Bagaa nagaa dhufte qalii nama bareduu koo ani dhufa yadaa baredaa fi kana nama barumsaa nama kenuudha qabate dhufte jabbadhu bayyee nama tola jabbadhu bareduu koo mataa duree nama barsumsa qabate dhufte qalii nama bareduu koo ani dhufa yadaa baredaa fi kana nama🎉🎉🎉❤❤❤
Baga baga jabaadhu
I'am from America 🇺🇸 Wow new oromo music perfect 🥰
Hayee❤
Galatoomii adeeroo keenya. Mee hanqinaafii crimina jiru osoo nuuf kennite natti tola
Mee Wly ja'i
@@DJMAFIITUBE0000ĺlĺĺĺppp❤❤
coming up I love you oromo music ❤❤
From Somalia 💞🇸🇴🇸🇴🇸🇴🇸🇴
Sirba Afaan Oromoo huunda silaa ummanni Harargee kun sirbee
Aboo isiniin booneetiin jira❤
Artist Ibsaa Abdurahamaan hedduu galatoomi. Aadaa harargee tan ganamaa ol baasuu keetiif.
Galatooma hundi kessan obboleyan koo thank you isiniin jaaladha ❤❤❤
Best Music Welcome Sinjenne biroo I am form Wallo Kamise Oromia ❤📷🔎❤
Ati baga keenya taate walloo to goota
❤ bayye sagalee aja’ibaa qabdan hanga arra eessa jirtani umrii dheeraadha fayyaa gammachuu waliin haadhoo koo dafaa kanbiraa baasaa🎉
Video ajaa'ibaati well done ❤🎉 hedduu nama toltan. Ibsishaa keenya nu boonsite. Jabaadhu
Amazing 😻
Jabaadhuu sirbaa bayyee bareedduu nuuf gummachitee halumaa kanan itti fuufii
I'm from Tanzania ilove Ethiopia oromo music ❤❤
KKK
Gaafa gadaa kiyyaa san anis akkattin dhidhiqadhee, goofaree tiyya keessa filaa loosee, teephii kiyya itti gad-dhommossee ganda dubraa dheqan ture. Video tana laaletin akkan amma keessa jiruufi dardarummaa tiyya tan dursanis yaadadhee kophaa tiyya taa’ee booyutti jira. ❤❤❤❤❤
asiis akkasuma....
rifeensi goofareen san khutee dhallaan adutti baatee
ilkeen bareedduun san cinaan khuttee ta haftees shindooytee seequuniis harshim
wahallee khuttee yaadannoon qofti hafte
❤❤❤❤❤❤ibsaa keenna
Ani dhiira ta akkanaa tanan beeka ❤🎉
❤🥰🥰❤️🥰 Waw Hojii boonsaa hoojate jabaadhu Qaalii Keenya ❤❤
Waan ajaa'ibaatiin dhufte.
Ammaas marsaa dhufu weellistoota nu yaadachiifta jennee yaanna
I am from Nigeria 🇳🇬
I love Oromo Music 🎶 and Artist .
I don't stop listening this music.
Keep going brother ❤
😂😂😂 soba dhiisi bro 😂
Kkkkkkkhhhhhhh Oromummaa itti qaanfatteeti Nigeria 🇳🇬 himattee wallaahi hedduu nama ajaaiba doofaa akka keetii kanaa wajjiin dhalachuurra silaa dhalachuu baatani.
KKKKKK
Jajjabadhu obolesa kiyya ibsa galamso sijalanna heddu ❤❤❤❤❤ sirba aadaa oromoo hararge mullisu baredadhaaan akka dhuftuus abdii sirraa qabna ❤❤
Im from jamaica love Oro music
Waaw Oromo music Amazing ❤
New Ibsaa galmasoo God job joradhuu
Jabadhu obbolleessa kiyyaa Qalii dhugaa hedduun hedduun namatti tola this is best oromo music great ❤❤❤❤❤🎉🎉
Hayi raba dori❤
Jabaadhu Jaallee Koo 🥰
Best music original culture ibsa naf jabaadhu ❤❤❤
ዋው ካልገባኝ በጣም ያምራል።❤❤❤❤❤❤❤🇪🇹
❤❤❤❤❤❤❤ woww jaladheera ,
❤❤
❤❤❤❤hojii keessan isiniif jaaladhee jira jabaadha kana caalaa ammas jabaadha❤❤100%❤❤❤
Hi Ibsa that's Amazing! Truly I'm glad to hear your voice. ❤❤❤
REAL MAN ! MASHAA ALLAH BRO Baguma i am from kenya ja'in
It's a nice love song with just a guitar and drum. So impressed by the singers. There is something magical about songs played on the acoustic guitar.
Baga Nagaan dhuftaan Qaaliilee ❤❤
Waan Gaarii Hojjattanii Jabaadhaa Kana Caalaa Hojjadhaa
❤❤❤ woow warra dur urjinaal
Welcome Hararghe tiyyaa❤❤❤
Woow walee heduu bareeduu dha ❤
Harargheeeee
wallisan akkuma joollee Harargee kana, Hararege people are naturally gifted to sing sweet music
Listening from canada great job 🍁 🇨🇦
wow 🎉halan qalabii naha gudhee
Sagaleen isaanii nama marara❤❤❤❤
Awesome guitar players you guys and keep it up with same spirit...big up you
Oh good job bro keep it up
Wwwwowww ❤❤❤❤❤❤. Jabaadhu ammalee ❤❤❤❤
Bayee barredaa Oromokoo jabadhaa! Sirbaa guitaraa bayee namtii tolllaa. Oromo Haraararge biyaa jalaala💜
I'm from chiroo w harargee....amazing golden sound..good work ✨️ 💛 👌
Woow maasha Allah ibsishaa kiyya❤❤ baqaa barana konfoleesi ganda dubraa dhaqee 🙇♂️yeron itti xiqaate buluuf yaalii 🙆godhun Amma😂kaa 😳magan
Waaaw 👌 good job❤❤❤
Wowww what a great cover and clip😍😍
wowww
Bagaa nagaa dhufte qalii nama bareduu koo ani dhufa yadaa baredaa fi kana nama barumsaa nama kenuudha qabate dhufte jabbadhu bayyee nama tola jabbadhu bareduu koo mataa duree nama barsumsa qabate dhufte qalii nama bareduu koo ani dhufa yadaa baredaa fi kana nama🎉🎉🎉❤❤❤
welcome hojii bareedaan dhufte❤❤❤
Halumaa kanan itti fufii lenca kiyya qaalii nama Akka waalle nama irra debiini yeroo tapatan Akkanitii bareechudhaa malee yokan dhiisuudhaa si jalaana❤❤❤
masha allh adaa ofi bonsu qabnaa jabadha
❤❤🎉🎉🎉bayee namatii tola jabadha isini waliin jira sa.udii arabiya magala riyad irra bayee isinin bashan jira🎉🎉🎉
Hojii bakka itti dhaabbattee fuudhuun akkana! jabaadhu.
Jabadhuu❤❤❤❤❤❤ ibsa🎉🎉🎉
Ibsaa fi Agartuu Laa laal boo Sirba isinumti sirbaa 🎶Your voice sounds incredible 🤞
Jabaadhu
Waaw amazing 👏 vedio
Love Oromo Music From Somali
Baayyee bareedaadha Kan biraa illee itti deebii haaroowmii
Hojii gaariidhaa jabaadhu
Wwwwwoooow❤❤❤❤❤
Wow! Amazing!
What A collaboration between wife and husband🎉🎉🎉 badessiyi❤Galamsiyyi. Agartii sabaa itti fufi qaalii teenya❤
I’m from Madagaskar i love oromo song❤
Bro anis wara biya tana jiratu Wal ha baru akkam jettta
Madagaskar tana
I'm also from madagascar i love oromo music❤❤
Think you our brother fom madagaskar fahyyy 100#
am from i love amharic song
yadaanno tiyya nattii kaaftan, itti fufa....
Sagaleen Ibsaadha 100% 👌
Wooow ❤❤❤❤
Ibsa Galamsoo anis macharadha jabadhuu bro America 🇺🇸 irraa si dawachaa jira❤
Baga oromo tatee I love ❤️ from arsii zone❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Jabadhuu Arts keenya qaalii
Good work ❤
Heduu namatti tolla dhugaa❤
Baayyee gaariidha jabaadhu
From galamso galmso tiyyaaaa
Wow 👌 bro keep up hojii garii nu dhuftee❤
Bayyee Barrera jabadhuu ibsaa
I'am from china i like oromo music❤
Good job ❤❤❤❤
wow joolleen teenya tun hoggayyuu tokkoffaa dha
They are always on the top
Ibsishaa sira cabeetin jiraa❤❤❤
Waww amazing job ijjoollee tenya jabaadha❤❤
Bayyee Bareeda Ibsayyee
Dhiira jabaadhu waan bareedaadha
Amazing performance!!!
Kan biraa nii nuuf dalagii hbbi ❤❤❤
Woooow Sirba ajaibaa video qulqulluu wajji! Jabaadhu Ibsaa khiyya
Qaxalee keenya ibsaafi Agartuu ❤❤❤❤❤❤❤
Wallee Abdii qophee maalif cover hin gonee saa kan baredduu baddiyaa ja'uu san itii yaadaa me
Good 👍❤❤❤❤❤❤❤❤
I love you bro it is amazing walahi good job. Ilma biya kiyaa
The last part of the song will ever remain a memory for me. 4th Dec 2023 was the day.
Joolleen Harargee loqoda mi'aawaa kanaan yeroo wallisan hedduu natti tolan
Nice guitar music, itti mudii
Wallee bareedaadha. Jabaadhaa!
Jabaadhu bro
love oromo brother from Somali
Saboon nu jiraadhu si wajjin jiraa
Best music ❤❤❤
Waw Wallee bareedudha❤ good job ❤❤
Yoo sirban akkana ga wayi mi’aa walaloo ❤
The best oromo music ibsa galamso❤❤ me dader man🥰🥰😘
Wow❤❤❤❤❤❤❤