Maqballeessi Waboo Taatee Wallaggaa Fi Booranaa Dhagahaa
HTML-код
- Опубликовано: 5 фев 2025
- Taatewwan Jidduu Kana Wallaggaa fi Booranatti tahan ilaalchisee Waboo maqaa balleessuuf shira tolfame tahuun beekame Guyyoo Waariyoo, Abraham Birruu fi Yihun Ingidaa
Jabaadha yeroo ammaa kana sagaleen ummata Oromoo isiin qofa . Haqaa jirtuu ifaa baasaa jirtuu jirtu isiniin boona jabaadha.
WBO koo Raben sif gudesu Oromiyaa aka bijis basetan shkee hin qabnuu 💚❤💚
Guyyoo yaadni ati dhiyeessitu gaariidha garuu yeroo dubbattu fuula kee hin qaqqabatin, moobayila hin tuttuqin, hanga waa'illan kee haasa.anii xumuranitti gidduu hin seenin.
Keessaa kenyaatu nu madda'ee osumaa ufatuma Garrii yuu osoo ofiirra qabatiini ijoolleen tu laman
Nooraa nooraa 👍👍👍👍👍
Wolicamee United Oromia❤❤❤🌹
diqaala karaa irraa guurametu humna addaa jedhame malee humni addaa sirrin hinjiru. isheen amma jirtu kan magaalaa oromiyaa keessa deemte dubarti adamsitudha
Welcome OMN true Mediy I love it
As wr wd 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🥰🥰
WAL CAME U. O❤💚❤U. O🥰🌳
Abiyii fi OPDOniilee hojii hojii wayyiituu hojjataa hinjiran Ani akka ilaalcha kiyyati Abiiyyifi hahylamaaram dasalanyi ija takkan laala ka biyya bulchaa jiru daanieel kibrati Aabiyii fi OPDOniile teetee waan jarri barreesite dubbisuu malee ofiiraa ka, aanii wanti jari hojjataniifi dubbatan hinjiru ta ofiitiifuu gabruumaa Jala jiru kanaafi ragaan Aabiyii Ahmad gaafa baale deeme tokko masaaraa mootumaa osoo itti hinqophaayin seenee hoojii baleesee Angoon na harkaa baatee harka diinaa seente jirti kanaafi tokko ta,aa qabsaayaa diina jidduu babaasa jedhe akka maqaaf achi taa, aa malee hojii hojjachuu hindandeenyee ifati bayee dubbate kanaafi wanti isaaraa eegan hinjiru
Welcome united oromia
💓💓💓💓💓
beekumsi xiqqoon manaa diigdi
ሰላም በፍቅር ለምንወዳት መተኪያ ለሌላት ሀገራችን ኢትዬጵያ ያምጣልን 🙏🏽♥!!!"
Guyo wario dhuga dhubate
Uuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuu
The number one Oromo people enemy is OPDO
የአማራ ሀይል በኦሮሞ ክልል ውስጥ ገብቶ ትውልደ ኦሮሞ ላይ የጅምላ ግድያ መፈፀሙ በጣም ያሳዝናል
በስልጣን ላይ የሚገኙት ትውልደ ኦሮሞዎች ከአማራ ተቀባይነት ለማግኘት ብለው በኦሮሞ ወንድሞቻቸው ላይ ብዚ የጭካኔ ድርጊቶችን እየፈፀሙ ይታያሉ
haalli kun oromiyaa kutaa adda addaa keessatti itti fufaati jira fakkenyaaf salaalettis haaluma wal fakkatu rawwata jiran gochi diinummaa mootumman rawwata jiru baayyee nama jibbisiisa mana hidhaatii baasuun dargaggoo ajeesaa jiru vidiyoo gahaan of bira qaba
Kkkk siin beknaa ede amaraan wallagaa sente dha oromoon kufee nyate bulte amaraa ballesiina jetenii dhamatuu fayyaa kuno akkasumaa nama gubaa amaraa kam fixanii isiin?wallaggaa kessaa
Oromo hin raffin ka’ii lolii uffra deebiisii
OPDO is one of enemy Oromo people!!!