadijaaFuroo 11 часов назад

      😂😂😂😂😂😂😂

  • @ShukirYusuf
    @ShukirYusuf 12 часов назад

    Waree wal gesan isin hudinuu

  • @beysatube8012
    @beysatube8012 12 часов назад

    Wabiifi yasinu

  • @NabilaNabils
    @NabilaNabils 14 часов назад +1

    ❤❤❤🎉🎉🎉

  • @Obseebalee
    @Obseebalee 13 часов назад

    Waabbii yaasuu ofiraa dhaabii hiriyaa naamaa faakkatee naamaa nyaatuu saan fakkataa dhugaa gaaranas gaarasis faakaataa jiduu demaa

  • @TecnoUser-n4v
    @TecnoUser-n4v 4 часа назад

    Iyasuu zimi jedhe hatii muben midhamadhaa hayun sobidudhaa dhalituu sexanati shinii iraa in dubatinni

  • @KamilaNasser-u7o
    @KamilaNasser-u7o 14 часов назад +1

    Yaasin atimo yeroo bayee baleesadhaa jetee asaawaa hin olinkaa akaa gowaa asaa qabdee biraa debihii balesaan sihii jetaa yeroo 100 tokko eraa dedeebitee mubedhaan way

  • @aishaaa1904
    @aishaaa1904 14 часов назад

    Yasuu atilee jabadha jabadhu arasii

    • @majedahA-o8t
      @majedahA-o8t 13 часов назад +1

      🎉🎉🎉🎉🎉🎉

  • @Xhjcgj
    @Xhjcgj 14 часов назад

    Bagaa rabin si basee 😢😢😢

  • @TujubeTadeseHundesa
    @TujubeTadeseHundesa 14 часов назад

    Isheen baayyee sobdii sobde kakaattii

  • @AfnaanOr
    @AfnaanOr 13 часов назад

    baga rabbi si fayyise🎉

  • @Duniyaosman-o3t
    @Duniyaosman-o3t 11 часов назад

    Baga fayyate

  • @Muudeeshow
    @Muudeeshow 11 часов назад

    Yaasuu dhaaphu ati Hasawni ni gaha

  • @NajuAbdii
    @NajuAbdii 14 часов назад +1

    ❤❤❤

  • @Muudeeshow
    @Muudeeshow 11 часов назад

    Yaasuu itti dhiibin dirqiin dhiisi

  • @mohammedgalegalu906
    @mohammedgalegalu906 11 часов назад

    Atuu gowa hiriya qabinee

  • @trinaschannel2695
    @trinaschannel2695 13 часов назад

    Afaan nama hinbutin, yookaan nama hinmarin

  • @CaltuyeKHADR
    @CaltuyeKHADR 14 часов назад

    Mube wani taka hin balesin yaska

  • @Gudisee
    @Gudisee 13 часов назад

    Wabii ofiti hin amaniin yasuun sareedha inuu sitii wamee sii rebsisaa nama

  • @Tamima-gi8uw
    @Tamima-gi8uw 14 часов назад

    Yasuu wanii birii hagaa hasoftuu wanii Qubellah Yokan Qalabatii sanii mafii hin Gafanee jari tunii sayidoo fixuu muratee tii durumaa mariyatetii Ayuu Qalabatii gurguratee wobii kameraa bitee birii kenitefii Dubii jedhuu fatuu nuu dhaqabee😅😅😅😅 sayidoo miskinaa koo sayidoo Ayuu ajesuu Qabaa

  • @yussraamedia3452
    @yussraamedia3452 Час назад

    Yasu jedhaan affan nammaa maaf qabdaa?😂 gowaa

  • @FatimaKhatun-y2m
    @FatimaKhatun-y2m 11 часов назад

    Yaa gurba yasu ati nama dhuga dubatu miti ofi nuu jubisifteta

  • @MakiaMakia-q4b
    @MakiaMakia-q4b 14 часов назад

    Wl SL wr wb akamii jiratanii Baga fayitee

  • @tofikhamid3401
    @tofikhamid3401 14 часов назад

    mubi si fi ayuun said malaqaa qabaa jatani diramaa dalydani boda intalti sijalaa gargalte, hatuun yeroo hatu waligaltee yeroo ada qodaan waldabaan sanuma, mubee haqaa jiruu basi midiyaa iraati dubadhuu ayuun kijibaa malee said akka hin jalanee

  • @MayramEbrahim
    @MayramEbrahim 11 часов назад

    Kana maratu intalatif..hanga dhiphachun. Waan biratti

  • @Xhjcgj
    @Xhjcgj 14 часов назад

    Ati malif mubee kanatii hofta dubi osoo agartuu eci umataa gowaa yasuu atii samun kee sirri mitti mubarkaa mal sitti balesee ayyuun mal sif kenitee osoo dubi agartuu malif garaa mubee shari yadaa gowaa

  • @snaapsnaap2204
    @snaapsnaap2204 14 часов назад

    Initaa shaarmuuxaa maalii dhifiitaaii

  • @Jmaila-cb5eh
    @Jmaila-cb5eh 11 часов назад

    Baga rabin ke si fayisee

  • @FadiiliiRabii
    @FadiiliiRabii 14 часов назад

    Muubeena. badii. Hiina. qabuu yasuu. Adaaba. Goodhii

  • @aishaaa1904
    @aishaaa1904 14 часов назад

    Rabbin lachuu ha ararsuu silee baga fayitee

  • @AshuumohamedMohamed
    @AshuumohamedMohamed Час назад

    Aka kiyyati yasuu sumatu dubbi laqaa jiraa 😂

  • @MawardiMizab
    @MawardiMizab 11 часов назад

    𝐦𝐮𝐛𝐞𝐞𝐧 𝐡𝐮𝐦𝐚𝐚 𝐡𝐢𝐧 𝐭𝐚𝐧𝐞𝐞 𝐝𝐡𝐮𝐠𝐚𝐚 𝐧𝐚𝐦𝐚 𝐨𝐛𝐬𝐚𝐚 𝐪𝐚𝐛𝐮𝐮 𝐦𝐮𝐛𝐞𝐞𝐧

  • @AmeenaQatar
    @AmeenaQatar 14 часов назад

    Wobiii ati yasuu kana malif demte amanttee

  • @Tamima-gi8uw
    @Tamima-gi8uw 14 часов назад

    Yasuu kormaa koo wollah Dubii kee namaa kolfisisaa badii kesanii wanii dhumatii mitii biyaa gutuu wollii baftii jetenii wollah dhugaa jetenii😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅😅

  • @CaltuyeKHADR
    @CaltuyeKHADR 14 часов назад

    Ani sila mube wani taka tehe nin ajesa ayu Akmi dhuga

  • @KedijaKedija-n9e
    @KedijaKedija-n9e 14 часов назад

    አማርኛ ቀላቅሉበት ምንም አልገባኝም

  • @SofiaAli-z6x
    @SofiaAli-z6x 14 часов назад

    Aswrwb.mubeeBagaaRabiinSiiFayyisee❤❤❤

  • @AmeenaQatar
    @AmeenaQatar 14 часов назад

    Wobii baga fayiteee

  • @Muudeeshow
    @Muudeeshow 11 часов назад

    Dhiiga irraa bu'e deebiffamuu qabu

  • @HnanHnan-z6u
    @HnanHnan-z6u 14 часов назад +1

    Eeeeeee❤❤❤

  • @Muudeeshow
    @Muudeeshow 11 часов назад

    Raada eegee dhiigaa ti intalti

  • @AmmM-j5o
    @AmmM-j5o 13 часов назад

    🤲🏼🤏🤏🤏🤏🤏🤏🤏🤏🤏🤲🏼💔💔💪💪💪💪💔💔

  • @HeteHeatee
    @HeteHeatee 4 часа назад

    Dubiin bayate hin bareedu

  • @majedahA-o8t
    @majedahA-o8t 13 часов назад

    Uuuu

  • @MmN-p1l
    @MmN-p1l 28 минут назад

    Wobbi itu sitahe hin dhistu obboleti keti nami harka ol fudhanan badin keti baqa badi ke fudhu akka koti woma jara irra hegamu godhani sanumayu intala dubarati harka olfudhata asa tokko male dhifama godhif

  • @kadiiraman9753
    @kadiiraman9753 13 часов назад

    ❤❤❤❤❤❤❤❤❤😢😢😢😢😢

  • @beysatube8012
    @beysatube8012 12 часов назад

    Woobbii ko ani si jaladhe nafii Amerika jira

  • @MeryumabdulrahmanMeryumabdulra
    @MeryumabdulrahmanMeryumabdulra 14 часов назад

    ❤❤❤❤❤❤😢

  • @HeteHeatee
    @HeteHeatee 4 часа назад

    Hi

  • @melikausman6189
    @melikausman6189 11 часов назад

    Usbo atuu domadha hadubatuu us ma'jatan tiyaan balagedhaa

  • @ChaltuBiya-ir3rt
    @ChaltuBiya-ir3rt 10 часов назад

    Muben badi hin qabuu is in dhiraa of setemoo silaa

  • @FadiiliiRabii
    @FadiiliiRabii 14 часов назад

    yasuu. Atii. miicakhana. itii. Hiinafataa

  • @FatumaBubaa
    @FatumaBubaa 13 часов назад

    🎉🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉