Maasha Allah maasha Allah maasha Allah maasha Allah tabarakAllh Rabbii si irraa haa jalatuu nama duniyaa irrati Keri dalagatee akiratii milikawuu Rabbii si haa tasisuu inshaa Allah 💗💗💗💗💗💗😭😭😭😭😭
maashaa Allah maashaa Allah maashaa Allah maashaa Allah jafee rabbiin sirraa hajalatuu oboleessaa ko rabbii sii biirraa hajiiratuu misikinaa biraa dhabachuu keetifi
Jaffer,wollahi,it's a beautifulthing. God will increase. You are talented. Don't be angry at what I see. Wollahi, wollahi. God will increase.mashalla Mashaallah jaffe keep it up it's so beautiful i like it so much and i'm so happy i had lunch with mom i'm so happy
Wow Masha Allah walahi jafe kiyya video kana gutu isaa ergan laale booda nin boo'e rabbiin ni dandayaa duniyaa fi akirattis sihaa gamachisuu jabaadhu hojjin kee yeroo hunda na gamachisa jabadhu 🙏❤️
Me ya jafee duayii naf godhii anis Aban kiya Guya kesa najala dhukubasatii wlyhilazim bayee toko ciqama jira duee duan hin dhabne jirate jiru ilma nama naf hin jiraneee uffff
walahi bilay bro kiya qalli video baredu hojate masha alla rabbii sirra ha jalatu jabadhu itti fufi nutis si cina jirra hedun sijaladha hedun si kabaja sahiba qalli
Masha Allah!
Obbolleessa Kiyyaa Rabbiin siirraa haa jaalatuu waan guddoo daansa hojjaate Jzk!
Hussein katelo qaali nama maatii nafaa taa'i Ebbifami gudaa 💔💔💔💔
wollaahi heduu nama tola miskiina jaafee keenya jabaadhu jaba keenya rabbiin sii haa gargaaru
Masha Allah tabarakallah
Rabbiin duniyaafii akirattiis sihaa gamachiisu 🌹 Dhuga wly Ati garalaafeysa namaati heddu sijaalanna 🌹🌱💕💘♥️🌺💔💓💐❣️🪴🥀🌱💕🌹
Coolee sanyii maatii naafa taa'i ❤️💔💔💖❤️❤️
Mashaa Allaaha jazaakee rabiin janataan siihaa Gamachiisuu gamachuu duniyaa Akiraa siif Haa Barechuu ♥ ishaa Allaaha ☝☝
Qashitikoo maatii naafa taa'i 💔💔💖💖💖💖
Addunyaa kanaa irraa waani naa gammaachisuu namaa misikinaa gargaruufi masjidaa ijaaru .raabbiin Addunyaa fi ahkiraa siih gammaachisuu obboolleessaa ahkiraa
Masha Allah tabarakallah
Dhuga wly Ati Gara laafeysa
Namaati Rabbin duniyaafii akirattiis sihaa gamachiisu 🌹💔🍁🌺🙏♥️💘💕🌱heddu sijaalanna
Maasha Allah maasha Allah maasha Allah maasha Allah tabarakAllh Rabbii si irraa haa jalatuu nama duniyaa irrati Keri dalagatee akiratii milikawuu Rabbii si haa tasisuu inshaa Allah 💗💗💗💗💗💗😭😭😭😭😭
Zamzamiiyee qashiti koo maatii nafaa taa'i Ebbifami gudaa isaa 👏👏❤️💖❤️
Amiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiiin 🤲😭😭♥️💖💖💖💖🐅💓💚❤️❤️❤️
Mashaallaah tabarakallaah ijara afi jafie rabbiin siira ajallattu wollahii bilahii onne koran sijalladha rabbii jecha
Uuuufffi wollah miskiin osoo yaalame kun marata miti aaaaaah 😭😭😭 Jafee Rabbumman Jazaa kee sif haa deebisu hamma jirtuu rakkon wolii hin arkin
Masha Allah tabarakallah
Dhuga wly Ati Gara laafeysa
Namaati Rabbin duniyaafii akirattiis sihaa gamachiisu
Rabbi siha gammachisu duniyafi akirati wallahi waan bareda hojeta jirta
ya obolessa koo rabini duniyaf hakirati siya Gamachisu jiradhu milkhii rabini sira hajalatu 🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹ماشاء لله ماشاء لله ماشاء لله 🌷🌷🌷❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️🌹🌹🌹🌹🌹🌹❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Kan oll gamachuu jira 😘😘😘😘
Jafe kenya jabadhuu👍👍👍👍
Wowwwww mashaa alhaa
🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
Masha Allah rabbiin fayya siti ha tauu umrii SI ha dherreesuu 🙏🙏😍😍
Waleykum Assalam warahmatula wabarkatu MashaaAllah Jzk ☝ 🤲 ♥
Faaxumee qaali nama maatii nafaa taa'i 💔💖💖💖💖
Jabadhuu rabiin si wajiin ha tolchuu
Masha allah oballeessa kiyyaa kabajama fi jallaatama heedduun sirra gammade wly jabaadhuu
Maasha,Allah rabbin yaada muraada kee sif haa guutu obboleysa keenya qaali. Hojiin kee hedduu nama gammachisa 👍👍👍👍👍👍👍👍👌👌👌👌👌👌👌👌👌👌
Maasha Allaah Maasha Allaah Maasha Allaah Maasha Allaah Rabbiin sirraa Haa Jaalatuu Jafee
Wallaahi nama dandeeytii Adda qabu kan jireenyi Itti golommate Itti hamilee horte Rabbiin jazaa siif haa kaffalu
maashaa Allah maashaa Allah maashaa Allah maashaa Allah jafee rabbiin sirraa hajalatuu oboleessaa ko rabbii sii biirraa hajiiratuu misikinaa biraa dhabachuu keetifi
Kottume naaf tahi anis siifin taha?
Masha Allah mashaaa Allah mashaaa Allah mashaaa Allah rabiin sira hajalatu obbollessa ko jzk
Maasha'allaah Rabbiin isin iraa haa jaalatu. Yaada dabalataa qophii samuu miidhamaa kana osoo hama danda'ameen ufata qofaa mitii yaala gochuufi yaadanii ira caalaan isaani wora maati harka qaleeyi iraa dhalatan yaala gahaa dhabuun Samuun isaani maraatuuf saaxilame hedutu jiraa osoo irati xiyeefatee Jafe keena
Wlh bakka ati irra bastee rabbin gurguddoo bakka sif haa busuu wlh du'ii qalbii tiyara sif godhaa rabbin siraa hajalatuu akkanatii misikanaa biraa dhabachun kee heduu siraa hamadee wlh
Masha Allha. Jabaadhu jazaan kee. Jannata nama akkan sammuu. Qabu kan jabeessi habiibi keenya
maashaa Allaah Maashaa Allaah wollaahi jaaffee kiyya wollaahi baay'ee natti tolteerta❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Mashallaah tabarakaah Raabin sira ha jalatu akira fi duniya siya gamachisu jafe
Masha alha rabbiin siira haa jalatuu jafee
Mashaa allha rabbiin hundaa Kenya akkanumatii nhaqacelchu Walahi tarikaa daleydee jabadhu bro
Mashaalah Mashaalah Mashaalah Mashaalah Mashaalah Mashaalah Mashaalah Mashaalah Mashaalah rabbi siraa haa jalaaltu jafe sanyii ofii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Mashaa Allaah Mashaa Allaah Rabiin siiraa hajallatuu sahiiba kiiya qalii fi gaarii namaa
Mashalaa tabarakalaa heduu dasii namaa jedhaa wly rabinii siraa hajalatuu obolesaa koo jabadhuu
Maashaa allaah Jaffee hedduu galatoomi rabbiin si waliin Haa jiraatu umrrii dheeradhu bakka yaaddeen rabbi sihaa gayu
Eeee miskinaa wallhayii jafe jabadhuu
Jafe galtoomii dhugaa rabbii
Mashaallah ❤jabaduu rabin seeraa hajalatu 😊!
Munira Qashiti koo maatii nafaa taa'i Ebbifami gudaa isaa 👏👏👏👏👏
Gaalatoomii, jafe, Tube, sin, jaaladhaa, habibii, koo, baakkaa, xiiqoo baftee, guudooon, siif, has, seentuu❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤
Rabbiin sirahajalatuu❤
As Wr wb
Jafe tube
Jira jirtuu
Baga jiraate
Jabaa keenya
Jabaadhu jabaadhu
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Walaahi Rabbii sihaa
Milkeeysu rabbi sihaa
Guddisu🤲
Mashaa Allah 🥰 wly Rabbii wan ifin fedhe sif haa kenu🥰😭
Jafe tube ok heddu sih eega turre baga nagahan dhufte
Rabbi isinira haajalatu inshaaAllaha
Mashallaah tabarakallah Rabbi Umrii kee si haa dheeressuu ❤
Mashallah tabarakallah jaffee kenyaa umrii nuu dheradhuu jzk keeyran wly rabbi siraa haa jalatuu 🥺🥰
Mashallah Obbolessa kiyya qaalii heduu bareda itti jabadhuu si cinaa jiraa Jafe
Kottume naaf tahi anis siifin taha?
Jaffer,wollahi,it's a beautifulthing. God will increase. You are talented. Don't be angry at what I see. Wollahi, wollahi. God will increase.mashalla Mashaallah jaffe keep it up it's so beautiful i like it so much and i'm so happy i had lunch with mom i'm so happy
Baarakallaahufii kum Jafe waan akkamalee bareedaa hojjatte ani amma dura sin beeku ture garuu asumaanuu sagantaa tee wal-🎉barnoota gaari jabaadhu itti fufi!
Masha allah obboleessa kiyya rabbiin sirraa haa jaalatu kana jedhee siif himuudhaaf jechan dhabe wallaahi galaanni gammachuu na fuudhee kutee jzk ! Rabbiin yaadaa muraadakee siif haa guutu akkasumas jannatal firdowsiin sihaa gammachiisu.
Rabbin sii haa ebbisuu ebbifamii rabbin sirra haa jalatuu❤
Masha allah wlh jafer wan ajaibaati wan ilmi namatif rabbin sira jalatuu jirta jabadhu obbelesa kiyaa😘😘😘😘😘😘😘
Kottume naaf tahi anis siifin taha?
Wow Masha Allah walahi jafe kiyya video kana gutu isaa ergan laale booda nin boo'e rabbiin ni dandayaa duniyaa fi akirattis sihaa gamachisuu jabaadhu hojjin kee yeroo hunda na gamachisa jabadhu 🙏❤️
Mash Allah wly nin gamadee jafeee tubee jabadhaaa
As wr wb yaa jaafe kenya rabbin sirra haa jalatu rizqi halaala jiru je Rabbi siif haa tolcha
Mashalhaa mashalhaa jafee koo jabdhuu rabbin jazaa ke sif hakafaluu jabaa koo
Mashallah mashallah jafee baayyeen sijalladha
MashaAllah Qoosaa goote akkanatti namaa gargaarun bayyee namatti tola. jabaadhuu
Masha allah tabarakallah
Rabbin sirra hajallatu anaf sin ha jedhu
Masha Allah rabbin sirra haa jaalatu jaz kum keeyran
Mashaa Allaah Obolew koo qaali rabbiin issinirraa haa jaallaatuu 👍🏻❤️❤️❤️😍😍😍
Kottumee naaf tahi anis siifin taha?
bro jabaadhu hojii boonsaadha
Mash Allah🥰 walhi 😭 rabbin siira haa jalatu Jafee
Masha allah Allan waan yaadde hunda rabbiin siif haa guutu dalaga teekysaas ikhlaasa siif haa kaayu
Maasha allah wly koflaafi gamachuutu wal keeysa nati tahee
Rabbiin akkaa niyyaa teeti sif ha tahuu
Masha allah wandime rabbiin sii haa eguu dhugaa jabadhuu
Mash Allah 🥰 walhi 😭 rabbin siira haa jalatu
Kottumee naaf tahi anis siifin taha?
Mashaallah jafe rabii sira ha jalatu ❤😭
Betulaa qaali nama maatii nafaa taa'i Ebbifami gudaa 💔💔💖
Mashaallh rabbin sirra haa jalaatuu ❤❤❤ rabbiif jadhaan sii jalaadh
Mashaa allah jafee nama akkana dinqisifadhu keesaa isa tokko ati jabadhu
Jafe Maashaa.allaaha tabaarakallaahaa Rabbiin sirraa haajaalatu
maashaa allah jafe rabbiin siraa haa jalaattu
Mashaalaha Mashaalaha Mashaalaha Mashaalaha Mashaalaha Mashaalaha jabadhu 🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰🥰
Dahabo qaali nama maatii nafaa taa'i Ebbifami gudaa 💔💖❤️
Masha Allah rabii siiraa hajalatu nama garii koo😭😭😭😭😭❤❤❤❤❤❤
Masha Allah Rabbiin haa fayisuu
Masha allah masha allah masha allah
Kottume naaf tahi anis siifin taha?
biro maatii nafaa taa'i Ebbifami gudaa isaa 👏👏👏👏❤️💔💖
Mashallaa mashallaa jabaadhuu rabbinii sirraa haa jallatuu
Rabbin umbria sihadheressu❤jafe Kenya rabbin janata sihakennu
Masha allah Rabbin sira hajalatu jabadhu .
Ayuu qaali nama maatii nafaa taa'i Ebbifami gudaa 💔💔💖💖
Mashaallaha Tabaarakallaah Rabbiin siraa haa Jaalatuu Inshaalaah 😭😭😭😭😭😭Jabaadhuu 👍👍👍❤️
Hajer qaaliyee maatii nafaa taa'i Ebbifami gudaa isaa 👏❤️💖❤️
Masha Allah jafee jabadhuu
rabbiin yaadaafi muraada siif haa guutu janatta siif haa guutu
Maashaa allaah maashaa allaah jaaffee jabaadhu hojii Kee nyaadhu❤❤❤❤❤❤❤
Jabdhuu sanyii koo rabii sifii yaa kenuu bakaa yadee hundaa gahii umrii dheraa nufii jiradhuu
Masham Allah Wallay sumaa mashaallah jafe tube
maashaa allaah jabaadhu jaffee koo kuni fakkeenyummaa biyya keenyaa keessatti jalqaba waan gaariidhaa
Maashaa'allaa rabbi sirraa haajaalatu obboleessa koo
Me ya jafee duayii naf godhii anis Aban kiya Guya kesa najala dhukubasatii wlyhilazim bayee toko ciqama jira duee duan hin dhabne jirate jiru ilma nama naf hin jiraneee uffff
Rabbin siira haa jaalatu inshallah
Gurbichii kaa ajja'abatti wly sammuni isaa jaabadha 😢
Mashaa Allaah jazaa kalaahu keyran
Jabaadhu ati jazaa kee Rabbiin siif haa Kafalu 🤙
Mashallah Mashallah tabakallaah jafari Rabbii jzk kee siif haa kafaluu itii fufii yaa obbolleesaa ko qalii 🥰🥰🥰🥰
Mashaa Allaah Mashaa Allaah Mashaa Allaah Mashaa Allaah Mashaa Allaah Mashaa Allaah
Rabbiin siraa haa jalaatu 💚💚💚 Jzkl Jzkl Jzkl Jzkl
mashallahaa tabarkkalaa jzk rabiin sirra haa jalatuu
Maasha allah wly koflaafi gamachuutu wal keeysa nati tahee
Rabbiin akkaa niyyaa teeti sif ha tahuu jafe
Mashallah mashallah rabbii sirraa haa jalatuu ishallaa 🥰🥰🥰🥰💗💗
Maashaa allaah jabaadhu hojjedhu nuuf😊😊😊
Mashallaha jafe kiyyA nabadhu
walahi bilay bro kiya qalli video baredu hojate masha alla rabbii sirra ha jalatu jabadhu itti fufi nutis si cina jirra hedun sijaladha hedun si kabaja sahiba qalli
Mashaa alhaa jafraa atii heduu namaf garaa laftaa Rabbiin sii haa milkesuu jabajabadhuu
Maashaa Allah habiibii
Masha allah jafare kenya rabbin sirra hajalatu jazaa kee jannata itti fufii