Размер видео: 1280 X 720853 X 480640 X 360
Показать панель управления
Автовоспроизведение
Автоповтор
Woow!!! Baay'ee namatti kan tolu!!!! Faarfanna yeroo dheeraa gaafacha ture!!!! Gooftaan bara fi jireenya kee haa Eebbisu!!! Eebbifami!!! Maaloo guutummaa isaa nuuf maxxansi Sanyii koo!!! Faarfanna Yohaannis Lammii
Yohaannis lammi
faarfannaa Yohaannis Lammii kan biroos nuf gadhiisi maalo......Eebbifamii
waaqayyo si haa eebbisu .....maalo farfannaa yohaannis lammii albuma guutuu isaa nuuf lakkistanii
Guddaa galatoomaa, waaqayyo isin haa eebbisu...faarfannaa isaa kan hafanillee nuu barbaadaa.
Ameeeeeeeeeen Ebbiifaamaa Ebbiifaamaa Ebbiifaamaa Ebbiifaamaa Ebbiifaamaa ❤❤❤❤❤
Gooftanko Siya ebbisu! Malega du dabali farsaa isa hundumaa!
Yaa gooftaa yesuus Yoom dhufta laataa kan jedhu nuuf fidaamee
waaqayyo guddaa isin haa eebbisuu obbollota koo. maaloo farfannaa Yohanniis Lammii guutuu isaa upload nuf godhaa
Waaqayyo isin haa eebbisu, ammas faarsaa F.Yohaannis kana barbaadaa nuuf dabalaa!
I am so blessed by this spiritual song
Ameen Ameen waqayyoo saa ebbisuu ebbifamaa
Eebbifami. Farfannasaa hundaasa barbaadi.
Uffeekaa faarfannaa bara dheeraaf eessaan fidee dhaggeeffadha jechaa ba’een argadhe uffeekaa eebbifami !
Faarfannaa baay'ee namatti tolu dha. Waaqayyo dachaa dachaa isaa haa eebbisuu!
Please Yohannis Lammi hundasaa upload nu goodhi
Eebbifamaa maatii eebbaa
Ijoollummaa koo na yaadachise!
Uffffffeeeeee waaqayyo sihaa eebbisu
AMEEN AMEEN EBIFAMAA
omg....maaloo maaloo faarfannaa durii.
Waaqayyo obboleessa keenya haa eebbisu baay,een jaalladha keessumaa bara sagaltamoota na yaadachiise eessa jira garuu amma Yohaanni?
Daa'imummaa kootiinan beeka dhugaa waaqa jiraataati.eessumaa argattee yaa obboleessaa farfannaa Yohannis Lammii? Nama ajaa'iba!
Ameen
❤
Memory 😢
Ebbifamaa
please farffanna isa lakk. 1ffaa hundaa yoo argattee nuf lakkisii adaara waaqayyoo gudda si ha eebbisu
guutuu isaa hin qabdani maaloo?
😢😢😢😢😢😢😢
Waaqni isiin ha eebbisu faarfanna afaan oromoo baayyee isaa nuu barbaada upload godhaa Gooftaan isiin ha eebbisu
Ameeeen
Ammee Ammee ❤
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
jiraadhaa warri kaasetta durii irraa barbaaddanii upload nuuf gottan ...qubee tube bayyee sin jaallanna. akkasuman Barataa Iyyoob Maajoor hojiiti hojii barbaacha faarfannota duriitiif hedduu Waaqayoo siyaa ebbisun jedha....
Baayee nama boqoochisaa!!!!!!!!
Ameeeen Ameeeeeeeen Ameeeen Ameeeeeeeen Ameeeen Ameeeeeeeen Ameeeen Ameeeeeeeen Ameeeen Ameeeeeeeen Ameeeen Ameeeeeeeen Ameeeen Ameeeeeeeen Ameeeen Ameeeeeeeen Ameeeen Ameeeeeeeen Ameeeen Ameeeeeeeen Ameeeen Ameeeeeeeen Ameeeen Ameeeeeeeen Ameeeen Ameeeeeeeen Ameeeen Ameeeeeeeen Ameeeen Ameeeeeeeen Ameeeen Ameeeeeeeen Ameeeen Ameeeeeeeen Ameeeen Ameeeeeeeen Ameeeen Ameeeeeeeen Ameeeen Ameeeeeeeen Ameeeen Ameeeeeeeen Ameeeen Ameeeeeeeen Ameeeen Ameeeeeeeen Ameeeen Ameeeeeeeen Ameeeen Ameeeeeeeen Ameeeen
❤❤❤❤❤❤🎉🎉
Matafakuru
Ebbifami
Ebisam
Woow!!! Baay'ee namatti kan tolu!!!! Faarfanna yeroo dheeraa gaafacha ture!!!! Gooftaan bara fi jireenya kee haa Eebbisu!!! Eebbifami!!! Maaloo guutummaa isaa nuuf maxxansi Sanyii koo!!! Faarfanna Yohaannis Lammii
Yohaannis lammi
faarfannaa Yohaannis Lammii kan biroos nuf gadhiisi maalo......
Eebbifamii
waaqayyo si haa eebbisu .....maalo farfannaa yohaannis lammii albuma guutuu isaa nuuf lakkistanii
Guddaa galatoomaa, waaqayyo isin haa eebbisu...faarfannaa isaa kan hafanillee nuu barbaadaa.
Ameeeeeeeeeen Ebbiifaamaa Ebbiifaamaa Ebbiifaamaa Ebbiifaamaa Ebbiifaamaa ❤❤❤❤❤
Gooftanko Siya ebbisu! Malega du dabali farsaa isa hundumaa!
Yaa gooftaa yesuus Yoom dhufta laataa kan jedhu nuuf fidaamee
waaqayyo guddaa isin haa eebbisuu obbollota koo. maaloo farfannaa Yohanniis Lammii guutuu isaa upload nuf godhaa
Waaqayyo isin haa eebbisu, ammas faarsaa F.Yohaannis kana barbaadaa nuuf dabalaa!
I am so blessed by this spiritual song
Ameen Ameen waqayyoo saa ebbisuu ebbifamaa
Eebbifami. Farfannasaa hundaasa barbaadi.
Uffeekaa faarfannaa bara dheeraaf eessaan fidee dhaggeeffadha jechaa ba’een argadhe uffeekaa eebbifami !
Faarfannaa baay'ee namatti tolu dha. Waaqayyo dachaa dachaa isaa haa eebbisuu!
Please Yohannis Lammi hundasaa upload nu goodhi
Eebbifamaa maatii eebbaa
Ijoollummaa koo na yaadachise!
Uffffffeeeeee waaqayyo sihaa eebbisu
AMEEN AMEEN EBIFAMAA
omg....maaloo maaloo faarfannaa durii.
Waaqayyo obboleessa keenya haa eebbisu baay,een jaalladha keessumaa bara sagaltamoota na yaadachiise eessa jira garuu amma Yohaanni?
Daa'imummaa kootiinan beeka dhugaa waaqa
jiraataati.eessumaa argattee yaa obboleessaa farfannaa Yohannis Lammii? Nama ajaa'iba!