Video Reaction on "CHAAPPEFFAMEERA" by Dastaa Hinsarmuu. Haala akkamii keessatti akkan barreesse..?

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 19 окт 2024

Комментарии • 110

  • @waktolabula9365
    @waktolabula9365 Год назад +1

    My best singer Dastaa Hinsermùu Waaqumti Waaqarraa si Haa eebbisu! woow!! 🥰🥰❤

  • @yerosaanjf9922
    @yerosaanjf9922 3 года назад +1

    Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Farfata Dastaa Hinsarmu Goftaan Macaa siyaa Ebisuu Ebiifamii huuufff 🤲🤲🤲🤲💟💟💟💟💟💟💟 waqayyoon ini sidimee maqan saa bara amaa baratii yaa Ebifamuu ♥❤

  • @yeroosan5737
    @yeroosan5737 3 года назад +1

    Uuffee dhugadhaa far kee hunduu heedduu namaa ebbisaa ebbifamii 🙏🙏🙏🙏💝💝💝💝💝

  • @jituuchannel5360
    @jituuchannel5360 3 года назад

    Uuufffee ebbiifamii guddaa dhugaa farfanaa kee hundaa isatuu bayee jaladhaa nama waqaayyoo ebbifaamii🥰🥰🥰🥰🥰🥰💖💖💖💖💖🙏

  • @shelemakefena496
    @shelemakefena496 3 года назад +2

    Waaqayyo inni karaa hundumaa sigargaaree, wanta hamaa siif qophaa'e sidabarsee yeroo kana siif laatee, ka'umsa kee kaleessaa si yaadachiisee akka isa galateeffattu si godhe Ulfinaan haa jajamu Dastiyyee. . .

  • @Biki-cp7su
    @Biki-cp7su 8 месяцев назад

    WOW www God blessd you more Amazing you and appreciate

  • @namewhyfive4805
    @namewhyfive4805 3 года назад

    Wwwooowww nama waaqayyoo ebbifamaa dhugaadhaa baayyee jaladhaa faarfaana kan dhugaadh

  • @ayanaejeta5944
    @ayanaejeta5944 3 года назад

    si qofa miti hundi keenya ittin Eebbifamne Obbolessa keenya Dastaa si jaallanna.

  • @gadisefikadu1098
    @gadisefikadu1098 3 года назад

    Ammmmmeeeeeeeeeen Ammmmmeeeeeeeeeen Ebbifamaa Ebbifamaa dachaa dachaa

  • @jambochali3364
    @jambochali3364 3 года назад

    Eebbifami! Dastaa baayyee namatti toltu atis Haati Beekaas.

  • @almasgutama5535
    @almasgutama5535 2 года назад

    Wow so amazing bayee jaaladhaa farfanakanaa ebifamii amayuu kanacalaa siratii hadhangalasuu

  • @magaaltube2022
    @magaaltube2022 3 года назад

    Abooo...Nama nana AmmayyuWAAqayyou Guddaa godhee siyaa eebbisu....uuffeeeeeee.... ani bara meeqaf haala meeqa keessa akkan ittiin darbe anatu beeka....ammayyuu imimmaanifuu ilaalun dadhabeem...Dastaa obboleessakoo eebbifami..

  • @nanyuamy7441
    @nanyuamy7441 3 года назад

    Uuuuuuufffff Ameeeen Ameeeen Ameeeen Nama Waaqayyo ebbifamma dachaa Ayyaannii dibbaanii Humni Waaqayyo dachaa siif haa bayyaatu....... Wowwww

  • @feyisamereba2328
    @feyisamereba2328 3 года назад

    Faarfannaa Ani yeroo hunduma ittin eebbifmudha. kana qofaa osoo hin taanee faarfannaa kee hundumaatiin ebbifameera. Jabaadhuu ittii fufi.

  • @dnkjesusislorddnk1130
    @dnkjesusislorddnk1130 3 года назад

    Uuuuuufffeeee waaqayyoo saa eebbisu Dastaa nama waaqayyoo, ani ijoollummaa koo irraa egaalen farfaana kee itti eebbifamaa turee, amma ille baay'een itti eebbifamaa, waaqayyoo baay'ee saa eebbisu hanga dhumatti saa dhabuu jabaadhu nama waaqayyoo ❤🙏

  • @emabitff8700
    @emabitff8700 3 года назад

    Dasta (Abba beeka)Ayyaani waaqayyo sirra jira kan daangaan isaa hin beekamne😃dhugaadha,kolfaa gammadaa faarfatteem kunuu diina keenya seexana Leeyyesee, salphisee, mataasa lafa ilaallchisaam😄gammachuun Ati Qabdu diinakee baayyee gaddisiisa. Barrike Afe isa ammaa caala Eebbifamaa haa ta,u ❤❤❤❤

  • @bereketbb5850
    @bereketbb5850 3 года назад

    Ameeeeeenn eebbifamaa waqayyoo barafi jirenya kesani haa ebisuu

  • @nanyuamy7441
    @nanyuamy7441 3 года назад

    Uuuuuuufffff Eleleeleee Eleeleeee Hallelluyyaa Hallelluyyaa Hoo YESUES Ulfaadhu Bara baraan Ameeeen Ergaa guddaa of keessaa qaba Ebbifammaa dachaa Nama Waaqayyo..... Uuuuuuufffff Abdii qabaa ol Sammirraa....... 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

  • @nainanin9950
    @nainanin9950 3 года назад

    Yeroo Sanaa shambuu dhuftee sii arguuf musaa malee olee yoo misaf galee taumsa fulduraa wan hin arganeef yeros qalooo turtee dhugaa batii Kee afurii qulquluun essattii akka sii gutee nuf himtee turtee dastiyee keenyaa 👌💪

  • @berhanuabera7021
    @berhanuabera7021 3 года назад

    Namaan jalaadhuf Ajahibsisaafadhuu farfata Dastaa hinsarmuu waqaayyoo Sii ebisuu Ebifaammi nuf jiradhuu

  • @felmetademoze4
    @felmetademoze4 3 года назад

    Dastaa baayee dhugumatti eebbifami.garaa nama ciibsa farfannichi. Yeedalloon saa durii jijjiirameera

    • @berhanuabera7021
      @berhanuabera7021 3 года назад

      Namaan bayee jalaadhu Dastaa hinsarmuu waqaayyoo Sii ha ebisuu Ebifaammi

  • @wakweyaolani3741
    @wakweyaolani3741 3 года назад

    Wow! Chaappeffameera. Anis ittiin eebbifaameera!

  • @boniiamboo8414
    @boniiamboo8414 3 года назад

    Eebbifami dasta jabadha

  • @MdAbdullah-ty3jz
    @MdAbdullah-ty3jz 3 года назад

    Ameen Ameen uuufffeee dastu ati nuuf nama addati💗💗💗💗💗💗💗💗💗💘💘💘💘💘💘💘💘💘💘Ebbiffamii Ebbiffamii Ebbiffamii Ebbiffamii Ebbiffamii Ebbiffamii Ebbiffamii

  • @yoowaqayyoojedhe........2477
    @yoowaqayyoojedhe........2477 3 года назад

    Wwwwwwoooooooo Ameeeèen Ameeeèen Ameeeèen Ameeeèen Ameeeèen Ameeeèen Ebifamaa waqayoo isin haa Ebbiissuu obolotaankoo

  • @hawii1034
    @hawii1034 3 года назад

    Uuuuffeeeeeeyyyy ebbifama daacha dacha

  • @pamelanehme4410
    @pamelanehme4410 3 года назад

    Wqy hafaa bara keessanii haa eebbisuu F/D$ all your family's 😍😍😍😍😍🙏🙏🙏🙏👏😍

  • @kitesajohn1916
    @kitesajohn1916 3 года назад

    Eebbifami Eebbifamaako
    Ammayyu ayyaanni waaqayyoo siifaa baayyatu😍😍😍😍

  • @asuualemu486
    @asuualemu486 3 года назад

    Eebbifamii dachaa

  • @eirbaya5517
    @eirbaya5517 Год назад

    Ameeeeeeen Ameeeeeen Eebbifamaa 👏🤲🙏💕💚❤️👏🤲👏💐🌻🤝

  • @bontugetachow4188
    @bontugetachow4188 3 года назад +1

    Ameeeen ebbifama dacha

  • @israelyackob8326
    @israelyackob8326 3 года назад +2

    Daawwatoonni yeroo ammaa daawwataa jirtan like godhaafii jajjabeessaa

    • @abuyeabdi6252
      @abuyeabdi6252 3 года назад

      Inumaayyuu Waaqayyo saba Israel yeroo biyya Gibxii(Misir) isaan baase biyya baay'ee dhaala akka godhataniif isaaniif qoqqoodee akka qomoo qomoo isaaniitti isaaniif kenne, Macaafa Iyaasuu,boqonnaa 13,14,15,16,17,18,19,20,21,.....haa dubbifatan qilleensarra akka jiraattu barbaadaniiree utuu fooniin jirtuu?ati sichi maatii baay'ee hortee qomoo bal'aa taata biyya isa falmaafii jirtu utuu hin taane, biyya biraayyuu sichi dhaaltahoo!!!!!! Namarra waa hin eeggatin Waaqayyo isa gatii namaa baasu qabda waan ta'eef!!!!!!

  • @jesusislordjesusislord3854
    @jesusislordjesusislord3854 3 года назад

    Uuuuuuuufffffffffffeeeeeeeeeee
    Waaqayyoo baraa jirenyaa keetti haa eebbisuu namaa waaqayyoo
    Ani farfaana kana bayy'ee bayy'een jaaladhaa

  • @leensaawallaggalixaa2544
    @leensaawallaggalixaa2544 3 года назад

    Ebbifami dastaa ko

  • @asnakukumauae7755
    @asnakukumauae7755 3 года назад +1

    Waaqayyo baraa kee eebbisuuuuuuu

  • @israelyackob8326
    @israelyackob8326 3 года назад +2

    37 watching now

  • @tigistzbr2261
    @tigistzbr2261 3 года назад +3

    Dastaa dhugaa faarfaanna kana iraati annii baayy'ee xiqoo dhaa birrii tokkoo lanee ilala ture garuu guyyaa tokkoo anii baayy'ee xiqoo dha harmee koo gabba dhaqii nanii jetee anii yoomus baadiiyya dha akkaa ammaa mitti ture anii sa.aatin gaanna dha jedhen ta'ee ilala ture anoo yoon faarfaanna koo xummure gaddii ba'uu sa.aatin 12 ta'era mana firaa buleen gafaan galuu baayy'een rebbame faarfaanna dastaa saliphaa mitti human qabaa Eebbifama garuu haraa yoomun ta'e yaadduu baayy'ee na dhiibaa hojii gooftaa koo waaqayyoo koo ha Eebbifamu

  • @esholekorsa9465
    @esholekorsa9465 3 года назад

    Ebbifama dachaa

  • @بدريةهارون-خ9ي
    @بدريةهارون-خ9ي Месяц назад

    ደስታዬ ተባረክ❤❤❤❤❤❤

  • @ermiassagni3259
    @ermiassagni3259 3 года назад

    Dhuguma dhuguman siin jedha Ati Jabaa Namaatiim

  • @destatolera3018
    @destatolera3018 2 года назад

    Ebbifamii ammayuu😍😍😍😍🙏

  • @sinbofikadu737
    @sinbofikadu737 3 года назад +1

    D koo ebbiffaammi ati faakeenyaa dhaalotaati

  • @esholekorsa9465
    @esholekorsa9465 3 года назад

    Dhugaa baay'ee.itti.ebbifamera.ani

  • @almjabisa3474
    @almjabisa3474 2 года назад

    Uuuuuufffffeeee Ameeen Ameeeeeen ebbifama nama goofta

  • @metiytolesa7278
    @metiytolesa7278 3 года назад

    Goftan sihaa eebisu Farfana baye namati toludha🙏 thanks

  • @yesusmalejirenyihinjiru2562
    @yesusmalejirenyihinjiru2562 3 года назад

    Uuuuuufffuu wq sii haa ebisu dhuga 😍

  • @yesusmichuudhugaa3133
    @yesusmichuudhugaa3133 3 года назад

    uuuuuufffaa ebbiffamii

  • @dhaabeeligaabaa5964
    @dhaabeeligaabaa5964 3 года назад

    wawoo Ebifamaa Abbaa Beekaa😍😍🙏🙏🙏

  • @Deebiimedia
    @Deebiimedia 3 года назад

    Farffaanan kun dura slowdhaan hojjetameraa jedhu kun dhugaadha?

    • @betyqun20
      @betyqun20 3 года назад

      Shby mati nf tayi lubbu

  • @fasoo3286
    @fasoo3286 3 года назад

    Wowowowo

  • @LalistuDammaqaa
    @LalistuDammaqaa 3 года назад

    Wowww farfaannaa anbaay'ee jalaadhuu ❤❤❤

  • @senaabaqalasenaabaqala7491
    @senaabaqalasenaabaqala7491 3 года назад

    Eebbifami🙏

  • @saraaleta5532
    @saraaleta5532 3 года назад +1

    Uuuufffee Ebbifama nama Waqaayyoo 😭😭😭😭😭

  • @ermiassagni3259
    @ermiassagni3259 3 года назад

    God bless u dear ♥♥,
    Anis chappeffameera

  • @samigodero5612
    @samigodero5612 2 года назад

    si dhiisii anuu baay'een itti eebbifame nama waaqayyoo

  • @gemechisgutema3668
    @gemechisgutema3668 3 года назад

    Ati warra biyyaa lafa hin dhaga'ii yaa Dasta kiyyaa ammale ganaa warra biyyaa lafatti mataa dhukkubi taa'a
    Ammalee ayyani waaqayyoo sifhaa baay'aatu .dhugaa jette ati sanyii waaqaratti ..√√√√√

  • @mtssitayomucaakakuumobile9289
    @mtssitayomucaakakuumobile9289 3 года назад

    Nagaan waaqayyoo isiniifaa baayi'atu
    Woowwoo Faarsaan kee baayi'ee nama Eebbisaa Maqaa waaqayyootiin Eebba wal irraa hin cinneen si haa Eebbisuu gooftaan Ayyaannisaa kanumarra caalaatti isiniifaa baayi'atu maatii keessan hundaa waliinuu// Waaqayyoo keenyaa akka ijoollee Abbaa hin qabneetti isa gadi nu dhiisuu mitii Isaaf galanni dachaadhaan yaa ta'uu Haaleeluyyaa Jaadhuu hamna dhumaattis ija jabaadhu Hamaa diinakee gooftaan lafa ilaalchiseeraa maqaa yasusiin ☦💜🙏🙏🥁🥁🎻🎻🎤🎤🎧🎧✅✅

  • @nimonatolera6936
    @nimonatolera6936 3 года назад

    Eebbifami nama waaqayyo

  • @martahabtamuu2712
    @martahabtamuu2712 3 года назад

    Ebifammm kormaa koo

  • @daleeabdiisa5407
    @daleeabdiisa5407 3 года назад

    THANKS

  • @solomonworku8866
    @solomonworku8866 3 года назад

    Amazing song.

  • @ser5471
    @ser5471 3 года назад +1

    amen amen amen

    • @betyqun20
      @betyqun20 3 года назад

      Xtra mati nf tayi lubbu

  • @israelyackob8326
    @israelyackob8326 3 года назад +1

    👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍

  • @keenaakeenanamm4253
    @keenaakeenanamm4253 3 года назад

    ተባረክ ሁሌም ጌታ ይባርክ

  • @adema1610
    @adema1610 3 года назад

    Ameeeeeen.... Chaappefameera!

  • @ebsaofficialtubes3301
    @ebsaofficialtubes3301 3 года назад

    Wow namatti tola dhugaa dastaako

  • @astefikadu2184
    @astefikadu2184 3 года назад

    Ebifamaa namaa waqayoo

  • @israelyackob8326
    @israelyackob8326 3 года назад

    Dhugaadha waaqayyo si haa eebbisu first singer😘😘😘

    • @betyqun20
      @betyqun20 3 года назад

      Israel mati nf tayi lubbu

  • @meseratjaleta6940
    @meseratjaleta6940 3 года назад

    Waaqayyoo si haa ebbiissuu ❤❤💚💚

  • @tsegneg4551
    @tsegneg4551 3 года назад

    Dhugaaa baayyee nama ajaa'ibatti ati.

  • @israelyackob8326
    @israelyackob8326 3 года назад

    Best singer

  • @tjkiti9423
    @tjkiti9423 3 года назад

    My God bless you dear brother!!

  • @biqiltuuborii2233
    @biqiltuuborii2233 3 года назад

    Bagaa nagaan nuu dhufte🙏🙏🙏🙏

  • @tmaniacell7446
    @tmaniacell7446 3 года назад

    Eebbifamii namaa waaqayyoo

  • @geteangasu3681
    @geteangasu3681 3 года назад

    Dastardly ebbifami 😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭🧡🧡🧡❤❤❤💘🙏🙏🙏🙏🙏

  • @bayiseyoutube7462
    @bayiseyoutube7462 3 года назад

    Ebbiffami dachaa akka farfanna kee hundaa jalladhaa yeroo hundaa Nan dhaggeffadha kessumma Kan araba naadhi Kan Gara maxxane bayyuma itti ebbiffama jiradhu qaali nama

  • @dnkysema1532
    @dnkysema1532 3 года назад

    Ameeen Ameen ebbifamiii

  • @sifanjesus6031
    @sifanjesus6031 3 года назад

    Uuufffeeee ebbifaamaa eyyee boquu gad deebiise hin deemu osoon yesusiin qabu.

  • @qanaiiethiopian4786
    @qanaiiethiopian4786 3 года назад

    Wwwwwwwooo Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ebbifamaa 📖📖💔💔💔💯💯💯🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰

  • @israelyackob8326
    @israelyackob8326 3 года назад

    Saboota waaqayyoo maatii naaf ta'aa

  • @diboraawayyeessa4072
    @diboraawayyeessa4072 3 года назад

    Ufeeeeeeee ufeeeeeeee yesukooo isini HaEbisuu Ebifamaa Ebifamaa Dachaa toribaa Ufeeeee Maqaamaa Yesusii Amennnnnnnnniiiiiiii

  • @waqaayoogaridha4901
    @waqaayoogaridha4901 3 года назад

    Wwwwoowww dastiyee😍😍😍😍😍

  • @samsungsamsung9156
    @samsungsamsung9156 3 года назад

    Ebifami nama waqayyo dhugadha farfana ke hedutin ebifame ati dhuguman nama waqaf dhime hojjetudha gara gutu amale waqayyo bara ke gutu cimse siya dhabu hama dhumati farfana qofan miti barumsa bayyedhanile bayye nu barsisa jirta wan hedun baradhe dhuga akan godhe ibsadhu hin beku dhugan siti gamade bara namni dhuga dhibe kanati nama aka ke kana qabachu kenyati bayyen gamada waqayyonis galatefadha nuf jiradhu ati bayye fakenya gari nuf taterta kana aka kee kuma kuma nuf ha dhalatu💓💓💓💓💯👍

  • @soriketema2126
    @soriketema2126 3 года назад

    Haa ta'e malis ta'u maal ati hojiin kees dubbiin kees soogidda dha jabaadhu itti fufi

    • @shopshopt6701
      @shopshopt6701 3 года назад

      Wwwwooowwwwoooww waqayo sini hebisu

  • @ireneac2534
    @ireneac2534 Год назад

    Nagaani Waqaayyoo sifi abayaatuu ebbifami dachaa dachaa Maloo mobile ke na ergi

  • @feyisalemessa2201
    @feyisalemessa2201 2 года назад

    Dastaa keenya Nagaan bakka jirtutti siifi maatiiwwan keetiif ha ta'u. obboleessa keenya hangafaa, Qabsaa'aan, gootni, Ambaasaaddarri moorummaa Rabbii, Abbaan faaruu kilolee hedduu, walaloo kee sana attam goote? nadhiin sun? Meerre albumni biraan kan Miliyoononni eegan ?, keessumaa inni bara dargaggummaa kee ?
    Ni boqonna dhiyeenyatti.
    Junior scientist in Africa

  • @tarikee5tube443
    @tarikee5tube443 3 года назад

    Ameeeeenii Ameeeeenii 👏👏👏👏👏👏

  • @asnqechshumye9852
    @asnqechshumye9852 3 года назад

    Dasita farfan kee baayeen jaaladha ani yeroo san qala ture ama furdate ❤🤣

  • @solomontakele1636
    @solomontakele1636 3 года назад

    Waanumti na dhibu, muuziqaan faarfannoota keef taphatamu addatti sagalee qabaam unlike others' !! Abbaan kennaa kanaa haa eebbifamu

  • @sababiniijirachuukooiyesus1944
    @sababiniijirachuukooiyesus1944 3 года назад

    Well come

    • @betyqun20
      @betyqun20 3 года назад

      Sababin mati nf tayi lubbu

  • @ruuteetube516
    @ruuteetube516 3 года назад

    Baga nagan dhiyate

  • @israelyackob8326
    @israelyackob8326 3 года назад

    Baayyisee si jaaladha waaqayyo baga si qarqaare

  • @saraha3787
    @saraha3787 3 года назад

    Ameeeeeeeeen.ameeeeeeeeen Ameeeeeeeeen

  • @abechbaba4936
    @abechbaba4936 3 года назад

    Ameen Ameen ♥️

    • @betyqun20
      @betyqun20 3 года назад

      Abech mati nf tayi libbu

  • @biqiltuuborii2233
    @biqiltuuborii2233 3 года назад

    Chaphefameeraa uuuuufffeee🙏🙏🙏🙏🙏

  • @itisagadisa9712
    @itisagadisa9712 3 года назад

    Farfannaakee isaa narraa bunaan samirraa barrisee jedhuu nuuf maaxxaansii

  • @worqusima1598
    @worqusima1598 3 года назад

    Anaaniyyuu yaadan naballeessite

  • @hailuejeta663
    @hailuejeta663 3 года назад

    አንዳንዶች ማንነታቸውን ክደውና ሽጠው አዲስ የፈበረኩትን ማንነት እንዲንቀበላቸው ጆሮአችን እስክ ደነቁር ድረስ ልነግሩን ከመሞከራቸውም በላይ ሌላውም እንደ እነርሱ ማንነቱን እንድክድ ለማድረግ ይዳዳችኋል እውነቱ ግን ጌታ ሁን ያለህን መቀበል ለእግዝአብሔር ዕውቅና/Recogntion የምትሰጥበት የመጀመሪያ Step ነው Jabadhu !

  • @rehobootwandimuu5142
    @rehobootwandimuu5142 3 года назад

    Amma fakkartuu geessa dhugaa!