Oromo Gospel:Yaadasaa Shirii/ Na dagattee hin beektu 2012

Поделиться
HTML-код
  • Опубликовано: 25 янв 2025

Комментарии • 714

  • @kushinvestment1851
    @kushinvestment1851 10 месяцев назад +20

    Eenyu kan faarsaa akka dammaa miyaahu kana bara 2024 keessa dhaggeefataa jiru akka haaraatti! Like tuqi,,,,❤❤❤❤

  • @dh8385
    @dh8385 Год назад +6

    The song that changed my life!!! I always hear this song in morning and night before bedtime .

  • @zemenayayenew7564
    @zemenayayenew7564 4 года назад +8

    ቋንቋው ባይገባኝም ግን ደስ የሚል መንፈስ ቅዱስን የሚሞላ የሚባርክ መዝሙር ነው ተባረኩ

  • @BontuAngesa
    @BontuAngesa 2 месяца назад +1

    Yesus ha galatoomuu, farf ajaibaati ebifamaa❤❤wagga sadin dura hiriyenko manasheti farf kana dhagefati ture ani yeros hin amanne garu farfanichi dhagefachuf fedhi dhabus natti tola ture, hardha garu anis gooftaa yesus amanadhe faarfachaan jira, galanni isaaf haa ta'u 🙏

  • @genetgemedagmailorbudhaati9574
    @genetgemedagmailorbudhaati9574 8 лет назад +3

    'Na dagate hin beetuu, Ali tokkitifile " Gooftaan Iyeesus dabale dachaadhani isiin haa eebbisu obboloota koo. Thanks for sharing with us. !!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!!.

    • @febenasefa1683
      @febenasefa1683 5 лет назад

      dhuguma jette anuu akan itti ibsuun dhabe malee thanxs

  • @williamyiampoy2113
    @williamyiampoy2113 3 года назад +9

    Am from 🇰🇪. Praise the name of the most high.

    • @yeseleanor
      @yeseleanor 2 года назад +1

    • @cawalehassan1374
      @cawalehassan1374 4 месяца назад

      2024 from kenya ı don't understand but ı lıke dıs song❤

  • @BensXewaso
    @BensXewaso Год назад +2

    perhaps the language may not be understood well despite the strongly believe in God am from Turkana, Kenya I love watching the Oromo gospels

  • @betelhemtesema7297
    @betelhemtesema7297 5 лет назад +16

    ይህን ዝማሬ እንዴት እንደሚባርከኝ ባይገባኝም ግን ዋው ዘመናችሁ ይባርክ

  • @ababaababa4187
    @ababaababa4187 6 лет назад +5

    ተባረኩ እናተ መዘምራኖች በስደት ላለነዉ በጣም የምንጽናናበት በመዝሙር ነዉ

  • @tsegayetola5795
    @tsegayetola5795 8 лет назад +9

    Lamaan keessanuu Waaqayyo isin haa eebbisu. Faarfannaan kun yeroo hundumaa anaaf haaraa dha dhaggeeffedhee hinquufu!

  • @cherinetbariso1205
    @cherinetbariso1205 8 лет назад +1

    Jireenya barabaraa waaqayyoo isin haadhalchisu.Ameen...

  • @imnji2263
    @imnji2263 9 лет назад

    Waqayyo nama hun dumaaf waan gari yadaa kan Akka Issa Enyu!!!!!!!!!!!!!!!!! Yesus

  • @asterzawude8992
    @asterzawude8992 9 лет назад

    Naa dagatee Hin beektuu Ameeeeeeen Namnii yerodhaaf malee nama dagachuu dandaan waqqayyoo duwwaadhan kaan namaa hin daganee Ameeeeeeeeeeeeen Haleeluuyyyaaa

  • @singitanurjii4322
    @singitanurjii4322 6 лет назад

    Uuuffffeeeeee naa dagatteen beektu ilililililililililililililililil ebbifamaa hundii keessaniyu namati toltuu farfatota afaan oromoo ammayu ayyanii waaqayo isinif haa baay,atu ❤❤❤❤❤❤❤❤😍😍😍😍😍😍😍

  • @giragnelala8164
    @giragnelala8164 6 лет назад +6

    Argeera Yesuus koo akka ati naaf naatu. God bless you. Never give up!

  • @tarikulegese6999
    @tarikulegese6999 Год назад +1

    የልጅነቴ አምላክ ስምህ ይባረክ።

  • @mebirattesfaye4478
    @mebirattesfaye4478 3 года назад +4

    Anii ortodoksii dha garuu yeroo dhageefadhu imimmaan na qaba😭😭😭🙏

  • @ማርቲፍቅር
    @ማርቲፍቅር 6 лет назад

    Ameeeen ameeen ameen
    Na dagate hin bektu uuuuuuufe yesus ko ......iliiliiiil ebifami abba ko

  • @alemleta8691
    @alemleta8691 6 лет назад

    Oromega alawikime gen yehin mezemure sesems weste haste yadrgale e/r yebarkiki tebarki

  • @samerha4891
    @samerha4891 4 года назад +1

    Yess Argeram Eyesus koo Akkatii naf nattuu Ebbifama dachadhann♥️❤️♥️❤️♥️❤️♥️❤️😘😍😘😍😍

  • @lomibasha5491
    @lomibasha5491 7 лет назад

    Argeera eyyee. . Haaleeluyyaa eleeeleee hebbifamaa ayyanni dachaa isinif haabay'atu, farfachaa hafaa sanyin kessan lafaa haa dhaalu, loomii baaca Saudi Arabia

  • @sonueslam1222
    @sonueslam1222 9 лет назад

    Waaqayyoo bara keessan haa ebbisuu ijoolee gooftaa akkuma kanaati fufaa........... ......from Saudi arabia irra

  • @tigiskasahun7107
    @tigiskasahun7107 5 лет назад

    Ammeen ammeen kanaa caalaa ayyanii waaqqayyoo sif haa dabalamuu darbii deemii

  • @MrMarksoft
    @MrMarksoft 11 лет назад +16

    ልቤን አእምሮዬንም ነው የነካኝ ዘማሪዎችም ይህንን ዮትዮብ ለይ ያደረከውም ተባረኩ እትዮጰያም ትባረክ !

  • @صقرالصقرالصقر
    @صقرالصقرالصقر 9 лет назад

    baay'ee waqqayyoo isin haa ebisuu samuun koo jiireenyii itti ebbifameraa (cuunii) wallagaa saudii irraa !!!!!.

  • @motulema7465
    @motulema7465 Месяц назад

    Farfanna kanaa akkan itii jaladhuu waaqayyoo baraf jirenyaa kee yaa Ebbisuu ❤❤❤❤❤

  • @sabntuabdulrhman2279
    @sabntuabdulrhman2279 9 лет назад

    jira yesus aban mulata ya wora gofta yesusiti hin amane amanu itti murtayera , karan gara waqa nama fidu tokko qofa inis yesus , yesus hafur waqatu fon ufate , hafuri waqa waquma male garbicha miti !!!!!! hin dogogorina garboni bayen jiru, kan hadhafi aba irra dhalate , yesus garu hafura waqayoti amiiiiiiiiiiiiiiiiiin

  • @yesuswaanhundumaakoo8049
    @yesuswaanhundumaakoo8049 6 лет назад

    Uuuuuuuuffff ameen waqqayyoo dachaa sii haa eebisu kana caala ayaanisa siifa baay.atu

  • @abdiikoogooftadhaa9088
    @abdiikoogooftadhaa9088 5 лет назад

    Amme Amme takka yesus naa nufilee gofta ebbifame yaddo keenya

  • @sarhmohamad79
    @sarhmohamad79 5 лет назад

    Argelam Eyesus ko Akka Atti naf natu Haleluyaa

  • @astermekonnen9331
    @astermekonnen9331 5 лет назад

    Dhugaa dha yesuustu ijaree sidaa seena koo ammeen ebbifam waqaayyo siiha ebbisu mucaa kay yoo

  • @QataaNufBariesaaamen
    @QataaNufBariesaaamen 7 лет назад +1

    Ammen AmmenAmmen Ebifama.Innichi naa batte barun kee haa ulfattu.Iyesus koo enyuun in madaluu

    • @kebeboaa2605
      @kebeboaa2605 6 лет назад

      UuuuuuuuuuuuuuufffffffffffffffffffffffffffeeeeeeeeeeeeeAmeeeeeeeeenAmeeeeeeeEebifamaa

  • @mulunegari7984
    @mulunegari7984 4 года назад +1

    GOOFTAA AYANA ISA ISNII FI HAA DHABAALUU EBIFAMAA LONG TIME BUT I LOVE MORE THAN I CAN SAY BLESS YOU ALL!!

  • @imanekumaleephisamucaakaku5780
    @imanekumaleephisamucaakaku5780 4 года назад

    Ameeeeen inichi nu bate barun kee haa ulfatu
    ishooo
    dach nuf Eebbifama F/ Yadasa👏👏👏👏👏📯

  • @gemedaurgesa4226
    @gemedaurgesa4226 7 лет назад

    Ameen gooftaan isiin haa eebbisuu , hanga gooftaan keenya deebi'utti cimaa faarsaa kaa

  • @tigisduresa1737
    @tigisduresa1737 7 лет назад +1

    Amen! Na Dagate hin bektuu Eyesus koo Barun kee haa ulfatu haleluyyyaa

  • @uaedubai122
    @uaedubai122 11 лет назад +1

    Yaadasaa rbbifaami farfaanaan kee naatii toola ayyaani waqayoo dabaale siif haa baayaatu! Eyyeen namni eyesuusin egaatuhin yeelahu!

  • @dirribetamasgen5050
    @dirribetamasgen5050 4 года назад

    Uuuuuuffffffffeeeeeeee AMEEEEEEEEN AMEEEEEEEEN AMEEEEEEEEN AMEEEEEEEEN AMEEEEEEEEN AMEEEEEEEEN AMEEEEEEEEN halleluyya yesuusee Koo fira gaafa hundumaa maalin ibsuuree
    Ebbifami Yaade mucaa kakuu darbii farfadhuu

  • @kennaayesus8465
    @kennaayesus8465 5 лет назад

    uuuuuufffff ebbafami goftaan baraf jirenyii kee yaa ebbisuu farfaanan kee bayyee namatii tolaa🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹

  • @bayisamuleta8301
    @bayisamuleta8301 8 лет назад +10

    Baay'ee namatti tola eebbifami waaqayyoon siwaliin haa ta'u!.

  • @namamishatube7616
    @namamishatube7616 9 лет назад +21

    This is awesome song personally I am blessed abundantly with this song. Yadasa Shiri, may God bless you

    • @parkyongah7430
      @parkyongah7430 5 лет назад +1

      Ameeeeen ameeeen

    • @bariteukakoji1785
      @bariteukakoji1785 4 года назад +1

      🙏

    • @bontonshon596
      @bontonshon596 4 года назад

      @@parkyongah7430 I have no op835478

    • @elemareda3065
      @elemareda3065 Год назад

      ​@@bariteukakoji1785 Zzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzzz__xzzzzxxx_zxxxxxxzxxxxxxxxxxx$xxx¢xxxxxxxzxxxxxxxxxx$xx z_zxxxxzxxxxx$xxxxxxzzzzxzxxxx¢xxxxxxxxx__zxxz$zxxxzxxzxxzzzzzxxzzxzzzx¢x___xxxzzzzxxxx$x___¢z$$xzxz xzzzzzzzxzzz_____¢xz__xzzzzzzzxxxxxxxx¢xxzzxzxzzzxxxxxxxxxzx$x¢xzxxzzzzxx_z zxzzz_x_zxxzzz___z__xzxxz_$__zxxzxzzzzzz_zxzzzzzzzzzzzzzzzzzzzz_zxzzzzxzzxzzzxxzxxzxxzzxzxxxzxzxzz_zzz_z_z_z__zzz zz_zz¢xx_zx_zzzz__zxxxxxzzxxxxxzzxxxzzzxzxxzxzxxxxxzxzzz_zzzz_zzz__z___zz____z_¢____zzz zzzz¢zzz__zzzzzz__z_z_zzzzzzz__z__z________zzz z zzz_z_zzz_zz__z__zz___z_z_z___z____z___z_z__z__zz__z_____zz

  • @tujubaadinew7033
    @tujubaadinew7033 5 лет назад

    Situ ijaare siidaa seenaa koo!! Ameen

  • @laaliseetakkelee5154
    @laaliseetakkelee5154 9 лет назад

    Gaafani farfanaa kana dhagefadhuu hiiriyotaa koo kan wajjin bartaa turee yaddadhaa ani garuu waqefataa pheenxe mittii

  • @FaantuuAbabba
    @FaantuuAbabba Месяц назад

    Argeeraa yesus koo akati naf tatuu inchii nabatee barukee haa ulfatuu uuuuuuuuuufffeeeee Uuuuuuuuuufffeeeee yesus koo ♥️ 💖 ❤️ ameeeeeeeeeen ameeeeeeeeeen ebifamaa ebifamaa ❤❤❤❤❤

  • @gadisadendena9499
    @gadisadendena9499 7 лет назад

    Na dagatee hin beektu
    Yeroo hundumaa Waaqayyoo Tiksee Kooti
    Waaqayyoo Si haa Eebbisu yaadoo !!!!

  • @kokiikokii3000
    @kokiikokii3000 5 лет назад

    Ameeen waaqayyo baraa kee haa ebbisuu waaqayyo gaariidha

  • @jaklv7906
    @jaklv7906 5 лет назад +1

    Wooow Sagalee jospel afaan oromo kun baay'ee tokko onee nama harkiisa😍😍😍😍👍

  • @jamaneshbalay205
    @jamaneshbalay205 4 года назад

    Haleluyaaaaa yesuuu kooo na dagatee hin betuu halatokkolee

  • @asefatolesa1133
    @asefatolesa1133 8 лет назад

    barri keessan haa eebbifamu!!! waaqayyo ayyaana isaa isiniif haa baay'isu!!!

  • @easypc549
    @easypc549 3 года назад +2

    ኡኡኡኡኡፍፍፍፍፍ ጌታ ይባርካችሁ ፀጋው ይብዛላችሁ😭😭😭

  • @sabboontuuoromoo182
    @sabboontuuoromoo182 5 лет назад

    Dhugaatti ammayyuu ayyaanichi itti siif haa dabalamu

  • @baftuyonas2563
    @baftuyonas2563 6 лет назад +1

    goofta ati ammayyu obboloota kana dabalii daddabalii isaan eebbisi

  • @bezawolde5372
    @bezawolde5372 8 лет назад +1

    Ameen Ameen iyesus koo enyumanu hin badalu Haaaleeeeluuuuy God bless you. ..

  • @yeahjay2735
    @yeahjay2735 11 лет назад +5

    I DON'T UNDERSTAND BUT MY GOD THEY HAVE VERY SPIRITUAL VOICES!!! GOD BLESS!!

  • @mesritshambel7268
    @mesritshambel7268 10 лет назад +2

    Waqayyoo gooftan isiin haa ebbisu ebbiffama.God bless you all Ameeeen

  • @yaagetabeti7243
    @yaagetabeti7243 5 лет назад

    Ameen Abba koo maqan kee haa ulfatatuu

  • @kmismas5451
    @kmismas5451 4 года назад

    Ammmmmmmmen Ammmmmen Ammmmmen Ebifammii muca kakudhaa waqayoo kanaa calaa sagallee issaa sii haa dhagesisuu Ammmmmmen Ammmmen Ammmmen

  • @genetgemedagmailorbudhaati9574
    @genetgemedagmailorbudhaati9574 8 лет назад

    Innichi na baate Barruun kee haa uulfatu. !!!!!!!!!!!! lol Thanks for sharing with me my brother and sister.! ! ! ! ! ! ! ! ! ! ! ! lol.

  • @mariammariuam8112
    @mariammariuam8112 7 лет назад

    Ammmmen naa ebifamii dacha dacha ammas kena issa sii haa bayisu

  • @oumaymachams8586
    @oumaymachams8586 6 лет назад

    Barun kee ha'a ulfatuu ammeen Ammeen yesuskooouuuuuuufffff

  • @gadisagirmaye8569
    @gadisagirmaye8569 2 месяца назад

    Faarsaan kun bara 2000 waan bahe natti fakkaata, yoomiyyuu yeroon irra hin darbu; gaarummaafi eegumsa Waaqayyoo nama yaadachisa.
    Waaqayyoof galanni haa tahu!
    Yaadasa EEBBIFAMI!

  • @buzelovegod5354
    @buzelovegod5354 5 лет назад

    Naaf jiraadhaa yesus isinaa Eebbisu

  • @layyoulaprincess470
    @layyoulaprincess470 8 лет назад +11

    Amen Amen Jesus waaqayyo gooftaan isiin haa ebbisuu ebbifamaa dacha dachaan Ameen!!!

    • @ncell1644
      @ncell1644 6 лет назад

      Ameeeeen Ameeeeen

    • @ncell1644
      @ncell1644 6 лет назад

      Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen Ameeeeen

  • @እየሱስሁሉበሁሉነውመታመማ

    ስሳማ ስሳማ አይጠግቤኝም!!!!!!!!! ግንመዝሙሩ ምን ኢንዴምል አለወቅም ተባረኩ ጌታ ይበረክ!!!!

  • @senaabadhasaawaqaayyooabdi652
    @senaabadhasaawaqaayyooabdi652 7 лет назад +2

    naa dagatee hin bekketuu hallaa tokkottillee yesuu sin wan bayyee olee uuuuuuuuuffffffeeeee yesuu koo abba garii koo Eebbifamaa Eebbifamaa Eebbifamaa

  • @mebratuabera825
    @mebratuabera825 4 года назад

    jaalalli kee hundaa oliiti... eebbifami yaado

  • @imnji2263
    @imnji2263 9 лет назад

    Oto waqayyoo Nama Dagata. ee Ani Ataami Ta. aa Turee? Ebifaam Yaddassa!!!!!!!!!! !!!! Yesus jirenyaa Nama Hundumaaf Garridhaa!!!!!!!!!!!!!!!!!

  • @jikos7027
    @jikos7027 9 лет назад

    Yaadasaa waaqayyo guddisee siin haa eebbisu
    dhuguma waaqayyoon malee kan nuuf nahu tokkollee hin qabnu

    • @giriimaa1899
      @giriimaa1899 8 лет назад

      soba waqayoo maqaa isatin siriibaa jedheetii isinif eyeamee kan Akana jetuu

  • @tesfayefayera7754
    @tesfayefayera7754 9 лет назад +1

    YADI, GOOFTAA SII HAA EBBISU, EBBIFAMI. GOD BLESS YOU EVERY TIME!!!

  • @salesale5581
    @salesale5581 9 лет назад

    Oh halaluya weseta betame mebarikebete mezemure new wesetane yenekiwale

  • @vshhssvshshhs6334
    @vshhssvshshhs6334 3 года назад

    Abba garii Amma amman amman waqaayyoo dabaleee sii haa ebiisuu

  • @danyebulto8218
    @danyebulto8218 5 лет назад

    dhugaadha na dagattee hin beeku waaqayyoo koo!!!!!!!!!!!!!!! ameeeeeeeeeeeeeen eebbifamaa

  • @guchisashanko7032
    @guchisashanko7032 9 лет назад +2

    waaqayyoo si haa eebbisu ayyana isaa siif haa baayisu,hanga dhumaattis si haa dhaabu

  • @boontuuyohaanniswaqqayyoos9277
    @boontuuyohaanniswaqqayyoos9277 8 лет назад +1

    AMee Ebbiffamaa ijoollee goofataa ayyani waqqayyoo siinfi abbayyattuu dachaa Ebbiffamaa

  • @sifaaniiormoo5088
    @sifaaniiormoo5088 6 лет назад

    Waqqayyo isiin haa Ebbisuu Ebbifamaa

  • @hawwiwuddinehcaalaa653
    @hawwiwuddinehcaalaa653 5 лет назад

    Wusten ymiadis mezmur brnor ihe andu nwu uuuuuuuf ameeeeeeeeen GBU more to more

  • @chareycharey5755
    @chareycharey5755 7 лет назад

    ameeeeeeeen ebifamaa waqayoo baraa kesani haa ebisuu

  • @tewabechdirribaa2779
    @tewabechdirribaa2779 8 лет назад

    ameeeeeeeeeeeen !!goftan koo jireenyaf siin haa kaadhimmatu ameeeeen

  • @dulonedhi2733
    @dulonedhi2733 7 лет назад

    Eebbifami obboleessako . Faarfannaa keen baay'ee baay'ee eebbifameera.

  • @AXz-tp3xj
    @AXz-tp3xj 2 года назад

    Faarffannaa yeroo hunduma itti eebbifamudha dhugaa 😥😭❤🙏

  • @kebedebusha6984
    @kebedebusha6984 7 лет назад

    Waaqayyo jireenya, Tajaajila, Bara keessan haa eebbisu

  • @ሚሚጌታኢየሱስባርያነኝኢየ

    Tebarekuu alakim gin desi yilalil

  • @jimmaworkurgessa8247
    @jimmaworkurgessa8247 5 лет назад +1

    You are already blessed by blieving JESUS keep up it.GOD is with you to give you strength. Thanks 🙏!

  • @abezubelay7111
    @abezubelay7111 10 лет назад +1

    ጌታ በብዙ ይባርካችሁ
    ልብን ነው የሚነካ መዝሙር
    አሜን na dagate hin bekitu
    Altokitif ile
    Yesus ko sittini wanta
    Bayen ole
    ሃሌ ሉያ Gbu

  • @dawitbekele1427
    @dawitbekele1427 8 лет назад

    faarsaa kana baay'ee[100000000000000}n jaalladha .waaqni isin haa eebbisu!!!!!!!!!!!!!!!!!

  • @bezijesus793
    @bezijesus793 8 лет назад +1

    ameeen ameeen ameeen ebifama gooftaan isinaebisu ayyansaa isinif haabayisu

  • @alemutegegne5889
    @alemutegegne5889 4 года назад

    Gooftaan eebba isaa isa hin dhumneen isin haa eebbisu.

  • @mariebelle6460
    @mariebelle6460 5 лет назад

    Ameen ameen ameen ebbifamaa ani amaantaa odorossrotisii

  • @fh7860
    @fh7860 6 лет назад

    Amen amen amen ebiffama waqayyoo sii n.haa ebisu

  • @naolbekele9111
    @naolbekele9111 5 лет назад

    agartuun kee narra hin fagganne
    takka yesuus anaan hin nuffine.....

  • @kenbonnegash7729
    @kenbonnegash7729 5 лет назад +1

    May My God bless you! Eebbifamii farfaataa Yaadaasaa

  • @diribegizawu2649
    @diribegizawu2649 9 лет назад

    gooftaan ayyanasaa isiniif habayyisu.eebbifamaa!.

  • @lalootube1736
    @lalootube1736 7 лет назад

    uuuuuffffeeeekkaaa nadagaatee beketuu abbaabiyeekoo
    uuufffee farfanaani kuni senaakoo jijiree haleeluuyyaa
    abdiif wabbikoo baraa baraa ulfaadhuu iyeesuus
    goftaankoo baraaf jireenyaa kessaani aebisuu ebifaamaa 📖📖📖☝☝☝☝☝👏👏👏👏👏

  • @diribess4363
    @diribess4363 10 лет назад +3

    Waqqayyoo bara kee haa Ebbisuu Ebbifamii! Yaadii !!!

  • @MaryadAbdiinkooYesuus
    @MaryadAbdiinkooYesuus 6 лет назад +2

    Dhugaaaaaaaaaaaaaaaaaaadh Dubbaadhu Waaqayyoo Saa Ebbisuu Yesuus!!

  • @fanosmekonn1149
    @fanosmekonn1149 9 лет назад +1

    sewedachuuuu. geta Abzto ybarkachu

  • @mulunegari7984
    @mulunegari7984 4 года назад +2

    AMENNNNNN IT'S LONGTIME I KNOW THIS SINGRE HE SING THE WILL OF GOD!!!MAY GOD BLESS YOU MORE AND MORE!!

  • @lamisdabelo7495
    @lamisdabelo7495 10 лет назад +3

    Waqqaayyo jiratan tessoo isaa irraa isiiin ha ebnisuuu
    Ebbiiffammaaa !!!♥

  • @shdhdhshhs9321
    @shdhdhshhs9321 6 лет назад

    Ebifamaa waqayoo barakesan aebisuu ebifamaa

  • @sifanjira2765
    @sifanjira2765 2 года назад

    jiraadhu haadhoo koo waaqayyo kana caalaa akka addaatti siiwajjin haa ta'u