Gaaffi fi Debi'ii Dr Saggaaye Araarasa Hawaasa Oromoo Toronto waliinii.Amajjii 28, 2025

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 5 фев 2025

Комментарии • 81

  • @Dino-q7q
    @Dino-q7q 8 дней назад +10

    Dr. TSEGAYE ARARSA! You are truly a gift from God. How blessed we are oromos to have you in our lives. 🙏💪❤️❤️❤️💚💚💚❤️❤️❤️

  • @adamushagermosusha2910
    @adamushagermosusha2910 8 дней назад +8

    We thnks God for his given us Dr TSEGAYE for our future leadership

  • @negussiebussa2724
    @negussiebussa2724 5 дней назад +1

    Dear Dr Tsegaye may our Lord bless you and your family. You are truly the son of Oromo. I am very proud of you.

  • @GaliAbabor-em9sq
    @GaliAbabor-em9sq 3 дня назад +1

    .Thank you Dr Tsagaaye for your Explanation ❤❤❤❤

  • @seifedinburka5091
    @seifedinburka5091 3 дня назад

    Thank you so much Dr. Tsegaye. Keep it up! Oromo people need knowledgeable and learned individuals.

  • @tesfatolla2236
    @tesfatolla2236 8 дней назад +5

    Dr. Tsegaye Ararsa is honest and trustworthy. He told truth to power!

  • @Tekle-q1z
    @Tekle-q1z 8 дней назад +5

    Ethiopia is the land of Oromos. Our enemies fought us in all their might to claim our land, history, culture, etc. Now it is time to bring back our glory in East Africa. Ethiopia is ours.

  • @DanaitMulu
    @DanaitMulu 7 дней назад +2

    Dr Tsegaye R Ararssa so proud of you God bless you ❤ thanks voice my people Tigray ❤❤❤🙏big respect

  • @yohedw
    @yohedw 8 дней назад +3

    well understood!! thanks DR. staggish

  • @chawogi4291
    @chawogi4291 День назад

    I don’t get enough of listening to him!

  • @TesfayeZergawu
    @TesfayeZergawu 8 дней назад +6

    We Oromoos want Oromoo nation State you are absolutely right Dr Tsegaye Ararssa.You are an Oromoo Lenin and teacher of teachers for Our people.

  • @SomoIya-s4h
    @SomoIya-s4h 7 дней назад +1

    Yooyaa gootoota Oromo 🙏🙏💪💪🥰🥰🥰💞💞💕💕♥️♥️💯💯💯💯🌹🌹🌹

  • @husseinseffaro9875
    @husseinseffaro9875 7 дней назад +1

    Great answers and thank you Doctor straggle galatomaa ♥️💚❤️👍

  • @OromiyaaOromoo-b1l
    @OromiyaaOromoo-b1l 8 дней назад +4

    ABO WBOn ha jiratu ❤❤

  • @Dino-q7q
    @Dino-q7q 3 дня назад

    Make OROMIA great again ❤️❤️❤️❤️💚💚💚❤️❤️❤️

  • @Tekle-q1z
    @Tekle-q1z 8 дней назад +3

    'Oromoon biyya hindigu ' Haacaalu Hundeessa.

  • @FBari-v1w
    @FBari-v1w 7 дней назад +4

    Great Explanation. Keep up. I think if you have some time, please give more explanations in these areas. I understood the diff b/n Dr Merera and Bekele G in their political standings today. I am not good in politics in general!!. hmmmm

  • @derartuusmail5708
    @derartuusmail5708 6 дней назад +1

    Dr.hayyuu jiraaadhu wbo cina dhabanna

  • @chakaabdulwahab68
    @chakaabdulwahab68 7 дней назад +1

    Kabajamoo Dr- Tsegaye dhiifamaa wajjiin jecha girrisaa jedhu kana sirraa hin eeggamu waan kana jattaanii ilmaan oromoo yaamuun sirrii miti yaada ju'uun qaba yoon balleeyse na'ofkolchaa !!

  • @Tekle-q1z
    @Tekle-q1z 8 дней назад +3

    We Oromoos our number justifies that we must govern Ethiopia

  • @husseinseffaro9875
    @husseinseffaro9875 7 дней назад +1

    🎉Nevertheless ❤️💚♥️✔️❤️💚♥️✔️💪

  • @mensur12mensur68
    @mensur12mensur68 8 дней назад +1

    Dhugadha jabadha

  • @Tekle-q1z
    @Tekle-q1z 8 дней назад +2

    Our enemies resized us to the current Oromia. But ours is Ethiopa. We got to rule Ethiopia.

  • @gosatelila4123
    @gosatelila4123 4 дня назад

    Dr ati jawaar otoo waliin marii gaggeessitani baayyee natti tola garuu wal qeequu, wal tufii kan jedhu gama lachinuu argina otoo akka kooti jalqaba balbalaa cufaatani as baatu jedhen amana

  • @AbbaLencco
    @AbbaLencco 7 дней назад +2

    Goota jechuun kana kuuno oromoo

  • @mulatuwoldegzi7715
    @mulatuwoldegzi7715 8 дней назад +4

    If oromia become an independant state,16 more independant states willbe merged, sidama,walita,afar,somali, gambela,beneshangul,extra

  • @reshidkasim8775
    @reshidkasim8775 7 дней назад +1

    Nama meeqatu laalara garuu

  • @l_oromo4424
    @l_oromo4424 8 дней назад +1

    ♥️♥️♥️♥️♥️🙏🙏🙏🙏

  • @mulatuwoldegzi7715
    @mulatuwoldegzi7715 8 дней назад +4

    Yes,OLA is impoeering politics, means military wing, who is political power of OLA, if OFC stands for ethiopian democratazation,?

  • @Gana-lr2gk
    @Gana-lr2gk 8 дней назад +1

    ❤❤❤❤❤❤❤

  • @Abdurahim-p9h
    @Abdurahim-p9h 7 дней назад +1

    Warra waan hin nirre faarsu
    Waggaa 50 daggalatti bahanii achumaanehafte

  • @yohedw
    @yohedw 8 дней назад +1

    sagalee kee yoon dhagawu sagalee obbo lammaan yaadadha galatoomi dr staggaaye umuriidheeraa nuuf jiraadhu.

  • @AladdiinAbush
    @AladdiinAbush 8 дней назад +1

    Dr tsagaayee araarsa maal taatee adeeroo keenyaa hayyummaan nama sabaa guddaa tokkoo arrabsuuf hayyuu xiqqeessuun beekamtiin dhufuu yoo jiraatee sabaa baldhaa qabsayaniif birattii ija tuffitiif jibbaatiin ilaalamuu qofa jedheen yaadaa wly kanaafuu please woli qeequu irraa woli hubachiisuun woli galuun sabaa kabajuun murteesaadha jedheen amana

  • @abdurahman-lq1mz
    @abdurahman-lq1mz 8 дней назад +1

    العقبة الاخرى التي تقف حاجزاً امامنا هي العقبات الشخصية ؛ فهناك بيننا حجب لابد ان نمتلك الشجاعة الكافية من اجل اختراقها وإلاّ فان كل واحد منا سيعيش فرداً ؛ وبالتالي فان القلوب سوف لا تلتقي ، ولا تتلاحم النفوس ، ولا تتركز الجهود ، ولا تتفاعل الآراء والافكار

  • @sifaanfayyaakoo7419
    @sifaanfayyaakoo7419 8 дней назад +1

    Just like Ilmaanis jabaadhasa wal tikafaadhaan dhaabbannee

  • @TuraDassalegn
    @TuraDassalegn 8 дней назад +2

    2:07 🎉🎉🎉🎉

  • @AliUmer-bu3mf
    @AliUmer-bu3mf 8 дней назад +2

    Sagayeeeee abiyii raa amharan waliin mariyachutuu caalaa

  • @muntimusa4204
    @muntimusa4204 8 дней назад +3

    Oromiyaan yoo qophaa baate Harargeen wallaggi jimmaan iluun akka qophaa bahan jala muraa beekaa. Warri wallaggaa oromoo gabroomssuu barbaada. No more.

  • @kemerdawid1482
    @kemerdawid1482 8 дней назад +2

    Garuu Dr Tsegaye waan tokko dogongorte.Professor Mararaanis hidhameetuma ture. Obbo Baqqalaanis akkasuma. Kana maaf irraanffatta?

  • @ramadanabdusamad7216
    @ramadanabdusamad7216 8 дней назад +1

    Doc Sagish Atti nama gudadhami jachaa dinni giirisaa jachee Qeerodhan yaamuu kana akkamitii attis Girrissa juwar jatte yamtaa?

  • @AbduletifAbdulay
    @AbduletifAbdulay 8 дней назад +1

    Qabsoo hangman wallabummati.

  • @Dursa-oj7bh
    @Dursa-oj7bh 8 дней назад +2

    Baay'ee sii kaabaja ani sii Dr. Garuu haasofnii kee kaan mirra(jawar) in gutaamee dha, dogogortee jirtaa

  • @kulasamustaf
    @kulasamustaf 8 дней назад +2

    Fakkeesitoota duraan essaa jiritaan jowwarin argiinana amma hiriba kataan😅

  • @waliikenya5169
    @waliikenya5169 7 дней назад +1

    Jawer daldalaa siyasati male kaayo hinqabu gara qillensa lalle jijjirama yoo fedhees akka amarati iskista sirbuf yaala luugama hinqabu✍️

  • @CaltuMamadi-c1w
    @CaltuMamadi-c1w 7 дней назад +1

    Girisaan malini waliti hinaafu osso dhistani hanga ama esa turtaniti jawaari kaanan kaatani

  • @AliyiIbrahim-d7g
    @AliyiIbrahim-d7g 8 дней назад +1

    ❤❤❤❤❤❤❤😂

  • @EliasArebu
    @EliasArebu 8 дней назад +3

    Dursa isin lamaan walii galaa
    Garuu qabsoon fudhatamu qabu kan jawar itti jiru kabaadha❤❤❤

    • @AnasMohamed-g9h
      @AnasMohamed-g9h 7 дней назад

      Jawaar irra dibaa jaalata
      Atiis irra dibaa jaalatta jechuudha

  • @IbroAbdi-b9n
    @IbroAbdi-b9n 8 дней назад +1

    Yada darredha wly

  • @abdigobe2996
    @abdigobe2996 6 дней назад +1

    Jawaar dorgomuuf taatars’uu dhiisa qabsoon amma isinitti mul’atte

  • @AliUmer-bu3mf
    @AliUmer-bu3mf 8 дней назад +2

    Isiin hayuu dhaa mitii barsiisaa dhaa malee

    • @tesfatolla2236
      @tesfatolla2236 8 дней назад +1

      Jawar shouldn't be given a blank check like 2018. Jawar akkas jedhee, "Qerro Bilisoomneerra manatti debi'aa." He also said "Abiy jalaatti barcuuma qaabna." jedhee qabsoo oromo nyaachiise. Oromo people need a consensus decisions, not an individual person.

    • @AnasMohamed-g9h
      @AnasMohamed-g9h 7 дней назад

      Ali Umer
      #### Ati Hayyuu jechuun Siif Jawaar qofa miti? 😂
      Jawaar Warren Akka kheetii doomaa khana Arkateeti Oromoo hanga tokkotti Taphachaa jira

  • @oromia583
    @oromia583 8 дней назад +1

    Yaada gad bu'a haasawa jirta dhugaa 😢

    • @tesfatolla2236
      @tesfatolla2236 8 дней назад +2

      Jawar shouldn't be given a blank check like 2018. Jawar akkas jedhee, "Qerro Bilisoomneerra manatti debi'aa." He also said "Abiy jalaatti barcuuma qaabna." jedhee qabsoo oromo nyaachiise. Oromo people need a consensus decisions, not an individual person.

    • @oromia583
      @oromia583 8 дней назад +1

      @tesfatolla2236 yeroo saniis waan jedhe qaba irraa deebi'i dhaggeeffadhuu dursaa. Amana itti kennaneemiti jedhe

    • @yohedw
      @yohedw 8 дней назад

      @@oromia583 jawaar afuuftuudha, dr. staggaayeen garuu hojiitti ture ammas hojiitti jira

    • @AnasMohamed-g9h
      @AnasMohamed-g9h 7 дней назад

      ​@@oromia583Akka ilaalcha Warreen Jawaar deeggaraniitti Namni yeroo hunda hindogongorre Jawaar qofa miti?
      Jawaar jechuun hattuu Salattu jechuudha
      Jawaar jechuun Sobduu faradduu irra dibduu
      Fakkeeysituu
      Ana qofaatu beekhaa
      Ana qofaatu Murteeysaadha
      Udaan haadharawu

  • @mohamedsheikh9318
    @mohamedsheikh9318 8 дней назад +2

    Dr. Tsegaye Ararsa hayyuu oromooti je'eetin aman ani akka nama tokkotti. Garuu haasawa isaa gadi qabee yoonin laalu (negetive) hedduu kan miizaana isaa Ir'isu hedduu uf keessaa qaba. Sunis isaafii obboo jawar yoo yaadaan waldhaba qabaatan karaa keessaatiin yoo fixatan irra bareeda bakka walgayii irrati (criticize) godhurra. Kan biraas jechoota bilxiginnaan nuun arrabsitu teessumarra taa'ee (girrisaa) yoo je'u baayee natti dhagayame. Jecha hayuu tokkorraa eeggamuumiti.

    • @tesfatolla2236
      @tesfatolla2236 8 дней назад

      Jawar shouldn't be given a blank check like 2018. Jawar akkas jedhee, "Qerro Bilisoomneerra manatti debi'aa." He also said "Abiy jalaatti barcuuma qaabna." jedhee qabsoo oromo nyaachiise. Oromo people need a consensus decisions, not an individual person.

  • @MuheeAbdii-o5k
    @MuheeAbdii-o5k 6 дней назад

    😂😂😂mee gargarumma jawarfi namicha kana mali jibbaa qabduu jawar irraati odeessuu feete sodatee teesanfi amara wajjii mar'an jechaa jirtuu haa wan isiin jeetan malee hin tahuu jechuu agarsiisaa kara isin baasuunu qabsa'i jiràa garuu jawar isiini quba isin hin qabu isiini immoo kaaratan isaa ummata jibbisisuuf walii isinii irraa ppp wayiij😢😢😢

  • @abdisachala9012
    @abdisachala9012 7 дней назад +2

    hatoota malee Waraanni bilisummaa Oromoo hinjiru. kuniis Jibicha oromoo hatee nyaachaa ilma oromoo ukkaamsanii fooqii ijaarachuudhaa ilma oromoo ajjeesuudhaan oromoofan qabsaa'a jechuun qaannnii guddaa waan ta'eef maqqaa kana otoo gara waaraana oromoo balleessuu yoo jedhame wayya jedheen yaada.

  • @husseinahmed6731
    @husseinahmed6731 8 дней назад

    Torbaan tarbe ethiopia nin diigaa jette hardha ammo fano waliin hasayu gi waligaluu qabna jedhuutti jirta learning law doesn’t make u a political elite

  • @oromia583
    @oromia583 8 дней назад

    Dr tsegaye maal taate adeerro ?

  • @IQbos-1342
    @IQbos-1342 7 дней назад +1

    hinaaftu johar, waa'ee jawaar maltu isa gahe, midiyan malif hoji nama kana maalif akka share gotan naf hin galu.
    yeroo johar hidhaa turetti eessa ture, amma johar hasayuu jelkabnaan gadi bahe. inni kan amma gadi bahee oromof yaadeeti miti; kayyoon isaa jawaaritti gufuu ta'uu fi oromia lafa dhiigaa gochuudha. jawaarin maqaa isaa dhahuu isaaf haayamuu hin qabnu. gadhee ,ilma habashaa kana.

  • @Tescomo-l5g
    @Tescomo-l5g 7 дней назад

    Dura eessa turtte

  • @tahiirgoodii6403
    @tahiirgoodii6403 6 дней назад +1

    You are not right leader for Oromo

  • @hindyboru3669
    @hindyboru3669 8 дней назад

    Warri biyyaa bulchaa jiru kuni akkamitti oromoo tahuu beytan????

  • @hordofaabdulazizkemer9876
    @hordofaabdulazizkemer9876 7 дней назад

    Dr tsegaye ararsa is tplf member bro don't be fooled by idiot 😂😂😂😂😂

  • @husseinahmed6731
    @husseinahmed6731 8 дней назад

    Ow ow this guy is more dangerous than dr abiy
    Biyya akka waan harka qabduu jawaarin wal haa morminu akkamitti jetta? Bakka san yoom geenne? Akkamitti ammoo girrisaa namaan jetta? I think dr abiyitu si ergee akka oromoon tokkumaa dhabdu

    • @yohedw
      @yohedw 8 дней назад

      yeroon qabsoo gola keessatti adeemsisan hafeera obboleesso. WBO bosonaa lubbuusaa laachaa jira. amma booda walitti hasaasuu osoo hin taane akkasitti walitti himuu wayya

    • @husseinahmed6731
      @husseinahmed6731 7 дней назад

      @ haata’u garuu amma yeroo waaye garaagarumma ofii midyaa gubbatti bahanii hasayanii miti garagarumma yoo jiraate behind camera tahuu Qaba ammatti waaye waltokkomsu hasayu qabna

    • @AnasMohamed-g9h
      @AnasMohamed-g9h 7 дней назад

      Jawaar Salii deemi hudduu isaa Jawaar Jawaar Jawaar Luchee haadha Jawaar deemaa hudduu isaa dhiqaa ok

    • @husseinahmed6731
      @husseinahmed6731 7 дней назад

      @@AnasMohamed-g9hyaada kee arraba malee ibsachuu hin beeytu? Umaanni mil70 ol tahu wanni akka saba lammaffaatti biyya keessa jiraataniif waltahuu dura walarrabsuutu isaaf laaffata

  • @AliUmer-bu3mf
    @AliUmer-bu3mf 8 дней назад

    Lasnemi abiyii islaamaa malii islamnii biyaa bulchuu hin qabuu jetanii isin warii lixaa kuni

  • @على.جبريل
    @على.جبريل 8 дней назад +1

    ❤❤❤❤❤

  • @MahamedYusuf-p5t
    @MahamedYusuf-p5t 7 дней назад +1

    ❤❤❤