Isqiyaas Mazammir - Oromiyaa OFFICIAL Music Video 2018
HTML-код
- Опубликовано: 7 сен 2024
- Ethiopian/Oromo Music -Oromiyaa by Isqiyaas Mazammir. New Oromo Music video 2018
Lyrics: Tolosa Midheksa,
Girma Teshome and Eskias Mezemir
Cenimatography: Shimelis Tadesse
Directed by: Amensisa Ifa
Production: Hiriya Pictures
Copyright © Hiriya Pictures 2018
Unauthorized use, distribution, and re-upload of this music video is strictly prohibited.
ውይ ውይ ውይ,,,,! አቤት ድምፅ አቤት ዜማና አዚያዜም! አቤት የቪዲዮው ጥራትና የመልክዐ ምድሩ ,ልምላሜ ,የወንዛወንዙ ውበት, የልጆቹ ቡረቃ መካተት...ላደንቅ ፈለኩ ግን ቃላት አጣሁለት! ደግሜ ደግሜ አሁንም ደግሜ,,,, ደጋግሜ ስማሁት ወደድኩት!!
Finally we got a National anthem for father land Oromia . Thank you 🙏 Ezkias
Father land👌
Isqiyaas Mazammiritii fi Amansiisaaf...weelluu kana yoon dhaggeeffadhu akka nama oromiyaa guutuu naanna'uuttin of yaada. hojii guddaa hojjettan. guddaa galatoomaa jechaa waa siiniin jedha, mee weelluu kana yoo dandeessan nuuf dheeressiaa, akkasuma oromiyaa guutuu naanna'uuf yaalaa, dhugaadha gatii sin baasisuu mala, garuu seenaa guddaa akka keessanii darbitan hin shakkiin. gama kootiin waaniin danda'uun sinbira dhaabachuuf waadaadha. sin jaalanna, guddoo galatoomiaa. egaa gootni keenya weellisaan hangafa keessan Haceenis isiniin bakka buuseetu wareegame. nuuf jabaadhaa!
ዋዉ ዋዉ ልዩ ድምጽ፣ልዩ ሙዚቃ ፣ልዩ ቅንብር፣ልዩ መልእክት በተለይ ድምጽህ በጣም በጣም ያምራል እውነትም ትንሹ ጥላ ሁን እድሜና ጤናን ያድልህ!
ደግሞ በዚህ እግዚአብሔር በስጠህ ቆንጆ ድምጽህ ዝማሬን ዘምረህ እግዚአብሔርን የምታመሰግን ያድርግህ አሜን።
Amen
Finaly we gate National anthem for diverse mother land of oromia
ክፉሽን ያርቅልሽ እናቴ ኦሮሚያ
ስላንቺ ሳስብ እንባዬ ይፈሳል
ፈጣሪ ይጠብቅሽ እናቴ ኦሮሚያ !ባዬ ሲንጃለዳ ያ ኦሮሚያኮ
ምርጥ ነው !!!!
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂 enda anta ayenatu Gila gil yenor yihun. Ethiopia metlat 83tun beher berasboch metlat malet new lela menem tergum yelahum . Saw yale saw bado new . 😖😖😖zaregninet timbi new yegamel. Uuuuuupppphhhh😷😷😷.
محمد الروقي 👎👎👎👎👎 tezekzek 👎👎👎👎👎👎👎
❤️❤️❤️
Jermar Sarsonas ♥️💚♥️💚♥️💚♥️💚♥️
Thank you u guys I love 😘❤❤💚❤ Oromiyaa God bless Oromiyaa.
I'm proud of you Oromiyaa ❤❤💚❤❤
Happy Oromiyaa
❤❤💚❤❤ Long life Oromiyaa mother land we love you so much
Oromiyaakooo god bless you
❤❤❤💚💚❤❤❤👌
እስቄ በጣም አሪፍ ሙዚቃ ነው ቀረፃው በጣምምምም ያምራል አመንሲሳ በጣም ጎበዝ ዳይሬክተር ነው በርቱልን!!!!!
አሪፈ ድምፅ
ዜማው ዋው ነው
በአጠቃላይ ይሄ ልጅ የሄን ችሎታው እንዲጠቅምበት ንገሩልኝ
እሚገርም ነው‼
Amensisa : you are number one!
በጣም የሚያምር እና የሚያኮራ ድንቅ ስራ ነው አንበሳ በዚው ቀጥልበት አቦ
Amensisa
Hiskiyas
Tolesa
Girma
Wow! Kun Jalqabbiidha... Waan Baay'eetu Isinirraa eegama! Ulfaadhaa!
oromiya koo siirra fagadhen jiirraa naggan naaf jiraadhu hamaa siiargutti ❣❣❣❣❣❣❣❣❣❣❣❣❣❣❣❣❣❣❣❣❣
Homaa jechuun hin danda'amu galatoomi amansiisaa vidiyoo bareedaa Kanaaf akkasumas iskqiyaas gumaacha kee Kanaaf hedduu sii galateeffanna
ወው በጠም ቆንጆ ሙዝቃ ነው።ኦሮምኛ ሙዝቃ በጣም ደስ ይላል።
❤
Oromiyaa❤💚❤
Ufff sagaleen kee nama boochisa . baga dhiiga koo taate❤❤
ኦሮምኛ ባልችልም የአማርኛ ያህል እየነዘረኝ አዳመጥኩት። ኦሮምያ ኡፍፍፍ
Really it’s beyond word to express my lovely Oromia ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Thank you brother!!!!!!
wawwoo garaa naa hamsitaanii! hojii bareeda oromiyyaa biyyakooo hamtuun kee dhabamaa hatatuu💚❤💚💋
Dear Isqiyas, You are marvelous!
Isqiyaas koo👍👄👄 naaf jiradhuu biyyaa koo oromiyaa naa yadachiiftee.
Anii biyaa alaa jiraa imimaan koo qabachuu dadhaabee.
Yaa rabbii kiyaa biyaa koo oromiyyaa ittii nagayaan naa debisii😭😭😨😨
excellent isko anther again thatis good and well i'am like very like you
Wow wow akkasitti oromiyaa nuf farsuu keetiif galatoomi. baayyee bareeda dha
oromiyaaaaaaaaaaaaaaaaaaaa lubbuu koo siifan laadha.
What a great work! Thanks indeed Amensisa, Isqiyass and the rest ...! Amensisa , we have to see Oromia Vol.2, Vol.3, ... This should be a must my dear. Such works are more than reading many books. You should keep telling the story with just few minutes art! Thanks!
Wow👏👏👏👏 what amazing production and song. Galatootaa
Uuuuuuuuuuufffee Biyyaaaa koooo siyaadee gaalatomi Lecaa kenyaa
ዋው ቆንጆ እንጉርጉሮ ቆንጆ ሙዚቃ
Esqiyas mazamir sagalee kee bayyee namatti tola.kana boodas waa hedduu sirraa eegna.bayyee si jaalanna nuuf jiraadhu
Wowww Isqiyaas nufi jiraadhuu Oromiyya Oromiyaa Oromiyaa
ለምለሚታ ኦሮምያ አገራቺን ለዘላለም ተከብራ ትኑር
😂😂😂😂Ethiopia le zelalem tekebra tnur. Ethiopian yemetala saw Egziabher atfalin.
አሜን
Wow nice song bayye tokko namati tola sagale keti bayye tokko nama gamachisa galatomi sanyii koo rabbi amale umir dheraa sifi hakenu Imiss u so much biyya koo oromiya harime tiyya!!
Wow it's gorgeous music...in fact Oromia's tippickal treasury....I have on word to express this...I love so much...Iskias & u'rs friends...!!
Wo
waani birraa birraa jedhuu umurii dheradhu sagalee ketifi bekumusaa kanani OROMIYAA💘💘💘💘😭😭😭💘💘BIYYAA KOO I LOVE YOU💘💘💘💘
Harmee too oromiyaa tiyaa rabin itii nuu haa galchuu biyaa bareduu Uuuuuuuuuuufffff😢😢😢😢😢❤❤❤❤❤
Yaa oromummaa yaa oromoo boohichaan garaankoo na dhukkubee akkam bareeda sagaleen kee .
Namni vedio kana qindeesse naa jiraadhu jabaadhu hojadhuu umriin turi siin jaaladha .oromoo yoom boontee biyyaa kee irratti jiraatta
Wow yamuu sirbaa kanaa dhagahuu kesii ko bayee gamadaa bayeen jaladhaa aboo jabadhuu Namaa akka ketii qabachuu kenafaa bayee gamadaa kanuman iti fufii ufffa you are my numb 1#
Amansisa ifa jecha siif hin qabu atI goota, gootummaa waanuma qabanitti cimudhaan Saba ofii boonsuudha. siin boona.an kan dandeetti ke bare sirba maala jira hacce irraatti ,hojiin kee artii oromo keessatti addatti olbahee muldhata .baayee isiinirra eegna hiriyaa pictures. Iqiyaas sagaleen kee akkuma bishaa oromiyaatti suuta qaama nama keessa yaa.aHora na bulaa.
Beautiful song beautiful video 🔥🔥Jabaadha ijoolle keenya
wow isquye soft music ati sirbite miira adda namatti kaasaamii jabaadhu goota koo si waliin jirra
አቦ እስቅያስ መርት ብቃት ያለህ ወጣት ነሕ ገና ብዙ ትሰራለህ ኦሮሚያ ፍቅር ለዘላለም ትኑር😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
አመንሲሳ ጀግና ነክ የኦሮሞን ባህል ለአለም ለማሳየት ደፋ ቀና የምትል ምርጥ ሰው ነክ። አቦ ሰላምክን ያብዛልክ ባለክ ለይ ይጨምርልክ።
ኢሱ በጣም ነው ምንወድህ የኛ የአጫሉ ምትክ!!!
የአመቱ ምርጥ ዘፈን nuuf jiiradhu obllessa kengaa.
ULFAADHU NI DALAGDE ATI(OOLMAA OROMIYAA HIMNEE FIXUU BAANNUS HANGA TOKKO OFIRRAA BAASTE WAAQ)....RABBI NU BADHAASEERA BADHASAA BARA BARAA 10Q ISQITAS...FOR YOUR WORK...I APPRICIATE YOUR WORK FOR EVER......I THINK ALWAYS PSSITIVE FOR MY REGION AS WEL AS MY COUNTRY...
oh my God, what a beauty and blessing it is. To listen to your song.
bayye si jalaana sagalee bareduu tanaa nufii jiradhuu sabonaa
Proud to be Oromian, lovely song, job well done bro, galatomi
HARMEE TOO OROMIYA
ALI BIRRAA HAMMA ISQIYAAS
ISIN JALLADHA
Harmee too oromiyaa yoomuu simaan boonna nuti ilmaan kee❤️💚❤️
" OROMIYAA".... Hojii gaariidha
Jabaadhu .
omg that sound that lyrics that instrumental tho perfect bro keep it up bro
Woyi bareda biyya kena kana thanks for the song beautiful
Wow very beautiful Music Video💯 Great work well done. Keep it up 👍
Wow oromia biyya abbaa koo 😍😍 hamaa kee nan dhageessisin
wawaawoo jabadhuu saanyi koo bayyee namati tollaa
Keep up the good work, Isqiyaas!! This is a great song!
Baayye Muziqaa Namatti toludha Galatoom Isqiyaas
WOOOOOOOOOOOOOOOOOOW OROMIA
BEAUTIFUL PLACE
Oromoyyia biyyaa koo 😘😘😍😍😍😍😍😍😍😍❤❤❤❤❤❤❤❤ oromo ko baayye sijaaladha biyya ko
Bayyee bareeda ammasi haaluma kanani jabadhuu itti fufii
Wow wow baye namati tola dhuga jabadhu sanyi koo
Waw bayye nama tola oromiyaa oromiyaa biyyatiya, good job 👌👌
not music, it is song! heart breaking and breath taking song
wow what a song!!! Really it`s heart touching
great singer jiradhu illima oromof
እዝቂያስ ምርጥ ስራ ነው በርታ።
uff what a magnificent work by our rising star Iskiyaas Mazammir.
Oromiyaa:-Nice melody ,walaloo and directing ...love this song ..!
Whata beautiful visual!!
wow bayyee namatii tollaa .................maal jedhee akka ibsu hin beekkuu
😢this music made me crazy😢❤❤❤ Jaalala Oromiyaa nuuf ibsiteetta , faaruu Oromiyaa tahuu qaba ❤❤❤❤ thanks nama aartii Jabaa koo❤❤
It very interesting music! When I was listen this song oromiya come my main we all Oromo people love you !!!
Sabboonaa oromoo sagleen kee namaa bochisaa!!!!! I👍👍👍👍👍👍
eski gerame andega lege ne tecelale serabete tecelale oromoya lezelaleme tenor yamerale😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍😍
Yeroon sirbaa kanaa dhgefdhu iniman qabchun dadhba hin qufamuu dageftame ❤❤❤💋💋💋🎤🎤🎶🎶🎸
Wyne yihe lij wste nw dmstu wow beka kalat yelegm 😍😍🌷
ውስጤ ነህ ኑሪልኝ
Biyya too Oromiyaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaa
Haadha goota kuma
baaye namati tola jabaadha....special wow for videos
I love u oromiyaaaaa🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹
❤❤❤❤❤❤❤
wooow waan baayyee nama aja'iibsiisuudhaa galatoomaa
You are the best director. Thank you for uplifting Oromo Arts
To be honest,this video left me speechless. Amensiisa is one of the best photographer,editor and director our country ever had.
Great job!
whar abour me eh??????
Woooow oroomiya kooooo horii buliii yya ijaa ofiii oroomiyya uuuupppppppppp❤❤💚💚❤❤
oromiyaaa💕💔 biyyaa tiyyaa
Wow oromiya baye natitolera isku 🎵🎵🎵🎵🎵🎵👌
Wow 👌 i don't have word for this clip❤
Ni dandessaa itti fuffii wow just wow 🙆♂️
amansiisaa rabbii ammas hubannoo kana caalu siif haa kennu.lafa akkas jiituu magarisa kanarratti sabni gaafa beela'ee,daaree qullaa buusu safu guddaadha.ogummaan aartii siif galeera jabaadhu.daa'imman uffata ciccitaan figan sun haala yeroo ammaa ilmaan oromoo itti jiru sirritti bakka bu'a.hiyummaa saba keenyaa cinaatti dhiisani jaarmiyaaleen siyaasa wal morkiitti jiru. kun safuudha.amma danda'ame kanarra waan golli oromiyaa keessa jirtu dalaguu itti sufi.
Isqiyaas heedduu si jaallamnna sagalee kee slow/lallaafaa kanaan onnee nu seentettaa jabaadhu.
horaa buli haadhoo koo
Rabiyaawel
Eyeebasyeegaraa/ namaanyaattaa//nuufjabaadhuurabbiini(ijaahaamtuuraasihaaeguuuuu)
Waaa hedduu namatii tola😍😍
Olbaanaa Xombora hacaluu
Galatoomaa wallisaa, barreessaa, walaloo, muuziqaa, waraabbii haga deegarsa yaadaati warri viidiyoo kana nuuf dhiheesitan martinuu.
sirba heddu natti tolee dha.
Just wowwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwwww Oromiyatiyaaf
Nuuf jiradhaa isiinii🥰🥰🥰🥰🥰
Wow, sagee kiilolee fi walaloo gabbataa, Amansiisaa kiyyaa galatoomi , Iskeenis guddadhu
Harmee to oromyaa si jaladhaa ❤️
Wow.this is adorable production . amansis ifa u are talented great guy thank u a lot & we expect more from u hiriya pictures.
An Amazing anthem for our beloved motherland Oromia
waawwooo bayyee namati tolaa
Oromiyaa harimeko qamasira fagadhu yadani simabira jiraa bayee namati tolaa Jabadhuu qomooko galatomi Dhugaadha oromiyaa dha
Isqiyaas koo sagalen kee dammarra mia.waa nuf jiradhuu maloo kana calaa akka jabattu abdii qabnaa isqee koo namonni bekumssaa qabdan cinaa dhabadhaa oromummaf jechaa galatomaa
ayyy sagalee. hojii gaarii dha. itti fuffi.
Uuuuuufffff oso biyya bareddu kan qabnnu biyya ormatti rakkanna 😢
Galtoomii weillu baredafi video bareda ❤❤❤👌👌
uuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuuu oromiyaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaa...........................unbilievable music
Jabadhuuuuu Qashitti orromiyyaan tenyaa badhatuu dhaaaaaaaa